Telegram Web Link
Forwarded from Galaa Sammuu
Sambata guddaa ijoollee teenya qabannee eecha oollaa? Warra #Garba_Gurracahaaf deebiin kunoo👏

"Dilbata dhufu sa'atii 4:00 irraa eegalee Mooraa Bulchiinsa Magaalaa Garba Gurraachatti, Feestivaala Daa'immanii adda ta'e:

Tapha Barnootaa Gulantaalee Sirna Gadaa
Maatii Toomiifi Jeerii
Eelmoo
Aartii Tikuwaandoo
Shubbisa
Tiraanpoolii
Tapha Islaayidii
Tiyaatira Ijoollee
Akkasuma Taphoota garaa garaa soddomaa ol ta'antu qophaa'e.

Koottaa, Yaadannoo borii ijoollee keessanii har'a kaa'aa!

Gatiin Seensaa Qr. 200
Feestivaala Daa'immanii Siimbaa!"

Warrene saganticha hirmaachuu barbaaddam
Abebe Tola(+25122868876) dubbisaa🙏
Forwarded from keby
EKERAA NAMOOME

Ekeraan nama hin ta'u ture. Garuu gootni hin du'a malee hin ekeroomu. Foontu du'a malee, hojiin isaa hin dhokatu. Ekeraan namoome viidiyoo qulqullina olaanaafi, taatota hedduun kan hojjetamedha. Lafee foonni gootaa irraa molqametti, foon uwwisee, gootota keenya kana dura fooniin du'anii seenaan jiraataa jiran, deebise fooniin nu gidduu jiraachisa. Waa'ee keenya kana carraa lammaffaa deebi'anii jiraachuu utuu argatanii maal akka jedhan yayyaba. Fiilmii gabaabaa walaloon sonaa'e kanatti dadhabbii hedduutu itti ba'e. Daqiiqaa muraa qofadha. Kan nama dhibu barreessichi haadha isa deesse faana, haadhaafi ilma ta'uu taatoo ta'ee taphateera. Liinkii asii gadiin seennee ilaallee haa jajjabeeasinu. Viidiyoon kun dorgommiitti dhiyaatee jira. Yoo daawwii gaarii argate badhaasa fooyya'aa badhaafama. Tumsaa.

https://youtu.be/ESWZBIip1cc?si=Mzygj1tzVOC39bPJ
Badhaasni Faawundeeshinii Haacaaluu Hundeessaatiin waggaa waggaan qophaa’u, dameelee 11 irratti A L I Waxabajji 22 bara 2016 gaggeeffama.Faawondeeshiniin kun weellisicha yaadachuun cinatti hojiilee aartii guddisuu kan kaayyeeffatedha.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/BJxp2DV
#Mo'uumoo_mo'amuu?

Namni lolaaf manaa bahe tokko waan lama yaaduu danda'a. Yaadees tokkoosaa ofitti aanfatee hiriyoomfata. Yaada mo'uufi mo'atamuu! Bakka kanatti, akka mo'amu yaada keessaa qabaachuun, mo'amuu nama kanaa keessatti gahee hammana hinjedhamne qaba. "Nan mo'a....hinmo'u!" jedhee manaa bahuun, mo'uufi mo'amuu nama kanaaf hangana gahee qaba edda ta'ee, 'nan mo'a' jechuu maaltu jalaa dhokse? Isa kana dubbichi!
Tokkoo isaa ofitti aanfachuun egaa, filannoo abbaati. Mo'uufi mo'amuun immoo, bu'aa filannichaati. Filannoo gaariitti ifaajni dabalamnaan, wanti hintaaneefii hinjiru. Filadhu; filannoon kan abbaati! Mo'icha filadhu malees, harka hinkennin!

Dubbisuufi barreessuun ittuma fufa!

@Dr_AbdisaEj.
Forwarded from Hakim
Dr. Gudata Hinika is a board-certified surgeon and a member of the ER team at California Hospital Medical Center. He specializes in trauma surgery and surgical critical care. For the past ten years, he has served as Chief of Trauma and General Surgery at California Hospital Medical Center.

Dr. Gudeta’s journey from a small village in Oromia Region, Ethiopia (Duro, West Arsi) to becoming the chief of trauma and emergency surgery in California exemplifies his extraordinary dedication and resilience. His exceptional leadership and surgical expertise have saved countless lives and significantly advanced trauma care.

In addition to his medical prowess, Dr. Gudeta's philanthropic work is truly appreciable. His relentless efforts to combat illiteracy, poverty, and disease have uplifted numerous communities, providing education (via Gode Secondary School), healthcare (via Nagelle Arsi General Hospital and Medical College), and hope to those in need. His selflessness and commitment to improving lives showcase the essence of true leadership.

We should vote for Dr. Gudeta Hinika for the Lifetime Leadership Award staged by African Economic Development Solutions of Minnesota. His journey and humanitarian efforts serve as a beacon of hope and inspiration for us all. Let’s honor his remarkable contributions and unwavering dedication.

Cast your vote now for Dr. Gudeta via this link: https://forms.gle/6Xx4VxCCpwdDStS16

@HakimEthio
Dhugaafi gumaankee golgamee hafus, seenaankee yoomuu darbee jiraata. Yeroo nu bira jirtu garmaammiinkee, yeroo qaamaan nu biraa deemtemmmo hojiifi maqaankee diinaaf sodaa nuyiif immoo galaadha.
Haceekoo, yaadatamaa yeroo maraa!
Forwarded from ኦሮማይ
ኦሮማይ በአሉ ግርማ.pdf
4.6 MB
📚ርዕስ:- ኦሮማይ
📝ደራሲ:- በዓሉ ግርማ
📜ዘውግ :- ልብ ወለድ
📅ዓ. ም :- 1972
📖የገፅ ብዛት:- 372
Lessons From "The Power of a Humble Life" by Richard E. Simmons III

1. True Strength Lies in Humility
Humility is often misunderstood as a sign of weakness or lack of confidence. However, Simmons argues that true humility requires significant inner strength. It takes courage to acknowledge one’s flaws, seek feedback, and admit mistakes. By doing so, individuals can grow and improve continuously. This perspective challenges the conventional notion of strength, shifting the focus from external displays of power to internal resilience and self-improvement.

2. The Importance of Self-Awareness
Self-awareness is the foundation of humility. It involves an honest and thorough understanding of one’s character, emotions, and motivations. Simmons highlights that self-awareness allows individuals to recognize their strengths and weaknesses without self-deception or denial. This clarity helps in setting realistic goals, making better decisions, and engaging in more meaningful self-reflection. It also encourages continuous personal development and a deeper understanding of how one’s actions impact others.

3. Building Strong Relationships
Humility is crucial for building and maintaining strong, healthy relationships. It fosters empathy, as humble individuals are more likely to listen actively and understand the perspectives of others. This creates a foundation of mutual respect and trust. Humility also discourages arrogance and selfishness, promoting a more cooperative and supportive dynamic in personal and professional relationships. Simmons emphasizes that humility leads to deeper, more authentic connections, as people feel valued and understood.

4. Effective Leadership
Humble leadership is characterized by a servant-leadership approach, where the leader prioritizes the needs and development of their team. Simmons argues that humble leaders are more approachable, willing to admit their mistakes, and open to new ideas. This fosters a collaborative and inclusive work environment. Employees are more likely to feel valued and motivated, leading to higher levels of engagement and productivity. Humility in leadership also sets a positive example, encouraging similar behavior throughout the organization.

5. Resilience in Adversity
Humility equips individuals with the resilience needed to navigate life’s challenges. By accepting that failure is a part of the learning process, humble individuals can bounce back from setbacks more effectively. They are less likely to be discouraged by obstacles, viewing them instead as opportunities for growth. Simmons highlights that humility encourages a growth mindset, where difficulties are seen as temporary and surmountable with effort and persistence.

6. Fostering Gratitude
A humble perspective naturally leads to a sense of gratitude. Recognizing that one’s achievements are often the result of collective effort, rather than solely personal endeavor, cultivates appreciation for the contributions of others. Simmons suggests that gratitude enhances well-being and satisfaction, as individuals become more aware of and thankful for the positive aspects of their lives. This attitude of gratitude can improve mental health and foster a more positive outlook on life.

7. Encouraging Innovation and Creativity
Humility opens the door to innovation and creativity by fostering an environment where diverse ideas and perspectives are valued. Humble individuals acknowledge that they do not have all the answers and are more willing to seek input from others. This openness encourages creative problem-solving and the exploration of new approaches. Simmons emphasizes that humility allows for greater intellectual curiosity and flexibility, essential traits for innovation in any field.

8. Living Authentically
Living a humble life means embracing authenticity and integrity. Humble individuals are true to themselves and their values, avoiding pretense and hypocrisy. Simmons highlights that this authenticity builds trust and respect, both internally and externally.
Authentic living also promotes consistency and reliability, strengthening personal and professional relationships.

Taken from "The Power of a Humble Life" by Richard E. Simmons III

@Dr_AbdisaEj.
Forwarded from TIKVAH AFAAN OROMOO
#NGAT

Qormaanni Biyyaalessaa Seensa Digirii Lammaffaa (GAT) yoom kennama?

Qormaanni Seensa Digirii Lammaffaa (GAT) kan bara 2016 dhumaa ji’a Adoolessa keessa kennama.

Hoggansi olaanaa Ministeera Barnootaa tokko Tikvah Itoophiyaa'f yaada kennaniin, Qormaanni Biyyaalessaa Seensa Digirii Lammaffaa (GAT) marsaa 3ffaa torbee dhumaa ji'a Adooleessa keessa akka kennamu beeksiseera.

Qormaanni seensaa barattoota digrii lammaffaa marsaa 2ffaa sadaasa bara 2016 akka kenname ni yaadatama.

@tikvahethafaanoromoo  @tikvahorobot
Forwarded from Dr.Bulti Likisa Official Channel👨‍⚕️ (Dr.Bulti👨‍⚕️💞)
DHIBEE GIFIRAA (#MEASLES)
~~~
Dhukkuba talaalliin ittifamuu danda'u, garuu ammallee biyya keenyaaf mataa bowwoo ta'aa jira.

Gifirri dhibee vayirasiin dhufuufi carraa namaa namatti darbuu ol'aanaa qabu yoo ta’u, akki daddarba isaas dhangala'aa funyaan fi afaan nama dhibee kanaan qabameeni.

Keessattuu guyyoota muraasa shiftoon qaama irratti bahu duraa fi booda jiran hedduuminaan daddarba.

Dhibeen kun nama kamiyyuu kan miidhu ta’us, caalmaattii garuu daa’imman huba.

Maaltu dhibee kanaaf saaxilamuu dabalaa?
💎Umurii 5 gadii fi 30 ol
💎Hanqina soorataa
💎Humna ittisa dhukkubaa dadhabaa
💎Balaa uumamaa ykn namtolchee
💎Talaallii dhabuu

MALLATTOOLEE DHUKKUBICHAA
Hoo’ina qaamaa
Qufaa
Dhukkubbii/diimachuu ijaa
Dhangala’aan funyaaniin ba’uu
Shiftoo fuularra eegaluun gara kutaa qaama birootti babal’atu

XAAXAA DHUKKUBICHAA (#Complications)
Dhibee kanaan walqabatee rakkooleen fayyaa kana:

🔹️Ija jaamsuu
🔹️Infeekshinii sammuu
🔹️Dhangala’aan qaamaa hir’achuu
🔹️Infeekshinii sombaa fi gurraa
🔹️Hir'ina ulfaatinaa
🔹️Garaa kaasaa yeroo dheeraa fi madaa’uu afaaniiti.

YAALII DHUKKUBICHAA
♦️Mallaattoowwan armaan olii yoo argitan daa’ima keessan saffisaan gara dhaabbata fayyaa geessuu.

♦️Wal’aansi kennamu Vaayitaminii A fi yaaliiwwan hojii sirna qaamaa gargaaran [#supportive_cares] ta'a

♦️Tamsa'ina dhibee kanaa ittisuufis daa’imman dhibee kanaan qabaman kutaa qofaatti (#isolated_room) wal’aanamu.

TOOFTAALEE ITTISA DHUKKUBICHAA
🔷️Talaallii farra Gifiraa: daa'imman talaallii kana marsaa lamaaf fudhatan dandeettiin dhibee kana of irraa ittisuu isaanii dhibbentaa 97 taha.

🔷️Vaayitaminii A (#Vitamin_A) fudhachuu
🔷️Qulqullina dhuunfaa fi naannoo eeguu
🔷️Tuttuqqii dhukkubsataa irraa of eeguu fi
🔷️Nama mallattoo dhukkubicha qabu dafanii gara dhabbata fayyatti geessuu.
Dr. Mo'iboon Camadaa

@Fayyaa_egeree
#Atumtuu_ofiif_gahaadha!

Ati ofiikeef gahaadha! Namni jireenyakee irratti gooftaa ta'ee lafa kanarra kaa'ames tokko hin jiru. Akka fedhetti jireenyakee gidduu galuufis, namni tokko mirga hin qabu. Namni kamuu akka gadditu si gochuuf, haaboos ta'e mirga hin qabu. Akkanuma, jireenyakeef gahaa akka hin taanetti akka yaaddu namni si gochuuf mirga qabu hin jiru. Hin jiru! Atumtuu ofiif gahaadha!

Qal'aa taatu furdaa, gabaabaa taatu dheeraa, adiis taatu gurraacha, ati ofiikeef gahaadha. Namni sirriin yookaan gahaan sirra siif caalu hin jiru. Kun kana ta'ee osoo jiruu, eenyuma laata inni akka waan ati ofiikeef gahaa hin taaneetti kan yaada kaasuu danda'u? Sii mooji!

Namni kamiyyuu fedhaafi filannoo garagaraa qaba. Kanaaf akka garagaraattis dhadhama jireeyaa horachuu danda'a. Filannoon nama biraa kan nama biraati, filannoon kankee immoo kanuma keeti. Namni filannoo dhuunfaasaa jireenyakee keessa sutuuf mirga qabus tokko hin jiru. Akka namni biraan si eegutti deddeebi'uu dhiisuu malta, akkanuma beekumsaafi gahumsa sirraa barbaadan hin qabdu ta'a. Kana jechuun ati jireenyakeef, ofiikeef gahaa miti jechuu miti. Yeroo kana akka nama biraatti yookaan ija nama biraan guutuu fakkaachuu dhiiftus, ofiif garuu guutuudha. Eeyyeen, ati ofiif gahaadha! Sekoondii tokkoofuu gonkumaa akka nama hir'uutti of hin fudhatiin, hin yaadiinis! Ati nama kabajamuu, jaallatamuu, amanamuufi harkarra qabamuun maluufiidha. Eeyyeen, atumti kun!

Nama keessaas namni dalagaakeetti amanu, jabinakee beekuufi filannookee kabaju in jira. Dhugaadha, namni nama keessaa nama ta'e kan filatamaa ta'uukee hubatu, kan naannoosaa jiraachuunkee addunyaasaa bareechu ni jira. Kanas nama hundarraa eegda osoo hin taane, nama sirrii irraati. Nama akkanaa egaa obsaan eegii filadhu!

Nama hundaaf guutuu akka hin taanes hin dagatiin. Ta'us garuu ati ofiikeef guutuudha. Akkanuma, nama siif adda ta'eef guutuudha. Namoonni tokko tokko gara jireenyakee dhufanii si ceepha'u, yaadas sirratti kennuufi kaasuun miirri ofiikeef gahaa ta'uu dhabuu akka sitti dhagahamu gochuu yaalu. Ati garuu, isaaniin hin dhagahiin. Akka oduun isaanii oduu waa'ee hin baafneetti, dhiisiis bira darbi. Akka nama biraatti osoo hin taane akka dhuunfaakeetti jiraachuuf uumamte. Dhugaadha! Seenaa nama biraatiinis osoo hin taane, kanumakeen goota taata. Mana kankee keessa jiraatta, deemsa dhuunfaakeerra deemta, bareecha kankeen faayamta, fakkaattii dhuunfaakeen argamta, beekamtiima keetinis mul'atta. Eeyyeen kanumakeen! Yoo namni biraan si jibbes dhimmasaati. Ati nama biraa garaa gahuuf qofaa miti kan jiraattu! Garuu, ofiikeef gahaa ta'uun siif gahaadha. Sababni isaas ofiif kan ati kaa'amte. Ati nama biraa, namni biraanis si ta'uu hin danda'u; ati nama addaati! Nama ofiif maludhas! Sababa namni sitti gammaduu dhiiseefis hin jijjiiramiin. Kun homaa tokko rakkoo hin qabu. Rakkoo kan qabu sababa ofii jijjiiramuu qabduuf jijjiiramuu yoo baattedha. Eeyyeen, deemsakeetu siif murteessa. Gammachuu keetus siif caala. Atumtuu ofiif gahaadhaatii, ofumakee ta'i! Be yourself; that's enough!

Atumtuu ofiif gahaadha!
[Reposted]
Galatoomaa!🙏🏻

Dubbisuufi barreessuun ittuma fufa!
Dr. Abdiisaa Ejjetaati

@Orobook
Barreeffamni kun asoosama miti; seenaa dhugaa qaxalichi tokko kutee keessa darbedha. Jiruufi jireenya akkanaa irratti bu'aa ba'iin barnoota Medicine yeroo dabalamu immoo danda'uu mitii yaaduufuu namatti ulfaata. Dr. Simeen garuu seenaa godhee duubatti ilaalaa jira. Kun mallattoo kutannoofi cichoominaa dhalootaaf fakkeenya guddaa ta'udha. Akka dubbiftaniif affeeramtanii jirtu!

Abbaa seenaa kanaa, Dr. Simee Haayiluun baga gammadde jennaan! Congratulations!🙏🏻😍

@Orobook
2024/09/24 03:29:07
Back to Top
HTML Embed Code: