Telegram Web Link
Namoonni baay'een obsi gara injifannootti nama geessa ja'an. Haa ta'u malee yeroo takka takka obsi gara qabriittis nama ni geessa.
Leenci akka saroonni isa duubaa iyyan yoo hin goone Leencummaa hin qabu
Jireenyi akka diinni keenya jaalawwan keenya nuuf ta'uu danda'anii fi akka jaalawwan keenya diina keenya nuuf ta'uu danda'an nu barsiistee jirti
Yeroo dukkanti siin marsite, akka guyyaan ifaa dhufuuf hedduu sitti dhihaate hubadh
Onnee tee keessatti aduun abdii akka dhaamtu goonkuma hin hayyaminiif
Baalli yeroo muka irraa bu'u qilleensi garuma fedhe olii gadi oofa. Kanaafuu nama qabdu irraa fagaachuun dura jabeeffachuudhatti yaaduu qabda.
Mahram and non mahram!
It will use to identify.
Aaaamiin🤲
Hassan ibnu Aliyyii namni tokko intala too eenyuttin heerumsiisa jechuun isa gaafate, “nama Rabbi sodaatutti kenni, yoo jaalate ni kabaja yoo isii jibbes isii hin miidhu” je’een.

Rabbiin ol tahe, “haala gaariin wajji jiraadhaa” jechuun ajaje. Gaafa siif hin taanes “nagayaan gad lakkisaa” ja’a ajajni Rabbii.

“Tola isin jidduu ture hin dagatinaa” jechuun jara lamaanuu gorsa Quraanni.

Jaahilli daangaa si dabarsa malee Rabbi kee akka sodaattu si hin godhu. Yoo si jibbe si zallama malee haqa Rabbii siif hin muru.

Ustaaz Jaafar Bayaantu barreesse
Gufaatii fi Kufaatiin wal dhabdii bar akhii 😊
Haadha ilmaan ishii salaata fajriitiif jecha hirriibarraa kaastu takka tan akkana jettun dhaga'e...

《Ka'aa gara salaata fajrii deemaa. Akka namni tokkollee jannata seenuu dhabuudhaan nu jalaa hafu hin barbaannuu》


Aaah Mom🥰
انت افكارك
🙏🙏 شكرا🙏
《Waan Isaan baafatanii afaaniin dubbatanirra waan isaan Onnee isaanii keessatti dhoyfatantu caala》 jedha Rabbiin ol'aane.
There is a Pen for Pain
Yeroon tun yeroo barattoonni baruumsa yookaa afaan keenyatti Qaraatii jalqabani. Namuu yaadannoo garaagaraa qaba.

Ani ammoo kanin hin irraanfanne gaafa daftarri naaf bitamu fuula jalqabaa kanarratti Maqaa guutuu, gosa barnootaa, bara barnootaa, kutaa fkkf mimmiidheyseen barreessuu jaaladha.

Yeroo fuula jalqabaa banamu akka qalbii na fuudhuttin tottolcha qalamaan. Garuu waan nama dhibu amma daftarri akka malee qaalawee jira. Maatii jireenya jiddu galeessaatii gad jiran daftara bitanii ilmaan ifii qaraasifachuu hamma rakkatan gahaa jiru. Ay nuuroo😥

Akka hundattuu ijoollee teenya tan baruumsa hin seenin iyyaafadhaatii baruumsatti galchaa hadaraa.
Ilmi namaa hoggaa abdii murate hammeenya Jireenyaa hubata.

Abdii murachuun ammoo gaarii miti😊
Sophesticated message
"Morma kiyya erga qalanii Iyyasuus guyyaa Sadi booda Morma kiyya naaf deebise" 🤣 paster Abdulqaadir

Jaarraa meeqaffaa akka jirru ni dagatan yoonin je'e maaltu isin ajaa'iba. Garuu hordoftoonnummaan amantii kanaatuu akkamitti jechoota akkanaa kana amanuu akka danda'an naaf liqinfamuu dide!
@JemalSheikhBakri1
Kitaaba hedduu dubbistee yoo jijjiirama ifirratti dhabde, na amani ni dubbiste malee hojitti hin jijjiirre😊
“Always do your best. What you plant now you will harvest later.”
•••••••••••••
"Stay focused on your goals, your peace, and your happiness. Don't waste your time on anything that doesn't contribute to your growth."
•••••••••••••
Don't be afraid of losing people. Be afraid of losing yourself trying to please everyone around you.
2024/09/25 13:19:12
Back to Top
HTML Embed Code: