Telegram Web Link
Feminst 'ii Arabaa

Ji'a tokko dura, jaarsa khee hin hiikin ja'anii khadhachaa turan hordoftoonni ishii. Guyyaa dheengaddaa ammoo Instagram Ishiirratt "Sadeenitti si hiikhe" jettee jaatsa ishii hiikte. Ilmoo takka wajji qaban.

Warri akka ishitti yaadu, "akka dhiiratti dhaabbannee fincaannu malee" je'ee warri muggudu harka dhawuufitti jiran.

Maqaa Islaama taateef, Arabarraa dhalatteef jaalala Islaamummaa fi Islaamummaan buluu hin argattu.
ወገን በራሴ አትምጡብኝ!!
Saahibbanii wajji ✌️Campus life

#جمعاكم_سعيد
Together we can build the future ✌️@Nawu3
Eeguman yaadaan if nyaachuu eegalee boodan "ahhaa ellaanuu waa hundi rabbi biraa taate" ja'ee khoflee amrii too rabbitti dhiise
😊

Ustaaz Muaz
Waan qabduuf Rabbi galatoomfadhu, waan dhabdeef Rabbii khee abdadhu. #Rabb☝️
Hulaan takkittiin hoggaa hunda sitti hin cufamne, ta hoggaa hulaa isaa dhaabbatte qeebalamuu kee shakkii hin qabne takkittiin hulaa Rahmaan qofa.

Ilmi namaa arra siif tolu boru sitti hammaata!

Ustz Jafer
Sababuman an harka akkatti walitti diree uraa xiqqoo takkaan waa bir'adhe khanaaf jecha amma fayyaalessi gariin Jemal Illuminaantiidha jechuu hin oolan.

Gorsa ajaa'ibaa Khan Ustaaz Hakim waa'ee khanarraa gorse tokko liinkii comentii jalan isiniif khaayaa dhaggeeffadhaa.

Akkanumatti namni harka ol qabeef, yookhaa taargaan makhiinaa isaa keessa 666 argameef jecha ስድስት ስልሳ ስድስት iidha hin ja'inaawoo🫠

https://youtu.be/qj7KQYLQLaw?si=L1KvNaeWiRxIX3ZE
Forwarded from ORO-JEN 🅞︎🅕︎🅕︎🅘︎🅒︎🅐︎🅛︎ (𝓙𝓔𝓝 🇨🇦𝓜 𝕯 🌹🌹)
Yaa Rabbi 🍃 #Haadha Tiyya 🥰 Yaadaafi Cinqii Isiirraa naaf Dahi 🫸
Isii Gammachuu Tiyyaaf Jette 🤌 Waa meeqa Naaf Goote🤕 San Gammachuu Walirraa hin cinne Kenniif 🤲
Umrii naaf Dheeressi #Yᵃᵃ_ᖇᗩᗷᗷ

Mom💔🫶 Tee namni jaallattu ♥️ tuqadhumee

🥀 @oroNej
Forwarded from Jemal Sheikh Bakri
ትንሽ ችግር ዬለም በዘንድሮ ኑሮ
ውሻውን ዘለኽዉ ይነክሰሀል ዶሮ
Forwarded from Jemal Sheikh Bakri
Haadha ilmaan ishii salaata fajriitiif jecha hirriibarraa kaastu takka tan akkana jettun dhaga'e...

《Ka'aa gara salaata fajrii deemaa. Akka namni tokkollee jannata seenuu dhabuudhaan nu jalaa hafu hin barbaannuu》


Aaah Mom🥰
Forwarded from Jemal Sheikh Bakri
Barii Gaarii qabaadhaa!
اطاب الله صباحكم!
Good Morning!
@DrZakirNaikAfaanOromoo
Yaa Rabbi Onnee tiyya tasgabbeessi, yaada kiyya walitti naa qabi, Amrii tiyya naa sirreessi, Murtee tee na jaalachiisi, Yaaddoo narraa khaasi💔

#BrokenHeart
#Rabb☝️
Forwarded from Jemal Sheikh Bakri
Namni laafaan nama jireenya isaa keessatti 'decision maker' tahuu hin dandeenyeedha.

#MurteessiBro🤔
Forwarded from Jemal Sheikh Bakri
Yeroo garii ni yaaddoyta, yeroo garii ni dallanta, yeroo garii ni sodaatta, yeroo garii Abdii dhabda.

Eeyyen bar kanumaatu jireenya ilma namaatii. Kee qofa sitti hin fakkaatin. Aannan dhagala'eef teessee booyaa oolurra kaatee aannan biraa barbaaddachuu irra hin wayyuu?

Ka'i #StandUp
Forwarded from Jemal Sheikh Bakri
Wlh akka nama humaa quba hin qabnetti cal jettee yoo jiraatte, waan hedduu habatta. Isaan humaa hin beekhuuf si eegan, Iccitiin isaanii guutuun si duratti gad guurama.

Mee cal jedhiitii itti laali waan hedduu adda baafattaa 😤
2024/09/23 00:16:08
Back to Top
HTML Embed Code: