Finally you did it!
๐๐๐๐
You have worked so hard all those years and we are all witness to the efforts you put in achieving what you rightfully deserve.
It feels so good to see that you have grown into an incredibly strong woman.
There aren't enough words to describe how proud I am of you. Your efforts have been rewarded.
Congratulations Graduate.
Again Congratulation Sebaha ๐ฅฐ
#Congrats

Wlh akka nama humaa quba hin qabnetti cal jettee yoo jiraatte, waan hedduu habatta. Isaan humaa hin beekhuuf si eegan, Iccitiin isaanii guutuun si duratti gad guurama.
Mee cal jedhiitii itti laali waan hedduu adda baafattaa ๐ค
Mee cal jedhiitii itti laali waan hedduu adda baafattaa ๐ค
Jireenya kana keessatti wannummaan gaariin qofti haa na mudattuu jettee yoo yaadde dhama jireenyaa hin gartu.
Jireenyi bu'aa ba'ii, argataa dhaba, jaalalaa fi jibba, gaarii fi hamtuus wal keessaa yoo qabaachuu baate nama nuffisa #Abshiruu
Jireenyi bu'aa ba'ii, argataa dhaba, jaalalaa fi jibba, gaarii fi hamtuus wal keessaa yoo qabaachuu baate nama nuffisa #Abshiruu
https://www.tg-me.com/major/start?startapp=363428156
๐Help me to become best of the best in @Major and get some Stars!
30โญ๏ธ invite bonus for you
100โญ๏ธ if you are Premium Major
๐Help me to become best of the best in @Major and get some Stars!
30โญ๏ธ invite bonus for you
100โญ๏ธ if you are Premium Major
Telegram
Major
Hello, future major! Welcome to @Majorโญ๏ธ
Your task is to become the best of the best in the player rating.
Vote for others by stars and collect stars yourselfโญ๏ธ
The coolest majors will receive a valuable token in the future!
Your task is to become the best of the best in the player rating.
Vote for others by stars and collect stars yourselfโญ๏ธ
The coolest majors will receive a valuable token in the future!
Jidduu kheenyatti adda fageenyi guuddaatu uumame, wal dhabdee adda addaatu argame, waliin oodinsi garmalee nu mudatee jira.
Haa ta'uu malee yeroo gaarii wajjiin dabarsine hin irraanfannu, yaaddannoo gaarii wal bira khaayyanne hin dagannu, guyyoota hamaa wajjiin tanee wal tinnisnee dabarsine hin dagannu. Gatii walii keenyaa hin xiqqeessinu
Akka namoota wal dhabbii xiqqashoof jecha, yeroo dheeraa wajjiin nyaanne san dagatanii ta'uu hin qabnu
#GatiiWaliiKheenyaaHinXiqqeeysinu

แตแแฝ แฝแแญ แฌแแ แ แแแตแฎ แแฎ
แแปแแ แแแฝแ แญแแญแฐแแ แถแฎ
แแปแแ แแแฝแ แญแแญแฐแแ แถแฎ
https://vm.tiktok.com/ZMrUnYh94/
Viidiyoo tana banaa laalaa mee
Walaloon tan แแแตแ แญแแ
Kha akkana godhatu sun anuma
Kha akkatti tottolche kun Sorinaaf Mohammed
Viidiyoo tana banaa laalaa mee
Walaloon tan แแแตแ แญแแ
Kha akkana godhatu sun anuma
Kha akkatti tottolche kun Sorinaaf Mohammed
Yaa warra guyyaa har'aa harka ol qabaa ooltan
Du'aa'ii ol ergine mara Rabbiin ammatti gad nuuf haa deebisu๐คฒ
Du'aa'ii ol ergine mara Rabbiin ammatti gad nuuf haa deebisu๐คฒ
https://www.facebook.com/100013256774086/posts/pfbid02HqqYsB4vwJkb6fJufGVnwhKYmGKekEiVyvKmvcEEUP4MH4RJZRXsiPon9d24nGo3l/?app=fbl
Seenaatii seeqaa๐คฃ
Seenaatii seeqaa๐คฃ
Facebook
Jemal Sheikh Bakri
"Akkaataa areeda itti magarsan" Package guutuu isinii qopheessinee jirra. Namoota muuxannoo qaban anaafi AbUk IB dabalatee dhaabbanni keenya waan hunda mijjeessee isin eegaa jira. ๐คฃ
Online...
Online...
Muharram guyyaa borii sagal; gaafa Kibxataa 10 ta'a. Kanaafuu Boriifi Iftaan haa soomannuu.
@JemalSheikhBakri1
@JemalSheikhBakri1
Dhiirti dhukkuba fii dallansuu isii dhoysuuf seeyxi. Dhalaan badii isii dhooysuuf boochi.
Ustaaz Jafer bayaan
Ustaaz Jafer bayaan
Gurbattiin tun faranjii waan taateefi malee silaa nama kheenya ta'ee qaata budaan isa nyaatte. Silattuu Budaan faranjii wayi nyaattii ree ๐๐
Gurbaa ija budaarraa hafi๐
Gurbaa ija budaarraa hafi๐
Gaafa hamtu namatti yaaduu jalqabde
Jireenyakee diiguu jalqabdee beeki
Ustaaz Ali
Jireenyakee diiguu jalqabdee beeki
Ustaaz Ali