Telegram Web Link
I am not supposed or expected to resemble the hijabi girl in your mind. I have my own personal choices, flaws, strength and every specific attribute to myself just like any other human being. The purpose of my life is not meeting your or anyone's expectations.

The famous line which gives me a migraine is- She did this and that... why don she just takes off her hijab...?
Really people? Hijab is not about you or the representation you like to put on it, at least for me. All your concern is the 'image of Islam' while never caring for your sister's life.

If you find her in a wrong path, bringing solutions to save her soul shall be your mission not defending a piece of fabric on her head.

Why are you even convinced she should stop wearing the hijab just because you think she is doing something wrong or sinning? Have you ever gave up on your Salah for doing wrong? have you ever compromised your fasting when you sin in something else?

Hijab is one form of worship, she doesn't need to stop it for doing something else wrong or the like and most importantly it's NOT about you!

No woman should start or stop wearing the #Hijab forcefully!! Never!

#TheStruggleIsReal #WorldHijabDay #StrongInHIjab

Moonera AbdulMenam
Namoonni ganamni isaanii osoo hin bareedin guyyaa bareeffachuu barbaadan if sobaa akka jiran itti dhaga'amuu dhabuun nama dhiba.

Ganama gaarii, lafa gaarii oolaa
Namootatti dhihaachuu kan qabnu bu'aa isaan irraa argachuuf qofa ta'uu hin qabu, isaan fayyaduufis yoo ta'e malee
@Hakaan1
Waa’ee namaa baruuf fii iccitii isaa baasuuf tattaafii kuma takka godhurra, waa’ee kee fii waan si fayyadu baruuf tattaaffii 1 godhuu irra siif caala.

Ati milkaawuutu irra siif caala malee abalu kufuu fii saaxilamuu moti. Milkiin tee abalu kufurratti hidhaa hin qabdu!

Milkaawaa namaa tahi kan waan isa fayyadurratti xiyyeefatu.

Ustaaz Jafartu barreesse
Imala if barbaaduuf taasistu keessatti namoota hedduu akka dhabdu nin beeka. Rakkoo miti. Karaa sirrii qabattee itti fufi. Isaan ati dhabdu san hundi si hin barbaachisan
@Hakaan1
ጀበሉዬ ❤️
This is my official Instagram, don't forget to follow me

I'm on Instagram as @jemalsheikhbakri. Install the app to follow my photos and videos. https://www.instagram.com/invites/contact/?i=8xuk9w3lrj41&utm_content=irv2cvj
Wanni qusatamuu qabu Maallaqa yookaa qabeenya malee jaalalaa miti. Jaalala qusannaan, siif hin barakhattu, Maallaqni qusannaan siif barakhata.✌️💯 @Hakaan1
Uffanni akkaan Ergamaa Rabbii (saw) biratti jaalatamaa ta'e Uffata adiidha.
#AdiiUffanna #AdiiDubbanna
#warraaqsaadii

Suuraan kan Adeerooti Rabbiin rahmata haa godhuuf
@Hakaan1
Warri har'a gurraacha Uffate warra kaleessa akka galaanatti dhiiga keenya calii calanqorratti, Aanoleerratti Yaase.

Warra Afaan Soomanaatiin Muslimoota Shantamii ol Gondaritti Duguuggaa shanyii irratti raawwate.

Warra kaleessa Afaanii fi kitaaba Isaaniitii Gaallaa fi Shaanqillaa nuun jechaa ture. Har'a Afaan Oromoo Afaan Faarfataa ta'uun gurraacha isaan uffachiise. Balaa gurguddoo Gurraacha isaan uffachiistu Rabbi haa fiduuf
"Adii uffannee, adii nyaannee, adii dubbannee, adiin waliin jiraanna." Hayyicha Sheikh Jamaal Aliyyii Abdullah
Fageenyi jaalala hin hir'isu. Namni akkaan onneen teenya jaalattu ija teenya duraa fagaatullee qalbii teenya duraa fagaatuun ni ulfaata ❤️
Yoo ilmii ilmii sanada qabdu, yoo qabeenyaa arjaa, yoo namoomaa, tajaajilaa hawaasaati. Yoo gorsaa isaa achi hin hafne. Hayyicha Sheekh Jamaal Aliyyii Abdullah

Baga keenya Taate
Namoonni hedduun nama isaaniif hubatu argachuuf dararamu. Jireenya keessatti nama siif hubatu tokko qabaachuun mataan isaa milkiidha
Halkan hin bariine, Guyyaan hin dabarre hin jiru waan ta'eeف baay'ee hin dhiphatin jaalo! @Hakaan1
If too'achuu danda'uun bilchina qaamaa osoo hin taane bilchina sammuu nama gaafata. If too'adhu.

Nama si miidhee biiluu itti qabatte miira kee too'adhuutii irra dabriif, Nama yeroo dheeraa jibbaa turte miira kee too'adhuutii jibbuu dhiisi.

If too'achuun Moo'amuu miti, moo'uudha malee ✊️
Akka qalbiin tee xumaaniinaa argattuuf, miila masjiidarraa fagaate san gara masjiidaa deebisi ○
Yeroo facebook fayyadamtu akkuma warra facebook fayyadamuuti taata, yeroo qu'attu/dubbistus akkuma nama dubbisuu taata.

Namni gariin hoggaa facebooka fayyadamtus akka ati dubbist/qu'attu ka sirra barbaadus hin dhabamu
Namoonni tokko tokko hanqina namaa guutuuf uumaman. Dhugatti aniis, atiis nama tokkollee taatu kan hanqina keenya guutuuf uumame hin dhabnu.

Alhamdulillaah🤩
2024/09/24 13:17:46
Back to Top
HTML Embed Code: