Forwarded from ሙሐመድ የንፅፅር ማህደር (𝖒𝖆𝖒)
በአላህ ስም እጅግ በጣም ሩህሩህ፥ በጣም አዛኝ በሆነው፡፡
"እየሱስ አምላክ ነውን?" በሚል በክፍል ክፍል የተዘጋጀ ጠቃሚ ተከታታይ የንፅፅር ፅሁፍ ሊንክ ከዚህ በታች ያገኙታል👇👇👇👇👇
1. ክፍል 1 እየሱስ አምላክ ነውን
2. ክፍል 2 ‹‹አምላክ ነው››?
3. ክፍል 3 ‹‹ጌታ ነው››?
4. ክፍል 4 ‹‹ስግደት››
5. ክፍል 5 ‹‹ተዓምር››
6. ክፍል 6 ‹‹ቃል ነበረ››
7. ክፍል 7 ‹‹ከአብርሃም በፊት››
8. ክፍል 8 ‹‹የእግዚአብሔር ልጅ››
9. ክፍል 9 ‹‹አንድያ ልጅ››
10. ክፍል 10 ‹‹በእርሱ የሚያምን››
11. ክፍል 11 ‹‹እኔና አብ አንድ ነን››
12. ክፍል 12 ‹‹መንገድም ሕይወትም ነኝ››
13. ክፍል 13 ስለ ‹‹አምላክነቱ›› የተነገረ ትንቢት
14. ክፍል 14 ‹‹የኢየሱስ አምላክ››
ከላነበብነውም የሚያነብ ይኖራልና ሼር እናድርገው
---------------------------------------------------------------------------------------------
https://www.tg-me.com/muhammed6964
ወሠላሙ ዐለይኩም

Yesuus Kadhanni isaa dhagahameefi du'a jalaa bahee jira!.
@Jemal89
@Jemal89
Forwarded from ❤(◒‿◒)❤Ibnu adinan❤(◒‿◒)❤ ❤(◒‿◒)❤Ibnu adinan❤(◒‿◒)❤
Mari gudda jiddu muslimaati fi kiristaana 🙏
☪ & ✝
Dhugaan yesuus essatti dhokaatte????
Guyyaa boru guyya sanbata galgala sa'atii 2:30 Akka etho tti irraa eegaale maarii guddaan waan jiruuf oboleeyyan keenya kan muslima Akkasumas lammiwan keenya kan kiristaana akka irratti argamtaan dhuga jirtu akka waliif himtan isin hunduu afferamtani jirtu mata dureen marii kana👇👇👇👇
Waa'e yesuus waaqa moo waaqa miti jechuudhan waal qabata keessafu👇👇👇
Yohaannis 1:1 irra kan jiru wa'e yesuus dubata moo hin dubatu????? kan jedhuudha
Isini hundu oboleeyyan keessaniifi share godha warii guruppi keessa hin jirre linki asii gadi kana tuqa 👇👇👇👇 marii keessatti hirmaadha🙏🙏🙏🙏
@Hoffoltii135💕
@Hoffoltii135💕
@Hoffoltii135💕
Islam & kirstan☪✝☪✝
Haala naamusa taheen marri keenya goolabuu barbaanna💕
@Hoffoltii135

Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Sagantaa Marii
Mata duree:- Yohannis 1:1 Waa'ee Waaqummaa Yesuusif Ragaa ta'uu ni danda'aa?
https://www.tg-me.com/Hoffoltii135?videochat=5f85365ee08851d7a5

Telegram
BURHAAN BINUURIL QUR'AAN
Group Burhaan Binuuril Qur'aan
Jedhu Maalummaa Amantaa Islaamaa Amantaalee Gara garaatiin wal bira qabuun Ragaa Qur'aana, Hadiisa, Hayyoota Islaamaa Lafee Dugdaa Taasifachuun, Dhaloota Isalaamaa Qaruufi Warroota Muslima hin ta'in Islaamumma Beeksisa

Yohannis 1:1
BURHAAN BINUURIL QUR'AAN
Marii mata Duree Yesuus Waaqa dhagaatii?
Kutaa 1ffaa
Yohannis 1:1 Waa'ee Waaqummaa Yesuus barsiisaa?
Jamal kedir Vs Waadaa Chali
@Jemal89
@Hoffoltii135
Kutaa 1ffaa
Yohannis 1:1 Waa'ee Waaqummaa Yesuus barsiisaa?
Jamal kedir Vs Waadaa Chali
@Jemal89
@Hoffoltii135
Baaybili kessaatti Baay'inaan " ilma namaa" jedhamuun namni Waamamu eennu?
Anonymous Quiz
28%
A)Abrahaam
10%
B) Musee
55%
C) Yesuus
7%
D) phaawulos
Islaamummaa irraa Gaafii qabdaa?
#Join godhii seenii gaafadhu👇👇👇
https://www.tg-me.com/Hoffoltii135?videochat=4b6f05fd3e1d9eea98
#Join godhii seenii gaafadhu👇👇👇
https://www.tg-me.com/Hoffoltii135?videochat=4b6f05fd3e1d9eea98
Telegram
BURHAAN BINUURIL QUR'AAN
Group Burhaan Binuuril Qur'aan
Jedhu Maalummaa Amantaa Islaamaa Amantaalee Gara garaatiin wal bira qabuun Ragaa Qur'aana, Hadiisa, Hayyoota Islaamaa Lafee Dugdaa Taasifachuun, Dhaloota Isalaamaa Qaruufi Warroota Muslima hin ta'in Islaamumma Beeksisa
Jedhu Maalummaa Amantaa Islaamaa Amantaalee Gara garaatiin wal bira qabuun Ragaa Qur'aana, Hadiisa, Hayyoota Islaamaa Lafee Dugdaa Taasifachuun, Dhaloota Isalaamaa Qaruufi Warroota Muslima hin ta'in Islaamumma Beeksisa
Yohannis 1:1
BURHAAN BINUURIL QUR'AAN
Marii mata Duree Yesuus Waaqa dhagaatii?
Kutaa 2ffaa
Yohannis 1:1 Waa'ee Waaqummaa Yesuus barsiisaa?
Jamal kedir Vs Waadaa Chali
@Jemal89
@Hoffoltii135
Kutaa 2ffaa
Yohannis 1:1 Waa'ee Waaqummaa Yesuus barsiisaa?
Jamal kedir Vs Waadaa Chali
@Jemal89
@Hoffoltii135
Tawhiida
Tawhiidni(Allaah kophaa isaa gabbaruun) Bu'uura Amntaa dhala namaati.Waan Allaah malee jiru gabbaruun ykn Allaah waliin qaama biraa gabbaruun Baasa guyyaa keessa dhufte .kanaafu gara eenyummaa kee isa bu'uuraa Deebi'i

Gaafii
BURHAAN BINUURIL QUR'AAN
Gaafilee Marii Wangeela Yohannis 1:1 wal-qabataniifi marii Afaan Amaariffaatiin dhimma kana irratti gaggeeffame.
ዮሐንስ 1:1 የኢየሱስን አምላክነት ያስተምራል ወይ?
Yohannis 1:1 Waa'ee Waaqummaa Yesuus barsiisaa?
ጀማል ከዲር Vs ኑረዲን
@Jemal89
@Hoffoltii135
ዮሐንስ 1:1 የኢየሱስን አምላክነት ያስተምራል ወይ?
Yohannis 1:1 Waa'ee Waaqummaa Yesuus barsiisaa?
ጀማል ከዲር Vs ኑረዲን
@Jemal89
@Hoffoltii135
Haada hiree kankeetii Rabbiin qofatu harkaa qaba.gaafa inni kute malee namni tokkos kutuu hin danda'u.kanaafuu uumama humnaaf malas hin qabne dhiisii uumaa tokkicha qofa irratti hirkadhau.
@Jemal89
@Hoffoltii135
@Jemal89
@Hoffoltii135
Kiristiyaanummaan amantaa dhiiga dhangalaasutti amanu.
Kiristiyaanummaan amantaa bu'uura "yoo waaqni du'e malee ilmi namaa jireenya hin argatu" jedhu irratti hundeeffame. Kunis ilaalcha kufaa amantaalee ujubaafi tulluu waaqeffatan durii irraa waraabamedha Nuti Muslimoonni maddi amataa keennaa samiidha. Ergaan samii dhufe ammoo dur durii boodatti hafaa akkanaa kana irraa qulqulluudha.Rabbiin dhala namaa jiraachisuudhaf mataa isaatii du'uu isa hin barbaachisu.inni jiraatadha.warra isatti amananiif osomaa hin duune jireenya dhuma hin qabne kennaaf. dhiigni dhangala'u malee cubbuun hin dhiifamu ilaalchi jedhu ilaacha warra xaa'ota waaqeffatuuti.keenna uumaan dhiiga dhangala'u irraa dhimma hin qabu.osoo cubbuu hanga duumessa samii heddummaatu qabaattellee atummaan garaa kee guutuun gara isaa deebinaan hanga dhiigni dhangala'uu dhiifama siif hin godhu jedhee sirraa gara hin galu. Cubbuu kee hunda siif dhiisee dhiifama siif godhee tola isaa sitti dhangalaasa malee.
Filannoo gaarii👇👇
Amantaa " dhiigni dhangala'u malee cubbuun kee siif hin dhiifamu" jedhu filatta moo
Amantaa "cubbuun kee hanga fedhees yoo heddummaate dhifama na gaafannaan dhiifama siif godha" jedhu filatta.

Yeuus "gooftummaa" eessaa argate?
Baaybilii keessatti gooftummaa gosa lamaatu jira.isaanis Gooftummaa amalaatifi Gooftummaa kennaa(moggaasati) sababa kanaafi Baaybilii keessatti namoonnifi malaa'ikoonni gooftaa jedhamanii yeroo hedduu kan waamamaniifi.
Garaagarummaa gooftummaa amalaatiifi Gooftummaa kennaan argamu.
Gooftummaa amalaa
•Gooftaan dhugaa gooftummaan isaa jalqabaafi xumura hin qabu
•kennaan hin argamu.
•Gooftaan dhugaa ofii olitti gooftaa biraa hin qabu.
Gooftummaa moggaasaa
√Jalqabaafi xumura qaba
√ qaama biroo irraa kennaan argama
√ Gooftaa mataa isaa qaba.
Baaybilii keessatti namoonnis Maalaa'ikoonnis gooftaa jedhamanii jiru.
Malaa'ikoota
Iyyaasuu 5:14 " Innis deebisee, “Ani gara eenyuu iyyuu miti; garuu ani amma akka ajajaa loltoota Waaqayyootti dhufeera” jedhe. Iyyaasuunis addaan lafatti gombifamee sagadee, “Ergaan Gooftaan koo garbicha isaatiif qabu maali?” jedhee isa gaafate.
Abbootii Murtii 6:12-13 "Ergamaan Waaqayyoos isatti mulʼatee, “Yaa loltuu goota nana, Waaqayyo si wajjin jira” jedheen.
Gidewoon garuu akkana jedhee deebise; “Garuu yaa gooftaa, utuu Waaqayyo nu wajjin jiraatee wanni kun hundi maaliif nurra gaʼa? Dinqiiwwan isaa kanneen abbootiin keenya, ‘Waaqayyo biyya Gibxiitii nu baaseera’ jedhanii nutti himan sun hundi eessa jiru ree? Amma garuu Waaqayyo nu dhiisee harka Midiyaanotaatti dabarsee nu kenneera.”
Namoota
Uumama 32:4 "Innis akkana jedhee isaan ajaje: “Isin gooftaa koo Esaawuun akkana jedhaa: ‘Garbichi kee Yaaqoob akkana jedha; ani Laabaa bira jiraadhee hamma ammaattis isuma biran ture.”
Lakkoobsa 11:28 "Iyyaasuun ilmi Nuuni kan ijoollummaa ofiitii jalqabee gargaartuu Musee ture sun kaʼee, “Yaa Musee, yaa gooftaa ko, isaan dhowwi!” jedhee dubbate.
1 Saamuʼeel 24:8 "Ergasii Daawit holqa sana keessaa baʼee, “Yaa gooftaa koo mootii!” jedhee Saaʼolin waame. Yeroo Saaʼol of irra garagalee ilaaletti Daawit gad jedhee, addaan lafatti gombifamee sagae
Maalaa'ikoonni fi Namoonni kunnii Gooftaa jedhamuun isaanii akkuma Waaqa tokkicha waaqeffatamu isaan hin taasifne Yesuusis gooftaa jedhamuun isaa waaqa waaqeffatamu isa hin taasisu.
Yesuus Gooftummaan isaa kennaadhan kan argame yoo ta'u inni mataan isaatuu gooftaa waaqeffatu qaba.
Hojii 2:36. “Kanaafuu Yesuusuma isin fanniftan kana akka Waaqni Gooftaa fi Kiristoos isa godhe manni Israaʼel hundi dhugumaan haa beeku.” Yesuusin waaqatu akkuma Yoseefiin gibxiin irratti gooftaa taasise goofta isa taasise malee Yesuus mataa isaatii gooftummaa hin qabu
"Ammas dafaa gara abbaa kootti deebiʼaatii akkana isaan jedhaa; ‘Ilmi kee Yoosef akkana jedha: Waaqni Gibxi hunda irratti gooftaa na godheera. Gara kootti gad buʼi; hin turinis.
Yoseef waan waaqni gooftaa isa godheef akkuma Waaqa waaqeffatamu hin taane Yesuusis sababa guyyaa keessa gooftaa godhameef Gooftaa tokkicha kophaa isaa waaqeffatamu kan Yesuus sagaduuf sana waliin gonkumaa Waaqeffatamuun sirrii miti.
Maatewos 4:10 Yesuusis, “Seexana nana, narraa fagaadhu! ‘Waaqa kee Gooftichaaf sagadi; isuma qofa tajaajili’ jedhamee
barreeffameeraatii” jedheen. isuma qofa tajaajili’ Gaaleen jedhu kun Waaqeffannaa yoo ta'u qaama qeenxee baamaqaa " isa" jedhamuun waamamu qofatu waaqeffatama Qaama san Yesuusis namoota biroo waliin waaqeffata.
Yohannis 4:22 Isin waan hin beekne waaqeffattu; nu sababii fayyinni Yihuudoota keessaa dhufuuf kan beeknu waaqeffanna.
Kanaafi Yeuus mataan isaa yeroo hedduu adda isaatiin gombifamee kan sagaduuf
Maatewos 26:39 Innis xinnoo achi hiiqee adda isaatiin lafatti gombifamee, “Yaa Abbaa ko, yoo dandaʼame xoofoon kun narra haa darbu. Garuu akka fedhii keetii malee akka fedhii kootii hin taʼin” jedhee kadhate.
Maarqos 14:35 "Innis xinnoo achi hiiqee lafatti gombifamee, yoo dandaʼame akka saʼaatiin sun isa irra darbituuf kadhate.
Gooftummaan Yesuus osoo kan amalaa(dhugaa ) taatee silaa Yesuus waaqa irraa gooftummaa hin argatu,Gooftaa waaqeffatu,kan addaan gombifamee sagaduuf hin qabaatu ture.