Assalaamu Aleykum warahmatullaahi wabarakaatu
____________________________
🏵️Rabbiin waan barbaade uumee; waan fedhe filata~
©©©©©©©©©©©©©©©©©©
▪️Ilmaan namaa keessaa Nabiyyoota filate ~
▪️Nabiyyoota keessaa Warra muranoo(Ulul-Azmiin) filate~
▪️Ulul-Azmiin keessaa Nabi Muhammadiin ﷺfilate~
▪️Ummata keessaa ummata Nabi Muhammad ﷺfilate~
▪️Biyya keessaa makkaan filate~
▪️Makkaan keessaa harama filate~
▪️Manneen keessaa masjiida filate~
Masjiida keessaa Ka'abaa filate
▪️Amantaa keessaa Islaamummaa filate~
▪️Guyyoota Waggaa keessaa guyyaa Hajjii filate~
▪️Ji'oota keessaa ji'a Ramadaanaa filate~
▪️Guyyoota Torbaanii keessaa guyyaa Jum'aa filate~
▪️Ji'a Ramadaanaa keessaa Bulii kurnan boodaa filate~
▪️Bulii kurnan boodaa keessaa Halkan leylatul Qadrii filate~
Yeroo akkana jedhee dubbatu Dhugaa dubbate Rabbiin guddate:-
Al-Qasas 28:68
وَرَبُّكَ يَخْلُقُ مَا يَشَآءُ وَيَخْتَارُۗ
"Rabbiin kee waan fedhe uuma; ni filata..."
🌺
▪️Abbaa Rabbiin filatetu isa soomee mindaa argata
▪️Kuuwwan hoongoo irraan hoongoo dabalata
▪️An haa dhufu Yaa Ramadaana Qalbiin keenna Yeroo hunda Dhufaatii keetiif dheebota
Obboleessa Keessan
Jamaal Kadiir
https://www.tg-me.com/Jemal89

Jiini Rahmaan filate kan Ji'oota hundarra caalchifate,
Kan Halkan takkattiin isa keessatti argamtu baatii kumarra caalti Jedhee dubbate
As dhihaate As dhihaate waa xiqqotu hafe dhufee nu bira Qubate
▪️Abbaa Rabbiin filatetu isa soomee mindaa argata
▪️Kuuwwan hoongoo irraan hoongoo dabalata
▪️An haa dhufu Yaa Ramadaana Qalbiin keenna Yeroo hunda Dhufaatii keetiif dheebota
Obboleessa Keessan
Jamaal Kadiir
https://www.tg-me.com/Jemal89
Telegram
BURHAAN BINUURIL QUR'AANA
Chaanaaliin Burhaan Binuuril Qur'aan
Jedhu Maalummaa Amantaa Islaamaa Amantaalee Gara garaatiin wal bira qabuun Ragaa Qur'aana, Hadiisa, Hayyoota Islaamaa Lafee Dugdaa Taasifachuun, Dhaloota Isalaamaa Qaruufi Warroota Muslima hin ta'in Islaamumma Beeksisa

Dawaa(Qorsa) Dunquqquu
---------------------------------------------------
Dunquqquun hirribni namatti Jabaatuufi firaasha irra bitaa Mirga gangalatuu
1-Zikrii Shari'aa¹
{ أَلَا بِذِكْرِ ٱللَّهِ تَطْمَئِنُّ ٱلْقُلُوبُ}
Dhaga’aa! zikrii (faaruu) Rabbiitiin onneen ni tasgabboofti.
2-Dhimma cimaaf malee guyyaa hirriba irraa fagaatu dha
{وَجَعَلْنَا ٱلنَّهَارَ مَعَاشًا}
"Guyyaas yeroo jireenyaa (keessa hojjatan) goone."
3-hanga hirribni gahuu waa dubbisuufi waa barreessuu
{وَقُل رَّبِّ زِدْنِى عِلْمًا}
“(Yaa) Rabbii kiyya! Beekumsa naaf dabali” jedhi
4-Dalagaa bu'a qabeessan guyyaa Qaama dadhabsiisuudha
{ وَجَعَلَ ٱلنَّهَارَ نُشُورًا}
" Rabbiin) Isa.... Guyyaas yeroo
olii gadi sochootan taasiseedha."
5-Dadammaqsitoota Akka bunaafi shaayii xiqqeessuudha²
🔰
________________________________
¹Zikrii Yeroo hirriba Rafan godhamu
² Galgala Yeroo hirribaatti bunaafi shaayii dhuguu heddummeessuu dhabuudha

Madda:Kitaaba Laa Tahzan
Dr. Aa'idal-Qarsii
________________________________
¹Zikrii Yeroo hirriba Rafan godhamu
² Galgala Yeroo hirribaatti bunaafi shaayii dhuguu heddummeessuu dhabuudha
https://www.tg-me.com/Jemal89
Telegram
BURHAAN BINUURIL QUR'AANA
Chaanaaliin Burhaan Binuuril Qur'aan
Jedhu Maalummaa Amantaa Islaamaa Amantaalee Gara garaatiin wal bira qabuun Ragaa Qur'aana, Hadiisa, Hayyoota Islaamaa Lafee Dugdaa Taasifachuun, Dhaloota Isalaamaa Qaruufi Warroota Muslima hin ta'in Islaamumma Beeksisa
Jedhu Maalummaa Amantaa Islaamaa Amantaalee Gara garaatiin wal bira qabuun Ragaa Qur'aana, Hadiisa, Hayyoota Islaamaa Lafee Dugdaa Taasifachuun, Dhaloota Isalaamaa Qaruufi Warroota Muslima hin ta'in Islaamumma Beeksisa
Yesuus Abbaa Meeqa qaba?
Abbaan Isaa Kan dhugaa hoo kami
1- Daawit¹
2- Yoseef²
3-hafuura Qulqulluu³
4-Abbaa
Raajiidha! akkuma Ragaalee miiljalee irraa mirkaneeffachuu dandeessanitti Yesuus ilma namoota kana hundaa Jedhamee jira. Yesuus ilma gamtaati(Gosaati) moo?
Abbaan Yesuus kanniin keessaa kami?
Waaqa Sadan keessaa hafuura Qulqulluu kan Jedhamu Haadha Yesuus ulfeesse erga jedhame kan Abbaa ta'uu qabu isaa mitii? Kirstaanonni waaqa haadha Yesuus ulfeesseel dhiisanii Yesuusin ilma waaqa kaanii godhuuf Maalif dhama'u laata? Yoo maariyaam haadha Yesuus taate Yoo Waaqni Abbaa Yesuus ta'e Maariyaamifi Waaqni hoo maali waliif ta'u 🤔............. Warri hafuura Qulqulluun Baaybilii barreessan nuun jettan Ammoo Yooseef Qaadhimaa maariyaami akka ta’e erga nutti himan booda jarri lamaan wal hin tuuqne hafuura Qulqulluutu Jidduu galee ulfeesse nuun jedhu Osomaa kana ta'uu beekan deebi' anii Yoseefiin Abbaa Yesuus godhanii barreessanii jiru erga Abbaa hin taane Maalif Abbaa nuun jedhu?
Gaafilee kanniin warrumma Kirstaanotaatu Deebisuu qaban Yoo Deebii Dhaban Amantaa Deebii hin qabne waliin maaltu isaan dhamaase? Way bowwoo mataa!!👨⚖️ Dantaa teessani
Marattuu Yaalaa
Yoo dhabdanis fala
Yesuus ilma Daawiti moo? Ilma Yoseefi moo? ilma Hafuura Qulqulluuti moo? ilma Abbaati
________________________________
¹ Mat:-9:27,12:23,15:22,20:30,
20:31,
21:9,21:15, 22:42
Mar:-10:47,10:48
Luq:-18:38,18:39
²Mat:-13:35
Luq:- 2:48, 3:23
Yoh:- 1:45, 6:42
³Mat:-1:18, 1:20
⁴ Mar:- 5:7
Luq:-1:32,8:28
Yoh:-3:16
Obboleessa Keessan
Jamaal Kadiir
@Jemal89

Duniyaa tee baddeef hin boohin tan haftee ni nyaattaa hin beektuu ta tarteef hin Yaaddahin ta dhuftuu si geettii
Ogeessa namaa jechuun nama waan dabreef hiqqifatu Osoo hin taane nama waan fuulduraatif tattaafatu
{إن الإنسان الذي يأسف على دنياه، كالطفل الذي يبكي على فقد لعبته}
"Namni Duniyaa isaatiif gaddu, akka daa'ima Horgoggee(Ashangulliitii) isaa tan Jalaa baddeef boohuti"
Dr. Aa'idal Qaritu Jedhan
Maddi:🔰Kitaaba isaanii Laa Tahzan

Maqaa Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan Rahmata godhaa ta'eetin
---------------------------------------------------
Namni seenaan Isaas Eenyummaan Isaas Maqaan isaas barsiisni isaas Amantaan isaas guutuun guutuutti jijjiirame
Keessaa tokko Iisaa ilma Maryami {Nagayaafi Rahmanni Rabbii isa irra haa jiraatu}
Maqaa Isaa:-
Kirstaanonni biyya keennaa warri Afaan oromoo dubbatan "Yesuus" Kiristaanonni oromoo booranaa Ammoo "Yessoo" jedhanii Yaamu warri Afaan Amaariffaa Dubbatan "Iyyasuus" jedhanii waamu. warri dhihaa kan Afaan Ingiliffaa dubbatu" Jesus" jedhanii waamu Kiristaanonni Arabaa "Yasuu'i" warri Afaan Ibraayisxii Dubbatan ammoo "Yashuu'i" Jedhanii Yaamu Maqaan isaa kabajaa ammoo Kiristoos jedhanii waamu Maqaan isaa sirriin kami?
Maqaan Iisaa ilma Maryam{Nagayaafi Rahmanni Rabbii isa irra haa jiraatu} Bu'uura Afaan Ibraayisxii Keessatti Yaashu'aa ture Afaan Armaayikiitiin Ammoo Iisaa¹ ture Yeroo Afaan giriikiitti jijjiiran "Eesuus" Jedhanii jijjiiran Maqaa Isaa Kan kabajaa "Masaaya" ynk "Masiih" ture ammoo Kiristoos jedhanii jijjiiran Ummanni Maqaa isaa qofa Hangana olii gad Agaabale Eennummaa isaatifi maalummaa isaatitti hanga fedhe Yoo taphate maal nama Komachiisa?
Obboleessa Keessan
Jamaal Kadiir
@Jemal89
_____
¹Kanaafuu Qur'aanni Eenyummaa Yesuusfi maalummaa isaa qofa Osoo hin taane Maqaa isaas sirreesse jira jechuudha. Sababni isaas Qur'aanni Maqaa Yesuus kan dhuunfaa Iisaa(As) jedhee waama Maqaa kabajaa ammoo Masiih Jedhee waama "Kiristoosillee "ta'ee "Yesuus" Maqaan jedhu Maqaa Isaa Kan buuraatii miti Afaan Yesuus ittiin barsiisaa ture Afaan Armaayikiiti Afaan Armaayikiitiin Iisaa Jedhamee yaamamaa ture Kiristoos ammoo hiika Maqaa kabajaa Masiih jedhuu akka ta’e beekamaadhaa Faaruun Kan Rabbiiti kan Qur'aana dhugaa hunda bakka isiititti galchu nu hordofsiise.

ISLAAMUMMAA KEESSAA MAALTU HIR'ATE
-----------------------------------------------
Islaamummaa laallee Dinqisiifanne
Bareeduma isaa Kan daangaan qabne
Alhamdulillaahi Rabbiin nuu kenne
========//======//======
Maaltu sirraa hafee maaltu haqate?!
Xiqqollee haa taatuu maaltu hir'atee?!
Wanti Gaariin hunduu si keessa guutee
Wanti hamaan cuftuu sirraa fagaatee
======//======//========
Haala jireenyaa fi jiruu ilmaan namaa
Kan hunda Barsiise bar Islaamummaa
Maaltu irraa hafee maaltu hanqatee
Wanti Gaariin hunduu bar keessa guutee
Wanti fokkuun hunduu irraa fagaate
========//========//======
Rabbiin isin qabee Yaa ilmaan namaa
Waan namootaaf gaarii ta'e kamumaa
Kan Diin-Islaam dhiise mee natti himaa
=======//========//=======
Badda laga buutee gaarallee baatuu
Dirree keessa joortee laggeenis ceetu
Waan jiruuf jireenyaa namaatif taatuu
Kan Islaamni gate tasan agartu
=======//========//=======
Muhaamadal Amiinﷺ Caalaan namoota
Waa hunda barsiisee deeme dhaloota
========//=======//=======
Wanti hamtuun takkaa as keessan jirtuu
Toltuun namaa toltu takkaan dhabamtu
=======//========//=======
Waa'ee qulqullinnaa irraa Yoo kaane
Islaamummaa keessaa waa tokkon hafnee
Kan biraa haa hafuu mana fincaanii
Akkaatan Seensa saa Wanti jedhani
Haalli teessumatis erga seenanii
Haalli Qulqullinnaa erga geessanii
Akkaatan bahiinsaas Wanti jedhani
Waa tokkos hin hafne Raajidha kuni
========//========//======
Yeroo Aawurooppotaaf guuyyaan dukkanaa
Halkanis guyyaanis nuhiif ifnanaa
Yeroo warri dhihaa Qaamaan dhiqanne
Nuu Seera jireenya hundaa baranne
Har'a hoo Maal taane?!
Maal falfalamnee?!
Kan ma'amuuma keenna imaama goone
Jaamaa duubaan deemnu ija hidhannee
========//========//======
Kan Dukkana irraa ifaa barbaannu
Yoomi laata guyyaan hirribaa kaanu
Guyyaan gara Madda ifaa dachaanu
======//========//=======
Wanti garaa seenu naman xureessu
Wanta garaa bahu kan najiseessu
=======//=======//========
Jedhanii Doofummaan warri dhaadatu
Osoo hin dhiqatin warri sooratu
Kun isin hin baasuu irra fagaatuu
Oduu durii ta'uu Isaa hubatu
Harka osoon dhiqanne Yoo ka nyaattanii
Dhukkuba daddarbaaf galaa taatanii
========//========//======
Yeroo hamoommatan Yoo haxxifatan
Seera Islaamaatin Afaan qabatan
Ni maganfatullee Rabbiin faarfatan
Warri Islaamummaa kalee tuffatan
Kooroonaa sodaadhaaf dirqiin bartan
========//======//========
Waan dhibee weeraraa Seera hundumaa
Rasuulli ﷺ barsiisan Caalaan Aalamaa
Seerri Bultii manaa kan Ollaaf firaa
Kan du'aaf jireenya nu bira jira
======//=======//==========
Akkaataan bahiinsaa akkaataan galaa
Jireenyi manaatif Jireenyi Alaa
Waa tokko hin hafne Islaama Jalaa
========//=======//=======
Rabbii isin uumeen isin qaxarsee
Waan gaarii Islaamni mee maal hambise?
========//=======//=======
Seera lolaaf tolaa sirna bulmaataa
Waa hunda Barsiise Islaamni qaata
Amantaa Islaamaa hunddajjalta
Wallaalafi waanyoo qofa Komata
Walaleessaanis ✍️ barreessaan:

Maryam(Maariyaam)
-----------------------
____________________________
¹Baaybiliin Maqaa Macaafa warra kiristiyaanota Yoo ta'u Macaafa "Qulqulluu" jedhanii Macaafa kiristiaanotaa yaamuun sirrii miti. MACAAFICHI QULQULLUUS miti Ani Qulqulluu ofiin jedhees hin beeku. kanaaf Jecha Baaybilii jedhu filanna ykn Jecha Qulqulluu jedhu mallattoo waraabbii keessa kennee itti fayyadamna
²Namni Sammuu Qabu kamuu Gaafiin inni of gaafachuu qabu tokko Nabi Muhammad ﷺ Osoo Nabiyyii dhugaan Rabbiin biraa ergaman ta'uu baatanii Maqaa Haadha isaanii ykn Hintaloota isaanii ykn Niitiiwwan isaanii dhiisanii dubartii Osoo isaan hin dhalatin waggoota dhibba shan dura duute kan sanyii Yahuudaa taate takka Maalif Qur'aana keessatti Maqaa isii deddeebisanii waaman? Maalif faarsan!? Maalif Suuraa Qur'aanaa Maqaa isiitiin moggaasan?
Gonkumaa Kun sababa biraa qabaachuu hin danda'u Nabi Muhammad ﷺ Nabiyyii Rabbiin biraa ergaman waan ta'eef waan Rabbiin isaan ajaje dabrsuu malee Filannoo homaatuu hin qaban ture.
³ Dubartoota bara Isiin keessa jiraattee jedhuudha.
QINDEESSAAN
OBBOLEESSA KEESSA
JAMAAL KADIIR
@Jemal89
-----------------------
Maqaan Dubartii Ifaan Qur'aana keessatti Dubbatame kan Maryam Qofa. Qur'aana keessatti Yeroo soddomii Afur(34)
Yoo dubbatamu Baaybilii¹(Macaafa "Qulqulluu ") keessatti ammoo Yeroo kudha saddeet (18) malee hin dubbatamne.
Kutaan Macaafa kiristiyaanota tokkollee kan Maqaa Maryamiin moggaafame Yoo jiraachuu baatellee Suuraa Qur'aanaa keessaa Suuraan( 19)maqaa haadha Iisaa(As) (Yesuusin) moggaafamee jira. Faallaa kanaa Ammoo Suuraan Qur'aana Maqaa Haadha Nabi Muhammadiin ﷺ ykn Ijoollee durbaa isaanitiin ykn haadha manaa isaanitiin moggaafame hin jiru. ² akkasumas Suuraan Qur'aana tartiiba Sadaffaa irratti argamu maqaa Maatii Maryamiin moggaafame Kutaan Macaafa kiristiyaanota kan Maqaa Maatii maariyaamiin moggaafame tokkos hin jiru. Qur'aana keessatti Maryam dubartoota Addunyaa³ hunda irra akka caaltu Dubbatamee jira. Sadarkaan Maryam Islaamummaa keessatti qabdu akkaan guddaadha. muslimoonni hundi Maryamiin ni Jaalatu kanaaf Yeroo Hedduu ijoollee shamaraa isaanii Maryam jedhanii moggaasuuf
Rabbiin Qur'aana keessatti mu'ujizaawan (Raajiiwwan/Dinqiiwwan) harka Maryam irratti argamte nuuf seenessee jira. Raajiin Maryam hojjatte kan Wangeela keessatti barraahe tokkos hin jiru. Mu'ujizaawwan Maryam kan Qur'aana keessatti Dubbataman keessaa kan akka malaa’ikoonni mihiraaba keessatti nyaata isiif fiduu, Gufuu Muka timiraa Isiin hurgufnaan timira harcaasufi Akkasumas guyyaa Isiin ilma isii deette Rabbiin laga isiif yaasuu fa'a kunis kan agarsiisu Maryamfi Ilmi isii Iisaanis{As} (Yesuusis) muslima ta'uu isaaniitiifi, Islaamummaan Amantaa dhugaa ta'uu Qur'aanni Jecha Rabbii Ta'uu Akkasumas Nabi Muhammad ﷺ Nabiyyii Rabbii kan Xumuraa ta'uu isaanii mirkaneessa
____________________________
¹Baaybiliin Maqaa Macaafa warra kiristiyaanota Yoo ta'u Macaafa "Qulqulluu" jedhanii Macaafa kiristiaanotaa yaamuun sirrii miti. MACAAFICHI QULQULLUUS miti Ani Qulqulluu ofiin jedhees hin beeku. kanaaf Jecha Baaybilii jedhu filanna ykn Jecha Qulqulluu jedhu mallattoo waraabbii keessa kennee itti fayyadamna
²Namni Sammuu Qabu kamuu Gaafiin inni of gaafachuu qabu tokko Nabi Muhammad ﷺ Osoo Nabiyyii dhugaan Rabbiin biraa ergaman ta'uu baatanii Maqaa Haadha isaanii ykn Hintaloota isaanii ykn Niitiiwwan isaanii dhiisanii dubartii Osoo isaan hin dhalatin waggoota dhibba shan dura duute kan sanyii Yahuudaa taate takka Maalif Qur'aana keessatti Maqaa isii deddeebisanii waaman? Maalif faarsan!? Maalif Suuraa Qur'aanaa Maqaa isiitiin moggaasan?
Gonkumaa Kun sababa biraa qabaachuu hin danda'u Nabi Muhammad ﷺ Nabiyyii Rabbiin biraa ergaman waan ta'eef waan Rabbiin isaan ajaje dabrsuu malee Filannoo homaatuu hin qaban ture.
³ Dubartoota bara Isiin keessa jiraattee jedhuudha.
QINDEESSAAN
OBBOLEESSA KEESSA
JAMAAL KADIIR
@Jemal89
Magaalaa Finfinneetti
--------------------------------------------------
Assalaamu Aleykum warahmatullaahi wabarakaatu
SEENAA GABAABDUU
Namoonni naannawa keenna jiran Namticha dhaanuuf Harkaan itti Rarra'uu eegalan warri dhaanuuf itti fiigu ammoo Hordoftoota Amantaa Ortodoksiiti Anfii hiriyyaan kiyya namoota irraa dhorkinee akka Achii deemu gone booda duuba kiyyarra dhufe «ወንድም ውይይት ከፈለክ ሌላ ጊዜ መወያየት እንችላለን» "obboleessoo Marii Yoo barbaadde Yeroo biraa Mari'achuu ni dandeenna" naan jedhe Anis«ምንም ችግር የለዉም ይቻላል» homaa Rakkoo hin qabu ni danda'ama" jedheen bilbila wal jijjiirree gar gar baane Yeroo biraa bilbilee Yoo gaafadhuu Ammaaf akka itti hin tolleefi fuulduratti Yeroo itti Tolu akka natti himu naa beellamee Achumaan hafe! Ji'a Jaha (6)caallee jirra hanga Ani Barreeffama kana barreessutti naaf hin bilbille Ammas Abdimaan Eegaa jira Amma Koroonaafuu wal Argaan oolte!
Isaafi fakkaataa isaas Rabbiin Haa Qajeelchu
Yeroo biraa Seenaafi Mudannoo biraatin hanga walitti Deebinuu turtii gaarii
Obboleessa Keessan
JAMAAL KADIIR
@Jemal89
--------------------------------------------------
Assalaamu Aleykum warahmatullaahi wabarakaatu
SEENAA GABAABDUU
=======//========
Guyyaa
Tokko Hiriyyaa kiyya tokko waliin dhimma dhuunfaa keennaa tokkoof Osoo magaalaa Finfinnee keessa deemnu Nannoo Ayyar Xeenaa Adda baabaayii biratti Namticha sagalee isaa ol kaasee "
ኢየሱስ ያድናል" {Yesuus ni fayyisa} jechuu Isaati jedhu tokko dhageenne arginee itti hiqnee dhaggeeffanne. hiriyyaan koo mee itti siqii haasofsiisi naan jedhe tole jedheen namoota jiran hunda keessaa Aniif hiriyyaan kiyya itti dhihaannee dhaggeeffanne. Jechuma Ani gubbaatti isiniif ibse San deddeebisa malee Wanti haarofni inni jedhu hin jiru. Jechuma tokkicha kanaan Aduu dhiisisuu irra jedheen itti siqee gaafii Tokko gaafadhe«ወገኔ! ኢየሱስ በእውነት ማዳን ይችላል ወይ?»Lammii koo Yesuus Dhugumatti fayyisuu ni Danda'aa Sila? Jedheen Afaan guuttateetuma «አዎን ይችላል» "Eeyyyeen ni danda'a" naan jedhe Anis ittuma fufeen «አንድ አካል አንድን ነገር ለማድረግ ችሎታ አይጠይቀውቅም ወይ? » Qaamni tokko waan tokko Raawwatuuf dandeettii isa hin gaafatuu?jedheen «እሱማ ትክክል ነህ ይጠይቃል» "Inni maa sirrii jette ni gaafata naan jedhe Anis itti fufee«ስለዚህ ኢየሱስ ከራሱ ምንም ማድረግ እንደማይችል ተናግረዋል ምንም ማድረግ ካልቻለ እንዴት አድርገው ማዳን ይችላል» Maarree Yesuus mataa isaatii homaa gochuu akka hin dandeenne Dubbatee jira Kanaafuu akkam godhee fayyisuu danda'a? " jedheen «እንደዛ ብሎ መች ተናገረ?» akkas Jedhee Yoom dubbate? Naan jedhe ija aariitin" ዮሐንስ ወንጌል ምዕራፍ 5:30 ኪፈት » wangeelaa Yohannis Boqonnaa 5:30 bani jedheen «መጽሐፍት ቅዱስ የትም ቦታ አይከፈትም»! Macaafni" Qulqulluun" bakkuma argetti hin banamu naan jedhe! "የትም ቦታ የማይከፈት ከሆነ አደባባይ ላይ ለምን ትሰብካለህ» Bakkuma argetti kan hin banamne erga ta'e Addabaabaayii irratti Maalif lallabda ree" jedheen Deebii naaf Kenna Jedhee eegus Dhadhaa ibidda bu'e ta'ee akka callee baddee Cal Jedhee hafe!Namoonni naannawa keenna jiran Namticha dhaanuuf Harkaan itti Rarra'uu eegalan warri dhaanuuf itti fiigu ammoo Hordoftoota Amantaa Ortodoksiiti Anfii hiriyyaan kiyya namoota irraa dhorkinee akka Achii deemu gone booda duuba kiyyarra dhufe «ወንድም ውይይት ከፈለክ ሌላ ጊዜ መወያየት እንችላለን» "obboleessoo Marii Yoo barbaadde Yeroo biraa Mari'achuu ni dandeenna" naan jedhe Anis«ምንም ችግር የለዉም ይቻላል» homaa Rakkoo hin qabu ni danda'ama" jedheen bilbila wal jijjiirree gar gar baane Yeroo biraa bilbilee Yoo gaafadhuu Ammaaf akka itti hin tolleefi fuulduratti Yeroo itti Tolu akka natti himu naa beellamee Achumaan hafe! Ji'a Jaha (6)caallee jirra hanga Ani Barreeffama kana barreessutti naaf hin bilbille Ammas Abdimaan Eegaa jira Amma Koroonaafuu wal Argaan oolte!
Isaafi fakkaataa isaas Rabbiin Haa Qajeelchu
Yeroo biraa Seenaafi Mudannoo biraatin hanga walitti Deebinuu turtii gaarii
Obboleessa Keessan
JAMAAL KADIIR
@Jemal89
Nabi Muhammadiif ﷺ Rajii isaan hojjatan
---------------------------------------------------
Yeroo Hedduu warroonni nuti kiristiyaanota ofiin jedhan "Nabi Muhammad Yoo Nabiyyii Dhugaa ta'an Rajiin isaan hojjatan maali?" jedhanii gaafii dhiheessuu Amanuuf waan gaafatan isinitti hin fakkaatin Dubbiin akkuma Yesuus wangeelaa keessatti Warra Rajii barbaadaniin jedhe sani" Inni garuu deebisee, "Dhaloonni hamaanii fi garagaggalaan¹ milikkita in barbaada; garuu milikkita Yoonaas raajichaa irraa kan hafe milikkinni tokko illee hin kennamuuf. " (Mat 12: 39)
Kanaafuu warri Mallattoo ykn Rajii barbaadan bu'uura jecha Yesuus kanaan Dhaloota hamaafii Sagaagalaadha jechuudha. Warri kiristiyaanota Muhammad SAW Rajii maal hojjate jedhanii gaafatan hammeenna isaanii kana Maalif hubachuu dadhaban?
Namoonni tokko tokko Nabiyyiin keessan Rajii waan hin hojjatiniif Kewwata kanaan mataa keessa nu rukuttan jedhanii Yaaduu danda'u Dubbiin akkasii miti bu'uuruma Amantaa keessaniitinuu Raajii Nabiyyiin tokko hojjate gaafatuun fudhatama akka hin qabne isinitti agarsiisufi malee Nabiyyiin keenna ﷺ Rajii hojjachuu dhabaniitii miti
Qabxiin biraa hubatamuu qabu
Nabiyyiin tokko Nabiyyii Dhugaa ta'uu Isaatif Dirqama Raajii hojjachuu qaba Wanti jedhu hin jiru. Akkaataa Baaybiliitti Nabiyyoota Kirstaanonni itti Amanan keessaa kan Guyyama tokkos Raajii takkallee hin agarsiin ni jiru nama tokko akka fakkeenyatti Yoo fudhanne Yohannis cuuphaa fudhachuu ni dandeenna Yaa Kirstaanota Nabi Muhammadiin ﷺwaan isaan Rajii hin hojjatiniif itti Amanuu dhabne Yoo kan jettan taate Yohannis Cuuphaan Raajii Kamiin waan hojjateef itti Amantan? Dubbiin "sababaan Ahwaala garamaaf na dhaanaa" San fakkaatti
Qabxiin biroo Rajonni sabaatu akka Milikataafi Dinqii gara garaa agarsiisuu danda'an Baaybiliin erga Barsiise Nabiyyiin tokko Nabiyyii Dhugaa ta'uufi dhiisuu isaa Raajii inni hojjatuun madaaluun akkamitti danda'ama?
(Mat 24: 24)
Itti Dabaladhaa Adabadhaa👇
" Masiihonni sobaatii fi raajonni sobaa ka'anii, yoo danda'ame warra Waaqayyoof fo'aman iyyuu wallaalchisuudhaaf, milikkitaa fi dinqii adda addaa in argisiisu. "
(Mar 13: 22)
Yoo Goolabnu
1.warri milikata barbaadan"dhaloota hamaafi Sagaagalaadha" kanaaf Baaybiliin Ragaadha
2.Namni tokko Nabiyyi dhugaa ta'uu Isaatif dirqama Raajii agarsiisuu qaba Wanti jedhu hin jiru
3.akka Baaybiliitti Nabiyyoonni sobaatifi Masiihonni sobaas Raajii hojjachuu ni danda'u
Xumura irratti Nabiyyoota ergaman keessa Nabi Muhammadﷺ Caalaa Raajii hedduufi dinqisiisaa kan hojjate ni jira jedhaniituu yaaduun Rakkisaadha Yoo Rabbiin fedhe Rajii Nabi Muhammadiinﷺ hojjataman fuuldura kan waliin laallu ta'a
إن شاء الله تعالى لا تنسوني في دعاءكم أخوكم جمال خضير
.......... Xumure........
Obboleessa Keessan
Jamaal Kadiir
_______________________
¹ "garagalaan" jedhamee kan hiikame Baaybilii Afaan Amaariffaa irratti« አመንዝራ» "sagaagalaan" Jedhamee jira tarii Jechi Yesuus Kun isaan qaanfachiise jijjiiruu hin oolan ta'a kan Afaan Amaariffaa👇
" እርሱ ግን መልሶ እንዲህ አላቸው፦ ክፉና አመንዝራ ትውልድ ምልክት ይሻል፥ ከነቢዩም ከዮናስ ምልክት በቀር ምልክት አይሰጠውም።"
(የማቴዎስ ወንጌል 12: 39፤)

waan Macaafni
keessan jedhu kunoo
Dubbisaa:-" Masiihonni sobaatii fi raajonni sobaa ka'anii yoo danda'ame warra Waaqayyoof fo'aman iyyuu akka wallaalchisaniif milikkita gurguddaa fi dinqii baay'ee in argisiisu. " (Mat 24: 24)
Itti Dabaladhaa Adabadhaa👇
" Masiihonni sobaatii fi raajonni sobaa ka'anii, yoo danda'ame warra Waaqayyoof fo'aman iyyuu wallaalchisuudhaaf, milikkitaa fi dinqii adda addaa in argisiisu. "
(Mar 13: 22)
Warri Yeroo ammaa kana Raajii hojjanna Jedhee ummata misikiina waan beeyne gowwomsaa jiru Eennu? Warri warra filaman Rajii itti agarsiisee jallisuuf yaalu Eennu? Nuti muslima Raajiidhaan Namoota jallisuuf deemu hin a garre warri Rajii Jedhee lafa balleesse warroma nuti kiristiyaanota ofiin jedhani. hanga Amantaan isaanii Diraamama Rajii agarsiisuu qofarratti waan hundaa'e fakkaatu takka🤔
Yoo Goolabnu
1.warri milikata barbaadan"dhaloota hamaafi Sagaagalaadha" kanaaf Baaybiliin Ragaadha
2.Namni tokko Nabiyyi dhugaa ta'uu Isaatif dirqama Raajii agarsiisuu qaba Wanti jedhu hin jiru
3.akka Baaybiliitti Nabiyyoonni sobaatifi Masiihonni sobaas Raajii hojjachuu ni danda'u
Xumura irratti Nabiyyoota ergaman keessa Nabi Muhammadﷺ Caalaa Raajii hedduufi dinqisiisaa kan hojjate ni jira jedhaniituu yaaduun Rakkisaadha Yoo Rabbiin fedhe Rajii Nabi Muhammadiinﷺ hojjataman fuuldura kan waliin laallu ta'a
إن شاء الله تعالى لا تنسوني في دعاءكم أخوكم جمال خضير
.......... Xumure........
Obboleessa Keessan
Jamaal Kadiir
_______________________
¹ "garagalaan" jedhamee kan hiikame Baaybilii Afaan Amaariffaa irratti« አመንዝራ» "sagaagalaan" Jedhamee jira tarii Jechi Yesuus Kun isaan qaanfachiise jijjiiruu hin oolan ta'a kan Afaan Amaariffaa👇
" እርሱ ግን መልሶ እንዲህ አላቸው፦ ክፉና አመንዝራ ትውልድ ምልክት ይሻል፥ ከነቢዩም ከዮናስ ምልክት በቀር ምልክት አይሰጠውም።"
(የማቴዎስ ወንጌል 12: 39፤)
@Jemal89
Uumama Irra Xiqqaa seenaa Addunyaa jijjiire
---------------------------------------------------
-Harka keessan Deddeebisaa dhiqadhaa
-Walirraa fafagaadhaa
-Ilaalumaa wal salaamadhaa
-wal geettaniis hin yaa'inaa
-Walitti qabamtaniis hin taa'inaa
-waltajjii hin qopheessinaa
-Waan cidhaas hin odeessinaa
-olii gad jooruun haa lagatamu
-mana keessa haa taa'amu
-Manni dhugaatii haa cufamu
-Iddoon shiishaan itti xuuxamu
-kan fiilmiin itti laalamu
-kan badiin itti dalagamu
-hunduu haa ugguramu
-Warri hidhame haa hiikamu
-mana Amantaas cufadhaa
-manuma keessanitti kadhadhaa
-kan Seera baasu Ana
Kan Seera Rawwachiisu isini
-filannoo biraan qabdanii
-jiraachuuf dhiisuudha kuni
-biyya natu harkaa qabaa
-Addaan fageessaa gabaa
-Homa kankoo odeessaa
-oduu waan biraa dhaabaa
-foolisooni nama Addaan haa fageessan
-Abbootiin Amataa kadhaa haa jabeessan
-Dorktoroonni haa jajjabaatan
-ogummaa isaanitiin haa dhaabatan
-Afaanitti maaskii godhadhaa
-harkatti Alkoolii dibadhaa
-Jedhee Seera labse
- Muummichi ministeeraa
-Filannoo tokkoon malee
Addunyaa guutuu biteera
-seeraaf heera Addunyaa
Aadaa Ishees jijjiire
-Xiqqeenya ishii irraa wantin geenye miciree
Kooroonaadha jedhanii Maqaa itti moggaasani
Koontiraataa jedhanii Osoo itti Baasanii
Isaan koontiraatamtee kunoo biyyi hundini
Biyyi inni koontiraate hanga inni gad dhiisuu
Seera isaa hin cabsu
Halkan sodaa hin ciisu
Yoo xiqqeenyaaf taate Wanti hin Geenne miciree
Uumama xiqqaa kanatu seenaa Addunyaa jijjiire
Dhaamsa👇
Akka walalootti hin dubbisina
Akka hololoottis hin gugsinaa
Akka bachoo hin siphatamu akka Itittuus hin dhudha'amu
Qopheessaan

"Ati garuu Maalif Osoo jannata galuu carraa qabdu ibidda galuu filatte"?
___________________________
Yeroo Hedduu kiristiyaanonni gara keessatiin dhufanii gaafii na gaafatu turan. Osomaa gafiif deebii taasifnuu namoota natti dhufan keessa tokkoon guyyaa tokko Namni Yesuusin Yaa gooftaa jedhu hunduu Jannata seenuu akka hin dandeennefi Yoo jannata seenuu kan barbaadu ta'e muslima ta'uun akka irra jiraatu itti hime. Yoo Ragaa barbaadefis Jedhee Macaafa isaatifi maddoota Islaamummaa irraayis walitti qabee kenneef. erga dhugaa Hubate waan deebisu dhabnaan akkana jedhee ijjannoo isaa Kan Xumuraa naaf laate
"Muslimlima ta'ee Jannata Seenuu irra, Kiristiyaana ta'ee ibidda seenuu naaf wayya!!!"naan jedhe ani hoo yoo maal jedheen wayya
Akkana jedheen" Ati garuu Maalif Osoo jannata galuu carraa qabdu ibidda galuu filatte"jedheen
Sabni koo sun! Osoo hama tokkos deebii naaf hin kennin sokke. innis hin deebine namnis naan deebifne Namoota Meeqatu dhugaa Islaamummaa hubatee Osoo jiru Haaluma adda addaatif dhugaa irraa fagaate! Yaa Allaah Lammiilee Kiristiyaanaa kan waaqeffataa,... dukkana kufrii keessaa gara Ifnana Islaamummaa nuuf deebisi
Aamiin

Balbala Jannata tan warra soomu malee namni tokkos hin seenne.
____________________________
عَنْ سَهْلٍ رَضِيَ اللَّهُ عَنْهُ، عَنِ النَّبِيِّ صَلَّى اللَّهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ قَالَ : " إِنَّ فِي الْجَنَّةِ بَابًا يُقَالُ لَهُ : الرَّيَّانُ، يَدْخُلُ مِنْهُ الصَّائِمُونَ يَوْمَ الْقِيَامَةِ، لَا يَدْخُلُ مِنْهُ أَحَدٌ غَيْرُهُمْ، يُقَالُ : أَيْنَ الصَّائِمُونَ ؟ فَيَقُومُونَ لَا يَدْخُلُ مِنْهُ أَحَدٌ غَيْرُهُمْ، فَإِذَا دَخَلُوا أُغْلِقَ فَلَمْ يَدْخُلْ مِنْهُ أَحَدٌ ".رواه البخاري رقم. 1896
Sahli (RA) Nabiyyii ﷺ irraa akkana jechuun nuuf odeessee jira." Jannata keessa bar balbala Rayyaan¹ Jedhamtutu jira. guyyaa Qiyaamaa warra Soomana soomantu Isiin seena.isaan malee namni biraa hin seenu. "Warri Soomana Sooman Eessa jiran? Jedhamaan; ka'anii dhaabbatan.Isaaniin ala nam tokkos hin seenu. Yoo isaan seenan ni cufamti, isaan malee namni tokkos hin seenu.
🔰
@Jemal89
_____________________
Rayyaan jechuun dheebu baaftuu jechuudha warri soomanaa Addunyaa Irratti Rabbiif jecha dheebuu oollan;Rabbiin galata Isaanitiif Rayyaaniin Qopheessef;Rabbiin Warra Haqa soomanaa guutee bor Rayyaaniin argatan nu haa taasisu

Bukaariitu gabaase
lakk. 1896@Jemal89