Telegram Web Link
Waanin dubbadhe takkaaf itti gaafatama nin furadha, garuu akki ati itti hubatte nan laallatu.
Yoo si sodaachise,
Mokkaruuf waan gaarii ta'uu hin oolu. Mokkarii laali.
Rakkoon addunyaa tanaa, ka badawni amantaa guutuu ofirraa qabu, hayyoonni ammoo shakkiidhaan guutamanii jiru.
If duuba debitee egala jijjiiruu(sirreessu) hin dandeessu, garuu bakka amma jirtu kanarraa eegaltee dhuma isaa jijjiiruu(tolchuu) ni dandeessa.
Namni maal naan je'a jattee waan sirrii dalaguu hin sodaatin,
Waan fadhe gootus namni waan je'u hin dhabu.
Ee, an sirraa adda.
Garuu dhugaa kiyya jiraachurra wanti natti mi'aawu hin jiru.
Iccitiin dursuudhaa; eegaluu dha.:- Mark Twain
_________________________
@Jechamoota


https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAEs681wYg4pLvWysxw
Jireenyi gabaabduu dha. Waan taateef jireenya nama biraa jiraachuudhaan hin qisaasessin.
____________________________
🌧️@Jechamoota🌧️
Jireenyi abaaboo dha. Jaalalli immoo damma.:- Victor Hugo
______________________
❤️@Jechamoota💌
Hanga feete hariifa/Aaqila taatus, namoota wajjiin walii galtee hojjechuu yoo hin dandeenye, Abjuun kee abjuu ta'ee hafa.
Waanin dubbadhe takkaaf itti gaafatama nin furadha, garuu akki ati itti hubatte nan laallatu.
Yoo si sodaachise,
Mokkaruuf waan gaarii ta'uu hin oolu. Mokkarii laali.
Rakkoon addunyaa tanaa, ka badawni amantaa guutuu ofirraa qabu, hayyoonni ammoo shakkiidhaan guutamanii jiru.
If duuba debitee egala jijjiiruu(sirreessu) hin dandeessu, garuu bakka amma jirtu kanarraa eegaltee dhuma isaa jijjiiruu(tolchuu) ni dandeessa.
#SOCRATES

Warroota sitti siqee Dogoggora kee siif himu sani, malee warroonni jecha fi gochoota kee hunda usaniituma faarsan fira sitti hin fakkaatin.

Tokko tokko jiraachuf yeroo nyaatan, tokko tokko ammoo nyaachuf jiraatu.

Karaan qaxxaamuraan kabajatti si geessu, waan hawwitu san ta'uuf tattaafachuudha.

Yeroo argatte humnaa ol hin utaalin, yeroo dhabdes hedduu hemilee hin cabin.
Dachii tanarratti wanti hundi ni dabra.

Yeroo ofiif yaaduu egaltetti barbaaddee of argatta.

Kan waan qabuun hin gammanne, waan hawwuuf san yoo argates hin gammadu.

An Wallaallummaa kiyya beekhudhan beekhadha!.

Nama gaarii oso lubbuun jirus ta'e eega du'e boodas wanti isa miidhu hin jiru.
Jaappaanonni akka je'anitti ati fuula sadii qabda.

Fuulli inni jalqabaa, kan ati gad baatee addunyatti agarsiistu dha.

Kan lammadaa, Fuula ati hiiriyoota sitti dhihooti fi maatii keetitti agarsiistu dha.

Kan sadaffaa ammoo nama tokkottillee goonkuma hin agarsiistu. Inni kun calaqqee sirrii eenyummaa keetiti. Isa yeroo kopaa kee jirtuu sani.

https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAEs681wYg4pLvWysxw
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
Barsiisonni hunduu gaaf-takka barattoota turan.
Mo'attonni hundi gaaf-takka mo'atamtoota turan.
Hayyoonni ykn beeytonni hundis gaaf-takka wallaalaa homaa hin beeyne turan.

Hundi isaanii ammoo riqicha(dildila) 'barachuu' je'amu irra dabraniiti itti gahan.
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAEs681wYg4pLvWysxw
🤝3B(Beeki Beekun Beekumsa)🤜

Barri ifaa tokko maayila 5,865,696,000,000 wajjiin walqixa.

👩‍🦰Weellistuun addunyaa bekkamtuun shaakiraan yeroo mana barnootaa keessattii gumii sirbaa keessa seentee hojjetaa turteettii barsiisaan ishee ari’ee ture; sababni isaas waan akka re’eettii sirbiteef jedheetii. 

😇Laayiteriin kibriitiin dura argame. 

😁Bara 2011ttii namittiin takka fakkii hin muldhannee (invisible) qarshii doolaaraa 10,000 bitteettii. 

🙏Biraazil keessattti hidhamaan tokko waggaa itti murteeffame ofirraa hir’isuu yoo barbaadde wanti inni godhuu qabu: 

©Kitaaba 1 dubbisee yoo fixe hidhaa waggaa itti murtaa’erraa guyyaa 4 hir’ifama. Kana jechuun kitaabota 91 yoo dubbise waggaa 1 hir’ataaf jechuudha. Dhugamaan kun yaada namatti toludha sababni isaas kitaaba dubbisuun nama guutuu waan taasisuuf. 

© Inni lammaffaan immoo biskileetii oofuun humna anniisaa inni maddiisiisu irratti hundaa’a.

🙊 Saayintistoonni turkii oduu tibbana baasaniin torbaan keessatti namni tokko guyyaa sadi ykn afur wal-quunnamtii saalaa yoo raawwata ta’e dhagaa kalee of keessaa balleessuu ni danda’a. 

💙Dureessa addunyaa kan ta’an biil geetis yeroo barumsa seeraa baratanitti piroofesara isa barsiisuun waggaa 30tti miliyoonara nan ta’a jedhee ture. Wanti nama ajaa’ibsiisu immoo waggaa sanatti miliyoonara ta’uurra darbee waggaa 31tti biliyoonara ta’uu danda’eera!! Nama kaayyoof kutate jechuun kana mitiiree!

😳Bara 2017tti namittiin takka kan chawu smiiz jedhamtu maaraatoonii 7 guyyoota walittii aanan torbaaf ardiilee torba irrattti fiigdee jirti! Sababni isaas ayyaana waggaa 70ffaa ishee kabajuuf.


https://www.tg-me.com/joinchat-SzrzXBiDiku9bKzH
Dhippatuun rakkoo boru umamu san sirraa hin furu.
Dhippatuun nageenya kee ka guyyaa har'a kana si dhoowwa.
2024/10/01 11:20:13
Back to Top
HTML Embed Code: