Telegram Web Link
Credit Card yoo si jala badde ykn hatamte, Namni argate sun Maallaqa keessaa qabdu kaashii baasuu hin danda'u. Garuu Super Market fedhe seenee maallaqa sanaan wanta fedhe bitachuunii danda'a. Akkasuma online irratti Marsaariitii tokko tokko irratti kafaltii raawwachuun Tajaajila barbaadu argachuunii ni danda'a. Kuni kan tahu; Hanga Ati kaardii sana block gootee faayidaan ala taasiftuttiidha.

Amma Garuu dhaabbanni SAMSUNG fi MASTERCARD waliin ta'uun kaardii 'Biometric Paymnet Card' kan Ashaaraa Quba keetin malee maallaqa baasii gochuu hin dandeenye hojirra oolchufi.

Odeeffannoo Technology Guyyuu argachuuf Karaa Facebook keenyaatin nu hordofaa.
https://facebook.com/oromosamsungpage
Youtube seera haaraya baasen Gibira 24% isinirraa sassaaba jedha. Gibirri kun akka siif hir'atuuf hanga May 31,2021tti foormii gibiraa sirraa barbaadamu submit gochuu qabda. Yoo foormii barbaadamu hin guutin dirqmaan galii argattu irraa 24% sirraa muarama. kuni channel gurguddaa irratti dhiibbaa qabaatuu baatus channel xixiqqaa irratti hedduu dhiibaa qaba.

Dhimma kana ilaalchisee waan dhiheessine qabna liinkii gadii tuquun guutuu hubadhaa.

https://oromiasamsung.com/youtube-seera-haaraya-baasen-gibira-24-isinirraa-sassaaba-jedha/
Youtube seera haaraya baasen Gibira 24% isinirraa sassaaba jedha. Gibirri kun akka siif hir'atuuf hanga May 31,2021tti foormii gibiraa sirraa barbaadamu submit gochuu qabda. Yoo foormii barbaadamu hin guutin dirqmaan galii argattu irraa 24% sirraa muarama.

Foormii Guutufi Dhimma Gibira (Tax) sirnaan hubachuuf;
https://oromiasamsung.com/youtube-seera-haaraya-baasen-gibira-24-isinirraa-sassaaba-jedha/
Bilbilli kee bade haa jennuu, ykn cabe haa jennuu, Memory'n teetis akkasuma taate haa jennuu, Simcardi teetis carruma kanatu argate haa jennuu. Garuu faayila kee guutuu deebistee argachuu dandeessa yoon siin jedhe hoo?

- Suuraa
- Vidiyoo
- Sagalee
- Barreeffama
- Lakkoofsa fi Dokumantii adda addaa..

Mala kana gargaaramuun faayila kee hunda ol kaayyachuu dandeessa. Faayila kanaas; Gosa bilbilaa kamuu irratti, Gosa kompiitaraa kamuu irratti, Biyya kamuufi yeroo kamuttuu argachuu ni dandeessa. Ati kan sirraa eegamu waa lama qofa sammuu keetitti qabachuudha.

Kunoo har'aaf baradhaa boruuf ol kaayyadhaa:
https://oromiasamsung.com/faayila-kamuu-akka-yoomuu-hin-bannetti-ol-kaayachuuf/
Faayyadamtoonni whatsapp hedduun seera haaraa bahe fudhachuu diduun baqachaa jiru. Akka gabaasa SensorTower'tti faayyadamtoonni Telegram fi Signal dhibbentaa 1200% dabalee jira. Kuni kan tahe erga whatsappin Seeraa haaraa dhimma Data irratti baasee boodadha. Whatsappinis maamiloonni isaa marti seera haaraya kana accept akka godhaniif hanga May 15tti (Guyyaa kaleessaa) carraa laatefi ture.

Namoonni beekaaniis tahee osoo hin beekin accept godhan bifuma barameen faayyadamtoota whatsapp ta'anii itti fufu.. Garuu Namoota seericha hin fudhannu jedhan irraa tajaajilli whatsapp hanga tokko daangeeffamaa jira. Kana keessaa Ergaa/Message erguu diduu, bilbilaa fi Notification nama gahuu dhiisuu fi kkf...
Daldala youtube irraa kan bara 2021

Namoota haarayaafi kanneen hojjachaa jirtaniif kuni hubannoo bal'aa dha. Youtube irraa maallaqa argachuuf qabxiilee ijoo beekamuu qaban ta'an 15.

- Youtube galii hangamii kafalaa jira?
- Galiin argamu akkamitti calculate godhama?
- Youtube irraa galii argachuu barbaannaa, eessarraa eegalla?
- Youtube irraa hojii akkam akkamii hojjachuu dandeenya?

Kanneenifii kan biroo ni ilaalla..
▶️ https://oromiasamsung.com/youtube-irraa-maallaqa-argachuuf-qabxiilee-beekamuu-qaban-15/
Windows 11

Sirni dalagaa "Windwos 11" june/24/2021 irraa eegalee faayyadamtootaf gad dhiifame. Wanta addaa inni qabatee dhufe keessaa tokko Application bilbila Android kallattiin Microsoft Store irraa download gochuun itti faayyadamuu nama dandeessisa.

kanaan wal qabatee softweeroonni qaama sadaffaa Application Android Laptop irratti hojjachiisuf gargaaran kan akka "Bluestacks" kasaaraa guddaa keessa galan.

https://www.facebook.com/1466278626995613/posts/2714960895460707/
Whatsapp'n waan haaraa fide.

Suuraa ykn Vidiyoo yeroo tokko qofa ilaalamu namaaf erguu ni dandeessu. Erga yeroo tokko laalamee booda lammata itti deebi'anii laaluun hin danda'amu. Ni haqama.

https://www.facebook.com/1466278626995613/posts/2718614258428704/
Google Aappiiwwan 9 kan Facebook namootaa hatuu irratti bobba'an Play Store keessaa balleessuu beeksise.

Kalaqtoonni Aappiiwwan kanneenii akkaataan Facebook itti hatan mala addaa akka gargaaraman beekamee jira. inniis "Beeksisa Aappii keenya keessaa akka sitti hin mul'anne gochuuf karaa accountii Facebook keetitiin login/signin godhi" jechuun gaafatan. Faayyadamtoonni baay'eenis beeksisa nama jeequ irraa bilisa ta'anii faayyyadamuuf jecha filannoo kanatti gargaaramuuf dirqaman. Kalaqtoonni kunneenis mala kanaan email, phone fi pass namoota hedduu akka walitti qabatan himame.
__________

Application kamuu erga download gootanii booda galmee kan isin gaafatu yoo tahe, of duuba deebi'uun itti dhiisuun gaaridha. Bakka isaa filannoodhaf Aappii biraa laaltanii faayyadamuu qabdu. Keessaafuu; Aappiiwwan official hin taane kan maalummaan isaanii hin beekamne, kan accountii social media keessaniin wal qabsiisuu barbaadu baqadhaa.

https://www.facebook.com/1466278626995613/posts/2722006768089453/
(Beeksisa)

Dhaabbatni Tajaajila Web Design Fi App Development Kennu Dreamlaal Technologies isin simata. Addunyaa Dijitaalaa irratti Yaadaa fi Hawwii Kee Dhugoomsuuf, Akka Fedha Keetiin, Kafaltii Gad Aanaan Si Tajaajilla jedhu.

see more at www.dreamlaal.com
Abbaa website fi Abbaa application tahi siin jedhu dhaabbatni Dreamlaal Technologies.

Tajaajila Keenya Adda Kan taasisan keessaa:

1) Ariifachiisaa: Tajaajila qulqullina ol'aanaa qabu yeroo gabaabaa keessatti ni hojjanna.
2) Deeggarsa: Barbaachisaa ta'ee yoo argame, Hojiilee hojjannu hundaaf baatii 6'f deeggarsa suphuu bilisaan taasifna.
3) Gorsa Bilisaa: Yaada kee sirraa fuudhuu qofaa miti. Hojii siif hojjatamu irratti Gorsa addaa bilisaan siif kennina.
4) Host & Domain: Tajaajila keenya kamuu yoo filatte, Baasiin Host fi Domain kan waggaa tokkoo nuhirra.

Tajaajila Ol Aanaa, Kafaltii Gad Aanaa.
Dabalataaf www.dreamlaal.com
Technology Addunyaa sodaa keessa galche “Deepfake”

Technology’n Deepfake bu’aalee AI (artificial intelligence) keessaa isa tokkoodha. Technology’n kun yaadni isaa turaa ta’uus dhiheenyaa kana qabatamaan hojii eegaluun isaa addunyaa sodaa keessa galchee jira. Deepfake waggoota muraasaa as suuraa/vidiyoo nama tokkoo kan nama biraatin bakka buusuu danda’ee jira. kana jechuun bakka Ati itti hin argaminitti si argamsiisuu danda’a, bakka Ati hin dhaabbatin si…

https://oromiasamsung.com/technology-addunyaa-sodaa-keessa-galche-deepfake/
Vidiyoo eegamaa ture!!

https://youtu.be/PF45S8rD678
Dhaabbanni keenya Dreamlaal erga hundeeffame kunoo baatii tokko gahee jira. Hanga ammaa hojii boonsaa baay'ee dalagne. Maamiloonni keenya yoo nuuf eeyyaman hojii hojjanne dhiyootti ifa ni taasisna, Isin ilaaluun qulqullina hojii keenyaa murteessuu dandeessu.

Tajaajiloota asii gadii immoo bara haaraa (2014) jalqaba irraa eegallee laachuu jalqabna.

- Hotel management system
- Hospital management system
- School management system
- Bank management system
- E-Commerce Website
- Job vacancy
- Budget system
- Digital library
- Music (Artist) Web
- Restaurant App
- Delivery App
- Short Video Community App...kan birootis.

Proojektiiwwan gurguddaaf Ogeessi ol'aanaan keenya qaaman bakkichatti argamee qorannoo barbaachisu erga taasisee booda walii galteen godhama. Biyya keessa bakka feete yoo jiraatte Nuti si dhaqqabna.

Dreamlaal Technologies
- https://dreamlaal.com
Daldala sarara irraatti seenuu barbaaddaa?

E-Commerce Website + Native App siistema guutuu waliin harka kee ni galchina. Baatii 6'f si hordofnaa, deeggarsa bilisaas siif taasifna.

Tajaajila keenya bara haaraa seenu eegallu keessaa tokko E-Commerce Website dha. Tajaajila armaan dura laannu Blog Web'tti aanee tajaajila kanaaf xiyyeeffannaa guddaa kenninee ni hojjanna.

Ammatti bakka qabachuuf hidhaa asii gadii banuun galmaayuun ni danda'ama.
- https://forms.gle/xskTz5JG3UDsUA8j6

Yookaan hanga marsaariitii keenya Dreamlaal.com irratti ifa taasisnu eeguun ni danda'ama.
2024/10/01 10:15:50
Back to Top
HTML Embed Code: