Telegram Web Link
If fooyyessuu ni barbaaddaa ?
Kitaaba kana buufadhuu dubbisi.

Kitaabn "لا تحزن" jedhu kan Afaan Arabaatiin Dr Aa'dal Qarniin barreesse Eegasii ammoo Afaan baay'een hiikame, kan kooppii Miiliyoona 10nii ol gurgurame, Akka lakkoofsa Awrooppaatti 2002 jechuun waggaa digdamii ol dura jechuudha kan maxxanfame

Walumaa galatti kitaabichii gaddarraa gama gammachuu, Yaaddoo fi cinqiirraa gama Seeqaa fi rahaatti si imalchiisa.

Tartiibni mata dureedhaa jalarraa gubbatti, itti hojjatuu fi jireenya kee jijjiruuf haala mijjaaween barreeffame.

Kitaabichi Og-barruu addaati, Walaloo, Seenaa Adda addaa tan Abdii kutachuu irraa Abdii godhachuutti nama geessitu san Caalatti Ammoo Qur'aana fi Hadiisa eeruudhaan Hamilee sitti hora.

Ani kitaaban hedduu jaaladhu keessaa tokko. Kitaaba Irra deddeebiin dubbifanuu qabuudha.
obbolaa keessaniif ammoo #Share godhaa

Buufachuuf liinkiin

https://www.facebook.com/100013256774086/posts/pfbid0kE35vzDcrab4caMHPt6C9xEbsohy6wtuPPNpYkaJ71qg8rJHdTm1GHNJZ3MTkqh1l/?app=fbl
Ergamaan Rabbii (ﷺ) Waan gaarii Rabbitti nu dhiheessaa takkallee tan osoo nuuf hin himin dhiise hin jirtu, Akkasuma hamtuu Rabbii keenyarraa nu fageessitu takkallee tan osoo irraa nu hin dinniinin dhiise gama aakhiraa deeme hin jirtu.

Kanaafuu Qur'aanaa fi hadiisa qarrinfaan haa qabannuu, irratti haa cichinuu, waliif haa dhaamnuu, hamturraa haa wal gorsinuu, wal xiqqeessurraa haa if eeynuu, wal xiqqeessuun iimana nutti fakkaachuu hin qabdu, yoo faallaa iimaanaa taate malee

Guyyaan guyyaa jum'aati, Ergamaa Rabbii, Jaalallee keenyarratti (ﷺ) salawaataa buusuu haa heddummeessinuu
الهم صل وسلم وباك عليه

Dhaamsa kana obboleeyyan keetii #Share godhi hayyakallah!
@JemalSheikhBakri1
@DrZakirNaikAfaanOromoo
Channel photo updated
You can!
Ni dandeessa!
"Rabbiin kiyya yaadaa fi Muraada keessan isiniif haa guutu, Hamtuurraa isin fageessee, kheeyritti isin haa geessu" 🤲

#Duعaai
@JemalSheikhBakri1
Professor Sheikh Dr Yousuf Al Qardaawiin erga fuula duniyaa tanarraa gama aakhiraa godaananii kunoo waggaa tokkoo fi guyyaa 4 geenyee jirra. Rabbii rahmata haa godhuuf.

@JemalSheikhBakri1
"Miidiyaan hawaasaa akka nuti Qarshii qofa barbaadaaf gara Saudii Arabiyaa filannetti haasawa, dhugaadha Qarshii barbaaduunis akkuma jirutti ta'ee, Qalbii teenya ta biyya lixaatti goggeyde tana jiisuuf Qa'ee qulqulluu lamaan Saudi Arabiyaa keessa jirtu harameeyni kaka'uumsa gaarii nu keessatti uumte. Qarshii caalaa azaanni waqtii salaanni gahe azaanamu dhagayuunuu gammachuu addaati"

Kariim Benzema
@JemalSheikhBakri1
"እናቴ ትሙት, አባቴን, ፍቅር ትሙት, Foon Harmee koo, guyyaa Abbaa kiyyaaf kanne naaf haa kannu..!"
Fkkf -niin kakachuun dhoorgamaadha.

Ergamaan Rabbii (ﷺ) akkana jedhan
"Dhagayaa, Rabbiin abbotiin keessaniin kakachuu isin dhoorga. Namni kakachuu barbaade Rabbumaan haa kakatuu, yookhaa haa ifirraa usuu" Al Bukhaarii fi Al Muslim

#ShareThisPost
@JemalSheikhBakri1
"Hoogganaa gaarii uumuuf waggaa 40 namatti fudhata, Haa ta'u malee Hooggana gaarii dhabuuf ammoo daqiiqaan 4 geessuudha.

Balaaleffachuun dura adda baafachuu, Sirritti hubachuu fi yaada nama balaaleffatuu barbaadd gaaritti hiikuudhaan Sababoota 72 ol akka uzriitti khaayuutu barbaachisa"
Kuni qajeelfama keenya

Ustaaz Yaassin Nuuruu
@JemalSheikhBakri1
Obbolummaa Islaamaa...!

Albuuda guddaa qotamaa oolu hin argamne kan Rabbiin Onnee nama Muslimaa qofa keessa khaaye obbolummaa Islaamaati.

Sheekkotii Sadeen tan wanni wal jaalachiisu gosummaa fi biyyummaa miti Manguddichi guddaan faranjii kun Nama Ameerikaati, Dargaggeessi jidduu kun Nama filisxeemi Kan Sadessaa kun Ammoo warra Hindiiti.

Islaamummaatu dursa...!
Islaamummaatu waa hundaa oli!

#AllaahuAkbar☝️
#MaashaaAllahTabarakallah🥰
@JemalSheikhBakri1
Har "Guyyaa Barsiisotaati" ja'an. Barattoonni hoo guyyaan isaanii yoomi laata? 😅

Barsiisaan dhugaa dubbachuu galata guddaa nu biraa qaba. UNISCO guyyaa isaa kabajuu, kabajuu baatuu Barsiisaa hogguu kabajuun naamusa qabaachurraayi

@JemalSheikhBakri1
"Guyyaa Barsiisotaa"

Har'a guyyaa barsiisotaa akka ta'e dhaabbatoota gurguddaa addunyaa tanaa hedduu tokkootu beeysisu jira.

Guyyaan barsiisotaa eega kabajamuu eegalee yeroo 29ffaa akka geenyes ni himama.

Dhugaa dubbachuuf barsiisaan lafee duydaa guddina hawaasaati. Garuu biyya teenyatti gatiin barsiisaa hin baramne. Barsiisaan gatiin isaa guddaa akka ta'e hojii fi hubannonillee beeysisuun barbaachisaadha.

Ta ayyaanichaa tana kheeysan jiruu beekhaa😊

https://www.facebook.com/100013256774086/posts/pfbid028Tp5Cr2yJAKdmDVyWEyVavGtpwcuYs8kfEF6AEBVj6qFVSPsKPUAYGtDihrQNLWvl/?app=fbl
Gorsa

"Jecha jettu, hojiin agarsiisi"
Yeroo ijoollummaa keenyaatti, bakki Isiraa'el to'annoo ofii jala galchite Gaza qofa akka ta'e nutti himamaa guddanneerra. Amma garuu kan hubanne, Isiraa'el biyyoota adduunyaa kaan akka too'atteefi hanga ammaatti biyyi harka osoo hin kennin bilisa taatee hafte Gaza akka ta'eedha.

Kan isaan hin sodaanne nuti ammoo kilomeetiroota kuma heddu irra faheemya teenyee sodaanne. Aarsaa guddaa akka kaffalan osoma beekanuu dhimma Aqsaa irratti garuu yoomiyyuu harka hin kennine. Egaa eenyutu hidhame? Hundi keenyayyuu harka kennineerra, Gazan qofti yoo haftu.

Sheyik Hamid Shafi

ልጅ እያለን፣ እስራኤል በቁጥጥራቸው ውስጥ ያደረጉት ብቸኛው ስፍራ ጋዛ መሆኑ እየተነገረን አድገናል። አሁን ግን የተረዳነው፣ እስራኤል ዓለምን ሁሉ እንደተቆጣጠረችና ብቸኛዋ እጅ ያልሰጠች ነፃ ስፍራ ጋዛ መሆኗን ነው! እነሱ ያልፈሩት፣ እኛ ከሺህዎች ኪሎሜትር ርቀት ላይ እየኖርን ብርክ ያዘን እኮ! ከባድ መስዋእትነት እንደሚከተላቸው ቢያውቁም በአቅሳ ጉዳይ ግን መቼም እጅ አልሰጡም። ታዲያ ማን ነው የታሰረው? ሁላችንም እጅ ሰጥተናል፣ ጋዛ ስትቀር!

ሸይኽ ሀማድ ሻፊ

Ali Amin Amar Temam

@JemalSheikhBakri1
2024/09/23 11:16:46
Back to Top
HTML Embed Code: