Telegram Web Link
Gurbaan dargaggeessi kun Maqaan isaa Muhammad Roobaa jedhama. Presdentii Majlisa Naannoo Hararii kan ta'an Sheikh Tewfiq walgahii guyya Har'aarratti dhahuun isaa barame.

Baay'ee, Baay'ee nama gaddisiisa.
@JemalSheikhBakri1
Harka kee bareedaa kanaan, Nabiyyii Kee bareedaa Irratti Salawata Roobsi.

الهم الصل وسلم عليه
@JemalSheikhBakri1
Guyyaa Har'aa Jum'aa keessan Biyya tamii fi Masjiida Kamitti Salaattan ?

Me: Adaamaa, Masjiida Khadiijaa
@Na4Je2
Guyyaa Jum'aa Asrii boodaan yeroo du'aa'iin namarraa qeebalamuutu khajeelama, Kanaafuu Ahibbatii Rabbiin Ol tehe Yaaddoo qoma kee keessa jiru, Muraada kee siif guutuun sirraa haa buqqisu 🤲
@JemalSheikhBakri1
Sheikh Mahmuud al Hasanaat Ilma isaa Sheikh Hamzaa Mahmuud wajjiin 🥰😅

Maa Shaa Allah Aleyhim
@JemalSheikhBakri1
Live stream started
Live stream finished (1 minute)
Live stream started
Live stream finished (1 minute)
Goobaan galtan
Bishaan

Jaala kiyya Bishaan Highlandiin yeroo dukkaana inni irraa gurguramuu bitattu 10- 20 ti, Bishaanuma kana garuu yeroo Hoteela Seentu 30- 50 kafalta. Ammaas Bishaanuma kana Iddoo buufata Xayyaaraa keessatti kana caalaa sirraa fudhatan.

Bishaan bishaanuma garuu, Iddoon yeroo jijjiiramu gatiin isaatis ni jijjiirama. Atis akkasuma iddoo itti gatiin kee itti rakishu akka of hin keenye. Of eeggadhu. Bakka gaarii fi Siin maltu filadhu 🙏

@JemalSheikhBakri1
Gammachuu kee Maallaqa irratti hin Irkisin, gaafa maallaqa dhabdu gammachuus wajji dhabda waan ta'eef. Gammachuu kee Maatii yookaa fira keetirratti hin Irkisin, gaafa si jalaa du'an gammachuu kee dhabda.
Gammachuu kee hiriyaa keetirratti hin irkisin, gaafa adda baatan gaddita waan ta'eef.

Gammachuu Kee Rabbii kee kan yeroo hunda hirkoon isaa si jalaa hin cinnetti Irkisi. #Khalaas san booda Gammachuu goonkuma hin dhabdu.

@JemalSheikhBakri1
Gammachuu kee Maallaqa irratti hin Irkisin, gaafa maallaqa dhabdu gammachuus wajji dhabda waan ta'eef. Gammachuu kee Maatii yookaa fira keetirratti hin Irkisin, gaafa si jalaa du'an gammachuu kee dhabda.
Gammachuu kee hiriyaa keetirratti hin irkisin, gaafa adda baatan gaddita waan ta'eef.

Gammachuu Kee Rabbii kee kan yeroo hunda hirkoon isaa si jalaa hin cinnetti Irkisi. #Khalaas san booda Gammachuu goonkuma hin dhabdu.

@JemalSheikhBakri1
Namni ammaa follow nama godhuurra block nama godhuutu isaaf salphata😊 #DhugaaAdii
“ Our life belongs to the whole community and as long as we live, it should be a privilege to do for it whatever we can.”
•~•~•~•~•~•~•~•~•~•~•~
“Take chances, make mistakes. That's how you grow. Pain nourishes your courage. You have to fail in order to practice being brave.”
•~•~•~•~•~•~•~•~•~•~•~
“For to be free is not merely to cast off one's chains, but to live in a way that respects and enhances the freedom of others.”

@JemalSheikhBakri1
By the way Ati maaliif Suuraa ka'uu heddummeessitaa Warri jettan 🙊🙊

Suuraa teessanis natti ergadhaa isiniifin possataa 😃😃

Sanii achi Safaaxaan hin jiru 😛
Forwarded from Jemal Sheikh Bakri
Osoo jaartiin masaanuu jibbuu baattee jaarsi waan irraan fuudhu natti hin fakkaatu
@DrZakirNaikAfaanOromoo
2024/09/28 19:20:24
Back to Top
HTML Embed Code: