Telegram Web Link
Forwarded from Jemal Sheikh Bakri
Guyyaa Jum'aa Asrii boodaan yeroo du'aa'iin namarraa qeebalamuutu khajeelama, Kanaafuu Ahibbatii Rabbiin Ol tehe Yaaddoo qoma kee keessa jiru, Muraada kee siif guutuun sirraa haa buqqisu 🤲
@JemalSheikhBakri1
Mootummaa Ergamaan Kee (Sallallaahu aleyhi wasallam) akka Xiqqeeffamuuf ganamaa galgala Hirriiba dhabeen Guyyaa Jum'aatiin Waa jettuun malee bira hin kutin 😡
@JemalSheikhBakri1
Rabbiin 'Sulbii' fi 'taraa'iba' keessaa si baase 'Kurbii' fi 'Masaa'iba' keessaa si haa baasu🤲

@Na4Je2
Namoota jaalalaan malan hedduu osoo itti hin mullifanne jaalala isaanii mi'eeffachuun ni tolti, garuu osoo itti himatanii irra akka toltu abdiin qaba.
Ummata jaalalaa, Isinin jaaladha 🥰
@Na4Je2
Waliif yaaduu aadaa haa godhannuu, yoo nuti waliif dhimmamne Rahmaanoon nuuf dhimmama.
@JemalSheikhBakri1
Jireenya jaalalaan guutamaa barbaadeetin, si biraa malee dhabe, Gammachuu jiruu koo keessaa ifu barbaadeetin, gama keetii malee dhabe. Si qabaachuun koo, akkan nama guutuu ta'u kan na taasisu ta'uu ergan beekee tureetin jira.

#Yaa_Rabb @Na4Je2
Gara lafa kanaa kanan dhufe, yoon faayidaa wahii buusuu baadhe, namootattin ba'aa dabalataa ta'a jedheetin amana. Kanaafu guyyaa tokko nama faayidaa guddaa buusu ta'uuf carraaquu irraa if duuba hin deebi'u 💪

فالله المستعان 🥰 Je Dreams 🥰
@Na4Je2
Carra qabeessummaan kiyya, taa'urraa kan dhufe osoo hin taane Sochii kiyyarraa kan dhufeedha. Dhugaa ani carra qabeessa, garuu Carraan naaf dhufa jedhee hin eggadhu, nan hojjadha, San booda Carraa baay'een na qunnama. Kanuma 😇

@Na4Je2
Heartbreak event for ethiopians!😭
Boru jechuun Wiixatatti hayyamni fuudhame 💪
@JemalSheikhBakri1
Sagantaa guyyaa boruu Wal dorgommii Qur'aanaa Idil Addunyaa Sababeeffachuun Staadiyeemiin Finfinnee hanga danda'ameen Qulqulleeffamaa jira. 🙏

Alhamdulillaah Rabbiin Khafana nutti qabe fakkaatti.
@JemalSheikhBakri1
وَأَنَّهُۥ هُوَ أَضْحَكَ وَأَبْكَىٰ
@JemalSheikhBakri1
2024/09/28 01:32:51
Back to Top
HTML Embed Code: