Telegram Web Link
Har'aas gara Sa'uudi Arabiyaa deemne Maamiloonni keenya walakkaan garasii waan nu hordofaniif Gaaffii isaanitiif furmaata waaraa barbaadun dirqama nutti tahe.

Siimkaardii STC kaardii eeyyama keessan malee isin jalaa murtuuf deebii
👉 https://youtu.be/81G3QV5Q-Eg
konkolaataa shufeerii malee ofiin deemu – Technology ajaa’ibaa

Konkolaatan konkolaachisaa (shufeerii) malee ofiin deemu akkamiin hojjatamuu danda’e? kun abjuu namatti fakkaachuu danda’a. Garuu teknooloojiin konkolaataa konkolaachisaa malee ofiin deemu dhugoomaa jira. Kanaaf immoo Technology dhaabbata kanneen akka Google, Uber, Tesla, Nissan fi kkf project dhaan dhugoomanii jiran. keessumattuu technology maqaan isaa semi-autonomous car (kan namaaf ofiin ofaamu) hedduu hojirra oolee jira. Fakkeenyaaf dhaabbata…

https://oromiasamsung.com/konkolaataa-shufeerii-malee-ofiin-deemu-technology-ajaaibaa/
Karoota sadiin passwordi Facebook keessanii isin jalaa itti hatamu

Warri Facebook namaa hatu maloota ijoo asii gadii 3’n keessaa tokko faayyadama. isin ammoo sadeenuu sirritti hubadhaa irraa of tiksaa. 1. Mala Hawaasummaa (Social Engineering) Malli kun salphamatti dadhabina keessanitti faayyadamuun akkaawuntii Facebook keessan bananii seenu jechuudha, inniis karaalee hedduu of keessaa qaba muraasni isaanii:- Passwordi keessan tilmaamuu. kana jechuun lakkoofsa bilbila keessan itti yaalu,…

https://oromiasamsung.com/karoota-sadiin-passwordi-facebook-keessanii-isin-jalaa-itti-hatamu/
Rakkoolee hoo’uu bilbilaa fi furmaata isaa

Phone heating/ Hoo’uu bilbilaa kan fidan sababoota hedduutu jira. rakkoon hoo’insa bilbilaa kun baay’inaan yeroo ammaa kan nama mudatuudha. hedduun keenya sababa isaas hin beeknu. osoo sababa hin beekin immoo furmaata argachuun hin danda’amu. kanaafuu bilbila keessan hoo’insa irraa ittisuuf qabxiilee ijoo armaan gadii 7 sirnaan hojiirra oolchaa. 1. Use Original Charger Chaarjerii Orijinaala qofa…

https://oromiasamsung.com/rakkoolee-hoouu-bilbilaa-fi-furmaata-isaa/
Gb whatsappin haaraya dhufe!
Amma download godhachuun ni danda'ama. Warreen kana duraa faayyadamaa jirtan Update gochuuf kanuma buufadhaa. Garuu dursa kan jalqabaa yoo haqxan gaaridha.

Akkaataa download itti godhamu baruufi Liinkii kallattiin download irraa gootan argachuuf vidiyoo daqiiqaa 5ni kana daawwadhaa..
👉 https://youtu.be/pL5dOjZYu_s
Barraaaaaq Barraaq !!!!!!
Flash disk faayila fudhachuu fi copy gochuu dide sirreessuuf

Flash disk kankee yoo siif hojjachuu dide akkam goota? Ni gatta moo ogeessa bira geessita? Flash disk faayila fudhachuu fi copy gochuu dide kompiitara ykn Laptop kee faayyadamuun sirreessuu ni dandeessa. stepi shanan armaan gadii sirnaan raawwadhu. Step 1: Jalqaba keyboard kee irraa “Win+R” walduukaa tuqi. Saanduqa dhuferratti ‘cmd’ jedhii barreessi. Kana booda screen gurraacha…

https://oromiasamsung.com/flash-disk-faayila-fudhachuu-fi-copy-gochuu-dide-sirreessuuf/
Barreeffama (chat) tokko kan sababa garagarattif nama barreesitan gara sagalee shamaratti Jijjiiruun nama ykn qaama barbadaan Sanif Eergu dandeessuu.akkamiti akka jijjiiruun danda'amu vidiyoo HDn youtube irratti dawwaadha👇🏻
https://youtu.be/mici-1fLiQo
Warreen Technology jaalattan qofaaf ❗️

Email keetin nu biratti galmaayi, Nuti immoo guyyaa hunda sa'aatii 6tti si yaadanna!

➙ Maxxansaalee Teknooloojii garaa garaa bifa barruufi bifa vidiyootin ni dhiheessina.
➙ Gorsaa fi Leenjii waa'ee Teknooloojii irraa Hubannoo bal'aa ni kennina.
➙ Barnoota Bilbila Amayyaa, Kompiitaraa fi Laptopi ni dhiheessina.
➙ iccitiilee interniitaa ni dhiheessina
➙ Hojiilee online irratti hojjatamaniin wal qabatee barnoota barbaachisaa ni barsiifna.

💵 🎁 Badhaasa kaardi fi badhaasota biroo keenya kan moo'atan warreen nu biratti galmaa'an qofa!

Amma galmaayi
👉 https://oromiasamsung.com/subscribe-by-email/
Youtubarooni Itoophiyaa keessaa jirtan kan youtube irraa galii argatanii kara ittin google Adsense keessaa maallaqa bafachuu fi akkaawuntii keessan google Adsense irratti banun isin dhibee kinoo vidiyoo kana dawwaadha
https://youtu.be/bY9uNiCcp5w
Barnoota Telegram kutaa 5ffaa – waa’ee Bot baradhu

Barnoota Telegram kutaa 5ffaa kana keessatti kan ilaallu:
- Maalummaa ‘Bot’
- Faayidaa isaa
- Akkaataa itti ‘Bot’ dhuunfaa keenyaa uummachuu dandeenyu ilaalla. Bot jechuun gabaabumatti qaama sadaffaa Telegramaa fi  fayyadamtoota telegraamaa jidduu kan dalagu jechuudha. Bot kanaas Robot jennee waamuu akka dandeenyu kutaa 4ffaa keessatti ilaallee turre. Robot jechuun waan barbaadame yeroo barbaadametti akka ajajametti kan hojjachuu danda’u…

https://oromiasamsung.com/barnoota-telegram-kutaa-5ffaa-waaee-bot-baradhu/
Bilbilli android maalif ‘App not installed’ jedhee app barbaanne install gochuu dida?

Bilbilli android maaliif ‘App not installed’ jedhee app keenya install gochuu dida? Furmaatn isaahoo maali? Appii haaraa tokko install gochuuf yoo jennu ‘App not installed’ kan jedhuuf sababoota gurguddoo 8 qaba.  Isaanis:
- App wal fakkaataan dursee jirachuu.
- Android version bilbila keenyaan wal madaaluu dhabuu.
- Rakkoo siistamaa (System problem) qabaachuu.
- Kallattiin install ta’uu diduu.
- Rakkoo ‘App preferance’Teessoo appichaa.Rakkoo ‘Package installer’…

https://oromiasamsung.com/bilbilli-android-maalif-app-not-installed-jedhee-app-barbaanne-install-gochuu-dida/
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Badhaasa Kaardii 📲

warreen email isaanitiin nu biratti galmaayanii dura duraan nu hordofan badhaasa kaardii moo'atan!!!! Ati maal eegda? badhaasni birootis jiraachuu danda'a. kottaa amma galmaayi.

Galmaayuf Liinkii kana banii, email keetifi maqaa kee guutii bakka SUBSCRIBE jedhu tuqi.
👉 https://oromiasamsung.com/subscribe-by-email/
Warroni yeroo baay'ee kara keessattin Sim kaardii Mobile irraa akkamiti mobile card ykn ( Balance) gara Itoophiyaa akkamiti ergu dandeenya jeetani gaafatanif deebin keessan kunooti

Waliif Qoodu hin Irraanfatinaa

https://youtu.be/lPgo-l7c6_c
Sensor maali? Faayidaa akkamii qaba?

Sensor’n qaama elektirooniksii ta’ee jijjiirama naannoo tokkoo beekuu fi safaruu kan danda’uudha. Dabalees jijjiirama sana adda baasee deebii kennuu kan danda’uudha. Akkuma namni qaama miiraa qabu meeshaan elektirooniksiis qaama miiraa ittiin haala naannoo isaa too’atu ni qaba. Sensor gosoota kumaatamaan lakkaa’amantu jiru. isaan keessaa sensor gurguddoon mobaayila keessatti argaman kan armaan gadiiti: 1. Accelerometer Gosti…

https://oromiasamsung.com/sensor-maali-faayidaa-akkamii-qaba/
Dargaggoo lamaan Google kalaqan

Google amma nuti fayyadamnu kun jalqaba dargaggoota lamaan kan hundeeffamedha. Dargaggoonni kunneen kaadhimamtoota barnoota PhD kan ta’an maqaan isaanii Larry Page fi Sergey Brin jedhamu.

Akkamiin gara hojii kanaatti dhufan? Barattoonni kunneen waraqaa eebba isaanii (PhD dissertion) gosa barnoota saayinsii kompiitaraaf mata duree osoo barbaadanii, waa’ee ‘page rank’ (Algorizimii marsariitii wal dorgomsiisee isa gaarii fi…

https://oromiasamsung.com/dargaggoo-lamaan-google-kalaqan/
Battery qusachuuf furmaata haaraa:
Battery'n keessan dafee dhumuun isin rakkisa yoo ta'ee Aappii kana faayyadamaa.

👉 https://youtu.be/T6bc-b9TsNM
Android maali?

Android’n sirna dalagaa (operating system) mobaayilaa kan yeroo ammaa bali’naan jirudha. Operating system mobaayilaa jechuun gosa sooftiweeraa mobaayila keessatti argamu kan qaamoleen mobaayilaa hundi waliigalanii waliin akka dalagan taasisudha. Fknf, application nuti itti feenu mobaayila keenya waliin waliigalanii akka hojjatan godha. Android operating system kan biroo irraa maaltu adda godhee mobaayila irratti akka beekamtii cimaa argatu…

https://oromiasamsung.com/android-maali/
WinRAR maali? Akkamiin hojjata?

WinRAR’n sooftiweera daataa guddaa walitti cuunfanii (compress) kaa’uuf gargaarudha. Kunis tajaajila gurguddaa nuuf kenna. Fknf, email dhaan data guddatee nuuf ergamuu dide hamma isaa xiqqeessuun erguu nu dandeessisa. Dabalees bakka (storage space) keenya qusachuuf filatamaadha.
- Akkamiin hojjata?
- Akkamiin compress gochuu danda’a? Daataa tokko kottoonfachiisuuf maloota algorithm hedduutu jiru. Fakkeenyaaf, documenti suuraa 20 cuunfuu yoo barbaade…

https://oromiasamsung.com/winrar-maali-akkamiin-hojjata/
Faayila barbaadde hunda altokkotti ariitidhaan download gochuuf, osoo download gochaa jirtuu yoo dhimmi addaa si quunname Pause ▶️ gochuun yeroo feetetti itti deebitee resume gochuun xumuruu dandeessa.

Video download
Audio download
App download
Document download

👉 https://youtu.be/qJqFkAuOfBg
2024/10/01 08:19:46
Back to Top
HTML Embed Code: