Telegram Web Link
Dargaggeessi waaccuu dilli tokko arra fuudhi fuudhi isaan jechaa jirti. Har'a namni dilli fuudha waan murteessu natti fakkaata๐Ÿคฃ

Anis sanuman yaadutti jira๐Ÿ™„
#WayQabbana
๐ŸŒพNama Jireenyaโšก๏ธ Tokko Waliin ๐Ÿซด
#MOTIVATIONAL_ORO_QUOETOS ๐Ÿ‘‘
โšก๏ธ๐Ÿ“ข ๐ฃ๐จ๐ข๐ง ๐Ÿ‘‰ ๐’๐ก๐š๐ซ๐ž ๐†๐จ๐๐ก๐ฎ๐ง ๐ฆ๐š๐š๐ญ๐ข ๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐ž๐ฅ ๐“๐š๐ก๐š๐š
๐ŸŒน#SHARE_LINK_And_JOIN๐ŸŒป๐Ÿ“ข๐Ÿ“ข
@oroNej
@oroNej
@๐Ÿ…ž๏ธŽ๐Ÿ…ก๏ธŽ๐Ÿ…ž๏ธŽ๐Ÿ…๏ธŽ๐Ÿ…”๏ธŽ๐Ÿ…™๏ธŽ
Khaleessa jiruun tun akka xumuramuu deemtu sitti fakkaachuu mala, alhamdulillaah har'a garuu akka jalqabbii taate hubatta๐Ÿ™

#Hamdaka
#Yaa_Rabbiโ˜๏ธ
Wlh siin ja'a, ati nama jabaa ta'uu khee agarsiisuuf if hin rakkisin, namni jabina khee arguurraa hin qabne agarsiistuu, agarsiisuu baattuu siif hin argu๐Ÿ˜ท

#Jabina
Hedduun isaanii mul'achuudhaaf jecha akka hojjatan ni beeytaa mii?, ati garuu jijjiiramuudhaaf hojjadhu.๐Ÿซก
Ganama gaarii
#Mullatuu vs #Hojjachuu
Kitaaba Jireenya keetitti gammadi ja'u san keessatti Acter 'ri jabaan Tofiq Ahmed kan Seensarratti barreeffame sun Hoogganaa kheenya kana akka ta'e meeqa keessantu beeka ๐Ÿ˜„

Long life แˆ˜แˆชแ‹ซแ‰ฝแŠ•๐Ÿฅฐ
Jabaa ifii abbaatu jabeeffata๐Ÿ‘Š
Wallaala hanga feete yoo qabaatte, tola Rabbii kheetii hin wallaalin. Jaahilli hamaan nama tola Rabbii wallaale.

Tanaafi yeroo hunda sagalee ol fudhadhee #Hamdaka
#Yaa_Rabbiโ˜๏ธ jedhaa bar
Guddinni koo isaan dhiphis, jabinni koo isaan yaachisa, milkaa'uu koof ni gaddu, gammachuu koof natti waanya'u jettee warra ifirraa eeydu qabda taanaan qalbii hin cabin. Sabanis isaanumatuu mootara jajjabina keetii siif ta'aa jiruu ๐Ÿฅณ๐Ÿค“๐Ÿ™Œ

#Jajjabina
Namoota biraatu iddoon lafti naan mucucaatee na kaasa jettee eeyda taanaan, na amani of sobaa jirta.

Sitti khoflu, sitti baacu, dhagaa sitti darbatu, si tuffatu malee keessaa sin baasan. Carraan ati qabdu Rabbii kee fi Mataa kee qofa dha. ๐Ÿฆป๐Ÿ‘‚

#Dhageetteettaa?
Injifannoo Adwaa

Muslimoonni Faradoo qaban qofti gara 75,000 kan caalan injifannoo Adwaatiif sababa guddaa ta'anii turan. Itiyoophiyaa ijaaruu keessatti lubbuu fi sagalee isaa kennuurraa muslimoonni takkaa if qusatee hin beeku.

Isaan garuu Goorgis farda adii yaabbatee dhufee nuu wajji lole ja'anii manaaba himaa zaahira dhoysuu barbaadan๐Ÿ™Š

Si wayi Muslimtoonni Imaamaa maratanii farda adii yaabbatan, goorgis itti fakkaatanii ja'eetin jamุนii godha. Akkam jettu sin๐Ÿ˜„

@Na4Je
#Mushkilaa_Kabiir๐Ÿ˜ก
@DrZakirNaikAfaanOromoo
Namoota muraasan akkaan jaaladhuu fi fakkeenya godhadhu keessaa tokkodha.

Nama Kophaa isaa gaara sochoosuun maal akka ta'e nu barsiiseedha. Ammaaf tajaajilli inni kennaa jiru siyaasa ta'ullee dhuunfaa isaatiin nama if ijaaruun maala akka ta'e hojiin agarsiiseedha.

Baga guyyaa gammachuu keetii kana argite Hamzuu koo๐Ÿฅฐ
#Congrats๐ŸŽˆ
Sometimes, forcing a smile can help shift your perspective, allowing you to see things in a different light.

#Smiling_Is_Sunnah

Jarane namni qal'aan numa bareeda๐Ÿ˜…๐Ÿคฃ๐Ÿ™‰
@Na4Je
Yeroo baabura Dogongoraa yaabbatte Imaluu jalqabde Mannahaaraa (buufata) jalqabaatti irraa bu'uuf yaalii.

Akkas tahuu baannaan dhawaatuma achi deemtuun xurreen dogongora san sirreessuu Dhiphataa dhufti.
Sahaabota kudhan kanneen osoo lubbuun jiranii jannataan gammachiifaman
**
1) Abuu Bakr Assiddiiq filatamaa ummata kanaa,
2)Umar bin Alkhaxxaab,
3) Usmaan bin Affaan,
4) Aliyyi bin Abii Xaalib,
5) Xalhaa bin Ubeydillaah,
6) Azzubeer bin Al-awwaam,
7) Sa'ad bin Abii Waqqaas,
8) Sa'iid bin Zayd,
9) Abdurrahmaan bin Awfiifi
10) Abuu Ubeydaa Aamir bin Aljarraah.

Wanti guddaan warri kurnan kun ittiin adda ta'an Nabiyyiin (saw) jannata isaaniif addatti ragaa bahuudha. Caalaan ummata Nabi Muhammad (saw) isaan kana. Isaanis sadarkaan wal caalu. Tartiibni caalina isaanii bifuma armaan oliiti.

Ustaaz Gaalii
Keep it private until you know it's permanent. #Private
Waan haarawan if barsiisaa jiru keessaa takka, moment 'ii hundarratti gammadaa ta'uudha. Wanti kun baay'ee na fayyadutti jira wallah.

Isinis yaalaa
#Gammadi
#Seeqi
ูƒู„ ู…ูุฑ ุณูŠู…ุฑุ› ู„ูŠุฃุชูŠูŽ ุงู„ู„ู‡ู ุจุงู„ูŠูุณุฑ ุงู„ุฐูŠ ูŠูŽุณูุฑ.
@Na4Je Kheessan ๐Ÿฅฐ๐Ÿซฐ
โœ’๏ธ แŒƒแˆ‚แˆ แ‹ฐแ‹แˆญ แŠจแˆ†แŠ แŠแŒˆแˆญ แ‰ฐแ‰ แˆ‹แˆธ๐Ÿ˜‚
๐Ÿ‘†
2024/09/25 07:24:43
Back to Top
HTML Embed Code: