https://www.facebook.com/100013256774086/posts/pfbid02HqqYsB4vwJkb6fJufGVnwhKYmGKekEiVyvKmvcEEUP4MH4RJZRXsiPon9d24nGo3l/?app=fbl
Seenaatii seeqaaπ€£
Seenaatii seeqaaπ€£
Facebook
Jemal Sheikh Bakri
"Akkaataa areeda itti magarsan" Package guutuu isinii qopheessinee jirra. Namoota muuxannoo qaban anaafi AbUk IB dabalatee dhaabbanni keenya waan hunda mijjeessee isin eegaa jira. π€£
Online...
Online...
Muharram guyyaa borii sagal; gaafa Kibxataa 10 ta'a. Kanaafuu Boriifi Iftaan haa soomannuu.
@JemalSheikhBakri1
@JemalSheikhBakri1
Dhiirti dhukkuba fii dallansuu isii dhoysuuf seeyxi. Dhalaan badii isii dhooysuuf boochi.
Ustaaz Jafer bayaan
Ustaaz Jafer bayaan
Gurbattiin tun faranjii waan taateefi malee silaa nama kheenya ta'ee qaata budaan isa nyaatte. Silattuu Budaan faranjii wayi nyaattii ree ππ
Gurbaa ija budaarraa hafiπ
Gurbaa ija budaarraa hafiπ
Gaafa hamtu namatti yaaduu jalqabde
Jireenyakee diiguu jalqabdee beeki
Ustaaz Ali
Jireenyakee diiguu jalqabdee beeki
Ustaaz Ali
Feminst 'ii Arabaa
Ji'a tokko dura, jaarsa khee hin hiikin ja'anii khadhachaa turan hordoftoonni ishii. Guyyaa dheengaddaa ammoo Instagram Ishiirratt "Sadeenitti si hiikhe" jettee jaatsa ishii hiikte. Ilmoo takka wajji qaban.
Warri akka ishitti yaadu, "akka dhiiratti dhaabbannee fincaannu malee" je'ee warri muggudu harka dhawuufitti jiran.
Maqaa Islaama taateef, Arabarraa dhalatteef jaalala Islaamummaa fi Islaamummaan buluu hin argattu.

Eeguman yaadaan if nyaachuu eegalee boodan "ahhaa ellaanuu waa hundi rabbi biraa taate" ja'ee khoflee amrii too rabbitti dhiise
π
Ustaaz Muaz
π
Ustaaz Muaz
Waan qabduuf Rabbi galatoomfadhu, waan dhabdeef Rabbii khee abdadhu. #RabbβοΈ
Hulaan takkittiin hoggaa hunda sitti hin cufamne, ta hoggaa hulaa isaa dhaabbatte qeebalamuu kee shakkii hin qabne takkittiin hulaa Rahmaan qofa.
Ilmi namaa arra siif tolu boru sitti hammaata!
Ustz Jafer
Ilmi namaa arra siif tolu boru sitti hammaata!
Ustz Jafer
Sababuman an harka akkatti walitti diree uraa xiqqoo takkaan waa bir'adhe khanaaf jecha amma fayyaalessi gariin Jemal Illuminaantiidha jechuu hin oolan.
Gorsa ajaa'ibaa Khan Ustaaz Hakim waa'ee khanarraa gorse tokko liinkii comentii jalan isiniif khaayaa dhaggeeffadhaa.
Akkanumatti namni harka ol qabeef, yookhaa taargaan makhiinaa isaa keessa 666 argameef jecha α΅α΅α΅α΅ α΅αα³ α΅α΅α΅α΅ iidha hin ja'inaawooπ«
https://youtu.be/qj7KQYLQLaw?si=L1KvNaeWiRxIX3ZE

Forwarded from ORO-JEN π
οΈπ
οΈπ
οΈπ
οΈπ
οΈπ
οΈπ
οΈ (πππ π¨π¦π π― πΉπΉ)
Yaa Rabbi π #Haadha Tiyya π₯° Yaadaafi Cinqii Isiirraa naaf Dahi π«Έ
Isii Gammachuu Tiyyaaf Jette π€ Waa meeqa Naaf Gooteπ€ San Gammachuu Walirraa hin cinne Kenniif π€²
Umrii naaf Dheeressi #Yα΅α΅_αα©α·α·
Momππ«Ά Tee namni jaallattu β₯οΈ tuqadhumee
π₯ @oroNej
Isii Gammachuu Tiyyaaf Jette π€ Waa meeqa Naaf Gooteπ€ San Gammachuu Walirraa hin cinne Kenniif π€²
Umrii naaf Dheeressi #Yα΅α΅_αα©α·α·
Momππ«Ά Tee namni jaallattu β₯οΈ tuqadhumee
π₯ @oroNej