Gaaffii "hiikkaan Google Afaan Oromoo eessa gahe?" jedhu namoota baay'etu nu gaafachaa jira. Mee gabaabsinee haa ibsinuu.
Dhimmichi akka barbaadametti deemuu baatus tirachaatuma jira. kuni immoo sababa qaamni/dhaabni itti gaafatamummaa fudhatee deemun waan hin jirreefi. hanga ammaa namuu bakkuma jiruu dandeettii qabuun irratti hirmaachaa turee, ammaas itti jira.
Hanga ammaa jechootni hiikaman fi gulaalaman walii gala 115,500 (kuma dhibbaa fi kuma kudha shan) gahee jira. Garuu kana keessaa kan kallattiin hiikaman (translate) godhaman 22,400 dha. kan hafe jechootni 93,000 ol kan gulaalamaniidha. Dhaabbanni Google Afaan kana hojii eegalchiisuf jechoota Miliyoona tokko gahu barbaada. kuni kan agarsiisu imala deemame caalaa imalli dheeraan akka nu eeggatuudha.
Gareen adda addaa yeroo garaa garaatti jechoota Afaan Oromoo hiikaman kumaatamaan lakkaayamu sarvara dhuunfaa isaanii irratti qabatanii taa'aa jiru. Garee kanneen keessaa tokko JGAO (Jaatanii Guddicha Afaan Oromoo) kan jedhamuudha. Gareen kun bara 2016/2017 namoota hedduu hirmaachisuun jechoota baay'ee sassabatee ture. yeroo sana team'n keenya qofti jechoota baay'ee hiikuu irratti hirmaatee jira. Garuu osoo hin turin gareen kun wal dhabdee isaan jiddutti uumameen adda faca'an jechuu dhageenye.
Abbaan dhimmicha ol'aantummaan hogganaa ture jechoota mara san harkatti galfatee kunoo hanga ammaa irra ciisaa jira. Yeroo akkanaa fidanii gabii yoo hin goone hanga yoom qabatanii taa'u? Sarvara nama dhuunfaa irratti waan ummataa walitti qabuun rakkoon isaa kanaadha. Osoo jechootni sun marti har'a Google'f dabarfamanii kennamanii silaa hojii hiikkaa kana 50% oliin deeggaruu danda'a ture.
Amma hiikkaan Google afaan Oromoo harka nama dhuunfaa hin jiru. Dhimmicha ol'aantummaan kan hagganu Google matuma isaati. kana booda jechootni fi himootni nuti hiiknu bilaasha ta'ee bada jettanii yaaduu hin qabdan. hanga danda'ame dhimmicha gara fuul-duraatti butuun nurra jiraata.
Asumaan dhaamsi nuti qabnu gareelee jechoota hawaasni hiike harkaa qabdan fidaa gabii godhaa, ykn bu'aa irra geessan ummataaf ibsaa. kana raawwachuuf dirqamatu isinirra jira. Hiikkaa sana irratti namni hedduun yeroo ofii kennee hirmaatee jira. hundi bu'aa carraaqqii isaa arguu ni barbaada.
Namootni dhuunfaa akka dhuunfatti jechoota fi himoota hiikkattanii harkaa qabdan duulaa seena qabeessa kana irratti akka hirmaattan isiniif dhaamna. Akkasuma beektotni irratti hirmaachaa jirtan jechoota 20-30 hiiktanii dhiisuu osoo hin taane yoo xiqqaate jechoota dhibbaan lakkaayamu hiikuu qabdu. Afaan keenya silaayu qaama/dhaaba isaaf hojjatu hin qabu. hirmaannaa hunda keenyaatin galma barbaadamu ni geessina. Galatoomaa.
Team: Oromiasamsung

Dhaabbatni Dreamlaal Tajaajila 6 Gosa Tajaajilaa 18 waliin ifoomsee jira. Gatii isaanitiis hanga danda'ameen gad ⬇️% rukutee jira.
Tajaajila guutuu official website irraa argachuu dandeessu - https://dreamlaal.com
Warroonni tajaajila kana of bira tursiifachuu fi offline irratti ilaaluu barbaaddan PDF xiqqoo isiniif qopheessineerra.
Download PDF - https://bit.ly/3g1JayL

Dhaabbatni haaraan dhiheenya hundeeffame Dreamlaal tajaajiloota hedduu ifa godhee jira. hanga ammaa walii galatti tajaajila 6 Gosa tajaajilaa 18 waliin dhiheessee jira. Maxxansa har’aa keessatti maalummaa dhaabbata kanaa fi tajaajila isaanii gabaabsinee ilaalla.
Dhaabbatni Dreamlaal maali?
Dhaabbatni Dreamlaal sadarkaa duraa irratti tajaajila Web Design fi App Development kan kennuudha. Itti aansee tajaajila isaanin wal qabatu kamuu maamilootaaf ni kenna. Tajaajiloota xixiqqaa irraa hanga ol’aanaatti gatii madaalawaa ta’een dhiheessa. Hojiilee baay’ee wal qunnamtii sarara irraan raawwachuu kan danda’u yemmuu ta’u, kanneen qaamaan argamuu barbaadaniif Ogeessa ol’aanaa ergee qorachiisa.
Tajaajila Dreamlaal maaltu adda taasisa?
Hedduudha. Muraasa haa ilaalluu:
- 100% Afaan keetiin si tajaajilu, Marsaariitiin isaanii dreamlaal.com‘s guututti Afaan Oromootini. kun immoo akka biyya keenyatti kan jalqabaa isa taasisa.
- Website fi App akka idil-addunyaatti sadarkaa isaa eeggate hojjatu.
- karaa CMS yoo hordofan Paid theme fi Paid plugin gargaaramu.
- karaa PHP fi Java yoo hordofan koodii duwwaa irraa barreessu ‘source code’ guutuu ta’ee waliin siif dhiheessu.
- Application kee gara Play Store fi App Store publish ni godhu.
- Baatii 6’f si hordofu rakkoon yoo jiraate bilisaan deeggarsa suphaa siif taasisuu.
- Baasiin Host fi Domain kan waggaa jalqabaa isaanirra.
- HOST irratti ‘unlimited bandwidth, unlimited business email, unlimited data storage, Free SSL’ fi kkf.. hedduu banaa siif godhu.
1. TAJAAJILA BLOG WEBSITE
itti fufa... ⬇️
https://oromiasamsung.com/tajaajila-ammayyaa-dhaabbatni-dreamlaal-kennu-18/

Oduu Gaarii hin taane..
Mootummaan Itoophiyaa pilaatfoormii social media kan facebook, twitter, whatsapp fi zoom bakka bu'u hojjataa akka jiru beeksise. kanneen keessaa xumuramanii yaalii irra kan jiraani fi dhiyootti akka ifa godhaman Al-Aain INSA wabeeffachuun gabaasee jira.
Baajata guddaa itti dhangalaasun pilaatfoormii kanneen uumuun sababa maalif barbaachise jettanii yaaddu? Ol'aantummaa mootummaatin kan hogganamu yoo ta'e kun ummataaf gabrummaa guddaadha.
https://www.facebook.com/1466278626995613/posts/2753557551601041/

- Lakkoofsi IMEI maali?
- Bilbila bade argachuuf nu gargaaraa?
Lakkoofsi IMEI (International Mobile Equipment Identity) jedhamu lakkoofsa addaa bilbila hundaan wal qabateedha. Lakkoosfi kun baay'inni isaa dijitii 15 yoo ta'u, yeroo ariifachiisaa keessatti baay'ee barbaachisaadha.
Lakkoofsi IMEI lakkoofsa MEID jedhamuunis ni beekama. Lakkoofsi IMEI ykn MEID wal fakkaataan hin jiru. kuni immoo bilbila badu/hatamu irra gahuuf mala dhumaa ta'ee jira.
Lakkoofsi addaa kun bilbila haaraa hundaaf muudameera. akkasumas SIM card waliin wal qabatee jira. Kanaafuu, yoo bilbila dual-SIM (kan siimii lama fudhatu) faayyadamta ta'e, bilbilli kee lakkoofsa IMEI lama qaba jechuudha.
Bilbilli kee yoo bade/hatame karaalee adda addaa gargaaramuun carraan bilbila sana argachuu ni jiraata. Fkn; kaampaanii bilbila kee oomishe yoo quunnamte si gargaaruu danda'u. akkasuma, poolisoota naannoo keetii yoo quunnamte si gargaaruu danda'u. kan si gargaaran immoo yoo ati lakkoofsa IMEI qabaattedha. Biyyoota gurguddatan tokko tokko keessatti website lakkoofsa IMEI report irratti godhamu ni jira.
Lakkoofsa IMEI qofaan bilbila na jalaa bade irra gahuun danda'aa?
Ati lakkkoofsa IMEI qofa beektef bilbila tokko irra gahuu hin dandeessu. Qaamota olitti jenne gargaarsa gaafachuu si barbaachisa. qaamonni kun si gargaaruf haal-duree adda addaa si gaafachuu danda'u. Fkn; Abbummaa bilbila sanaa nuuf mirkaneessi jechuu, akkasuma; maalif bilbila sana argachuu akka barbaaddes si gaafachuu danda'u. Sababni; dogoggora ati dalagdeef bilbilli kee si jalaa bade/hatame waan ta'eef yeroo siif kennuu hin barbaadan.
Garuu; poolisoonni yakki hamaan bilbila keetin wal qabatu yoo raawwatame bilbilaaf jecha osoo hin taane namicha yakka raawwate adamsuuf mala kana gargaaramuu danda'u. isaanis kana gochuuf lakkoofsa IMEI sihirraa fedhu.
Amma barbaachisummaa lakkoofsa IMEI hubanne fakkaata. sababa kanaafis ta'ee kan birootif yeroon itti si barbaachisu dhufuu danda'a. kanaafuu; har'uma beekii ol kaayadhuu siif dhaamna.
Qabxiilee sadi lakkoofsa addaa kana argachuuf nu gargaaran haa ilaalluu. yoo bilbilli kee badellee argachuu ni dandeessa. (+screenshot)
https://oromiasamsung.com/lakkoofsi-imei-maali-bilbila-bade-argachuuf-nu-gargaaraa/

OROMIASAM
Lakkoofsi IMEI maali? Bilbila bade argachuuf nu gargaaraa?
Lakkoofsi IMEI (International Mobile Equipment Identity) jedhamu lakkoofsa addaa bilbila hundaan wal qabateedha. Lakkoosfi kun baay'inni isaa dijitii 15
Facebook Profile Lock 🔐
Facebook dhiheenya kana waan haaraa fidee jira. Hiriyoota keetin ala namni biraa 'Timeline' kee jala seenee akka hin sakattaane dhorkuu dandeessa.
https://youtu.be/JwX_QXDV-Tg

YouTube
Facebook Profile keessan Qulfii itti godhachuuf 🔐
Facebook Profile Lock
https://youtu.be/ZACnzIGYnyo
WhatsApp irratti suuraa yeroo namaf ergitan akka Sekoondii muraasa qofaf nama sana bira turiti meeqa keessantu ergu beeka?
Suuraa yeroo namaf ergitan akka Sekoondii muraasa qofaf nama Sana bira turutti ergine yeroo namni nutti erginef sun si'a takka banee ilaale ofuma isaatif suurichi akka ofiin baddutti erguun danda'ama. kana baruuf linkii kanaratti tuqa daawwadhan!

WhatsAppin Waan Haaraa Fidde! Suuraa Tokko Namaf Ergitani Akka Nama Sana Bira Hin Turee gochuuf
Suuraa tokko Namaf ergine akka namni sun yeroo tokkof qofa banee ilaaluu gochuu dandeenya. sana booda garuu suurichi ofumaa Isaati badda jechuudha
https://youtu.be/QDgRkAl-LOU
STC irraa gara STC ykn Sawa irraa gara Sawati akkamitti akka kaardii erguu dandeenyuu daawwadha!

STC Irraa gara STC Kaardii Erguuf How to Transfer Balance from STC to STC KSA
Sawa irraa gara Sawati kaardii erguuf
Appi tokko malee yeroo isinif bilbilamu akka bilbili keessan maqaa nama isinif bilbile sana waamuu salphaati gochuu akkamitti akka dandeessan baruuf vidiyoo kana hamma xummurati daawwadha
https://youtu.be/n3Zjd30qIuM
https://youtu.be/n3Zjd30qIuM
YouTube
Bilbili Yeroo Isinif Bilbilamuu Gargaaarsa Appi Tokko Malee Maqaa Nama Akka waamuu Gochuuf
Appi tokko malee yeroo isinif bilbilamu akka bilbili keessan maqaa nama isinif bilbile sana waamuu salphaati gochuu akkamitti akka dandeessan baruuf vidiyoo kana hamma xummurati daawwadha Laptop irratti facebook…
3D Logo (Pixellab) bilbilan tahe Computer keessaan fayyadamtaani logo ammayyaawaa professional tahe hojjachuuf linkii kana bana daawwadha
https://youtu.be/IiXAqLhT7Cs
https://youtu.be/IiXAqLhT7Cs
YouTube
Logo Ammayyaawaa bilbilan hojjachuuf - 3D GOLD LOGO
Application bilbila Android kamu ykn isaa nu barbachisaa jeetenii yaadan Computer ykn Laptop keessaan irratti akkamitti akka fayyadamuu dandeessan linkii kana banuun daawwadha
https://youtu.be/632u6auePkE
https://youtu.be/632u6auePkE
YouTube
Application bilbila android kamuu PC/Laptop irratti fayyadamuuf - BlueStacks
https://youtu.be/l_eb5ccYNL0
WhatsApp irratti ergaa tokko sagantaadhan ykn beellamaan erguuf (Wahtsapp scheduler)

WhatsApp Irratti ergaa tokko Sagantaadhan ykn beellamaan erguuf (WhatsApp scheduler)
#WhatsAppSchuduler
Imo namni hack godhee nuwajiin faayyadama jiruu akkataa itti beeku dandeenyuufi imo irratti account 2,3 fi sana ol akkataa Itti banuu dandeenyuu guutu isaatif vidiyoo kana daawwadha
https://youtu.be/geCqjvY0xgs
https://youtu.be/geCqjvY0xgs
YouTube
Imo namni Hack godhe nu wajiin fayyadamaa jiruu fi Imo irratti account 2 fi sana ol fayyadamuuf
#Imo_Update #Imo_irratti_account_2_fayyadamuuf
Channel Abdii Subscribe gochuudhaf https://youtube.com/channel/UC2oWjED6oTnnDnQgvTpSmBA

WhatsApp Afaan Oromootin hojii eegale!
Dhabbileen Teeknooloojii garagaraa afaan Oromoo afaan hojii dhabbataa isaanii gochuu akkuma itti fufanitti jiru.
Kanan duraa Dhaabbanni Meta(Facebook) Afaan oromootin hojii eegaluun isaa ni beektu jedhen yaada.
ammas dhabbataa metatin kan hogganamuu WhatsApp afaan oromootin hojii eegaluun isaa sadarkaa afaan oromoo irraa gahe kan nutti agarsiisuudha!
WhatsApp keessaan Afaan oromooti jijjirachuuf linkii kana irratti click gochuun vidiyoo isaa daawwadha.
https://youtu.be/Ki0igjB6smw

WhatsApp Afaan Oromootin hojii eegale! Baga Gammaddan jecha amma Afaan oromooti jijiiradha
#WhatsApp_Afaan_Oromootin