Telegram Web Link
Ni daganne!

Dhugaan jiru dirree taa'a! Waan godhuu qabnu dhiisnee waan biraatti jirra. Ta hojjachuu qabnu irraanfannee tan biraa yaadanne.

Addunyaa tana yeroo Muraasaaf Kontraata qeeballee taa'utti jirra. Kun fedha Moowlaatiini kan ta'e. Nu tolchee bereechee nu Uume nu guddisee Sadarkaa nutti godhe. Waan adda addaatiin akka wal caallu nu taasise. Faaruutu isaan mala, Kadhaatu, isaan mala, galataatu isaan mala walumaa galatti ykn dimshaashumattu gabbaramuutu isaan mala.

«Guddina Allaahaan Malu Waa Isa hin guddisne»

Subhaanallah! Rabbi Keenya gabbaruuf Uumamnee Jaalala Saalaa faallaa keenyaatiin dagamne, Rabbii Keenya gabbaruuf Uumamnee Jaalala duniyaatiin sakaalamne, Rabbii Keenya gabbaruuf Uumamne jaalala technology tiin Hatamne, Rabbii Keenya gabbaruuf Uumamnee Jaalala Hawaasummaatiin Dagamne.
Rabbii Keenya gabbaruuf Uumamnee Jaalala Politica tiin Nyaatamne. Subhaanallah!

Yaa Rabbii Jaalala tee hiiddaa fi dhiiga qaama Keenya cufa keessaa yaasi. Bakkaa hiddaa fi lafeen itti wal qunnamtu hunda obaasi. Ujummoo qaama Keenya Cufa jaalala teetiin qulqulleessi. Yaa Mowlaa Warreen jaalala teetirraa qullaa gooterraa nu hin taasisin.

@JemalSheikhBakri1
Wanni doynummaarraa nama aarsu ni jiraa? Jedhanii Hayyuu tokko gaafatan. Eeyyee Jedheen, Hoggaa Arjaan, Waan namaaf kennu odeesseedha 🙉

@JemalSheikhBakri1
It is not me, It is you 🤩🤪

Me: flexible, Yeap😋

@Na4Je2
I am trying to Cry for you 🖤😆
But I can't, to do so 🤣 Sir ■
@Na4Je2
Sababa Ati yeroo takka Nabii keetirratti Salawaata buufteef, Rabbiin kee yeroo kudhan sirratti buusa.

Allahumma Salli Wasallim aleyhi
الهم الصل وسلم عليه

Namni qorqodaan nama Hoggaa Maqaa Nabiyyii Dhaga'e Salawaata osoo hin buusne dhiisu🙊

الهم الصل وسلم عليه
@JemalSheikhBakri1
Obboleeyyan lameen 🥰

Ustaaz Kamil Shamsu fi Shueybi Shamsu

Suuraan lameenuu tan Ustaaz Kaamil Shamsuuti Warri Jedhu hin dhabamu 😅
@JemalSheikhBakri1
Osuma beeytuu akka nama hin beeynee tahuunis yeroo tokko tokko gaariidha 😊
Forwarded from Jemal Sheikh Bakri
Guyyaa Jum'aa Asrii boodaan yeroo du'aa'iin namarraa qeebalamuutu khajeelama, Kanaafuu Ahibbatii Rabbiin Ol tehe Yaaddoo qoma kee keessa jiru, Muraada kee siif guutuun sirraa haa buqqisu 🤲
@JemalSheikhBakri1
جمعاكم سعيد 🥰
@JemalSheikhBakri1
Pray,Hope and don't worry
Yeroo takka takka akka gaarii Uumuuf, akka hamaa keessa dabruu Si gaafata. So Don't Worry 😎
@JemalSheikhBakri1
Single oonni baga gammaddan 😅
Qorannoon jalqabamee jira, Walleenuu Mootummaan Gatii Cidhaa Xiqqeessuudhaan Single ooni akka fuudhaniif haala mijjeessuuf deeman seya 🤣😅🤣

Qaalayiinsa Jireenyaati 😎
Barii gaarii qabaadhaa 🥰
Not only her, the same is to him 🥰😅
"Tokkummaa hoggaa jennu Tokkummaa Hooggansaa jechuu keenya malee tokkumaa Aqiidaa jechuu keenyaa miti. Abbaan fedhe Waan fedhe haa hordofuu, Garuu Caayaa Islaamummaa Jalatti Hooggansa Waloo Uumnee, Namni gara qiblatti garagalee salaatu hundi dhaabbata Itti tajaajilamuuf malu Uumna jechuu keenya"

Sheekh Hajji Ibraahim ( Presdantii)

@JemalSheikhBakri1
2024/09/28 11:24:02
Back to Top
HTML Embed Code: