Telegram Web Link
#BuleHoraUniversity

Bule Hora University is on going to establish standardized Geoscience(Mineralogy, Geochemistry and Geophysics) laboratory.

This laboratory is expected to accommodate Southern Ethiopian Geology particularly Two Guji zones and Borena Zone. The new laboratory aimed with ultimate goal of internationalized ISO accreditation.

We Strive for Excellence!!!

#harargee
Hin Bari'u Seetee
Udaan Manatti Hagdee,
Barinaan Haruu Rakkatte.
*
𝔪𝔞𝔪𝔪𝔞𝔨𝔰𝔞 𝔬𝔯𝔬𝔪𝔬𝔬
⚪️⚫️🔴⚪️⚫️🔴⚪️⚫️🔴
@Oromotoo
@Oromotoo
Waa'ee yaada namaatiif hin dhiphatin. Namni yeroo hundumaa faallaa dha.
Kanaafuu, Akka si booressaniif hin eeyyamin.

Atumti cimaa ta'ii imala kee itti fufi.



________________________
@Oromotoo
Have you checked out Ask Anything Ethiopia yet? It's Ethiopia's first question and answer platform, where you can get answers to your biggest questions from thousands of people! You can join using the link below:

Liinkii armaan gadii kana tuquudhaan Join channel godhaa ergasii nama afeeruudhaan badhaafamaa! Kuni isa dhugaati



https://www.tg-me.com/ask_anything_ethiopia_bot?start=i1130202262
—————————————————————
👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍
JECHOOTA HAYYOOTAA
▬▬▬▬▬▬▬▬
"Beekumsi kennaa uumamaa si jalaa hin hatamneedha."
— Albart Staayin

"Hiyyummaan hiyyuuma caalu hiyyummaa sammuuti."
— Sooqiraxas

"Hanga lubbuun jirtutti waan gaarii hojjedhu!"
— Abrahaam Linkan

"Yeroo dabarsuurra guyyaa beellamaa dabarsuu wayya!"
— Abrahaam Linkan

"Beekaa jedhamuuf barumsa keessa darbuu osoo hin taane baruumsi si keessa darbuu qaba."
— Abrahaam Linkan

"Sammuun qullaa ta'uu irra kiisiin qullaa ta'uu wayya."
— Sheekispiir

"Boru kaleessaaf karoorfachuu hin dandeessu."
— Edmand Bark

"Yeroo hunda tarkaanfii tokko yoo yaaddu qormaanni gufuun miilla kee irratti ni mul'ata."
— Antoon Cheevak

"Nama irra yaaduf yaali! Garuu namarra beekadha ofiin hin jedhin!"
— Wiiliyaam Jaamsi

"Horii kee waan barbaaddetti jijjiiruu dandeessa! Biyya kee garuu hin dandeessu."
— Joon F. Keneediin

"Bareedinni sammuudhaa umurii wajjiin dabalaa yoo adeemu kan bifaa immoo hir'achaa deema."
— Joon F. Keneediin

"Humna agarsiiftuu ol qabaadhu! Hamma beektu dubbadhu!"
— W. Sheekispiir

➦ Gαℓαтσσмαα!!!
Υєʀσσ Gααʀιι


sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ​
@jechootahayyoota
@jechootahayyoota
🔺ᴊᴏɪɴ🔺
Waamicha fireeshotaa ilaalchisee

▫️Dabra_taaboor waxabajjii 26_30


▫️Gondar waxabajjii 23_24


▫️samaraa waxabajjii 26_29

▫️walaayittaa_soddoo waxabajjii 26_30

▫️walloo waxabajjii 28_29

▫️Dabra_birehaan waxabajjii 25

▫️Asoosaa waxabajjii 26_30


FINFINEEE UNVERSITY waxabajjii 01 fi 02 karaa intarneetitin akka galmooftan isin hubachiifnaa.

@OROMOTOO
@OROMOTOO
@OROMOTOO
MADDA BEEKKUMSAA🌳
Photo
Kabajamtoota Maatii chanala keenyaa.

#Akka duriitti barannoo keenya yeroo yeroon isin qaqqabsiisa akka hin jirre beekamaadha kuni ammoo kan ta'e sababa hanqina yeroo nu mudateefi, barnoota tokko irra waan jirruuf haalli akka duriitti nuu mijatuu dhabe.




#kanaaf namoonni oggummaa waa'e teknolojiidhaa qabdan hundi hulaan keenya banaadha nu qunnamaati chanala kana irratti oggummaa qabdaniin hawaasa keessan tajaajila yaada jedhu isinii dhiheesina.

Kanan Nuu qunnama
👇👇👇👇👇👇👇
@Qeerroo_mediabot
ABSHIR NI BARI’A! SEENAN IRRA DEEBI’A!🌄

-Si qofa osoo hintaane, Qabsootu si wajjin butame, Haqatu si wajjin hidhame, Sabatu si wajjin yakkame, dhalootatu si wajjin galata dhabe, biyyatu si wajjin nagaa dhabe…

-Eeyyee akkuma ati jette kan yakkamee hidhame si osoo hintaane, qabsoo uummata bal’aati! Ammatti imalli tarkaanfii bilisummaa Oromoo inni jalqabaa hiikamuukee fi jaallan akka kee hidhaa jiraniitin takka jedhamee eegalamee sumaan itti fufa!!

-Ammas sumatu dhalootan abdatamA! Sumatu dhalootan eegama. Atis hinshakkitu, nutis hinshakkinu abshir ni bari’a,
Si qofa osoo hintaane, Qabsootu si waijin butame, Haqatu si wajin hidhame, Sabatu si wajin yakkame, dhalootatu si wajin galata dhabe, biyyatu si wajjin nagaa dhabe..

-Eeyyee akkuma ati jette kan yakkamee hidhame si osoo hintaane, qabsoo uummata bal'aati! Ammatti imalli tarkaanfii bilisummaa Oromoo inni jalqabaa hiikamuukee fi jaallan akka kee hidhaa jiraniitin takka jedhamee eegalamee sumaan itti fufa!!
Ammas sumatu dhalootan abdatamA!
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
🗣 Galaana Garoomsa | 2021
🎬 Wal agarra | #SampleVideo

New Ethiopian Oromo Music
––————————————————————
Tg Channel ➦ @OROMOTOO
Audio
🗣 Galaana Garoomsaa |
🎬 Wal agarra |
New Oromo Music 2021
━━━━━━━━━━━ ​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​
Tg Channel ➦ @OROMOTOO
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
Have you checked out Ask Anything Ethiopia yet? It's Ethiopia's first question and answer platform, where you can get answers to your biggest questions from thousands of people! You can join using the link below:

Liinkii armaan gadii kana tuquudhaan Join channel godhaa ergasii nama afeeruudhaan badhaafamaa! Kuni isa dhugaati


https://www.tg-me.com/ask_anything_ethiopia_bot?start=i1383882891
—————————————————————
👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍
Leencichi Sagaleen isaa akka dhagaa’amu godheera. Nagaan ba’ee, Yaalaa argatee nagaan gara Qaallittiitti deebi’eera. Kana biratti rabbiin qorsa ta’eefii, fayyaa isaa guutummaatti haa deebisuufi! Kana JawaaR MohaammaD!✍️
~Etan Habte
We love u
2024/09/22 23:25:19
Back to Top
HTML Embed Code: