Telegram Web Link
Afaan khun isiniif galaa mii?

Gama duubaa sanaan, ni dhagayamaa mii?👂

@Na4Je2
Ija waa agartuuf garaagarummaan jira 🥰
@JemalSheikhBakri1
تبسم 🥰
@Na4Je
Suuraa tana yoo ilaaltan qubee 'Kh' n isinitti Mul'achuu qabdi 😅
@Na4Je2
Dargaggeessa Naanniga ilmii keessa ture.
إنا لله وإنا إليه راجعون
Namni nuti waraqaa ragaatii wajjiin arginu khun nama dargaggummaan Ilmii guddaa Ulamaa'ota hedduurraa walitti qabate tahuu dhiheenya Sababa dhukkubsachuu isaatiin dhageenye. Kunoo har'a gara fuula Rabbii deeme.

Namni Aalimni tokko du'uun addunyaa guutuu akka miidhu namni faayidaa ilmii beeku kan wallaalu hin jiru.

Rabbiin caffee jannataa isaaf haa afu, Maatii fi firoottan isaatis Rabbiin haa jajjabeessu.

https://www.facebook.com/100013256774086/posts/1426123394506206/?app=fbl

@JemalSheikhBakri1
Suuraan tun tan waggaa tokko duraati. Ustaaz Heydar qophii Eebba Kitaaba 'لندع الإنجيل يتحدث' Jedhu kan bara dheengaddaa eebbisne san irratti yaamnee Wajjiin Qophicha miidhagsine.

Nama hawaasaaf dhimmamu, nama hawaasa tajaajilu, Nama jabaadha. Amma dubbiin faallaa taateen maqaa #Al_Shabaabiin hidhan. Ahbaabii yoo waan goonu dhabne du'aa'ii haa goonuuf.

@JemalSheikhBakri1
Ilmi khee hojii tee Shaakhala 🥰
@JemalSheikhBakri1
Shammari akka Ummu Abdillah akkamitti dhabame ? 🤔

Ummu Abdillaan intala masaanuu ishii tana osoo jaarsa ishiitti hin heerumsiisin dura hiriyaa ishii biratti jaalatamtuu turte.

Sababa intala tana qaceellotti jaalattuuf, Sababa Intala hiriyaa ishii tanaan adda bahuu hin feeneef jecha, Intala tana akka Jaarsa ishiitti heerumsiiftu if amansiiftee, Itti heerumsiifte.

Bas Amma Fataa jechaatuma Online kanarraa Single oota girgireessan. 😃

Shamarran Oromoon jidduu gurbaan kun Ummu Abdillaarratti Masaanuu fuudhu san, Akkamitti akkas godha ja'anii lolanii, waan fidan dhabanii dhiisan. Wiii 😅

Masaakiin Wlh
@JemalSheikhBakri1
Oduu gaddaa
Taa'umsi Shawwaal 10 Majliisni qopheesse osoo haasawamaa jiruu addaan murame.
Dr Jeylaan kedir 《Namoonni asirratti affeeraman muraasa》 jechuu qofaaf Muftiin Booksiidhaan dhawee Maaykiin irraa fuudhame 😭
@JemalSheikhBakri1
2024/09/28 21:27:52
Back to Top
HTML Embed Code: