Telegram Web Link
Eeguman yaadaan if nyaachuu eegalee boodan "ahhaa ellaanuu waa hundi rabbi biraa taate" ja'ee khoflee amrii too rabbitti dhiise
๐Ÿ˜Š

Ustaaz Muaz
Waan qabduuf Rabbi galatoomfadhu, waan dhabdeef Rabbii khee abdadhu. #Rabbโ˜๏ธ
Hulaan takkittiin hoggaa hunda sitti hin cufamne, ta hoggaa hulaa isaa dhaabbatte qeebalamuu kee shakkii hin qabne takkittiin hulaa Rahmaan qofa.

Ilmi namaa arra siif tolu boru sitti hammaata!

Ustz Jafer
Sababuman an harka akkatti walitti diree uraa xiqqoo takkaan waa bir'adhe khanaaf jecha amma fayyaalessi gariin Jemal Illuminaantiidha jechuu hin oolan.

Gorsa ajaa'ibaa Khan Ustaaz Hakim waa'ee khanarraa gorse tokko liinkii comentii jalan isiniif khaayaa dhaggeeffadhaa.

Akkanumatti namni harka ol qabeef, yookhaa taargaan makhiinaa isaa keessa 666 argameef jecha แˆตแ‹ตแˆตแ‰ต แˆตแˆแˆณ แˆตแ‹ตแˆตแ‰ต iidha hin ja'inaawoo๐Ÿซ 

https://youtu.be/qj7KQYLQLaw?si=L1KvNaeWiRxIX3ZE
Forwarded from ORO-JEN ๐Ÿ…ž๏ธŽ๐Ÿ…•๏ธŽ๐Ÿ…•๏ธŽ๐Ÿ…˜๏ธŽ๐Ÿ…’๏ธŽ๐Ÿ…๏ธŽ๐Ÿ…›๏ธŽ (๐“™๐“”๐“ ๐Ÿ‡จ๐Ÿ‡ฆ๐“œ ๐•ฏ ๐ŸŒน๐ŸŒน)
Yaa Rabbi ๐Ÿƒ #Haadha Tiyya ๐Ÿฅฐ Yaadaafi Cinqii Isiirraa naaf Dahi ๐Ÿซธ
Isii Gammachuu Tiyyaaf Jette ๐ŸคŒ Waa meeqa Naaf Goote๐Ÿค• San Gammachuu Walirraa hin cinne Kenniif ๐Ÿคฒ
Umrii naaf Dheeressi #Yแตƒแตƒ_แ–‡แ—ฉแ—ทแ—ท

Mom๐Ÿ’”๐Ÿซถ Tee namni jaallattu โ™ฅ๏ธ tuqadhumee

๐Ÿฅ€ @oroNej
Forwarded from Jemal Sheikh Bakri
แ‰ตแŠ•แˆฝ แ‰ฝแŒแˆญ แ‹ฌแˆˆแˆ แ‰ แ‹˜แŠ•แ‹ตแˆฎ แŠ‘แˆฎ
แ‹แˆปแ‹แŠ• แ‹˜แˆˆแŠฝแ‹‰ แ‹ญแŠแŠญแˆฐแˆ€แˆ แ‹ถแˆฎ
Forwarded from Jemal Sheikh Bakri
Haadha ilmaan ishii salaata fajriitiif jecha hirriibarraa kaastu takka tan akkana jettun dhaga'e...

ใ€ŠKa'aa gara salaata fajrii deemaa. Akka namni tokkollee jannata seenuu dhabuudhaan nu jalaa hafu hin barbaannuuใ€‹


Aaah Mom๐Ÿฅฐ
Forwarded from Jemal Sheikh Bakri
Barii Gaarii qabaadhaa!
ุงุทุงุจ ุงู„ู„ู‡ ุตุจุงุญูƒู…!
Good Morning!
@DrZakirNaikAfaanOromoo
Yaa Rabbi Onnee tiyya tasgabbeessi, yaada kiyya walitti naa qabi, Amrii tiyya naa sirreessi, Murtee tee na jaalachiisi, Yaaddoo narraa khaasi๐Ÿ’”

#BrokenHeart
#Rabbโ˜๏ธ
Forwarded from Jemal Sheikh Bakri
Namni laafaan nama jireenya isaa keessatti 'decision maker' tahuu hin dandeenyeedha.

#MurteessiBro๐Ÿค”
Forwarded from Jemal Sheikh Bakri
Yeroo garii ni yaaddoyta, yeroo garii ni dallanta, yeroo garii ni sodaatta, yeroo garii Abdii dhabda.

Eeyyen bar kanumaatu jireenya ilma namaatii. Kee qofa sitti hin fakkaatin. Aannan dhagala'eef teessee booyaa oolurra kaatee aannan biraa barbaaddachuu irra hin wayyuu?

Ka'i #StandUp
Forwarded from Jemal Sheikh Bakri
Wlh akka nama humaa quba hin qabnetti cal jettee yoo jiraatte, waan hedduu habatta. Isaan humaa hin beekhuuf si eegan, Iccitiin isaanii guutuun si duratti gad guurama.

Mee cal jedhiitii itti laali waan hedduu adda baafattaa ๐Ÿ˜ค
แˆฆแˆตแ‰ฐแŠ›แ‹‰ แˆตแˆแˆแŠแ‰ต
แŠ แ‰ตแŒˆแˆแ‰ต
#แŠฅแŠ“แŠแ‰ฅ
https://www.instagram.com/jemalsheikhbakri?igsh=N3h6aHF3aG5xanRh

Awoo khoottaatii asiin maatii taanaa๐Ÿ˜Š
Halkan Jum'aati, Salawaata buusaa, Mindaa Rabbirratti lakkaawwadhaa. Rabbiin kheenya Eegasii Malaaykaanuu Nabii Kheenyarratti salawaata buusan. Maalayyaa anaa fi ati #Kowkolow

ุงู„ู‡ู… ุงู„ุตู„ ุนู„ู‰ ู…ุญู…ุฏ ูˆุนู„ู‰ ุขู„ ู…ุญู…ุฏ
Namoota si duubaa si haasawanirraa wanni das nama ja'u, Si duratti si haasawuu sodaachuu isaaniiti.

#YouAreTheBoss๐Ÿ˜Š
Barii Gaarii qabaadhaa!
ุงุทุงุจ ุงู„ู„ู‡ ุตุจุงุญูƒู…!
Good Moorning!
#MoorningRoutine
2024/09/24 11:22:04
Back to Top
HTML Embed Code: