Telegram Web Link
Samiin tun Urjii Kumaatama of keessaa qabdi. Jiruun Tunis qormaata kumaatama of keessaa qabdi! #taعabi
Ati muka miti waan taateef bakki irra taa'aa turte yoo siif mijjachuu didde irraa ka'iitii sosochoo'i🫠

#Sosochooi
Biyyi lafaa tun namoota tokko tokko diggisteeti isaan afeertee nyaachisti, namoota garii ammoo garaa itti jabaattee, fuula irraa garagaltee boochisti 🫠

#IsThatFair
Gaafa guyyaan sitti dukkanaa'u, hiriyoonni keetis ni xiqqaatu. Isaannaan sun garuu saahiboota kee kan dhugaati. #Saahib
Amba teenna baga bara 1445 geettan
Eebbifamtoota bara kanaa Yuniversitii garaagaraa irraa Eebbifamtan, saahiboota kiyyaan hangafee hundi keessan baga guyyaa guddaa khanaan Rabbiin isin gahe.

Congratulation all of you
Keep going, keep shining
Miidhameetii fi rakkateetillee namoonni fuula isaanii irraa seeqinsi hin dhabamne dhugumatti namoota ciccimoodha #Collee
Universitii Islaamaa tan Minisottaa irraa akkasuma Universitii Arsii Irraa Kaleessaa fi Har'a jiddutti doktorummaa kabajaa argatan.

Kabajamoo Dr Sheikh Hajjii Ibraahim kana caalaatu isaaniin mala. #Youdeservemore
#Challenge Haarawa

Waan dhaloota hegereef ta'uun dhufaa jirra. Plz nu eegaatii, nu simadhaa
Yoo dadhabde hafuura baafachuu waan jedhamu bari malee hin dhiisin.
#Cichi
#SheikhBadralMishaarii

Rabbiin hidhaa haa baasu 🤲
Yaa Qaadir

Atiitu dandayaadhaa, gargaarsa naaf ta'i, yeroon an dadhabe ati na jabeessi, dandeettii teetiin waan natti jabaate naaf laaffisi #Aaamiiiin
Rabbiin du'aa'ii hanga ammaa khadhanne, khadhattan hunda bakkatti nurraa haa qeebalu 🤲
#Aaaaamiiiin
Yaa Ghaafir

Yaa kha dilii namaa araaramtu, yaa kha badii teenya nuuf sattartu, osoo nuti dilooynuu kha nu mararfattu, irra nuuf kuttu, cubbuu fi dilii teenya irra nuuf kuti, nuuf araarami 🤲
#Aaaamiiin
Yaa Salaam

Biyya teenya nagaya godhi, nageenyi si biraa dhufa, atiitu nagaya, nagaya nu godhi🤲 #Aaaamiiiin
Yaa Fattaah

Hulaalee kheeyrii, tan nuuf gaarii tan nurraa cufamte mara nuuf bani, quduraa teetiin goda nuu fi milkaa'ina keenya jidduu jiru kana nurraa diigi 🤲
#Aaaamiiiin
Namni ija cufate hundi waan rafe sitti hin fakkaatin, #Hindagamin ija cufate malee hin rafne 😊
Allaahaayyee

Yaa kan onnee namaa garaggaggalchu Onnee tiyya diin keetirratti sabachiisi, raggaasisi. 🫠
Training of new project, here we are coming with a new #Challeng pls be ready! 🙏

#AgainEnjoyYourLife
Coming Soon
2024/09/22 00:23:36
Back to Top
HTML Embed Code: