Telegram Web Link
Finally you did it!
๐ŸŽ‰๐ŸŽˆ๐ŸŽŠ๐ŸŽˆ

You have worked so hard all those years and we are all witness to the efforts you put in achieving what you rightfully deserve.

It feels so good to see that you have grown into an incredibly strong woman.

There aren't enough words to describe how proud I am of you. Your efforts have been rewarded.
Congratulations Graduate.

Again Congratulation Sebaha ๐Ÿฅฐ
#Congrats
Wlh akka nama humaa quba hin qabnetti cal jettee yoo jiraatte, waan hedduu habatta. Isaan humaa hin beekhuuf si eegan, Iccitiin isaanii guutuun si duratti gad guurama.

Mee cal jedhiitii itti laali waan hedduu adda baafattaa ๐Ÿ˜ค
Jireenya kana keessatti wannummaan gaariin qofti haa na mudattuu jettee yoo yaadde dhama jireenyaa hin gartu.

Jireenyi bu'aa ba'ii, argataa dhaba, jaalalaa fi jibba, gaarii fi hamtuus wal keessaa yoo qabaachuu baate nama nuffisa #Abshiruu
Jidduu kheenyatti adda fageenyi guuddaatu uumame, wal dhabdee adda addaatu argame, waliin oodinsi garmalee nu mudatee jira.

Haa ta'uu malee yeroo gaarii wajjiin dabarsine hin irraanfannu, yaaddannoo gaarii wal bira khaayyanne hin dagannu, guyyoota hamaa wajjiin tanee wal tinnisnee dabarsine hin dagannu. Gatii walii keenyaa hin xiqqeessinu

Akka namoota wal dhabbii xiqqashoof jecha, yeroo dheeraa wajjiin nyaanne san dagatanii ta'uu hin qabnu

#GatiiWaliiKheenyaaHinXiqqeeysinu
แ‰ตแŠ•แˆฝ แ‰ฝแŒแˆญ แ‹ฌแˆˆแˆ แ‰ แ‹˜แŠ•แ‹ตแˆฎ แŠ‘แˆฎ
แ‹แˆปแ‹แŠ• แ‹˜แˆˆแŠฝแ‹‰ แ‹ญแŠแŠญแˆฐแˆ€แˆ แ‹ถแˆฎ
https://vm.tiktok.com/ZMrUnYh94/

Viidiyoo tana banaa laalaa mee

Walaloon tan แ‹˜แ‹‰แ‹ตแŠ แŠญแˆŠแˆ
Kha akkana godhatu sun anuma
Kha akkatti tottolche kun Sorinaaf Mohammed
Yaa warra guyyaa har'aa harka ol qabaa ooltan

Du'aa'ii ol ergine mara Rabbiin ammatti gad nuuf haa deebisu๐Ÿคฒ
Rabbiin Hiree teenya tolchee Jirenyaa keenya nuuf haa Bareechuu.
Saahiba kiyya แŠ แ‰ฅแˆฎ แŠ แ‹ฐแŒŒ ๐Ÿฅฐ
Bara hunda naaf eebbifami ๐ŸŽ‰๐ŸŽˆ๐ŸŽŠ
Muaz Abdellah
Muharram guyyaa borii sagal; gaafa Kibxataa 10 ta'a. Kanaafuu Boriifi Iftaan haa soomannuu.
@JemalSheikhBakri1
Dhiirti dhukkuba fii dallansuu isii dhoysuuf seeyxi. Dhalaan badii isii dhooysuuf boochi.

Ustaaz Jafer bayaan
Gurbattiin tun faranjii waan taateefi malee silaa nama kheenya ta'ee qaata budaan isa nyaatte. Silattuu Budaan faranjii wayi nyaattii ree ๐Ÿ˜†๐Ÿ˜…

Gurbaa ija budaarraa hafi๐Ÿ˜…
"Nama tuffachuun, nama jabaa si hin gootu"
Ganama gaarii qabaadhaa๐Ÿฅฐ
#NamanTuffatin
Gaafa hamtu namatti yaaduu jalqabde
Jireenyakee diiguu jalqabdee beeki

Ustaaz Ali
2024/09/23 06:24:46
Back to Top
HTML Embed Code: