Telegram Web Link
Cubbuu Yesuusin Bataskaanaa hojjate

Haadha isaa xiqqeessuu.

Yesuus haadha isaa xiqqeessuun akka baaybiliitti yakka Murtii du'aatiin isa adabsiisu raawwatee jira."

@Jemal89
"Yesuusin batakaanaa Cubbuu hedduu Raawwateera."

1) Dhugaatii wanyii Qopheessuu isaa

Yesuus Bishaan Qulqulluu gara daadhii wanyiitti jijjiiruun cubbuu hojjatee namoonni akka dhugaatii waynii dhugan taasisee jira kun cubbuu guddaadha.

@Jemal89
"Yesuusin Bastkaanni lallabdu Cubbuu irraa Qulqulluudhaa?"

https://www.tg-me.com/Hoffoltii135
@Jemal89
Akka Barsiisa kiristiyaanotaatti

•ilmi namaa hundi cubbamaadha.
•Yesuus ilma namaati.
Kanaafuu Yesuus cubbamaadha.
@Jemal89
Isaayyaas 53 Rajii Yesuusi charchiitiif dubbatamee?

Kakuu moofaa keessatti Raajiin Yesuusii bataskaanaatiif dubbatame tokkos hin jiru. kakuu moofaa keessatti iddoma tokkottis barreessitoonni kakuu moofaa maqaama Yesuus dhahanii hin beekan.kiristiyaanonni macaafa Yihuudotaa kan ture kakuu moofaa keessa asiif achi fiiganii tilmaama qofaan Rajii Yesuun waliin hariiroo tokkos hin qabne barbaadanii Yesuusin walitti guduunfu.

Isaayyaas 53 waa'ee Yesuus hin dubbatu. mee akka Raajiin kun Yesuus hin fakkaanne ragaa tokko amala nama raajiin kun dubbateetifi kan Yesuusii charchii wal-bira qabnee haa laalluu:

Isaayyaas 53:7 "Inni ni cunqurfame; ni dhiphates;
garuu afaan isaa hin saaqqanne;
inni akkuma ilmoo hoolaa kan iddoo qalmaatti geeffamuu,
akkuma hoolaa fuula nama rifeensa irraa murmuruu duratti calʼisuu,
akkasuma afaan isaa hin saaqqanne."


ኢሳይያስ53:7 « ተጨነቀ ተሣቀየም አፉንም አልከፈተም፤ ለመታረድ እንደሚነዳ ጠቦት፥ በሸላቶቹም ፊት ዝም እንደሚል በግ፥ እንዲሁ አፉን አልከፈተም።»

Egaa akka keewwata kanaatti namni Raajiin kun dubbatameef afaan isaa hin saaqqanne; jedhamuun namni kun yeroo Rakkoon isarra gahe akka hin iyyine Raajameefi jira.Yesuusin bataskaanaa garuu Yeroo Rakkoon itti hammatte amala cal'isuu kan Isaayyaas keessatti dubbatame kana ni qabaa? gonkunaa.
barreessitoonni wangeela amala Yesuusii charchii akkana jedhanii barreessanii jiru

Maatewos 27:46 Gara Saʼaatii sagaliitti Yesuus sagalee guddaadhaan, “Eloohee, Eloohee, laamaa sabaqtaanii?” jedhee iyye; hiikkaan isaas, “Yaa Waaqa ko, yaa Waaqa ko, ati maaliif na dhiifte?” jechuu dha.

ማቴዎስ 27:46:«በዘጠኝ ሰዓትም ኢየሱስ፦ “ኤሎሄ ኤሎሄ ላማ ሰበቅታኒ?” ብሎ በታላቅ ድምፅ ጮኸ።
ይህም፦ “አምላኬ አምላኬ፥ ስለ ምን ተውኸኝ?” ማለት ነው።»

Egaa namni Raajiin Isaayyaas 53 keessatti dubbatameef hin iyyu jedhameera.Yesuus ammoo yeroo Rakkoon itti cime akka iyyu warri wangeelaa Ragaan bahanii jiru.
Kanaafuu Yesuusin iyyu nama raajiin dubbateef isa hin iyyine sana ta'uu hin danda'u .kanaaf Raajiin kun yesuusin hin ilaallatu jechuudha.

@Jemal89
Namticha namooni miiliyoonan lakkaa'aman waaqeffatan!
-------------------------------------------------------
Addunyaa keenna keessa Amantaa kuma afur caalutu jira.amantaaleen kunniin hunduu daandiin sirriin daandii ani irra jiru qofa jedhanii amanuun isaanii ammoo amantaalee kanniin keessaa tokko malee hundi isaanituu dogoggora ta'uu isaanitiif ragaa bu'uuraati. Sababni isaas dhugaan takka qofa waan taateef,akkasumas wantoonni wal-faalleessan garagaraa si'a tokkotti bakka tokkotti hundi isaatuu dhugaa ta'uu waan hin dandeenneefi.amantaalee dogoggoraa addunyaa keenna keessa jiran keessaa tokko kiristiyaanummaadha. kiristiyaanumaan amantaa uumaa dhiisee uumama waaqeffachuu nama barsiisudha.kirisriyaanota addunyaa irratti argaman kan biiliyoonan lakkaa'an keessaa irra hedduun isaanii namticha naazireeti kan ta'e Yesuusin waaqaeffatu! si magan jedhe warri harargee

Hojii 2:22-23 Yaa namoota Israaʼel, dubbii kana dhagaʼaa; akkuma isinuu beektan, Yesuus namni Naazreeti nama Waaqni dinqii, raajii fi mallattoo karaa isaatiin isin gidduutti hojjeteen isinii mirkaneessee dha. Namicha kana Waaqatu akkuma dur murteessee fi akkuma duraan dursee beeku sanatti dabarsee isinitti kenne. Isinis namoota hamoo wajjin tokko taatanii fanniftanii isa ajjeeftan."

egaa kiristiyaanummaan amantaa waaqeffannaa dogongoraa irratti bu'uureffame ta'uu isaatif ragaan tokko namticha kana waaqeffachuu isaaniti.Namtichi kun baaybilii keessatti yeroo saddeettamii tokko ilma namaa jedhamee jira.

wangeela maatewoos irratti yeroo soddoma(30) wangeela maarqoos irratti yeroo kudha afur (14) wangeela luqaas irratti yeroo diigdamii shan(25) wangeela Yohannis irratti yeroo kudha lama (12) namtichi kiristiyaanonni waaqeffatan kun inni mataan isaatuu waaqa waaqeffatu qaba.

Yohannis 4:22-23 "Isin waan hin beekne waaqeffattu; nu sababii fayyinni Yihuudoota keessaa dhufuuf kan beeknu waaqeffanna. Warri dhugaan waaqeffatan yeroon isaan itti hafuuraa fi dhugaadhaan Abbaa waaqeffatan tokko ni dhufa; amma iyyuu dhufeera; Abbaan warra akkasitti isa waaqeffatan barbaada.

Egaa waaqeffannaa isaa kanas bifa kanaan Raawwachaa ture.
Luqaas 6:12 "Yesuusis guyyoota sana keessaa gaaf tokko kadhannaadhaaf tulluutti ol baʼe; halkan guutuus Waaqa kadhachaa bule."

Keewwata wangeela Yohannis 4:22-23 irratti kan beeknu waaqeffanna. Jechuun innis ummatuma waliin akka waaqeffatu yoo dubbatu keewwata wangeela Luqaas 6:12 " irratti ammoo Yesuus halkan guutuu waaqa kadhachaa buluu nutti himeera. gosa waaqeffannaa keessa kadhanni isa tokko yoo ta'u inni biraa ammoo Soomana yesuus soomana suumudhaanis waaqa tokkicha waaqeffataa ture:-"Innis erga guyyaa afurtamaa fi halkan afurtama soomee booddee ni beelaʼe.
(Maatewos 4:2)
Yesuus osoo waaqa taatee waaqa kamiif sooma?! Erga soome booddee ammoo akkamitti beela'a?! kanaafuu qaama waaqa waaqeffatu qabu tokko waaqeffachuu caalaa dogoggorri guddaan hin jiru.Yaa kiristiyaanota namticha kana waaqeffachuu dhiisatii Waaqa namtichi kuni waaqeffatu waaqeffadhaa!.

@Jemal89
2⃣ Gaafii deebii dhabe!
Yaa kiristiyaanota! mee baaybilii keessaa keewwatuma tokkicha
"Yesuus waaqa guutuu nama guutuu" jedhu nuuf kennaa! Yoo keewwanni akkana jedhu hin jiraanne amantaan keessan Ragaa qabatamaa irratti hin hundoofne jechuudha.
@Jemal89
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
𝖼𝗂𝗇𝗊𝖺𝖺𝗇 𝗍𝗈𝗄𝗄𝗈𝗅𝗅𝖾𝖾 𝗂𝗌𝗂𝗂 𝗄𝖾𝖾𝗌𝗌𝖺 𝗁𝗂𝗇 𝗃𝗂𝗋𝗋𝖾 𝖻𝖺𝖽𝗁𝖺𝖺𝖿𝖺𝗆𝖺𝗇𝗂𝗂 𝗒𝖾𝗋𝗈𝗈 𝗁𝗎𝗇𝖽𝖺 𝖺𝖼𝗁𝗂 𝗄𝖾𝖾𝗌𝗌𝖺 𝗃𝗂𝗋𝖺𝖺𝗍𝗎. 𝗄𝖾𝖾𝗐𝗐𝖺𝗇𝗇𝗂 𝗂𝗍𝗍𝗂 𝖺𝖺𝗇𝗎 𝗐𝖺𝖺𝗇𝗎𝗆𝖺 𝗄𝖺𝗇𝖺 𝗆𝗂𝗋𝗄𝖺𝗇𝖾𝖾𝗌𝗌𝖺:-


لِّلَّذِينَ أَحْسَنُوا۟ ٱلْحُسْنَىٰ وَزِيَادَةٌۖ وَلَا يَرْهَقُ وُجُوهَهُمْ قَتَرٌ وَلَا ذِلَّةٌۚ أُو۟لَٰٓئِكَ أَصْحَٰبُ ٱلْجَنَّةِۖ هُمْ فِيهَا خَٰلِدُونَ

𝘐𝘴𝘢𝘢𝘯 𝘵𝘰𝘭𝘵𝘶𝘶 𝘩𝘰𝘫𝘫𝘢𝘵𝘢𝘯𝘪𝘪𝘧 (𝘮𝘪𝘯𝘥𝘢𝘢) 𝘨𝘢𝘢𝘳𝘪𝘪𝘧𝘪 𝘥𝘢𝘣𝘢𝘭𝘢𝘵𝘢𝘢𝘵𝘶 𝘫𝘪𝘳𝘢.𝘎𝘶𝘳𝘳𝘢𝘢𝘤𝘩𝘪𝘯𝘯𝘪𝘪𝘧𝘪 𝘴𝘢𝘭𝘱𝘩𝘪𝘯𝘯𝘪 𝘩𝘰𝘮𝘢𝘢𝘵𝘶𝘶 𝘧𝘶𝘶𝘭𝘢 𝘪𝘴𝘢𝘢𝘯𝘪𝘪 𝘩𝘪𝘯 𝘩𝘢𝘨𝘶𝘶𝘨𝘶.𝘪𝘴𝘢𝘢𝘯 𝘴𝘶𝘯 𝘸𝘢𝘳𝘳𝘢 𝘫𝘢𝘯𝘯𝘢𝘵𝘢𝘢𝘵𝘪.𝘐𝘴𝘢𝘢𝘯 𝘪𝘴𝘩𝘦𝘦 𝘬𝘦𝘦𝘴𝘴𝘢𝘵𝘵𝘪 𝘩𝘢𝘧𝘰𝘰𝘥𝘩𝘢 {𝘠𝘶𝘯𝘶𝘴 10:26}

𝗒𝖺𝖺 𝗌𝖺𝖻𝖺 𝗄𝗈𝗈 𝐘𝐚𝐚𝐦𝐢𝐜𝐡𝐚 𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢𝐭𝐢𝐟 𝐚𝐰𝐰𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚! 𝐢𝐬𝐚𝐭𝐭𝐢𝐬 𝐚𝐦𝐚𝐧𝐚𝐚! 𝗀𝖺𝗇𝖽𝖺 𝗇𝖺𝗀𝖺𝗒𝖺𝖺 𝗌𝖺𝗇 𝖻𝖺𝖽𝗁𝖺𝖺𝖿𝖺𝗆𝗍𝗎𝗎..

ǫᴏᴘʜᴇᴇssᴀᴀɴ OᗷᗷOK‌E‌E‌S‌S‌A‌N‌:
[🇯 🇪 🇲 🇦 🇦 🇱] J‌O‌I‌N‌
{🇰 🇪 🇩 🇮 🇮 🇷 }
@Jemal89 & @Hoffoltii135
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐀𝐦𝐚𝐧𝐭𝐚𝐚 𝐛𝐢𝐫𝐨𝐨 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐦𝐚𝐚𝐥𝐭𝐮 𝐚𝐝𝐝𝐚 𝐭𝐚𝐚𝐬𝐢𝐬𝐚
𝐤𝐮𝐭𝐚𝐚 1𝐟𝐟𝐚𝐚
𝐐𝐎𝐏𝐇𝐄𝐄𝐒𝐒𝐀𝐀𝐍
𝐎𝐛𝐛𝐨𝐥𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐧
𝐉𝐚𝐦𝐚𝐚𝐥 𝐤𝐚𝐝𝐢𝐢𝐫

@jemal89
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Eliyah Mahmoud
የፌልስጤም ሙስሊሞች አንድ ከአንድ በዚህ መልኩ እየተገደሉ ምንም እንዳልተፈጸመ ኹሉ ሙዚቀኞችን ያውም ሰዶማውያንን በተቀደሰው የኢስላም ሐገር ላይ አምጥቶ መጨፈር ከኒፋቅም ከፍ ያለ እንዳይኾን ያሰጋል።

እንደ ሰው ማሰብ ብቻ ይህንን የደም ጎርፍ ለማስቆም በገፋን ነበር። አንድ ሙዚቀኛን በሚሊዮኖች ከፍሎ በመልክተኛውና (ሰለላሁ ዐለይሂ ወሰለም) በሰሓቦች ሐገር ላይ በዚህ ልክ ኀጢኣትን ማሳወጅ የዚህ ኡማ የውድቀት መገለጫ ነው።

የሙስሊሙ ኹሉ ቂብላ የኾነች ሐገር ከነ ክብሯ በሙስሊሞች ልትጠብቅ በተገባ ነበር። ኾኖም ብዙዎች ሆዳሞች ኾኑና ከሆድና ስጋዊ ርክሰት ውጪ የሚያሳስባቸው አልኾነም። ያንን እስካላጨናገፈባቸው ድረስ ጎረቤት በእሳት ቢያያዝ እንኳ ግድ አይሰጣቸውም።

ያችን ምድር እንደ ሙስሊም ልንወዳት የግድ ነው። በውስጧ ያሉትን ለሐቅ የቆሙ ዑለሞችንም ኹሉ ለአላህ ሰንል ሰለቆሙበት ሐቅ ወደናቸዋል። ዛሬ ላይ ግን ሶስተኛው ቅዱስ መስጂድ ያለበት ሐገር የከርከሮና እሪያ መረማመጃ ሲኾን ዝም ማለታቸውን ለአላህ ቃል ስንል እንጠላለን። ሐማስ ማንም ምንም ይኹን። የሙስሊሙ ደም ግን የኹላችንም ሊኾን የግድ ነበር።

በዝምታ ውስጥ ያላችኹ የዕውቀት ባለቤቶች ሆይ! ፖለቲከኛ ፈትዋ እየሰጣችኹ ያላችኹም ጭምር ለኣላህ ስንል ያከበርናችኹና የወደድናችኹ በሙሉ ለኣላህ ስንል ጠልተናችዃል። አናከብራችኹምም።

https://www.tg-me.com/E_M_ahmoud
መከራ ውስጥ ሳይቀር ይህንን ፈገግታ ፊቱ ላይ የምታይበትን ህዝብ በምን ተዓምር ታሸንፈዋለህ..?!
2025/02/22 15:18:57
Back to Top
HTML Embed Code: