Telegram Web Link
Gammachu qabna garuu isaan nuuf hin hubatan.

:Namni nama hin beeyneef, Nama gosaa fi Shanyii isaa hin taaneef, nama biyyallee walitti hin qabneef akkamitti hangana mara gammada" ja'anii if gaafatan.

Hin beekanii bar
Akka nuti osoo wal hin beeyne wal jaalannu, akka nuti osoo fira hin taane obboleeyyan waliif taanu, akka nuti obbolummaa dhalootaa caalaa Obbolummaa funyoo laa ilaaha illallaah jabeessinu.

Aaah way Obbolummaa Islaamummaa
Wlh mi'aa ishii Mu'umintoota qalbiin isaanii qulqulluu qofaatu dhandhama.

Rabbiin Yeroo dhihootti Aqsaatti salaatui nuun haa fadhu ๐Ÿคฒ #ShareThisPost
@JemalSheikhBakri1
Obboleettiin teenya tun Qabxii ol'aanaa fiduu isinuu quba qabdu. Firiin bbu'aa barnoota ishii kan kutaa 12ffaa kun ta'abii fi laffaatii jabduu ishiin goote boodaan kan argame tahuu maatiin ni himan.

Abbaan Ishii Naajii Ahmadii fi haati ishii Shukriyaan akka ishiin jabaattee qayyabattuuf ishii gargaarus ni himan.

Ishiinis fuulduratti "pharmacology" barachuu akka barbaaddus Fana 'n gabaasee jira.

Baga gammadde jennaan!
Dubartoonni Muslimaa yeroo iddoo gurguddoo akkasiitii argaman arguu caalaa maaltu nama gammachiisa.๐Ÿ’ช

Baga gammadde jennaa!
@JemalSheikhBakri1
@DrZakirNaikAfaanOromoo
Yaamina Sheekh Muhammad Hasan Al Dadoo Addunyaa Islaamaatiif


"Gootonni Falasxiin beellama isaanii guutanii jiru, (Sadaquu maa aahadullaah)

Garuu Ummanni Rasuulaa (Saw) kaan eessa jiran? Hoggantoonni, bulchitoonni fi waraanni biyya Muslimaa eessa jiran? Daldaltoonni fi invastaroonni eessa jiran? Ulamaa'onni, Khaxiibonni fi Du'aatni eessa jiran? Namoonni miidiyaa fi namoonni siyaasaa eessa jiru? Hundi isaanii Mujaahidoota kana duuba dhaabbachuun sochiin Xufanal Aqsaa akka itti fufuuf gargaaruu qabu, Bira dhaabbachuu qaban

Kabaja dubartoota muโ€™mintoota qulqullootaa fi qulqulluu taโ€™an eeguuf jecha hanga Shirri kallattii hin eegamneen dhufu hammeenyaa fi gowwoomsaa Israaโ€™el balleessutti Ummanni Muslimaa guutuun cinaa isaanii dhaabbachuu qaba.

Alamutul Asr Sheek Muhammad Hasan Al Dedo

Ergaa Aalima Allaamaa Asrii kana #Share_Waliif_Godhaa Hadaraa

@JemalSheikhBakri1
Ustaaza bareedaa โฃ๏ธ

Maa Shaa Allah Ustaaz Qilleensi Nasrii Bubbise

Ustaazotaa fi Maktabaa, heeybaa fi bareedina bakka takkati ๐Ÿฅฐ Maa Shaa Allah Haa irraa jannuu!

Picture of the night๐Ÿ™„
Halkan keessan isiniif haa bareedu maatiwwan khiyya kabajamoo โฃ๏ธ
@JemalSheikhBakri1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
ูู„ุณุทูŠู† ุชุญุชุงุฌ ุฅู„ู‰ ุงู„ุฏุนุงุก๐Ÿ˜ญ
Forwarded from Jechoota Gaggaarii๏ธ๏ธ (รƒbฤ‘รธ รƒlGรฃลผฤฏ)
MM Israa'il Beenjaamin Neetniyaahoo:- "Fuuldura keenya filannoo 2 qofatu jira Jiraachuu yookiin Du'uu!" jechuun lola ijibbaataatti jiraachuu isaanii mirkaneessan.

Toora Telegram keenya Share gochuun waliif qoodaa.
https://www.tg-me.com/JechotaGaggaarii
Qaamaanillee achi jiraachuu baadhu, qalbiin tiyya eega achi dhayxee bubbultee jirti.

#Yaa_Aqsaa
Halkan keessan isiniif haa tolu
@JemalSheikhBakri1
"Ilmaan Kudhan osoon qabaadhee, Kurnanuu Felesxiimiif akka qabsaawaniin jajjabeessa.

Osoo falasxiimiif lolanii ilmaan kiyya wareegaman anaaf gammachuudha" jette Haati Shahiidaa

Rabbiin ilma ishii sadarkaa Shahiidummaa haa kannuuf
@JemalSheikhBakri1
ใ€ŠDuuti tokkoo keenyarraawuu hin ooltu. Haa ta'uu malee Warreen Qoobii Sodaa keessatti dhakhatee du'ee fi Warreen Aakhiraa isaanitiif jecha Nyaapha (Diina) isaanii biyyee nyaachisanii du'an hanga dachii fi Samii walirra fagoodha"

Dr Iyad Al Quneybii

Haasawa dhiiraa kana #ShareWaliifGodhaa
@JemalSheikhBakri1
Forwarded from ORO-JEN ๐Ÿ…ž๏ธŽ๐Ÿ…•๏ธŽ๐Ÿ…•๏ธŽ๐Ÿ…˜๏ธŽ๐Ÿ…’๏ธŽ๐Ÿ…๏ธŽ๐Ÿ…›๏ธŽ (๐“™๐“”๐“ ๐Ÿด๓ ง๓ ข๓ ฅ๓ ฎ๓ ง๓ ฟ ๐Ÿ‡จ๐Ÿ‡ฆ๐“œ ๐•ฏ ๐ŸŒน๐ŸŒน)
#YAA__AQSAA๐Ÿ‡ต๐Ÿ‡ธ๐Ÿ‡ต๐Ÿ‡ธ


โšก๏ธ๐Ÿ“ข ๐ฃ๐จ๐ข๐ง ๐Ÿ‘‰ ๐’๐ก๐š๐ซ๐ž ๐†๐จ๐๐ก๐ฎ๐ง ๐ฆ๐š๐š๐ญ๐ข ๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐ž๐ฅ ๐“๐š๐ก๐š๐š
๐ŸŒน#SHARE_LINK_And_JOIN๐ŸŒป๐Ÿ“ข๐Ÿ“ข
@oroNej
@oroNej
@๐Ÿ…ž๏ธŽ๐Ÿ…ก๏ธŽ๐Ÿ…ž๏ธŽ๐Ÿ…๏ธŽ๐Ÿ…”๏ธŽ๐Ÿ…™๏ธŽ
Ummata Falasxiiniif ๐Ÿ‡ต๐Ÿ‡ธ maal godhuu dandeenyaโ“๐Ÿ˜ญ

Yoo xiqqaate waa shan 5๏ธโƒฃ;๐Ÿ‘‡

1ffaa; Yakkoota duguuggaa sanyiitii fi yakka waraanaa israa'il ummata nagayaa falasxiin irratti waggoota 75'nan dabraniif raawwata beekanii gochoota farra dhala namaa kanneen isiin hojii godhattee raawwattu balaaleyfachuu fi akka namni hundi hubatee balaaleyfatu godhuu,

2ffaa; israa'el mootummaa apartheid (kan sanyii nama wal caalchisu tahuu hubachuun wal hubachiisuu. Kana hubachuu fi wal hubachiisuuf dirqama amantiin tee Islaama tahuun sirraa hin eeggamu. Nama tahuu qoftiin gahaadha.
Namoota israa'el mootummaa sirna apartheid tahuu ifaan ifatti dubbachaa turan keeysaa 1, Qabsaawaa beekkamaa Afrikkaa Kibbaa Nilson Mandeellaa ( Nelson Mandela ) , Desmond Tutu( Desmond Tutu), Qeesii Afrikaa kibbaa kan warra kaatolikiitii... fi kkf hedduudha.

Isaan kun hundi Muslimaa miti. Garuu mootummaan apartheid maal akka taate waggaa 27 ol'aantummaa ilmi namaa nama akka isaa irratti qabu fudhachuu diduun qabsaawaa waan turaniif miidhaa isaanii fi ummata isaaniirra gahe waan beekaniif bilisummaa ummata falasxiiniif dubbatan.

Gaafa san biyyoonni arraan tana haamaasiin shoorarkeeysitoota ja'an kun Nelson Mandeellaaniis shoorarkeeysaa jechaanii turan. Boodarra gaafa sirni sun caphu ammoo Qabsaawaa Bilisa baasaa ja'anii badhaasota addunyaa bebbeekkamoo akka Nobel faa badhaasan. Maandeellaan, Rakkoon ummanni falasxiin keeysa jiru rakkoo akkaan ulfaataa fi cunqursaa sirna apartheid haalaan hamaadha jechuun dubbate.

Desmond Tutu sirni apartheid kan israa'el ummata falasxiin irratti miidhaa geeysisaa jiru kun apartheid Afrikaa kibbaarra hamaadha" jechuun interview irratti dubbate. (Link yoo barbaaddan comment jala isiniif kaaya.)

Israa'el fi warri lixaa, ummata falasxiin xiqqaa guddaa osoo hin jenne xayyaaraan samiirraa boombii itti roobanii ajjeesutti jiran. Guyyoota jahan dabran keeysatti boombii kuma jahaa (6000) oliitu samii gaazaa irratti roobaa oolee bule.

Arrallee daranuma boombii itti roobutti jiran. Boombii tana keeysaa boombii summii hamtuu qabdu tan miidhaan isii akkaan hamaa tan seera waraanaatiin dhoorkaa taate, Foosfarasii adii (White phosphorus) fayyadamteeti israa'el daa'imman, haadholii ulfaa, manguddoota, dargaggootaa fi abbootii hunda walumaan ajjeesutti jirti. Lafarraanniis taankii qabduu fi waraana eeggataa hunda bobbaafteeti ummata nagayaa fixutti jirti. Galaanarraaniis meeshaalee gurguddoo hidhatteeti biyyoota ollaatii fi falasxiin dhawutti jirti. Humni jabduun hundaa olii ta Rabbiitii Rabbiin nurraa haa dhahu. ๐Ÿคฒ

Mirga akka fedhanitti, abbaa fedhan, hanga fedhan, waan fedhaniin ajjeesuu israa'iliif tan kennite booyraa addunyaa tan namoomaa fi waan ilma namaatiif tolaatiif dantaa hin qabne biyya amirkaatii fi waahellan isiiti. Biyyoonni lixaa hundi akka saree raqa arkatteetti wal yaamaniiti samii fi lafaan ummata falasxiin lafarraa duguuguuf waraanutti jiran. Rabbiin isaan hunda lafarraa haa duguugu. Maleeykaan balaa humna isaaniitii olii itti haa roobu.

Ummata kana boombiin gubuu qofa osoo ghin tahin ummata miliyoona 2.3 tahu nyaataa fi bishaan, dawaa fi ifaa, boba'aa fi gargaarsa namoomaa hunda akka hin seenneef dhoorkuun, uggura jimlaa (total blockade ) jala kaayanii beelaa fi dheebuun, dhukkubaa fi boombiin akka dhuman godhutti jirti. ๐Ÿ˜ญ

Kana malees, ummata miliyoona tokkoo ol tahuun sa'aa 24 keeysatti Gaazaa keeysa bahaa jechuun, ummata qe'ee fi qabeenya isaaniirraa buqqaasuuf shira yaaddeen ummanni yeroo boombii jalaa baqachuuf deemu karaarratti boombii samii itti gad roobdee daa'immanii fi haadholii dabalatee nama nagayaa kumaatamaan lakkaawamu ajjeesutti jirti. ๐Ÿฅฒ

3ffaa; Qabeebyi isiin boombii fi jeettii waraanaa ittiin bitattee ummata nagayaa qe'ee fi qabeenya isaanii irratti, Masjiidul Aqsaa irratti fixaa jirtuun kun diinagdee isiin oomisha isii gurgurtee arkattuu fi kan warri isii deeggaran daldalarraa argatan waan taheef oomishaalee israa'el fi tumsitoota isii hunda lagachuun diinagdee isaanii miidhuun ummata falasxiin deeggaruu dandeenya.
2024/09/23 09:25:39
Back to Top
HTML Embed Code: