Telegram Web Link
Nama khee jechuun nama gaafa ati rakkatte harka si qabe. Warra gaafa ati khufte si tinnise yoomiyyuu hin irraanfatin๐Ÿซก
#Nama_khee
Jireenyi khee tartiiba sii qabate jechuun nama biraatitti muudii akka qabattuufii miti bro, akka Rabbi galatoomfattuufi malee๐Ÿซก๐Ÿ’ฌ

#Galateeffadhu
#Hamdaka๐Ÿ™
"Harka takka tan yeroo ati mucucaatte ol si qabduutu, harka khuma tan yeroo ati galma geeyse baga gammadde jechuudhaaf harka si fuutu siif caala."
Galateeffadhu ๐Ÿ™๐Ÿ’”

โšก๏ธ๐Ÿ“ข ๐ฃ๐จ๐ข๐ง ๐Ÿ‘‰ ๐’๐ก๐š๐ซ๐ž ๐†๐จ๐๐ก๐ฎ๐ง ๐ฆ๐š๐š๐ญ๐ข ๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐ž๐ฅ ๐“๐š๐ก๐š๐š
๐ŸŒน#SHARE_LINK_And_JOIN๐ŸŒป๐Ÿ“ข๐Ÿ“ข
@oroNej
@oroNej
@๐Ÿ…ž๏ธŽ๐Ÿ…ก๏ธŽ๐Ÿ…ž๏ธŽ๐Ÿ…๏ธŽ๐Ÿ…”๏ธŽ๐Ÿ…™๏ธŽ
Rule no. 3

Badii ni balleessan, ni dogoggaran, ni dhoysan san booda gaafa ati irra geesse 'atuu akkasii mii' ja'anii dahoo si godhachuu barbaadan. Isaan irraa if fageessi

#RuleNo3
"Gaafa Roomaa dhayxe akka Roomaanotaa ta'i" Wanni ja'amu san Edaan akkana. Khunoo Khabiir Adem Dhalate dhalate "Gaafa Hindii dhayxe, akka Hindootaa ta'i" jedhee hindoomee jira.๐Ÿ˜

Bifaanillee hindoomee mii!?
Khabiira miyyoo san fiddeetuma dhufuu deemta moo?๐Ÿ˜† hundaafuu maa shaa Allah jannee jirra
Forwarded from Jemal Sheikh Bakri
Salawaata buusuudhaan Ajrii haa heddummeeffannuu ๐Ÿ“ฉ

ุงู„ู‡ู… ุงู„ุตู„ ูˆุณู„ู… ุนู„ู‰ ุณูŠุฏู†ุง ู…ุญู…ุฏ
@JemalSheikhBakri1
ู‡ู„ ู†ุนูŠุด ุงู„ุญูŠุงุฉ ุฃู… ู†ู…ุฑ ููŠู‡ุง ูู‚ุทุŸ
Saahiba kiyya, obboleessa kiyya, Ustaaz Imaamuddin H Aliyyi wajjiin.
. "ุฃู†ุช ู„ุณุช ู…ุฌุฑุฏ ุตุฏูŠู‚ุŒ ุจู„ ุฑููŠู‚ ุฏุฑุจูŠ ุงู„ุฐูŠ ูŠุดุงุฑูƒู†ูŠ ูƒู„ ุดูŠุก."

Yeroo hedduu kamtu irra dheeraa jennee wal falmina, mee murteessaa!
Rule no.4

Ifirratti hojjadhu. Akkatti yaadattee ifirratti hin hojjanneef waan hedduutu si shaaghala. Jabina khee isaanitti garsiisuun duratti, mataa kheetirratti hojjadhu.

#Rule_no.4
"Yaada business tokkon qaba. Rabbi na khaasee dureessa tokkotti hoggaan himu, ji'a lama booda yaada kiyya hojitti jijjiire. Ani ammoo taphaa ala na godhe" naan ja'e saahibni kiyya.

#AyDureessoo ๐Ÿ˜
" Namni ifii dawaan dhabu, harreellee afaan namaa qabu" ja'a warri kheenya. Dhuguma namni ifii faayidaa hin dhabu

#Firaa fi #Aantee
Rabii'a keessa jirra
Mootii ji'ootaa
Goobaanaatu dhalate
Hangafa hayyootaa
Ji'a khana keessaa
Rasuul caalaa anbiyootaa
****

Rasuul Amiin (Saw)
Khalid Sheekh Muhammad Rashaad

Har'a ilma sheekha kheenyaa wajjii daqiiqaa dheertuu haasoyne. Seenaan Sheekha kheenyaa siidaa taatee nuufi ilmaan kheenya kan wilii dhufan keessatti akka dhaabbattuuf Bifa kitaabaatiin taa'uun barbaachisummaa akka qabu hundi kheenya ni beeyna.

Khalid waggaa lama dura kitaaba kans khaayee irraa xumuruu naaf hime. Waan khana milkeessuufillee hedduu fedha akka qabun irraa dhaga'e.

Hundaafuu Kitaabni khun Gad bahee Siidaa tahee onnee ummata Sheekh Muhammad Rashaad qabsaa'eefi keessatti akka hafu abdiin qaba ๐Ÿ™

Foundation Sheekh Muhammad Rashaadis quba qabaadhaan dhaamsa kiyya
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Waggaan kun dhumuuf deema waggaa haarawaatu seenu jira.

Telegram Channel bareedaa waggaa khanaa ja'ee kanin sodaa malee dubbachuu danda'u.

@alfalahdawagrp

Wantoota bara khana taajjabnee fi dinqisiifanne guyyoota qaammee kana kheessa
Gadda guddaan waggaa khana gadde du'a goota kiyya Ismaail haniyaati.๐Ÿ˜ญ
2024/09/25 05:21:45
Back to Top
HTML Embed Code: