Telegram Web Link
Forwarded from Jemal Sheikh Bakri
ትንሽ ችግር ዬለም በዘንድሮ ኑሮ
ውሻውን ዘለኽዉ ይነክሰሀል ዶሮ
Forwarded from Jemal Sheikh Bakri
Haadha ilmaan ishii salaata fajriitiif jecha hirriibarraa kaastu takka tan akkana jettun dhaga'e...

《Ka'aa gara salaata fajrii deemaa. Akka namni tokkollee jannata seenuu dhabuudhaan nu jalaa hafu hin barbaannuu》


Aaah Mom🥰
Forwarded from Jemal Sheikh Bakri
Barii Gaarii qabaadhaa!
اطاب الله صباحكم!
Good Morning!
@DrZakirNaikAfaanOromoo
Yaa Rabbi Onnee tiyya tasgabbeessi, yaada kiyya walitti naa qabi, Amrii tiyya naa sirreessi, Murtee tee na jaalachiisi, Yaaddoo narraa khaasi💔

#BrokenHeart
#Rabb☝️
Forwarded from Jemal Sheikh Bakri
Namni laafaan nama jireenya isaa keessatti 'decision maker' tahuu hin dandeenyeedha.

#MurteessiBro🤔
Forwarded from Jemal Sheikh Bakri
Yeroo garii ni yaaddoyta, yeroo garii ni dallanta, yeroo garii ni sodaatta, yeroo garii Abdii dhabda.

Eeyyen bar kanumaatu jireenya ilma namaatii. Kee qofa sitti hin fakkaatin. Aannan dhagala'eef teessee booyaa oolurra kaatee aannan biraa barbaaddachuu irra hin wayyuu?

Ka'i #StandUp
Forwarded from Jemal Sheikh Bakri
Wlh akka nama humaa quba hin qabnetti cal jettee yoo jiraatte, waan hedduu habatta. Isaan humaa hin beekhuuf si eegan, Iccitiin isaanii guutuun si duratti gad guurama.

Mee cal jedhiitii itti laali waan hedduu adda baafattaa 😤
ሦስተኛዉ ስምምነት
አትገምት
#እናነብ
Halkan Jum'aati, Salawaata buusaa, Mindaa Rabbirratti lakkaawwadhaa. Rabbiin kheenya Eegasii Malaaykaanuu Nabii Kheenyarratti salawaata buusan. Maalayyaa anaa fi ati #Kowkolow

الهم الصل على محمد وعلى آل محمد
Namoota si duubaa si haasawanirraa wanni das nama ja'u, Si duratti si haasawuu sodaachuu isaaniiti.

#YouAreTheBoss😊
Barii Gaarii qabaadhaa!
اطاب الله صباحكم!
Good Moorning!
#MoorningRoutine
Guyyaa muraasa torbee hin geenye boodaan Kitaaba "Jireenya Keetitti Gammadi" jedhu. Salphatti Library guddicha 'NOOR BOOK' jedhamu keessa seentanii tolaan/bilaashiin Pdf buufachuu dandeessu. Kutaa tokkoffaa isaa

Tarkaanfachaa jirra
@JemalSheikhBakri1
Ganama gaarii qabaadhaa 🎈
#Moorning
Congratulation 🎈🎊

Ustaaz Abdurahmaan Huseen Barnoota isaa Master Xumuree Jira. Namni ma'anaa barnootaa yeroo bare barnootarraa gad hin taa'u.

Ustaazni ma'aragii hedduu qaba.
Ustaaz, munshid, Enginer fkkf, ammallee ma'aragii dabaluu hin dhiisu ja'a. Fakkenya kheenya.

Maa Shaa Allah, tabaarakallah🎊
2024/09/22 20:38:27
Back to Top
HTML Embed Code: