Telegram Web Link
Piresidaantii Waldaa Maccaa fi Tuulamaa Obbo Dirribii Damisee hidhaman.

Maanguddoo Oromoo Obbo Dirribii Damisee kanneen mana H/D ABOtti ugguramanii bulan keessaa tokko oggaa ta'an, sa'aa ammaa kana mana isaaniitti deebi'uuf akkuma gadi ba'aniin poolisootaan qabamanii gara mana hidhaa geessamaniiru.
"Qabsoon keenya hanga Bilisummaa Saba keenyaa fi biyya keenyaa mirkaneessinutti Kan Addaan hin dhaabbanne ta'uu baraa."

Baqqalaa Garbaa
"Namni qaana'e nama galaafata! "

Jawaar Mohammad
Forwarded from JAARRAA ABBAA GADAA (Ĩ ãm ªbđĕ Ñę)
Watch "NEW WALALOO JAWAR MOHAMMED DAWADHAA ISININ JENNA !" on YouTube
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
Hiriyyummaa cimaa jechuun guyyuu waliin haasa'uu qofa osoo hin ta'in waliif amanamuu dha
________________________
@Jechamoota


https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAEs681wYg4pLvWysxw
Waamicha Barsiisoota soorama bahaniif!

Oromiyaan bara kana barattoota miiliyoona 11.2 ol mana barnootaatti ergitee barsiifti. Tatamsa’ina COVID-19n walqabatee barnootni bara kanaa haala rakkisaa keessatti akka gaggeeffamu beekamaadha. Rakkina kana dandamachuun barnoota itti fufsiisuuf ganna darbe keessa hojiiwwan gurguuddoon hojjetamanii jiru. Barattootni walirraa fageenya qaamaa eeganii akka barachuu danda’aaniif dareewwan barnootaa kuma 33 ol hirmaannaa ummataatiin ijaaramanii tajaajilaaf qopha’aa jiru.

Tatamsa’ina COVID-19 ofirraa ittisaa barnoota itti fufsiisuuf ministeerri eegumsa fayyaa “pirootokoolii” barnootni ittiin geggeeffamu baasee jira. Haaluma Kanaan daree barnootaa tokko keessatti barattootni 25 fi isaa gadi, deeski (teessoo) tokko irraa ammoo barataan tokko qofti taa’uun barnootni akka itti fufu kallattiin kaa’amee jira.

Pirootookoolii kaa’ame Kanaan barnoota itti fufsiisuuf hanqinni barsiisootaa humnaa ol ta’e nu mudataa jira. Hanqina mudate kana furuuf barsiisootni hojiirra jiran wayitii dabalataa akka barsiisan gochuun cinatti barsiisoota sooroma bahaanii jiranii fi lammiilee ogummaa barsisuummaan eebbifamanii hojii garaa garaa irra jiran hirmaachisuun yeroo rakkisaa kana harka walqabachuun darbuun dirqama ta’aa jira.

Kanaafuu, Barsiisotni Sooroma baatanii jiratanii fi namootni oogummaa barsiisummaa qabdan waamicha lammummaa fi Oromummaa harmeen Oromiyaan isiniif gootee fudhachuun hojii barsiisuu irratti tajaajila lammummaan akka hirmaattan waamicha kabajaa isiniif dabarsina! Namootni waamicha kana fudhachuun tajaajila lammuumaatiin barsiisuuf fedhii qabdan waajjiraalee barnootaa dhiyeenya keessanitti argamutti dhiyaattanii akka galmooftan kabajaan waamicha isiniif dabarsina!

Via Addisu Araggaa
@dedroro
@harargetub
#MergaAngasu

"Hanqina barsiisaa Oromiyaatti mudachuu danda'uuf sodaa jiru, cabsuuf Oromoonni barattan of qopheessuu qabdu. Iddoo jirrutti yeroo qabnu obboloota keenyaaf qooduu qabna. Anis iddoon jirutti waanan barsiisuu danda'u barsiisuuf qophiidha. Kayyoon Taaddee Birruu yoomuu hin gufatu!"

Gaaz. Margaa Angaasuu
#HPR

Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI walga’ii 5ffaa bara hojii 6ffaa walga’ii addaa 1ffaa boruu gaggeessa. Manni marichaa galma walga’ii Waajjira Muummee Ministiraatti walga’ii addaa 1ffaa kana ni gaggeessa jedhameera. Walga’icharratti Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ni argamu.
Beksisa Namonni Channela Gudifachu barbaaddan Kunoo Gudifadhaa
Haala Armaan gadi kana hordofaa
1000 birrii 100
2000 birrii 200
3000 birri 300
4000 birrii 400
5000 birrii 500

Yoo isiin barbaachisee karaa Kanaan nu qunnamaa
👇👇👇👇👇
@ABDETUOR
@ABDETUOR
Forwarded from Ahlu Sunnaa wal-jama'aa (Ĩ ãm ªbđĕ Ñę)
Beksisa Namonni Channela Gudifachu barbaaddan Kunoo Gudifadhaa
Haala Armaan gadi kana hordofaa
1000 birrii 100
2000 birrii 200
3000 birri 300
4000 birrii 400
5000 birrii 500

Yoo isiin barbaachisee karaa Kanaan nu qunnamaa
👇👇👇👇👇
@ABDETUOR
@ABDETUOR
#JUSTICE4HACHALU !
Haceen ilaalcha Oromummaa isaatif ajjeefame. Dhiiga Haceetin dabaa fi shira siyaasaatu Oromoorratti godhamuuf yaadame. Hayyuu fi goota Oromoo xiqqeessuu, hidhuu fi ajjeesutu karoorfame. Ammas itti jira. Oromiyaa diiguu fi Oromoo cabsuutu yaadame. Mootummaa ykn qaama Haacaaluu ajjeesee, Jawaar fa'aa hidherraa Gabrummaa dukkanaa malee bilisummaan hin yaadamu! Haa dubbannu, haa falmannu!, Callisuun haaga'u!! Duula HAQA HACEE barbaaduu kanarratti amma sa'a kanarraa eegaluun hirmaadhaa! Waliinga'aa maxxansaa!!
#JUSTICE4HACHALU !
Haacaalun qaalii, qabsaa'aa fi falmaa bilisummaa, Haqaa fi mirga dhala namaati. Haacaaluun goota mirga dhala namaa hundaaf dhaabatedha. Qaamni Haacaaluu ajjeese qaama walabummaa fi bilisummaa mirga ilma namaatti hin amanne, bulguu amala namaa hinqabne, finxaaleyyii sirna nama nyaataa nafxanyaati. Haacaaluu ajjeesun dhugaa fi haqa Oromoo ajjeesudha. Kana goonkumaa callisnee tole hinjennu! Heeyyamnee hinjiraannu! DUULA HAQA HACEE barbaaduu kana ammarraa eegaluun nuffii fi dadhabbii tokkoo malee, maxxansaa waliin ga'aa! Tole hinjennu!!
# JUSTICE_4HACHALU !
Yeroon kun yeroo itti Haacaalun ajjeefamee, Jawaar hidhamu, Baqqalaan dukkana mana hidhaatti sagal deebi'u otoo hintaane yeroo itti qabsaa'an Oromoo marti galateeffamuu fi badhaafamuu qabu ture. Amma Garuu kun hundi hintaane! Maalif? Akka Oromoo fi Oromiyaan hintasgabboofneetu yaadame kaa! Akka Oromoon hinbilisoomnetu yaadame kaa! Akka Oromoon lafaa fi lafeedhan cabutu yaadame kaa! Tarsiimoo mootummaa kanaatu waayee Oromoo cabsuuti kaa! Dhugaan jiru kana qofa. Abiy Jawaar ykn ABO waliin lola qaba osoo hintaane Oromoo fi Oromiyaa wajjin lola ifa ta'e qaba. Osoo kuni ta'uu baate Haacaalun bara isaa keessa ni badhaafama malee hin ajjeefamu ture. Jawaar ni galateeffama malee hin hidhamu ture. Dhugaan jiru kanuma. Mootummaa Hacee ajjeesee, hooggantoota gurguddoo ABO fi KFO ugguree, Jawaar hidhe jalatti buluun salphina! Salphina qofa miti dhaloota bor dhalatullee summii nyaachisuudha. Yaa sabaakoo diinnikee kana beekee siif dhufee atis kana maladhu. Tarsiimodhaan tarkaanfadhu. Haqa Hacee barbaaddadhu. Hayyootakee fi hooggantootakee dukkana jiran baafadhu. Du'aa fi qabsoo keessaa tokko filadhu!!
Haacaaluu ajjeesun sagalee uummata Oromoo ukkaamsuf yaaludha. Haacaalun Oromoodhaf weellisa qofa otoo hintaane miidiyaa hawaasa cunqurfamee fi sagalee dhabee kan gaafa dukkanaati. Waan Haacaaluu Hundeessaa nuuf godhe Miidiyaan biyya kanaa OBN, FANA fi EBCn nuuf hingoone. Haceen sagalee keenya. Hacee ajjeesun, Haceetti dhukaasun ijaa fi afaan Oromootti dhukaasudha. Mootummaan Hacee ajjeese nuuf diina keenya. Kana hincallifnu, tole hinjennu! Balaaleffadhaaa, ejjannoo fi sagalee keessan karaa fb, twitter fi instagram amumarraa ka'uun dhageessifadhaa. Maxxansaa, waliin ga'aa!
#JUSTCE_4HACHEE_QAALII_KEENYA
Dhugaa ummata kootii yoo arrabni na murame harkaan dubbadha.. Yoo harki na murame nyaaraan dubbadha malee hanga lubbuun na keessa jirtu dhugaa saba kanaadubbachuu hin dhiisu" jawaar mohammad
Jawaar Oromoof Qaaliidha!
Free Jawar Mohammed
Sochiin qabsoo keenyaa ammatti waayee lubbuudhan jiraachuu fi waayee hayyoota keenya hidhaadhaa baasuu qofarratti xiyyeeffachuu qaba. Achii booda waayee abbaa biyyaa ta'uu, waayee filannoo, waayee, mootummaa ce'uumsaa fi kkf dubbanna! Guyyaan mootummaa dhumatee dhiisee, nuti kan jalqabarratti barbaannu HAQA malee mootummaa miti. Otoo Jawaar hidhaa jiruu, otoo Baqqalaan hidhaa jiruu, otoo hooggantoonni ABO fi KFO gurguddoon hidhaa jiranuu, otoo waraanni Oromoorratti labsamee jiruu jaarsummaan biraa kan ajandaan hidhamuu isaanii fi waraana uummata keenyarratti labsamee kana caalu hinjiru. Siyaasni keenya abbaa qaba, abbootiin siyaasa keenyaa hidhaa jiran akka hiikaman sadarkaa hooggansaatti haa sochoonu, qabsoon keenya Interneetirratti caalaa lafarratti haa muul'atu. Ibsa baasuu caalaa gochaadhan Finfinneerratti haa muul'atu, Hunda dura Tokkummaan humnoota keenya ABO,KFO, TEAM OMN fi miidiyaalee biroo dhugoomee lafa haa qabatu, Jawaar fa'aan haa hiikaman, Achii booda waa hunda itti aansina!" Yaada jedhun qaba!!
Forwarded from JAARRAA ABBAA GADAA (Ĩ ãm ªbđĕ Ñę)
Watch "NEW WALALOO JAWAR MOHAMMED DAWADHAA ISININ JENNA !" on YouTube
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
Namoonni chanela keessaniif member baayyifachuu barbaaddan

Promotion VIP

1000member ---- 150 birr
2000member ---- 300 birr
3000member ---- 450 birr
4000member ---- 600 birr

Karaa @ABDETUOR quunnamuun yeroo gabaabaa keessatti hojjechiifachuu dandeessu.

#ENJOY VIP
Guyyaan Simannaa Eebbifamtoota Yuunvarsiitiiwwan Mootummaa Bara 2013 Ifoome!

Onkololeessa 23 fi 24 bara 2013:

• Yuunivarsiitii Finfinnee
• ASTU
• AASTU
• Yuunivarsiitii Hawaasaa
• Yuunivarsiitii Bulee Horaa
• Yuunivarsiitii Maqaalee
• Yuunivarsiitii Raayyaa
• Yuunivarsiitii Walloo
• Yuunivarsiitii Maqdal Ambaa
• Yuunivarsiitii Samaaraa

Onkololeessa 25 fi 26 bara 2013 :-

• Yuunivarsiitii Arsii
• Yuunivarsiitii Kotoobee M.
• Yuunivarsiitii Salaalee
• Yuunivarsiitii Dabraa Biraahan
• Yuunivarsiitii Dillaa
• Yuunivarsiitii Madda Walaabuu
• Yuunivarsiitii Aksuum
• Yuunivarsiitii Adigiraat
• Yuunivarsiitii Waldiyaa
• Yuunivarsiitii Arbaaminci
• Yuunivarsiitii Wachaamoo
• Yuunivarsiitii Jiinkaa
• Yuunivarsiitii Amboo
"Duruma irraa eegalee yeroon ani biyyatti galuuf ibsu qaamni jijjiirama ja'ee warri of yaamu kun gammachuu hin qaban ture.
Dhuma irratti manguddoota shan Ameerikaaatti natti ergan. Yeroo sanitti manguddoonni kuni kan natti himan akka waan rakkoo nageenyaa akka jiru godhanii natti himan. Dhugaan jiru garuu biyyatti galee isaaniin dorgomee dhiibbaa akkaan isaan irratti godhu sodaataniiti."
~ Jawar Mohammed
2024/09/28 11:23:20
Back to Top
HTML Embed Code: