Telegram Web Link
Accept the Situation and Move On! πŸ˜‡
@Na4Je2
Waggaa Shan booda waan har'a boochuuf itti khofluuf teessa.

Smile πŸ˜…

@Na4Je2
JumΨΉaa Asrii boodaa..!

1ffaa: Khadhaa tee siif haa qeebalu
2ffaa: Khadhaa namni siif khadhatellee siif haa qeebalu.
@JemalSheikhBakri1
Enjoy πŸ₯°
Mood @Na4Je2
Pic of the day πŸ₯°
Sheikh Amin Ibro
@JemalSheikhBakri1
α‹ˆαŠ•α‰ α‹΄ α‰₯ሎ αˆ›αˆˆα‰΅αˆ΅?
αˆ΅α‹΅α‰‘αˆ΅ αˆαŠ• አመጣ? πŸ™„

Muhammad bin Wahab Majlisa iriyoophiyaa kheessatti arrabsuun maaliif barbaachise ? Moo isaanis Lammii itiyoophiyaati ?πŸ˜‹

@JemalSheikhBakri1
Ni jirra jechumaafi πŸ₯°
U care me, Me Yeap πŸ’―
@Na4Je2
Eenyuuf Jecha Liverpool deeggarta ?

@JemalSheikhBakri1
πŸ˜πŸ˜‹πŸ˜‹πŸ˜›
I appreciate each moment of my life πŸ₯°

You, Don't care 😟
Calii Calanqoo ~ Calanqoo lolaa!

Siidaa Wareegamtoota Calqootiif Magaala Seena qabeettii Calanqotti dhaabbate Ziyaarree odeeffannoo tokko tokko odeeffannee, Seenaa Gootummaa, Abaabilee fi Akaakilee teenyaa Yayyaadachaa Oolle.

Kaleessi anaaf guyyaa ajaa'ibaati, Mooraa keessa waan jiru cufa daawwannee jirra. Jaarmaya siidaa keessa seennee Wantoota achi keessa jiruufi Kitaabban Afaan arabaatiin barreeffaman Seenaa kanaan wal qabatee akka jiru kan dhageenyes faana dhooynee yeroo lammadaa dhiheenyatti akka deebinu eeydotaaf beeylamnee deebine.

Rabbiin Wareegamtoota keenya Cufa Jannata isaan haa qubsiisu.

@JemalSheikhBakri1
Amma Dhugaan Warri jaartii Afur Fuudhutti nama ajaju, Akkuma namni Sunnaa Nabii (Saw) jabeessan barbaadaniitii ?? πŸ€”

@JemalSheikhBakri1
Manni baruumsaa "Mindeeffamootaa jajjaaboo" Oomisha Malee "Mindeessitoota Jajjaboo" Oomishuu Hin danda'u.

Rich Dad
@JemalSheikhBakri1
Waldaan Tokkummaa Muslimoota Tigraay Murtii Korri waliigalaa mana marii dhimmoota Islamummaaa Itoophiyaa Caamsaa 18 dabarse deeggaruun ibsa baase

Waldaan kun jijjirama Korri waliigalaa mana mariichaa Hoggantoota mana mariichaa irratti godhe guutummaan guutuutti kan deeggaruu fi qaamni i dhimmi ilaallatu hundi tumsa barbaachisu akka godhan gaafate.

Abbaas Ibnal Islaam
@JemalSheikhBakri1
Dubbiin akkas ture!

Buufata Xayyaaraa keessa kan hojjatu gurbaan xayyaara iddoo paayleetii qulqulleessu tokko Xayyaaricha qulqulleessuuf ol seene.

Yeroo kana qulqulleessuu akkuma jalqabeen Kitaaba β€œAkkaataa itti xayyaara Oofan” irraa dubbatu tokko arge. Kitaaba as gara galcha achi gara galcha hedduu itti salphate.

Waan kitaabarratti dubbise kana maaliifin hojiin hin mokkorre jedheeti Paayleet tahuuf kitaaba of dura kaaye!

Ajaja kitaabichaa dubbisii xayyaara sochoosuu jalqabe. Hamma lafarraa gaafa fixatu akkamitti akka ol kaasan dubbisaa oofuu jalqabee. Akkanumatti ol kaasee yeroo sa'aa tokko guutuu adeemsa kitaabaa hordofuun samii gubbaa baliliisaa ture.

Achi booda Kaa Wanni addaa kan isa mudate. Amma xayyaaricha gad buusuu barbaade. Akkuma duraatti kitaabarra ilaaluu jalqabe garuu humaa kitaabni Page / Fuula tokko qofaatu hafe.

Rifatee gamana ilaala humaa hin jiru. Gamas ilaala humaa hin jiru. Isa booddee barreeffamma hima tokkicha hafe kan akkana jedhuutu hafe. Innis Coursii itti aanu argachuuf Kitaaba lammadaa keessatti dubbisi jedha.

Kitaabni lammadaa ammoo achi keessa hin jiru. Akka tahu dhabe. Maal haa godhu. Eessa haa geessu. Hawaa gubbaa oolee buluuf xayyaarri waan barbaachisa guuttachuu qaba. Kana Mara hin guuttanne. Kitaaba lammadaatis argachuu hin dandeenye.

Akkamitti rakkoo akkasii keessa akka bahu Caalaa Ergaan seenaa kanaa yoo isiniif gale natti tola!
@JemalSheikhBakri1
Warri Aartististootaa fi Famous ootaa kun Yeroo Fuudhuu deeman silaa qajeellootti ifirraa laalaniin ja'a akkam πŸ™„

Yookaa Kitaabaa Afur Fuudhuu kana Jaartii isaanii irratti qara'uu qabu 🀣 αˆα‹΅αˆ¨ αŠ αˆ­α‰΅αˆ΅α‰΅ αˆαˆ‹ πŸ˜‹

@Na4Je2
2024/09/28 09:32:09
Back to Top
HTML Embed Code: