Telegram Web Link
Pattern ykn Password’n mobaayilaa akkamiin hojjata?

Akkuma beeknu pattern mobaayila keenyaa tuqaalee sagal jiran walqunnamsiisuudhaan uumama. Yeroo kanatti yoo xiqqaate tuqaaleen afur walqunnamuu qabu, akkasumas tuqaa tokko al lama irra deebiin  filachuu hin dandeenyu. Pattern’n itti galchinu eessa kaa’ama? Ykn bakka kamitti save ta’a? Mobaayila android tokko pattern dhaan yoo cufne pattern sun dhoksaadhaan folder ‘data’ jedhu keessa kaa’ama. Maqaan faayila…

https://oromiasamsung.com/pattern-ykn-passwordn-mobaayilaa-akkamiin-hojjata/
Yeroo jalqabaaf ATM eenyutu hojjate? PIN isaa maaliif dijitii afur qofa ta’ee hafe?

ATM (Automatic teller machine) yeroo jalqabaaf nama maqaan isaa John Sheperd Barron jedhamuun kalaqame. Maashinii kana kalaquuf maaltu isa kakaase? Namni kun Engineer yoo ta’u bara 1965 maallaqa baafachuuf gara mana baankii naannoo isaa jiruu deeme. Yoo mana baankii gahu sa’aatii hojiirra daqiiqaa sadii waan dabarseef olseenee maallaqa baafachuu dhorkame. Yeroo sanatti maallaqni hedduu waan…

https://oromiasamsung.com/yeroo-jalqabaaf-atm-eenyutu-hojjate-pin-isaa-maaliif-dijitii-afur-qofa-taee-hafe/
UAE/Dubai irraa akkamitti kaardii bilbilaa gara Itoophiyaatti erginaa gaaffii jedhuuf Deebii:

Akkaataa siim kaardii 'Etisalat' irraa kaardii bilbila gara biyyaatti erguu dandeessaniin vidiyoo gabaabaa kana daawwadhaa. kan siim kaardii DU yeroo biraa ni dhiheessina.(asumaan maatii keessaniis yaadadhaa isiniin jenna 😅)

👉 https://youtu.be/KLIUNrqXxqo
Baga Gammaddan! Moo'attonni torban kanaa badhaasa isaanii fudhatanii jiru. Ati maal eegda?
💵 🎁 Badhaasa kaardi fi badhaasota biroo keenya kan moo'atan warreen nu biratti galmaayan qofa!

Amma galmaayi, Galmaayuf Email fi Maqaa sirrii qofa barbaada ✔️

👉 https://oromiasamsung.com/subscribe-by-email/
Diishii fi TV akkamiin qindoominaan hojjata?

Televiziyoona irratti daataa gosa lama jechuun suuraa fi sagaleetu darba. Akkamiin dhaabbata TV (TV station) biraa ka’ee namoota TV ilaalan bira gahaa? Jalqaba dhaabbilee TV irraa suuraa fi sagaleen walfaana gara samiitti ol dhukaafama. Yeroo dhukaafamu sana bifa habalakaan kan deemu yoo ta’u deemee saatalaayitii hawaa keessaa bira gaha. Saatalaayitiin immoo kofa itti dhukaafame sana…

https://oromiasamsung.com/diishii-fi-tv-akkamiin-qindoominaan-hojjata/
Seenaa dhufaatii Facebook bara 2003 irraa kaasee

Facebook kan eegale dargaggeessa maqaan isaa Mark Zuckerberg jedhamuuni. Mark Zuckerberg daa’imummaa isaarraa kaasee nama barnoota kompiitaraa gosa programming barateedha. Namni kun kaka’umsa abbaan isaa itti horeen dandeettiin isaa dabalaa deeme. Kabaja ayyaana dhaloota waggaa 7ffaa isaa irratti abbaan isaa kitaaba programming maqaan isaa “C++ for dummies” jedhamu bitee kenneef. Ergasii dandeettiin isaa baay’ee dabalaa…

https://oromiasamsung.com/seenaa-dhufaatii-facebook-bara-2003-irraa-kaasee/
#Qatar Sarara (Simcard) #Vodafone irraa gara biyyatti Mobile card Erguuf warri gaafacha turtan deebin keessan kunooti ! warri Sim card #Ooredo fayyadamtanis dhihooti nu Eega.
https://youtu.be/aG-1jZONDik
Barnoota Telegram kutaa 6ffaa – waa’ee Bot baradhu

- Bot Youtube irraa vidiyoo buusu
- Bot vidiyoo sagaleetti jijjiiree nuuf buusu
- Akkasuma Bot Facebook irraa vidiyoo ittiin buufachuu dandeenyu. Akkuma beekamu Data faayyadamuun YouTube irraa vidiyoo buufachuu yoo barbaadne qarshii hedduu nu jalaa fixa. vidiyoo ykn sagalee barbaanne buufachuuf Aappii biroo gargaaramuus nu gaafata. bilbila xixiqqaa yoo kan qabannu tahe,…

https://oromiasamsung.com/barnoota-telegram-kutaa-6ffaa-waaee-bot-baradhu/
Channel name was changed to «Oromosamsung 📱💻»
Oromosamsung 📱💻
Photo
Hubachiisa: dhimma badhaasa kaardii ilaalchisee namoonni hedduun gaaffii nuuf ergaa jiru. "Ani isin biratti galamaayen jiraa akkamitti badhaasa keessan moo'adhaa? maalif badhaasni na hin geenyefi kkf.." nu gaafachaa jiru.

Nutiis ni jenna: hojiin keenya badhaasa kaardii hiruu miti 😊 Hojiin keenya maxxansa Technology Afaan Oromootin raabsudha. Nuti kan jenne maamilootni keenya kanneen yeroo hunda nu hordofan badhaasa keenya moo'achuu carraa qabu jenne. Namootni tokko tokko nu biratti kan galmaayaniif badhaasa fudhachuu qofaafi kanneen battaluma galmaa'initti badhaasa nu gaafataniis jiru. kuni dogongoraadha. Badhaasa qofaaf nu biratti yoo galmoofte amma kana galmee kee kaafachuu dandeessa. Ammaas irra deebinee ni jenna! Hojiin keenya badhaasa kaardii hiruu miti.

Maamilootni keenya yeroo dheeraaf nu hordoftan hojii keenya sirritti beektu kanneen carraan isin gahee badhaasa keenya yeroo lamaa fi isaa ol moo'attaniis sirritti ni hubattu. Maamilootni keenya haaraya nuuf taatan immoo akkasitti hubadhaa kaayyoo Oromosamsung isa sirrii beekaa. Asumaan warreen torban darbe badhaasa kaardii moo'atan sagalee isaanii nuuf erganii jiruu guyyoota muraasa booda YouTube keenya irratti ni maxxansina.
Youtube.com/oromosamsung

Email'n galmaayun maalif barbaachise? Barnoota barsiifnu kan social media irratti raabsinu karaa email'niis ni raabsina. Kan adda isa taasisu immoo beeksisa addaa yoo qabaanne karaa email'n raabsina. Fkn, badhaasa kennuu yoo murteessine dursa irratti warra email'n galmaaye qofatu beeksisa sana arga. Namni beeksisicha dura arge, dubbisee ajaja raawwadhu jedhu raawwataa ni moo'ata jechuudha. Beeksisni badhaasa torban darbe karuma Emal'n raabsamee ture beeksisichiis akkas jedha "Har'a badhaasa kaardii qabnaa badhaasa kana moo'achuuf Reply godhii, badhaasni namoota 5 dursanii Reply godhaniif raabsamaa" jedha. Namootni hedduun beeksisa kana waan hin arganiif akkaatan badhaasa kaardii ifa hin taanef. Garuu nuti dursinee badhaasa keenya warreen moo'chuu danda'an kanneen Email isaanitiin nu biratti galmaayanii jennee himaa turre.

Email'n galmaayuu kiyya akkmitti mirkaneeffadha? salphaadha akkuma galmooften daqiiqaa muraasa keessatti ergaan "galmeen milkaa'ee jira" jedhu siif ergama. yoo ergaan kun siif hin dhufin, guyyoota lamaafi sadi keessattiis maxxansi tokko yoo siif hin ergamin Ati dogongoraan akka galmoofte sakkuu qabda. Ammaas email kee sirrii ta'uu mirkaneeffadhuu irra deebin galmaayi. yoo ati nama notification sitti baay'atu taate yeroo yeroon Gmail kee check gochuu dandeessa. Liinkii ittiin galmooftu argachuuf asuma channel keenya irratti Email jedhii search godhi.

Akeekachiisa: Telegram kana irratti maqaa keenyan burjaajjii uumamu ittisuuf ni hojjanna. kanaaf immoo Telegram kana irraa channel lamaafi, Group tokko qofa qabna isaanis:

@Oromosamsung
@OroElearning
@UrjiiNet

Nuti maxxansaas tahee beeksisa bakka sadeen kana malee bakka birootti kallattiin paste goonee hin erginu. Garuu forward gochuu ni dandeenya. kanaaf isin madda forward irraa tahe ilaalun qulqulleeffachuu dandeessu. Ammaaf chanaalin nuti forward irratti goonu 3 qofa isaanis @Rameonline @OdaStudio @Abbu_tech kanaan ala bakka biratti kallattiin hin erginuus forward hin goonus. Namni biraa maxxansa keenya kallattiin paste godhuu ni dhorkina. yoo irraa gammade kara fedhetti forward gochuu ni danda'a. madda forward irraa tahe qulqulleeffachuun immoo hojii nama hundaa ta'a.

Galatoomaa! dhuma irratti ammaas ni jenna hojiin keenya badhaasa kaardii hiruu miti. Hojiin keenya maxxansa Technology Afaan saba bal'aatin raabsudha. osomaa ta'uu yeroo barbaannetti beeksisa badhaasaa baasus mirga qabna. kana immoo kan irraa faayyadamu maamilota dhugaa keenyadha! Nagayaan turaa.
Dollarin meqaan akka sharaafama jiruu qubaqabdu?

Yooyaa akkam jirtuu hordoftoota keenya naga keessanii ?
Vidiyoo hardha keessatti Sharaafa maallaqa biyyoota garagaraa kaneen akka USA,Dubaayi, Baharen,Saawdi Arabiyaa,Qatar,Kuweet,Omaani fi Ijiptiin Walduraa duuban isinif dhiheessinera itti dhihaadha!
https://youtu.be/_-rEwbPEqjI
https://youtu.be/_-rEwbPEqjI
Forwarded from Oromosamsung 📱💻 (Oromosamsung)
Bilbila keenya osoo namatti hin kennin dura waan beekuu qabnu

Iccitiin dhuunfaa keenyaa akka hin mul’anneef bilbila keenya osoo namatti hin kennin dura of eeggannoo barbaachisu taasisuun ni gorfama. keessaafuu yeroo ammaa kana nama bilbila keenya nu harkaa fuudhu hunda amanuu hin qabnu. sababni isaa Appiiwwan badii daqiiqaa lamaafi sadi hin caalle jiddutti bilbila keenya keessa awwaalamuu waan danda’aniifidha. Aappiwwan badii bilbila keenya keessa seennan…

https://oromiasamsung.com/bilbila-keenya-osoo-namatti-hin-kennin-dura-waan-beekuu-qabnu/
Hiikkaa Google Afaan Oromoo irratti hirmaachuuf

Afaan Oromoo Afaanota Gurguddoo Addunyaa 109 tti makamee tajaajila kennuu jalqabuuf Jechootni English Miliyoona 1 fi isaa ol Afaan Oromootti yoo hiikamaniidha. Kana milkeessuf Namni Jechaa fi Hima Afaan English gara Afaan oromootti hiikuu danda’u kamuu irratti hirmaachuu ni danda’a. Afaan Oromoo tarree Afaanota gurguddatanii hiriirsun hojii namoota muraasaa miti, ykn kan dhaabbata tokkoo miti.…

https://oromiasamsung.com/hiikkaa-google-afaan-oromoo-irratti-hirmaachuuf/
Appii fi koodii sobaa maallaqni keenya ittiin hatamu akka itti beekuu dandeenyu fi of eeggannoo gochuu qabnu

Yeroo ammaa karaa lamaan kaardiin bilbilaa nu jalaa hatamuu danda’a. kuni akkamitti ta’a? Furmaatni isaa hoo? Qabxiilee asii gadii laman sirnaan hubadhaa. 1. Moosaajii/Appii maallaqa hatu. karaan kun telegram irratti kaardii bilbilaa nama biroo hatuuf baay’inaan mul’ataa jira. Group fi channel garaagaraa irratti Appii ittiin maallaqni hatamu hedduun dalagamee maxxansama. karaa keessatiinis namatti dhufanii nama…

https://oromiasamsung.com/appii-fi-koodii-sobaa-maallaqni-keenya-ittiin-hatamu-akka-itti-beekuu-dandeenyu-fi-of-eeggannoo-gochuu-qabnu/
Passwordi facebook keessanii yoo dagattan maloota ittiin argachuu dandeessan

Baay’een keenya jecha darbii (password) facebook yoo daganne lakkoofsa bilbilaa keenya irratti ‘reset code’ akka ergamu gochuun passwordi haaraatti jijjiirranna. Haa ta’u malee yoo ‘reset code’ SMS dhaan ergamu nuuf dhufuu dide ykn SIM card’n sun nu harka yoo hin jirre passwordi keenya argachuuf rakkanna. Furmaatni maali? karaaleen biroo passwordi keessan argachuu dandeessan kan armaan…

https://oromiasamsung.com/passwordi-facebook-keessanii-yoo-dagattan-maloota-ittiin-argachuu-dandeessan/
Barnoota Telegram kutaa 7ffaa – waa’ee Bot bardhu

Bot telegramaa faayyadamuun jecha kamiiyyuu gara afaanota addunyaa irra jiranitti hiikuu akka itti dandeenyu fi odeeffannoo dhibee koroonaa biyya keessaa ittiin argannu. Barannoo kana keessatti bot lamaa fi faayyadama isaanii kan ilaallu ta’a: 1. Bot jecha tokko gara afaanota addunyaa irra jiraniitti nuuf hiiku Bot kun bot salphaa fayyadamni isaas mijataadha. Jecha tokko afaan barbaadne…

https://oromiasamsung.com/barnoota-telegram-kutaa-7ffaa-waaee-bot-bardhu/
Godaansa gara Ameerikaa DV 2022 guutun eegalame!

DV’n maali?
Guutuuf ulaagaalee akkamii gaafata?
Akkamittis guutuu dandeenya?

DV (Diversity Visa)’n carraa lootarii gara biyya Ameerikaatti nu galchu yoo ta’u ‘Green Card Lottery’ jedhamuunis ni waamama. Addunyaa kanarraa biyyi wanta kana raawwattu ykn carraadhaan garasheetti nama fudhattu Ameerikaa qofaadha. Kana jechuun, carraa DV guutuun gara biyya Ameerikaa qofa nama geessa jechuudha. Ameerikaan carraa kanaan waggaa tokko…

https://oromiasamsung.com/godaansa-gara-ameerikaa-dv-2022-guutun-eegalame/
Dhaabbanni Apple doolaara 288,500 Garee hacker’ootaf kenne

Dhaabbanni Technology beekamaan Addunyaa kanaa Apple kan bilbilootaa fi Kompiitaroota gosa Apple oomishuun beekamu garee hatuxxeewwanii namoota shan of keessaa qabuuf doolaara 288,500 kenne. Dhaabbanni Apple doolaara USA 288,500 kana garee hatuxxeewwaniif kan kennees gareen kun karaalee 55 bilbiloonni Apple hatuxxeewwaniif (hacker)’f itti saaxilamuu dandahan waan adda baasanii kaampaanichaaf kennaniifi dha. Karaalee 55 fayyadamtoota bilbiloota…

https://oromiasamsung.com/dhaabbanni-apple-doolaara-288500-garee-hackerootaf-kenne/
Maloota 5 faayila kompiitara irraa bade deebisnee ittiin argannu

Faayilli kompiitara keenya irraa haala garaagaraan baduu danda’a. Akkasumas dogoggoraan faayila barbaachisaa ta’e balleessuu dandeenya. Faayila akka tasaa bade argachuuf maloota shan isiniif dhiyeessineerra.

1. Recycle bin keessa check gochuu. Kompiitara kamirraayyuu faayiloonni badan recycle keessa taa’u. Faayilli tokko permanently delete hin taane yoo ta’e, as keessaa argachuu dandeessu jechuudha. Faayilicha Restore gochuun akkuma duraatti…

https://oromiasamsung.com/maloota-5-faayila-kompiitara-irraa-bade-deebisnee-ittiin-argannu/
2024/10/01 06:09:12
Back to Top
HTML Embed Code: