Telegram Web Link
شيخ رعد الكردي

والله كل هاديك العام بسمع صوت القرءآن شيخ كردي، واتمنى له كل يوم صحة والعافيه!
الله يجزيك يا شيخ❤️ بحبك كتير
"Itoophiyaan isin galateeffatti".
💧💧💧💧💧💧💧💧💧💧
Ministeerri Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa, Ministeerri Nageenyaa, Abbaa Taayitaa Dhaabbilee Hawaasa Siivilii fi Yuunivarsiitiin Barnoota Kootebee waliin ta’uun obboleettii keenya Hanan Muhaammadiif waraqaa galateeffannaa kennaniiru.

Obboleettiin koo Haannaa fi obboleettonni jaarmiyaa Babul Khair keessatti gumaacha guddaa gochaa jirtan baga gammaddan.
Si yaanne yaa Sheekhanaa ❤️
Yeroo mara wanni wal yaadachiisuu qabnu Qur'aanaa qara'uu akka Hin daganneedha.

Wlh nama Qur'aana qabate, Irratti ciche ka hoongaye agarree hin dhageenye. Yaawoo yoo milkii barbaadde Qur'aana waan Rabbiin siif laaffise Qara'uu hin dhiisin.
@JemalSheikhBakri1
Kitaaba Sayyid Quxbiin barreesse tokko kanin ifiifillee dubbisee jiru tokkon isinii qooduu barbaade.

Nama Afaan Arabaatiin dubbisuu barbaaduuf Afaan Arabaatiin kan barreeffame

Nama Afaan Ingiliffaatiin dubbisuu barbaaduuf Afaan Ingiliffaatiin

Akkasumatti nama Afaan Amariffaatiin Dubbisuu barbaaduuf Afaan Amaariffaatiin liinkii ittiin dubbiftan isiniif khaayuun barbaade.

Fedha keessan ilaaleetin liinkii Afaan Sadeenuu isiniif khaaya. Waa dubbisuun faayidaa hin dhabdu waliif #Share godhaatii na eeggadhaa.

Warri kitaaba Sayyid Quxbii dubbisee beeku mata duree kitaaba isaa kan dubbiftan komentii jalatti barreessaa.

Warri arrabsoo ammoo dhiifadhaa🫷
@JemalSheikhBakri1
Milestones Special Edition.pdf
2.7 MB
Warreen Afaan Ingiliffaan dubbisuu barbaaddan kunooo dubbisaa

@JemalSheikhBakri1
معالم_في_الطريق_سيد_قطب_#روائع_الكتب.pdf
4.8 MB
Warri Afaan Arabaa Dubbisuu barbaaddan kunoo buufadhaa dubbisaa
@JemalSheikhBakri1
Jemal Sheikh Bakri
milstone_in_amharic.pdf
Warri Afaan Amaaraa dubbisuu barbaaddan kunoo buufadhaa dubbisaa

@JemalSheikhBakri1
Koottuu Buufadhu Kitaaba tarree dhiirran Islaamaa si galchuuf humna qabu, Kan rijaalonni gurguddaan baay'een irraa fayyadaman.

Jalqabarratti obboleeyyan kheetiif #Share godhi. Itti aansuun Comentii jala seenii Afaan barbaadduun liinkii isaa buufadhu.

Yoo siif bu'uu dide komentii jalatti na beeysisi. Kitaaba معالم في الطريق jedhu kanin eda baaylama isiniif seene.

Shahiid Sayyidil Quxbiin 1964 kan barreesse. Kitaaba ajaa'ibaati, Afaan Arabiffaa, Afaan Ingiliffaa fi Afaan Amaaraatiin linkii komenti jalan isiniif khaaye.


https://www.facebook.com/100013256774086/posts/pfbid0P634jc3qsNS2K1CZgVCsFnmM3gn6Grc7VqQFi2mccrzCFcgqQpDu8555p7QMvMZRl/?app=fbl
#ShareThisPost
@JemalSheikhBakri1
Hanga danda'ametti Majlisa gargaaruu fi Cinaa dhaabbachuurraa kan ka'e keessattuu dhimma Hajjii baranaa irratti Certificate Galateeffannaa Dhimmi Islaamaa yeroo Isaaniif kannu Sheikh Jamaal Aliyyii Abdullah

Maa Shaa Allah
@JemalSheikhBakri1
Sheikh Mishaarii irra hedduun keessan ni beeytan. Sheekha baay'ee beekkamaati, akkasuma Qaari'eedha, Munshida jabaadhasi.
Abbaa ogummaa hedduuti jechuu dandeenya.

Barnaamiija Ramadaana dabre 'آية وحكاية' jedhu hordofaatin ture. Ulamaa'ota gurguddoo akka Sheikh Khamiisii faa afeeree haasoysiisuu ture. Sagantaa akkaan bareedduuti.

Amma ammoo Kitaabaan dhufee jira.
'آية وحكاية'
Maa Shaa Allah, tabaarakallaah, Namni Rabbiin laaffiseef akka kiyyatti viidiyoolee san hordofuu dandeeysu, warri dandayu kitaabattis barbaaddachuu dandeessu.

Obboleeyyan keetiif #Share godhi
Yoo barbaaddan playlist barnaamija آية وحكاىة commentii jalan isiniif khaaaya
@JemalSheikhBakri1
Jiini Kun ji'a jaalalleen keenya Ergamaan Rabbii, Sallallaahu aleyhi Wasallam gara Addunyaatti dhufeedha.

Jaalalaa fi jala deemisa keenya haarawoomsuudhaan, faana isaanii takka takkatti hordofuudhaan haa jalqabnuu

Nagayaa fi Rahmata irratti haa buufnuu!
Sallallaahu aleyhi Wasallam.
Rabii'ul Awwal 1, 1445

https://www.facebook.com/100013256774086/posts/pfbid0i98me78bZQpo3yP24bzwvKc7C9z1VMpdPCXiGR3G9P7QnoRPPotWdVRLAmfscxpQl/?app=fbl
Ustaazii ❤️

Ustaaz Abubeker and Nouman Ali Khan

@JemalSheikhBakri1
2024/09/23 19:20:08
Back to Top
HTML Embed Code: