Telegram Web Link
Mee dubbistoonni koottaa

Kitaaba kana hoggaa dubbistu, akkamitti akka galma geessu, yookaa akkamitti akka milkooytu irraa hin bartu.

Haa ta'uu malee , akka kufaatiin si mudatuu fi eegasii akkamitti jalaa bahuu akka dandeessu barta.

Yoo waan barbaadde dhabdes akkamitti akka irra deebitee kaatee barbaaddu irraa barta.

Mee isin hoo warri dubbise
Kitaaba "The Subtle Art of Not Giving A F*ck " irraa maal barattan.

Warra hin dubbisin Yoo dubbisuu barbaaddan liinkii isiniifin khaaya
Rabbiin waan ati jaalattu akka siif tursiisu yoo feete, waan Rabbiin jaalatturra isaaf turi atis.

Imaamu Ahmad bin Hanbal
Ustaaz Jafer
Halkan dukkana san
Obsaan dabarsinee
Hamdiin ta Rabbiitii
Kunoo gananfannee
Akka cimina dukkanaatiin
Waan bari'u hin seenee

Bariin keessan haa ta'u
Kan akkaan bareedu
Tokkon tokkoon keessan
Kan itti gammadu

Fuulli keessan haa ifu
Akka bakkalchatti
Dukkana hunda moo'a
Akka leencotaatti **
Dhugaa siif himuu, yoo dhugaan nama taate, gadda namaatti hin gammadin
#Gorsa
Namoonni tokko tokko akka mana gaariiti. Onnee teenyatti, jaalala, tasgabbii fi michooma fidanii dhufu.

Isaan nuuf mana, kani onnee teenya keessatti jabeeffannu.
#Home #Heart
Saahibban kiyya akkasumatti eebbifamtoota bara kanaa hundi keessan baga gammaddan.

Bedasa Daso
Amin Hasan
Heran Kedir
Adinan Sufi
Abdul Hakim
Fu'ad Abdumalik

Fi warreen maqaa isin hin yaadatin hundi keessanuu Congratulation
Finally You did itπŸŽ‰πŸŽ‰
CongratulationπŸŽ‰πŸŽŠπŸŽˆ

As one chapter of your life closes, a new one begins. Your future is bright and filled with many wonderful, shining moments. Keep Shining Heru πŸ₯°

#Success
"This Graduation is not
the end, it's just the
beginning of new
adventures. So proud
of you, my best
friend!"

Ammallee jiraadhaa gammachuu baay'ee argaa
Finally you did it!
πŸŽ‰πŸŽˆπŸŽŠπŸŽˆ

You have worked so hard all those years and we are all witness to the efforts you put in achieving what you rightfully deserve.

It feels so good to see that you have grown into an incredibly strong woman.

There aren't enough words to describe how proud I am of you. Your efforts have been rewarded.
Congratulations Graduate.

Again Congratulation Sebaha πŸ₯°
#Congrats
Wlh akka nama humaa quba hin qabnetti cal jettee yoo jiraatte, waan hedduu habatta. Isaan humaa hin beekhuuf si eegan, Iccitiin isaanii guutuun si duratti gad guurama.

Mee cal jedhiitii itti laali waan hedduu adda baafattaa 😀
Jireenya kana keessatti wannummaan gaariin qofti haa na mudattuu jettee yoo yaadde dhama jireenyaa hin gartu.

Jireenyi bu'aa ba'ii, argataa dhaba, jaalalaa fi jibba, gaarii fi hamtuus wal keessaa yoo qabaachuu baate nama nuffisa #Abshiruu
Jidduu kheenyatti adda fageenyi guuddaatu uumame, wal dhabdee adda addaatu argame, waliin oodinsi garmalee nu mudatee jira.

Haa ta'uu malee yeroo gaarii wajjiin dabarsine hin irraanfannu, yaaddannoo gaarii wal bira khaayyanne hin dagannu, guyyoota hamaa wajjiin tanee wal tinnisnee dabarsine hin dagannu. Gatii walii keenyaa hin xiqqeessinu

Akka namoota wal dhabbii xiqqashoof jecha, yeroo dheeraa wajjiin nyaanne san dagatanii ta'uu hin qabnu

#GatiiWaliiKheenyaaHinXiqqeeysinu
2024/09/24 07:23:55
Back to Top
HTML Embed Code: