Telegram Web Link
Kuweet Sochii Namticha Kabajaa Ergamaa Rabbii Xiqqeesse Mootummaa Hindii, Nandra Modi Suuraa Isaa bakka, Sanduuqa Kosii, Qushaashni itti walitti qabamu Cufa gubbatte maxxansitee jirti.

Suurri namticha sanii raabsamee iddoo kosiin itti gatamutti maxxanfame,

Sochii Kuweet Godhaa jirtu.

1ffaa:Ambassendara Hindii ariitee jirti
2ffaa: Hindoota Biyya isaanitti hojjatan Abboottii qabeenyarraa hanga dalayduutti ari'uuf sochii godhaa jirti.
3ffaa:Kuweet Sochii diinagdee Hindii wajjiin qabdu guutummaa guututti Kuttee jirti.

Duula #Boycott Jalqabanii jiran.
Nutiis Meeshaa Made in India jettu akka lagachuu qabnun isin beeysisa.

Fidaaka Abii Wa Ummii Yaa Rasuulallaah (Saw)
#Share_Waliif_Godhaa
@JemalSheikhBakri1
Jaala Kiyya Ali Amin
Ustaaza Kiyya Raayyaa Abbaamacca

Deep Smile ๐Ÿฅฐ๐Ÿ˜ out of love
Maa Shaa Allaah โฃ
@JemalSheikhBakri1
#Gooticha
Abbaan qabeenyaa Yamanii kan ta'e Hojjattoota Kaampaanii isaa kan ta'an Hindoota Muslimoota hin ta'in Hunda Isaanii Iqaamaa isaanii haqee tikeeta mureefi gara biyya isaanii galche, lamuu akka hin deebines godhee jira. Ammaan bood Hindiirraa meeshaa takkallee hin bitu jedhe ๐Ÿ’ช
#ุฅู„ุง_ุฑุณูˆู„_ุงู„ู„ู‡_ูŠุง_ู…ูˆุฏูŠ
@JemalSheikhBakri1
Ummanni Osoo Isaan jiranii Nabiin (saw) isaan keessatti xiqqeeffame, Rabbiin ol tehe Isaan xiqqeessu malee hin taane ๐Ÿ˜ญ
Sheekh Abdul Aziiz Ax Xariifii

@JemalSheikhBakri1
EEYBA KITAABA "BISHAAN GUBATE"

Kitaaba Asoosamaa mata dureen isaa "BISHAAN GUBATE" je'u kan gaazixeeysaa Mahammad Siraaj barreeysee ture Dilbata as deemu kana ni eeybifama. Sagantaa eeybaa tanarratti afeeramtanii jirtan.

IDDOO EEYBAA:- Finfinnee, Galma Giddugala Aadaa Oromoo

GUYYAA:- Waxabajjii 12, 2022 G.C
5 / 10 / 2014 EC

YEROO:- Waaree booda sa'aa 8:00 (local time)

#YAADACHIISA:- Dhaamsa kana karaa isiniif dandayame hundaan ummata biraan gayaa.
@DrZakirNaikAfaanOromoo
@JemalSheikhBakri1
โ˜โ˜โ˜
Yaa Rabb! @Na4Je2
ุงู‚ูˆู„ โ˜โ˜โ˜

Yaa Rabb! @Na4Je2
Dubbiin akka nuti asitti xarraq jennu kanaa miti Guyyaa Qiyaamaa san namni nagaya behe dhugumaan Abshaala namaati.

Rabbii Kiyya Na mararfadhu, Guyyaa san nan hoongeessin ๐Ÿคฒ

โ˜โ˜โ˜ Yaa Rabb! @Na4Je2
Waan qalbii keetitti hin tolle goonkuma hin hojjatin, qalbiin tee ija teetirra agarti waan te'eef. Ani yeroo hedduu jechoota akkanaatin jaaladha. Ahbaabii isinis akka itti hojjattan abdiin qaba ๐Ÿฅฐ @Na4Je2
Yeroo namni fedha duniyaatiin guutame, qabeenya addunyaa argachuuf ilmi namaa khabajaa walii gurguru, Duniyaan luugama namatti hiitee hulaa hunda dura nama dhaabdu, Yeroo maatiin intala isaanii gurgurachuuf "Yaa Rabbi ka qajeellotti maallaqa qabu itti fidi" jedhee Rabbi itti kadhatu keessa jirra.

#Subhaanallah Atummaan rahmata keetiin nuuf araarami, yaa kan namaaf araaramu
@JemalSheikhBakri1
Anis ilmi abbaa Alaabaa Oromoo, alaabaa Akhaakhoon khoo Sheikh Muhammad Umar Qaadii tolche Har'a irraa jalqabee Oromoon guutuun akka itti fayyadamuu dandeessu isin beeysisuun barbaada. ๐Ÿ˜…

Nuti akka kesssanitti Qorqoda hin qabnu, Bismillaahi ๐Ÿ˜‡

Baabaa Rabbiin haa rahmatuuf ๐Ÿ˜ญ
@JemalSheikhBakri1
Rabbii khee galatoomfachuu hin dagatin. Wanni Rabbiin Siif godhe hedduudha, osoo lakkooytee fixuu hin dandeessu. Of nyaataa, hiraaraa oolurra galateeffachuutu jireenya kee jaara. #Galateeffadhu #Alhamdulillah๐Ÿ™
@JemalSheikhBakri1
Namoota jaalattu Of irraa hin fageessin, Namoota qalbii teetitti das jedhan irraa hin dheessin, tarii jiruun tee sababa isaanii bareeduutu malaa, tarii isaan dhabdee sheenawuutu malaa, tarii isaan ati irraa fagaatte sun sababa keetiin miidhamuutu malaa.
#Careforthosewhomyoulove๐ŸŒท
@JemalSheikhBakri1
Milkaa'inni kiyya, guddinni Kiyya, Jijjiiramni kiyya, Rabbii kiyyaaf gadi ja'uu, Sujuuduu keessatti jira.

#YaaRabb! โ˜โ˜
@JemalSheikhBakri1
Forwarded from Jemal Sheikh Bakri
Harka kee bareedaa kanaan, Nabiyyii Kee bareedaa Irratti Salawata Roobsi.

ุงู„ู‡ู… ุงู„ุตู„ ูˆุณู„ู… ุนู„ูŠู‡
@JemalSheikhBakri1
2024/09/28 03:15:43
Back to Top
HTML Embed Code: