Telegram Web Link
Ati hoo yeroo meeqa dubbiste?


"JIREENYA KEETITTI GAMMADI"
Galgala gara sa'aa 2:00 local time
Telegram @DrZakirNaikAfaanOromoo jalatti live seennaatii namuu achirratti haa wal eegnuu

Waa'ee Kitaaba
'jireenya keetitti gammadi' haasoyna hin hafinaa. #Challenge haarawa bahaa jirus wal beeysisna

Guyyaa gaarii
@JemalSheikhBakri1
Rakkoi teeknikaatu dhimmicha akkan isin biraan hin geenye na godhe Kulliin kessan Dhiifama nuuf godhaa
Yaa Rahmaan kiyya Sayyida makhluuqa cufaa kan ta'an Nabiyyii aalamaa irratti nageenya hammana hin jedhamne itti naa roobsi

ุงู„ู‡ู… ุงู„ุตู„ ูˆุณู„ู… ูˆุจุงุฑูƒ ุนู„ูŠู‡
Wallaahil Aziim addunyaa tanarratti wanni takkallee tan Rabbii ta'uu ishii barbaade malee tan taatu hin jirtu
Ergamaan Rabbii (saw)

Gara Samii ol ilaalaa โ€œYaa Allah! Dadhabina humna kiyyaa, Xiqqeenya Tooftaa kiyyaa, Nama biratti tuffatamuu kiyyaas Sumattiin himadha.

Irra namaaf rifataa warra namaaf rifatuu kan taate Mootii waa hundaa Eenyuuf na dhiifta?

Nyaapota na jibbaniif moo? Moo diina dhimma kiyya isaan beeysisite kana? Atummaan natti dallanuu baannaan Dantaa hin qabu (hin badadu).

Dhiifama keetu irra naaf caala. Nuura kee kan dukkanaan ibsituunin tikfama. Humnaa fi Dandeettii kee kan Addunyaa tanaa fi aakhiraa ittiin dhaabdeenin si kadhadha.
Humnaa fi mallilleen yoo siin tahe malee hin jiru.โ€

Yaa Rabbโ˜๏ธ

Kitaaba ใ€ŠJireenya Keetitti Gammdiใ€‹ jedhu keessaa kan fudhatameedha
@DrZakirNaikAfaanOromoo
Yaa Rabbii Kiyya Sin jaaladha. Nama waan xiqqoo naa godheewuu galatoomfadheetin bakka isa khaayu dhaba.

Yoo waan ati naaf goote gad ilaalu fi galatan an si galatoomfadhe ilaalu dachii fi samii walirra ta'e

Yaa Rabbii kiyya alfa Shukran ูˆ alfa hamdan lak Yaa Rabbii kiyya Sin jaaladha atis na jaaladhu, ta naa gooteef sin galatoomfadha, sin faarfadha, Wiliis ammoo naa godhi, karaa kiyya ati naa bu'i #Aaaaamiin๐Ÿคฒ

Warra #Aaamin jedheefis qeebaliif
Gaafa shamarri teenya osoo garaa qabduu, osoo dhaltuu Intransii fi Matrik fudhatan Mootummaa naannoo Oromiyaatilleetu dhufee ziyaara.

Miidiyaa kanarraa faaruufi maal maaliin qawwaxxan. Har'a garuu isin taajjabne maaliifi ni beeytanii?

Shamarri tun Osoo garaa qabduu, san booda dhalteetillee Osoo jirtuu cichitee Hifzii Qur'aanaa Markaza Furqaanitti fixuu Ishii Ustaaz Kadir Hamza Siyum maxxansee ture.

Miidiyaan kun Silaa suuraa ishii qofaan guutamuu qaba ture. Maal goona ree waan bakka kannuufi qabnuuf bakka kannuu hin beeynuu!

Jeynittii teenya baga gammadden siin jedha
#Congradulation
@DrZakirNaikAfaanOromoo
Madaa duniyaan si madeessite
Allaahaan si haa wal'aanu
#Aaamiin
Ijoolleen dubaraa Markaza Furqaanitti baratan keessaa Waancaa kaastee tan goobaan galte tun Intala teenya jechumaafi ๐Ÿ˜Š

Warri waaccuu dhiirti Qur'aanaa hifziin isaan salaachiftu dhabamnaan dabartoonni isaanii yoo dhiirti nu laallatan ja'anii Qur'aanatti gad taa'an.

By the way Obboleettiin teenya baga gammadde an gaafa xiqqootin beeka, kunoo har'a bakka gudddoo kanatti ishii arguun waan qajeellotti nama gammachiisu.

#MaaShaaAllah_Aleyhaa

Ijoolleen tun tokko Bedhaso Sanii kuunis obboleessa isii Birkii Xahaaa ti
Nama asii gaditti argitan kana ergan baree waggaa tokkotti dhihaadhe. Nama kana akkan baruuf kan sababa naaf tahe Dr Ka'b Abdellah kheenya kana. Ustaazni kun suma fakkaata naan ja'ee da'waa isaa takka natti erge.

Ustaazicha eegan gaafas horduu eegalee hanga ammafaa nama akkaan natti jabaa ta'u takkatti quxuxxurii ifii jala na oolche.

Mee warri da'awaa afaan ingliffaa dhaggeeffattan ustaaza kana hordofaa.

Maqaan isaa Abuu Teymiyyaadha. Nama Yuniversitii Medinaatti akkasuma Yemanii fi bakka adda addaatti ilmii barate.

State Europe tana tan inni keessa deemee da'waa hin goone hin jirtu. Nama ajaa'ibaati. Fuula keessa hedduu wal fakkaanna๐Ÿ˜… Qaqal'inas walumatti baane๐Ÿ˜… Inni Imaama taheetis nama salaachisa, yeroo salaachisu Qiraatii Khalaf an Hamzaan Qaraasisa.
@DrZakirNaikAfaanOromoo
2024/09/21 22:50:42
Back to Top
HTML Embed Code: