https://vm.tiktok.com/ZMrUnYh94/
Viidiyoo tana banaa laalaa mee
Walaloon tan ዘዉድአክሊል
Kha akkana godhatu sun anuma
Kha akkatti tottolche kun Sorinaaf Mohammed
Viidiyoo tana banaa laalaa mee
Walaloon tan ዘዉድአክሊል
Kha akkana godhatu sun anuma
Kha akkatti tottolche kun Sorinaaf Mohammed
Yaa warra guyyaa har'aa harka ol qabaa ooltan
Du'aa'ii ol ergine mara Rabbiin ammatti gad nuuf haa deebisu🤲
Du'aa'ii ol ergine mara Rabbiin ammatti gad nuuf haa deebisu🤲
https://www.facebook.com/100013256774086/posts/pfbid02HqqYsB4vwJkb6fJufGVnwhKYmGKekEiVyvKmvcEEUP4MH4RJZRXsiPon9d24nGo3l/?app=fbl
Seenaatii seeqaa🤣
Seenaatii seeqaa🤣
Facebook
Jemal Sheikh Bakri
"Akkaataa areeda itti magarsan" Package guutuu isinii qopheessinee jirra. Namoota muuxannoo qaban anaafi AbUk IB dabalatee dhaabbanni keenya waan hunda mijjeessee isin eegaa jira. 🤣
Online...
Online...
Muharram guyyaa borii sagal; gaafa Kibxataa 10 ta'a. Kanaafuu Boriifi Iftaan haa soomannuu.
@JemalSheikhBakri1
@JemalSheikhBakri1
Dhiirti dhukkuba fii dallansuu isii dhoysuuf seeyxi. Dhalaan badii isii dhooysuuf boochi.
Ustaaz Jafer bayaan
Ustaaz Jafer bayaan
Gurbattiin tun faranjii waan taateefi malee silaa nama kheenya ta'ee qaata budaan isa nyaatte. Silattuu Budaan faranjii wayi nyaattii ree 😆😅
Gurbaa ija budaarraa hafi😅
Gurbaa ija budaarraa hafi😅
Gaafa hamtu namatti yaaduu jalqabde
Jireenyakee diiguu jalqabdee beeki
Ustaaz Ali
Jireenyakee diiguu jalqabdee beeki
Ustaaz Ali
Feminst 'ii Arabaa
Ji'a tokko dura, jaarsa khee hin hiikin ja'anii khadhachaa turan hordoftoonni ishii. Guyyaa dheengaddaa ammoo Instagram Ishiirratt "Sadeenitti si hiikhe" jettee jaatsa ishii hiikte. Ilmoo takka wajji qaban.
Warri akka ishitti yaadu, "akka dhiiratti dhaabbannee fincaannu malee" je'ee warri muggudu harka dhawuufitti jiran.
Maqaa Islaama taateef, Arabarraa dhalatteef jaalala Islaamummaa fi Islaamummaan buluu hin argattu.