Telegram Web Link
Lammiin Ameerikaa Filannoo Itoophiyaa taajjabaa ture tokko kutaa ciisichaa Hoteela isaa keessatti du'e argame.

👇
https://www.gadaapost.com/oduu/lammiin-ameerikaa-fi-2021-06-22-081736078082
#Dhaddacha

Himatamtoota galmee qondaala siyaasa ABO fi barreessaa kitaabootaa Yaasoo Kabbabaa jalatti mana murtiitti dhiyaatanii turan bilisa jedhamanii guyyaa har'aa mana hidhaa irraa bahaniiru.

Isaanis;
1. Yaasoo kabbabaa
2. Efreem Galataa
3. Fiixaa Caalaa
4. Galaanaa Waaqgaarii
5. Firaa'ol Indaaluu
6. Taaddaluu Yoonaas

Madda: SQB
Filannoo baranaa fi Oromiyaa: Filannoo Paartiin Badhaadhinaa kutaalee Oromiyaa baay'ee keessatti 'qofaasaa' dorgome
••••••••••••••••••••


Kaleessa Waxabajjii 14, 2013 magaalaa guddittii Godina Shawaa Lixaa, Amboo dabalatee bakkeewwan naannoo Oromiyaa baay'ee keessatti filannoo biyyaaleessaa marsaa 6ffaa bakka paartilee morkattoota hin jirreetti, paartii biyya bulchaa jiru Paartii Badhaadhinaa qofa filannoof bakka dhiyaate jirutti ummanni ganama barii kaasee hanga galgalaatti sagaleesaa kennaa oole.

Godina Shawaa Lixaatti Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataaf kaadhimamtoota 18 akkasumas Mana Maree Naannoof kaadhimamtoota 43 galmaa'aniiru. Godina kana keessaa Buraayyuutti Mana Paarlaamaaf (M/M/B/B/U) kaadhimamaa tokko kan galmeessise Paartii Tokkummaa fi Walqixxummaa akkasumas Paarlaamaaf (M/M/B/B/U) kaadhimamaa tokko fi Mana Maree Naannoof kaadhimamaa tokko kan galmeessise Paartii Walqixxummaa fi Bilisummaa Oromoo ala Paartiin Badhaadhinaa qofa naannolee filannoo hundatti dorgomaa ta'e dhiyaateera.
#HaacaaluuHundeessaa

Albama haaraa Artiist Haacaaluu Hundeessaa "Maal Mallisaa" jedhu yeroo dhiyootti gabaarra ni oola. Fuulli Fesbuukii haaraa maqaa isaatin banameera. Dhimmoota waa'ee hojiisaa darbaniifi fuuldura dhufan, maatiisaa, hojiilee maqaasaatiin hojjetamaniifi kaanis fuula kanarraa argattu. Like, follow fi share gochu hin dagatiinaa.

👇
https://www.facebook.com/hachaluhundessaofficial

•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••

Hachalu Hundessa’s new album, “Maal Mallisaa”, will be coming out soon. This (below) is official facebook page of artist Hachalu Hundessa. You can get all informations about his past works and the upcoming ones through this page. Don't forget to like, follow and share.

👇
https://www.facebook.com/hachaluhundessaofficial
Fresh students 2013:
#Update‼️

Barattoota haaraa bara 2013 gara mooraa university keessan deemtaniif yuuniversiitonni guyyaa seensaa beeksisan,

1.#Addis Ababa university
Wax.19 fi 20

2.#Wolaita Soddo university
Wax. 26 -27

3. #Samara university
Wax. 28 fi 29

4. #jigjiga university
Wax. 28 -30

5. #Gonder university
Wax. 23 fi 24

6. #Wollagga university
Wax. 28 fi 29

7. #Ambo university
Wax. 24 fi 25

8. #Wachamo university
Wax. 29 fi 30
🚩 galmee Online wax. 15-20

9. #Assosa university
Wax.26-30

10. #Wollo university
Wax. 29 fi 30

11. #Hawassa Univeristy
Wax. 21 fi 22
galmer Online wax. 15-20

12. #Debra_tabor Univeristy
Wax. 28 fi 29

13. #Debark Univeristy
Wax. 26-30

14. #Aastu Univeristy
🚩wax.24 fi 25


15. #Debra_birhan Univeristy
Wax. 25-30

16. #Bahirdar Univeristy
Wax.22 fi 23

17. #Selale Univeristy
Wax.24 fi 25

18. #Wolkite Univeristy

🚩wax. 28 fi 29

19. #Mekdela Amba Univeristy

🚩wax. 27 - 29

20 #Mekelle Univeristy

🚩wax. 21 - 26

21 #Dirre Dawa Univeristy

🚩wax. 27 - 30

22 #Dilla Univeristy

🚩wax. 22 fi 23

23 #Jimma University

🚩wax. 24 fi 25
galmee Online wax. 13-23

24 #Injibara Univeristy

🚩wax. 28 -30

25 #Astu Univeristy

🚩wax. 24 fi 25

26 #Gambella Univeristy

🚩wax. 28 fi 29

27#Woldia Univeristy

🚩wax. 29 fi 30

29. #Bule hora University
🚩wax.28-29

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
📡MIIDIYAA📡
T.me/OROMOTOO
T.me/OROMOTOO

📹YOUTUBE📹
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
https://youtu.be/p51FnhhOuDY

📩Yaada📩
@Qeerroo_mediabot
@Qeerroo_mediabot
Tigraayitti bakka dhiyeenya magaalaa Maqaleetti argamtu Togoogaa jedhamtutti, haleellaan xiyyaaraa lubbuu namootaa galaafachuu namoonni ijaan argine jedhan BBCtti himan.

Haatahu malee, namoonni meeqa lubbuu akka dhaban gabaasicha keessatti hin ibsamne.

Haleellaan magaalaa Maqaleerraa km25 bakka fagaattutti tahe kun waraana mootummaan raawwate jedhu namoonni ijaan argan.

@bbcAfaanOromoo ..
========Read more==
KFOn Mootummaan Ce'umsaa ijaaramuu akka qabu ibsuudhaan, tumsa akka godhan dhaabbilee idil-addunyaaf waamicha dhiyeesse.

[SQ Waxabajji 23/2021]

Kongiresiin Federaalawaa Oromoo (KFO) ibsa har'a baaseen filannoon Itoophiyaa fudhatama akka hin qabneefi nagaa fiduu akka hin dandeenye ibsee Mootummaan Ce'umsaa hunda hammate akka ijaaramu hojjechuusaa ibseera.

Kanaafis uummanni Itoophiyaa fi dhaabbileen idil-addunyaa tumsa akka godhan gaafateera.
Manneen Hidhaa Saudi Arabia irraa
============================
Maaloo Ilmaan Oromoo Ijoolleen nu harkatti dhumaa jirtii worri Woraqaa jireenyaa qabdan ,nyaataa, Aannaan Daa’immanii fi waan uffatan waan dandeessan hundaan nu dhaqqabaa, Addunyaattiis nuuf Iyyaa maaloo….
Maalo Oromoo tiyya subscribe nuuf godhuudhan nuu jajabessaa isinin jenna.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

Watch "NEW WALALOO JAWAR MOHAMMED DAWADHAA ISININ JENNA !" on YouTube
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
# bilisumaaa oromoo fi oromiyaaf wareegamee
#nuuf Gudadhu
Third daughter of Artist hachalu hundesa
2024/09/22 15:25:06
Back to Top
HTML Embed Code: