Telegram Web Link
Namootni si waliin eegalan kamuu si waliin xumuruu hin danda'an.
__________________
@Jechamoota



https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAEs681wYg4pLvWysxw
Forwarded from MADDA BEEKKUMSAA🌳 (Ĩ ãm ªbđĕ Ñę)
HAYYE HORDOFTOOTA KEENYA CHANNALI KEENYA JOIN GOCHUU HIN DAGATINA👇👇👇👇👇

@HARARGETUB
@HARARGETUB

👆👆👆👆👆👆👆👆
Hiriyyummaa cimaa jechuun guyyuu waliin haasa'uu qofa osoo hin ta'in waliif amanamuu dha
________________________
@Jechamoota


https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAEs681wYg4pLvWysxw
Forwarded from Ahlu Sunnaa wal-jama'aa (Ĩ ãm ªbđĕ Ñę)
Beksisa Namonni Channela Gudifachu barbaaddan Kunoo Gudifadhaa
Haala Armaan gadi kana hordofaa
1000 birrii 100
2000 birrii 200
3000 birri 300
4000 birrii 400
5000 birrii 500

Yoo isiin barbaachisee karaa Kanaan nu qunnamaa
👇👇👇👇👇
@ABDETUOR
@ABDETUOR
Sammuun waan uumame guutumatti yaadachuu dhiisuu ni mala. Garuu miirri isaa onnee irratti yeroo hundaa ni dhagahama.
__________________________
🌧️@Jechamoota🌧️
Yaraan dabre gaarii dhufu akka dhiibuuf hin eeyyamin.
___________________________
@Jechamoota
Maallaqni gammachuu bituu hin danda'u. Garuu hiyyummaan homaa bituu hin danda'u.
________________________________
🌹@Jechamoota🌹
Namoonni tokko tokko si jaalachuu hin danda'an; sababni isaa karaamaan kee seexaana isaanii waan mufachiisuufii dha.
________________________________
@Jechamoota
Waggaa har'aa diigdama booda waan hojjattetti osoo hin ta'in waan hin hojjatinitti ofitti gaddita.:- Mark Twain
_________________________________
🌧️@Jechamoota🌧️
Iccitiin dursuudhaa; eegaluu dha.:- Mark Twain
_____________________________
@Jechamoota
Fuuldura kee raaguudhaaf malli filatamaan; fuuldura kee uumuu dha.:- Alan A
_______________________________
🌧️@Jechamoota🌧️
Situ gata malee abdiin yoommiiyyuu si hin gatu.:- George Weinberg
____________________________
@Jechamoota
Jireenyi gabaabduu dha. Waan taateef jireenya nama biraa jiraachuudhaan hin qisaasessin.
____________________________
🌧️@Jechamoota🌧️
Sammuun waan uumame guutumatti yaadachuu dhiisuu ni mala. Garuu miirri isaa onnee irratti yeroo hundaa ni dhagahama.
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAEs681wYg4pLvWysxw
Waggaa har'aa diigdama booda waan hojjattetti osoo hin ta'in waan hin hojjatinitti ofitti gaddita.:- Mark Twain
_________________________________
🌧️@Jechamoota🌧️
Iccitiin dursuudhaa; eegaluu dha.:- Mark Twain
_____________________________
@Jechamoota
Fuuldura kee raaguudhaaf malli filatamaan; fuuldura kee uumuu dha.:- Alan A
_______________________________
🌧️@Jechamoota🌧️
Situ gata malee abdiin yoommiiyyuu si hin gatu.:- George Weinberg
____________________________
@Jechamoota
Jireenyi gabaabduu dha. Waan taateef jireenya nama biraa jiraachuudhaan hin qisaasessin.
____________________________
🌧️@Jechamoota🌧️
Jireenyi abaaboo dha. Jaalalli immoo damma.:- Victor Hugo
______________________
❤️@Jechamoota💌
2024/10/01 09:24:17
Back to Top
HTML Embed Code: