Telegram Web Link
Har'a akka nama guddaattin si gorsaatii, gorsa kiyya kana jireenya kee keessa fidii shaakali.

Waa Sadii irraa fagaadhu.
Sadeeni: 1ffaa:- Osoo gammachuun guutamtee jirtuu namaaf hin beellamin

2ffaa:- Osoo dallansuun guutamtee jirtuu Jecha namaaf hin deebisin.

3ffaa:- Osoo yaaddoon mataa si dhukkubsituu waa hin murteessin.

Gorsa jabaa kiyya kana Shaakali, Yoo qabaatte itti jabaadhu. Ammoo Hiriyoota keetiif #Share godhi. Hayyaakallaah ❣

@JemalSheikhBakri1
Habiib πŸ₯°β£ @Na4Je2
Habib πŸ₯°β£ @Na4Je2
Galmeen Hajjii akkuma itti fufetti jira.
==============================

Majlisa Oromiyaa Ebla 17, 2014. Galmeen hajjii haala bareedaan geggeeffamaa jira. Uummatni keenya godinaalee adda addaa irraa dhufaa jiranis haala gaariin keessummeeffamaa jiru. Hanga yoonaatti rakkoo guddaa ta'ee kan jiru beellama immigration dha. Guyyaatti nama 80 keessummeessaa kan ture amma 120 taasisuus rakkoo furuu hin dandeenye. Sababa kanaan beellamni pasportiif torbanitti qabamaa jira. Rakkoo kana xiqqeessuuf godinaaleen warra pasport hin qabne nama tokko bakka buusuun ragaa itti hajjiif kaffalan ergitan gaarii dha. Uummatni kaan yennaa beellama pasport qofa dhufa. Kanaaf hogganooti godinaa ergaa karaa WhatsApp isoniif darbeen akka raawwattan dhaamsa isiniif dabarsina.
Gabaasa: B/saa Badiruu Muhammed
@JemalSheikhBakri1
Waan haraama ilaaluun yakka tokko ta'a. Yakki nama suuraa haraama miidiyaa irra gadhiisee immoo hanga nama ilaaleetiin baay'ata. Baay'inni yakka isaa kan inni umrii isaa guutuu haraama ilaale caaluun ni mala. Namni suuricha ilaalu waan baay'atuuf kana ta'a.

@JemalSheikhBakri1
Ati gaafa Garba ta'uu if beeyte, Danbalii wajjiin Morkuu ni dhaabda. 🀨
@Na4Je2
πŸ’―
Waa Sadii goonkuma Diiguu hin qabdu πŸ‘Œ

1ffaa: Beellama 🀞
2ffaa: Amantummaa 🀝
3ffaa: Onnee Namaa πŸ’”

@JemalSheikhBakri1
Rabbiin Halkan guyyatti jijjiiruu danda'u, Rakkoo tee furmaatatti sirraa haa jijjiiru 🀲

@JemalSheikhBakri1
Shiggireen Haalaan gala lachuunuu baay'ee qaramtuudha, garuu Muka hin murtu. Qottoon Hedduu jabduudha, garuu Rifeensa hin murtu.

Hunduu bakka qaba. Bakka isaaniitti itti fayyadami πŸ’¬
@JemalSheikhBakri1
Har'a Kitaaba kiyya tokko 'Prankin' isa godhe. As fudhadheetuman akka nama dubbisuutti bane, ellaanuu inni na dubbisuuf deemaaf taa'a, ani ammoo akkas hin goone. 🀣
Baneetumaan cufe.

@JemalSheikhBakri1
Daa'ii, Ustaaz Qamarii fi Habibi Kiyya Ali Amin

αˆαŒˆαŒα‰³α‰Έα‹πŸ˜ƒ

@Na4Je2
Garmaamaa Jira Gootichi πŸ₯°

@JemalSheikhBakri1
2024/09/28 15:35:54
Back to Top
HTML Embed Code: