Bulchiinsi Masalaa bakkuma duritti deebi'e fakkaata. Madaa ummataa kan amma dura madeessitanuu hin qoorree dhiisaa
"Godina harargee lixaa, Aanaa shanan dhuuggoo, ganda Coomaa keessati namoota guyyaa arraa ganama kessaa toora sa,aatii lamatii waraana humna addaatiin rukutamanii osoo yaala hin argatiin mana hidhaa keessa jiran.
1. Mikail Aliyii
2. Mahammad bakrii
3. Ibsaa Amiyee"
By jawar mohammed
@oromotoo

โ Of-eeggannoo!!
#Reetiinaa_Ija_Keenyaa_Akka_Hin_Dhabne
Waxabajjii 14/2012 ALH'tti Gaaddiddaa'uun Aduu waan mul'atuuf of-eeggannoo gochuu qabna!
๐Gaaddiddaa'uun Aduu bara 2012 kan mul'atu:-
- Waxabajjii 14/2012 ALH'ttidha,
- Gaaddiddaa'uu sanaan dukkanni sa'a 6'f ni argama,
- Guutummaa Itoophiyaatti ni mul'ata,
- Keessumaayyuu: Wallaggaa, Goojjam, Goondar, Dasee, Alaamaaxaa, Injibaaraatti parsantii 98 dukkana ta'ee ni mul'ata!
- Hojimaata Addunyaa karaa Dinagdee, Siyaasaa, humni olaanaa uumamaa argamuu danda'a jedhanii Saayintistoonni yaada isaanii dhiyeessaa jiru!
- Baha Itoophiyaa kaasee hanga Kaaba Itoophiyaatti Gaaddiddichi ni mul'ata!
- Aduun parsantii 98 ni gaaddiddoofti (Ji'atu gaaddiddeessa jechuudha)
๐Bakka itti mul'atuu fi bakka itti dhaabbatu:
- Jalqaba Walakkaa Afrikaa Koongoo irraa ni jalqaba, Sudaan, Itoophiyaa, Yemen, Paakistaan, Taayiwaan, Hindii fi Chaayinaa kutee Galaana Paasifik irratti dhaabbata!
- Dabalataan gaaddidaa'uun Aduu kun walakkaadhaan waggaa 18 booda, guutummaatti (akka kan bara kanaatti) immoo waggaa 146 booda akka deebi'ee mul'atu Saayintistoonni qorannoodhaan bira ga'aniiru!
๐Yeroo guutummaatti gaaddiddichi mul'atu:
- Halkan Waxabajjii 14/2012 ALH'tti sa'a 11:45 irratti ni jalqaba, ganama sa'a 03:40 irratti guutummaa guutuutti Ji'i dhufuudhaan Aduu irra ni oolti (kanaafuu, sa'a kanatti lafti parsantii 98 ni dukkanoofti), gaaddiddichi hanga guyyaa sa'a 06:45'tti ni tura! Sa'a kanatti Ji'i guutummaatti Aduu irraa ni deemti!
- Ijaan ilaaluun dhorkaadha, Retiinaa Ija namaa miidhuudhaan torban tokko booda jaamina Ijaaf nama saaxila!
- Kishaafa (Maxanxarii) Suuqii keessaa gurguramu fayyadamuun ilaaluun dhorkaadha!
- Gaaddiddaa'uu Aduuf jedhamee Kishaafni hojjetame jira garuu, biyya keessa hin jiru!
- Kishaafa Gaaddidaa'uu Aduuf fayyadu qabna warra jedhanirraa of-eeggadhaa!
- Of-eeggannoo guddaa taasisuu qabna! Dagattaniillee gaafa 14 sana (Sanbata Guddaa) hanga sa'a 06:45'tti gara Samiitti ol ilaaluu hin qabnu!
Uummanni keenya hedduun odeeffannoo kana waan hin qabneef share taasisuun hunda bira akka ga'u taasisuun dirqama lammummaa keenya haa baanu!!
๐Dr Liyaa Taaddasaa๐
Afaan Oromootti kan hiike Missman dirqama isaa bahateera!

JECHOOTA SAAYIKOOLOJII
KUTAA 12ffaa
WANTOONNI FUULDURAA HANGA DHUFANITTI DHIISI
๐ดBoru hin uumamnee kanaafuu isa irratti yeroo balleessuun hin barbaachisu
๐ดBoru Riqicha Adunyaa hin mildhanne keessa jiruudha
๐ดwanta fuulduraa irratti xiyyeeffachuu Amantiin keenya irraa nu dhoowwa, sababni isaa Adunyaa kanaan wajjiin hidhannaa yeroo dheeraa akka qabaannu nu godha
๐ดHojii hardhaa sirritti hojjachuudhan Boru hanga inni dhufutti dhiisi
๐ดAdunyaa Tana irratti abdii fulduraa wajjiin hidhannoon qabdu daangaa qabaatuu qaba
๐๐๐๐
@oromotoo
@oromotoo
@oromotoo
@oromo7
@All_islaam

(#Gammachuu)
Gammachuun filaannodha. Barbaannaan kunoo, yoon hin barbaanne immoo kuunnooti. Bakka biraatiis namaaf dhufa osoo hin taane, abbuma fedha qabu keessa jira. Hanga gammachuu filannookee hin godhannettiis gammadaa ta'uun waan hin yaadamnedha. Eenyuyyuu salphaatti kan isaa godhachuu ni danda'a. Gammaduun dhugaa baatuu fayyaaleessummaa jireenyaati malee, agarsiistuu tuulama qabeenyaa miti. "Kan qabu hundi gammadaa, kan hin qabne baay'eenis of jibbaadha," jedhanii timaamuun tilmaama ofii haqarraa fageessuudha.
Gammaduus ta'e gadduun hamma qabaattee ykn hamma dhabdeen madaalama osoo hin taane, hammaan akka of faana walii galtee jiraattuuni.
Gammadaa ta'uuf dirqama waan feetu hunda qabaachuu miti; waanuma qabdurraa fedha qabaachuu, guutumaatti waan jaalattu hojjechuu fi waan hojjettu immoo jaalachuudha. Gammachuun kana keessaa jira. Eeyyeen suma keessas jira. Suma keessa! Search it!
#Kanaafuu, gammachuu filannoo kee godhadhu!
~~~~~~~~~~~~~
Galatoomaa!
YAADAF @abdetuor ยฉ2020
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
JOIN SHARE GODHAA
@oromotoo
@oromotoo
@dedroro
@oromo7
@All_islaam
@jiruudha

Kitaaba Afaan Ingilizii ' The Alchemist jedhu kana waliin turtii bareedaa qabaadhaa! @oromotoo
โญโญโญโญโญโญโญโญโญโญโญโญโญโญ
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
โญโญโญโญโญโญโญโญโญโญโญโญโญโญ
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Seenaa Malcolm X kana dubbisaa Malcolm namoota Addunyaa kana jijjiiran keessaa isa tokko. @oromotoo
โญโญโญโญโญโญโญโญโญโญโญโญโญโญ
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
โญโญโญโญโญโญโญโญโญโญโญโญโญโญ
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
... Ajaaa'iba dhugaa...
๐Waan akkaan na ajaa'ibsiise takkaan isiniif himaa na faana turaamee.
๐Guyyaa tokko hiriyyaa khiyyaa wajjiin odumaan taa'u jiruuti hiriyyaan kiyya tokko iddoo biraatii "missed caal" narratti godhe aniis akka tasaa tahee qarshii xiqqoon kheeysaa qaba qarshii saniis "data" baneetiin "internet" irratti wahi godhuufiin itti haajamee taa'utti jira.
๐Deebiseetiifiin daqiiqaa lama itti dubbadhee akka santimni keeysatti naaf hafee haajaa ittiin bahadhu ja'eetii hiriyyaa kiyya kan na bira jiru kanatti himee yeroon daqiiqaa lama dubbise oduma inni yaada isaa hin fixin akka nama bilbilli santima fixee iiratti dhaamee tokkotti isatti fakkeeysee irratti dhaamse, hiriyyaan khiyya kha na bira jiruufii kha na dawwale khanaas walitti qoosaa goonaa beeytee yeroo hedduu๐
#Inniniis gochaan an hiriyyaa khiyya kha bakka biraatii natti dawwale irratti godhe khanatti yeroo seniif kofleetuma naa wajjiin ittiin buhaare...๐
#Amma guyya guyyaa khanatti aanu hiriyyaan kiyya kha na bira jiru khuniis bakka biraatii haajaa jabduuf natti haajamee akka tasaa bilbilli isaa saantima hin qabduu beeytee inniniis "Missed call" natti godhe aniis akka carraa tahee arraas bilbila khiyya keeysaa qarshii xiqqoon qaba odumaan deebissefii itti haasawu jiruu bilbilli kiyya santima fixee dhaame beekhiga arra dhugumaan fixee dhaamee๐
๐Nama biraa irraa bilbila fuudhee yeroon deebisuuufii natti kofle natti safaaxe.
๐Maal saheeti natti kofle natti safaaxe ni beeytanii akkaan waan an beekhaa irratti dhaamsee seheeti, akkaan khaleeysa isa bira taa'ee saahiba kiyya khaan san godhee waaniin isaas arra godhe saheti...๐ค
๐คNama qablii qabuuf seenaan kun ergaa guddaa qaba...
#Mee seenaa kanarraa waan hubattan @abdetuor gubbaan naaf ergaa aniis seenaa kanarraa waan barannu balliseetiin deebisee asirratti isiniif barreeysaa.
๐Dhaamsi itti fufa...

There is no passion to be found in playing smallโin settling for a life that is less than you are capable of living.
Nelson Mandela
@oromotoo
Nelson Mandela
@oromotoo
The One Thing Successful People Do Every Day: Journaling
What is it?
Journaling (or keeping letters or diaries) is an ancient tradition, one that dates back to at least 10th century Japan. It helps you enhance every aspect of your life.
Hereโs a short list of great men from history who kept journals:
โข Theodore Roosevelt
โข Thomas Jefferson
โข Charles Darwin
โข Benjamin Franklin
โข Lewis and Clark
โข Andrew Carnegie
โข Ralph Waldo Emerson
โข Captain Cook
โข Winston Churchill
โข Sir Edmund Hilary
โข Sir Ernest Henry Shackleton
I could go on, but I think you get the idea.
How to do it right?
Google it!

๐Seera kana ni guuttaa ati...
Yeroo namootaa waliin nyaata nyaattu
1,Odoo nyaachaa jirtuu quba irraa nyaata hin arraabin yoo nyaattanii fixxanfaa malee.
2,Namootaa waliin odoo nyaachaa jirtuu daftee quufe jattee hin ka'in qalbii namaatiif gaarii mitiitii, garuu namoonniin wajjiin nyaachaa jirtu san quufuu hin oolan jattee yoo yaadde kaatuus humaa hin qabu,eegalteetuma takkaafi lama kutattee quufe jachuutu rakkoo qaba malee...
3,Namootaa waliin odoo nyaachaa jirtuu daftee waan akka #fooniifii #lafee gubbaarraa hin fudhatin ijji nama garii rasaasarra hamtuudhaatii.
4,Odoo namootaa waliin nyaachaa jirtuu wantoota takka takka kan akka furriifaa firraa hin fuudhin softiinillee.
5,Nyaataa gosa tokkoo odoo nyaachaa jirtanii bakka teetii foon yoo dhumees bakka namaatii hin fuudhin. Siif hime laal an ijji nama garii nama danqartii๐
6,Nyaata namootaa waliin yeroo nyaattu odoo afaanii qabdu sanuu ka hin liqimsin deebiitee ka dabalataa saanaa keeysaa hin fudhatin,yaa abooo maali kotorbaandii saammachu jirta seetee ka afaaniifii harkatti ganda duraa guurrattee hafarsitu๐
7,odoo namootaa waliin nyaachaa jirtuu ilkee keeysaa waa if hin guurin. Akkas godhuunfaan dhugaa qaanyiidha,harka nyaachaa jirtuun ilkee keeysaamoo๐๐
8,Odoo namootaa wajjiin nyaataa jirtuu jidduun addaan kuttee mana ficcaanii dheeyxee hin deebi'in,dhugumatti kunfaan nama shirkisiisa...๐
#An asumatti haa dhaabuu mee seeraa kana kan dabalataa yoo qabaattaan @ABDETUOR gubbaan naaf ergaa. Ittiin fufsiisaa...
๐Dhaamsi itti fufa...
JOIN SHARE SHARE
๐๐๐๐๐๐๐
@OROMOTOO

Biyyoota oolla Itoophiyaatti haala yeroo vaayirasii koroonaa(COVID-19)
1.
namoonni qabaman=8,346
kan du'an=506
2.
namoonni qabaman=4,565
kan du'an=45
3.
namoonni qabaman=4,374
kan du'an=109
4.
namoonni qabaman=4,070
kan du'an=72
5.
namoonni qabaman=2,719
kan du'an=88
6.
7.
namoonni qabaman =142 kan du'an=0
@oromotoo
@oromotoo
1.
Sudaan
namoonni qabaman=8,346
kan du'an=506
2.
Jibuutii
namoonni qabaman=4,565
kan du'an=45
3.
Keeniyaa
namoonni qabaman=4,374
kan du'an=109
4.
Itoophiyaa
namoonni qabaman=4,070
kan du'an=72
5.
Somaaliyaa
namoonni qabaman=2,719
kan du'an=88
6.
Sudaan Kibbaa
namoonni qabaman=1,864 kan du'an=347.
Eertiraa
namoonni qabaman =142 kan du'an=0
@oromotoo
@oromotoo
#DrLiaTadesse
Itoophiyaatti saโaatii 24 darban keessatti qorannoo laabiraatoorii namoota 4848'f godhameen namootni 399 vaayirasichaan qabamuun isaanii mirkanaa'ee jira.
Waliigalatti Itoophiyaatti baay'inni namoota vaayirasichaan qabamuun isaanii mirkanaa'e 4,469 ga'eera.
Haala dhukkubsattootaa kanneenii:-
โ Namootni vaayirasichaan qabaman keessa 398 lammiilee Itoophiyaati; 1 lammii alaati. Koorniyaadhaan dhiirota 195 fi dubartoota 204 yoo taโan umuriidhaan waggaa 4- 85 gidduu kan jiranidha.
โ Bakki irraa argaman 135 iddoo tursiisaa addaa Yuunivarsiitii Siivil Sarviisii, 132 iddoo tusiisaa addaa Dawaalee fi Galiilee, 86 magaalaa Finfinnee, 18 naannoo Amaaraa , 14 Dirree Dawaa, 9 naannoo Oromiyaa, 2 naannoo Tigraay, 1 naannoo Kibbaa, 1 naannoo Somaalee, 1 naannoo Gambeellaa irraati.
โ Odeeffannoo biraatiin namootni 95 kan fayyan yoo tahu, Walii galaatti hanga ammaatti namootni 1,122 dhibee kana irraa fayyaniiru.

แฃแแแต 24 แฐแแต แแตแฅ แ แฐแฐแจแแ 4,848 แจแแฅแซแถแช แแญแแซ แถแตแต แแถ แแ แ แแ แ (399) แฐแแฝ แจแฎแฎแ แซแญแจแต แฐแแแถแฃแธแแแกแก แ แ แ แแแญ แ แแแซแฝแ แซแญแจแฑ แ แแญแแซ แจแฐแแแฃแธแ แฐแแฝ แแฅแญ 4469 แฐแญแทแแข
แซแญแจแฑ แจแฐแแแฃแธแ 195 แแแต แฅแ 204 แดแต แฒแแ แจแแตแ แญแแแธแ แจ4 แฅแตแจ 85 แแแต แแตแฅ แญแแแแข แ แแแแต 398 แฐแแฝ แขแตแฎแตแซแแซแ แฒแแ 1 แจแแญ แแ แแแข
แซแญแจแฑ แจแฐแแแฃแธแ 135 แฐแแฝ แจแฒแชแ แฐแญแชแต แฉแแจแญแฒแฒ แแญแถ แแแซแฃ 132 แฐแแฝ แจแฐแแแ แแแ แแญแถ แแแซแฃ 86 แฐแแฝ แจแ แฒแต แ แ แฃแฃ 18 แฐแแฝ แจแ แแซ แญแแแฃ 14 แฐแแฝ แจแตแฌแณแ แจแฐแ แ แตแฐแณแฐแญแฃ 9 แฐแแฝ แจแฆแฎแแซ แญแแแฃ 2 แฐแแฝ แจแตแแซแญ แญแแแฃ 1 แฐแ แจแฐแกแฅ แญแแแฃ 1 แฐแ แจแแแคแ แฅแ 1 แฐแ แจแฑแแ แญแแ แแธแแข
แ แแ แแแฉ แ แตแแแตแแ แแแต แแ แ แ แแตแต (95) แฐแแฝ (82 แจแ แฒแต แ แ แฃแฃ 8 แจแ แแซ แญแแแฃ 2 แจแถแแ แญแแ แฃ 1 แจแตแแซแญ แญแแแฃ 1 แจแฆแฎแแซ แญแแ แฅแ 1 แฐแ แจแแแคแ แญแแ) แซแแแ แฒแแ แ แ แ แแแญ แ แแแซแฝแ แจแ แฝแณแ แซแแแ แฐแแฝ แแฅแญ 1122 แแแข

#BREAKING_NEWS
COVID19 ETHIOPIA
Waxabajji 13 (June 20)
#ETHIOPIA |Ityoophiyaatti sa'aatii 24 darban keessatti qorannoo laabraatorii 4848 gaggeeffameen namoota dabalataa 399 irratti vaayirasichi irratti argamee jira.
Lakkoofsi namoota vaayirasichaan qabamanii waliigalaan 4469 gahee jira.
Namoonni har'a qabamu isaani mirkanaa'e keessaa namoonni 398 lammii Itoophiyaa yoo ta'an 1 lammii biyya alaati.
โธUmurii isaani waggaa 4 - waggaa 85 yoo ta'u,
โธkoorniyaan dhiira 195 fi dubartii 204.
135 iddoo tursiisa Yunivarsiitii #Siivil_Sarviis,
132 iddoo tursiisa #Dawallee fi #Gaalillee
86 magaala #Finfinnee
18 naannoo #Amaaraa
2 naannoo #Tigraay
9 naannoo #Oromiyaa
1 naannoo #Somaalee
1 naannoo #Kibbaa
14 magaala #Dirree_Dhawaa
1 naannoo #Gaambeellaa

HAALA DHUKKUBSATTOOTA
Namoonni har'a qabamu isaani mirkanaa'e keessaa namoonni 398 lammii Itoophiyaa yoo ta'an 1 lammii biyya alaati.
โธUmurii isaani waggaa 4 - waggaa 85 yoo ta'u,
โธkoorniyaan dhiira 195 fi dubartii 204.
Namoonni qabamu isaani mirkanaa'e:
135 iddoo tursiisa Yunivarsiitii #Siivil_Sarviis,
132 iddoo tursiisa #Dawallee fi #Gaalillee
86 magaala #Finfinnee
18 naannoo #Amaaraa
2 naannoo #Tigraay
9 naannoo #Oromiyaa
1 naannoo #Somaalee
1 naannoo #Kibbaa
14 magaala #Dirree_Dhawaa
1 naannoo #Gaambeellaa
@oromotoo
@oromotoo
Gaaddiddeessuun Aduu maaliiโ
Gaaddiddeessuun aduu kan muldhatu yommuu Addeessi Aduu fi lafa gidduu galuudhaan tarree tokko irratti argamaniidha.
Waxabajjii 14 Dilbata boru Itoophiyaatti akka mudhatu "Ethiopian space science" kanaan dura ibsee ture. Kunis kutaa biyyatti gara Lixaa Wallagga irraa eegalee Goojjaam, Goondariif Laalibalaa irratti ni mudhata jedhamee eegama.
Itoophiyaatti gaaddiddeessuun aduu kun guyyaa Dilbata ganama sa'aa 12:45 hanga 3:20 Itoophiyaa keessatti kan turu ta'aa. Kunis sa'aa lama fi daqiiqaa 35f tura jechuudha.
Gaaddiddeessuun aduu iddoo tokkotti deebi'ee mul'achuuf waggoota 400f tura. Haa ta'u malee gaadiddeessuun aduu bifa qubeellaa qabu kun Itoophiyaatti waggoota 18 booda Gaambeellaa keessatti ni mul'ata.
Magaalonni akka Finfinnee, Hawaasaa, Maqalee, Dasee, Adaamaa, Beegii, Meetii, Mandii fi kkf guutumatti haguuggiin aduu muldhachuu baatuus hamma ta'e ni muldhata jedhamee eegama.
#Hubachisaa: Gaaddiddeessuu aduu kana ija duwwaan ilaaluun keessoo ijaa miidhuun balaaf kan nama saaxiluudha jedhame.

๐ Obsaan dubbisi ๐
Fayyadamuu ๐ fi Jaallatamuuโค
๐นNamichi wayii osoo konkolaataa isaa miicuu, mucaansaa waggaa 6 dhagaa fuudhee cinaa konkolaataa hooqee sarara itti uume.
๐นAareetu, harka mucaa qabee baay'isee reebe
๐
๐นakka miidhaa jiru hin hubanne ture.โค
๐นMucaa hospitaala geessanis qubni cacabuun, mucaan quboota harkaa hunda dhabe.โค
๐นMucaan yommuu abbaasaa argu, ...โค
๐นijasaa imimmaaniin guuteen,"qubnikoo yoom fayya?'' jedhee gaafateโค
๐นNamichi nahee waan dubbatu wallaalee;โค
๐นachi deebi'ee konkolaataasaa deddeebisee dhidhiite.โค
๐นGochaasaatti baay'ee miidhame.....โค
๐นkonkolaataasaa fuuldura taa'ee isa dhodhooqesse ilaale;โค
๐นMucaansaa 'Abba sin jaalladha' jedhee barreesse.โคโค
๐นGuyyaa itti aanutti, namichi of ajjeese. . .โค
๐นAarii fi jaalalli dhuma hin qaban;โค
๐นJireenya bareedaa fi jaalalaa jiraachuuf isa lammaffaa filadhu....โคโค.
๐นWantoonni ni fayyadamamu, namoonni ni jaallatamu.โค
๐นGaruu rakkoon biyya lafaa har'aa,โค
๐นNamoonni ni fayyadamamu, wantoonni ni jaallatamu.โค
๐นBara kana, wantoota kanaaf iddoo haa laannu:โค
๐นWantootatti haa fayyadamnu, garuu namoota haa jaallannuโค
๐นYaadakee ilaali; isaantu jecha ta'a.โค
๐นJechootakee ilaali; isaantu gochoota ta'a.โค
Gochootakee ilaali; isaantu bartee ta'a.โค
๐นBarteekee ilaali isaantu amala ta'a;โค
๐นAmalakee ilaali; isaantu dhuma jireenyakee ta'a.โค
๐นKana hiriyaankoo yaadannoof naaf erguusaatti guddaan gammada.โค
๐นWaaqayyo si haa eebbisu.โค
๐นKana yoo nama biraaf dabarsuu dhiifte badiin uumamu hin jiru;
๐นyoo dabarsite garuu jireenya nama tokkoo jijjiiruu dandeessaโค
๐นHariiroo ijakee lamaanii beektaa?โค
๐นWal faana libsatu, wal wajjin socho'u, wal faana boo'u, wal faana waa ilaalu, wal faana junuunfatu.โค
๐นHaa ta'u malee wal hin argan.โค
๐นHiriyummaan akkana ta'uu qaba!
๐นJireenyi Hiriyootaan alaa duwwaadha.
๐นMichuunkee eenyu? Kana hundumaa michuuwwankeef ergi. Anis isaan keessaa tokko yoon ta'e deebisii naaf ergi. Meeqatu akka siif deebise ilaali. Yoo 7 ol argatte, ati dhugumatti nama jaallatamudha!๐บ๐พ๐บ
YAADAF๐@abdetuor
JOIN SHARE SHARE
โญโญโญโญโญโญโญ