Telegram Web Link
Fayyaa Qaama keessanii sirriitti eeggachuuf
Ciree haalaan sirriitti nyaadhaa
Laaqana giddu galeessaatti.
Irbaata immoo xiqqeessaa nyaadhaa
Suuraa kanarraa wanti hubannu
Tamboo aarsuun dhibee ujummoowwan dhiigaa fiduun, rakkoo sammuun dhiiga ga'aa argachuu dhabuun ykn sammuu keessatti dhiiguun dhufu(istirookii) akkasumas hammi dhiiga gara miila keenyaaf harka keenyaa deemuu hir'isuun rakkoo "gangrene" hanga sadarkaa cituu harkaaf miillaatti geessisuu danda'a.
Tamboo hin aarsinaa, ykn namoota aarsan bira hin turinaa(passive smoker)
Fayyaa hin dhabinaa
Dr Nafyad Getu!.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
☞︎︎︎"Gammadaa ta'i jechuun hunda qabaadhu jechuu miti; waan qabdutti gammadi jechuudha malee"
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
@Jechootahayyoota
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
☞︎︎︎"Nama cimaa ta'i jechuun hin kufiin jechuu; miti kuftee ka'uu danda'uu qabda jechuudha malee"
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
@Jechootahayyoota
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
☞︎︎︎"Waanuma fadhehu yoo goote(hojjatte) namni waan je`u hin dhiisu Tanaafu ati wan isaan yaadan dhiisii wan barbaadde hojjedhu"
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
@Jechootahayyoota
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
Maalo Oromoo tiyya subscribe nuuf godhuudhan nuu jajabessaa isinin jenna.
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

Watch "NEW WALALOO JAWAR MOHAMMED DAWADHAA ISININ JENNA !" on YouTube
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
Gaarii gootus yaraa
namni uma odeessa
Hojiin qabu taa'ee
aqaaqirii baasa
~
Ani hin dhaga'u
oduu odeessituu
Homtuu jireenya koo
dhufee naan jiraatu
~
By @Abdetuor

@JECHOOTAHAYYOOTA
Nama sababaa qofa hin ta'in!
✍Matummaan jireenyaatuu inni jalqabaa tokko, eenyummaaa keef jiraatuudha!
Ati eenyummaa keetiif jiraachuun Jireenya badhaadha akka jiraattu si taasisa!
@Jechootahayyoota
Addaa addummaan keenya kan dhufe gaafa osoo afaan tokko haasofnu woliif galuu dadhabneedha.

Yadaaf πŸ‘‰ @Abdetuor
Hiriyyaa si jaalatuu
Gowwoomsuuf hin
Yaadin, waan si jaalatuuf
Siif gowwoomaa beeki!

By @Abdetuor
Eenyummaa keetiif sitti dhiyaadha si jaaladha malee, bu'aa biraaf gonkumaa gurra hin kennu!
By @Abdetuor
#nuuf Gudadhu
Third daughter of Artist hachalu hundesa
#UPDATE #SHARE YUUNIVARSITIILEE 36 WAAMICHA BARATTOOTAA HAARAA BARA 2013 TAASSISAN

1. #AddisAbabaUniversity(#FINFINE_UNIVERSITY)
πŸ‘‰Waxabajjii 19 fi 20
2. #WolaytaSoddoUniversity
πŸ‘‰Waxabajjii 26 fi 27
3. #WoldiaUniversity
πŸ‘‰Waxabajjii 29 fi 30
4. #ASTU
πŸ‘‰Waxabajjii 24
5. #GonderUniversity
πŸ‘‰Waxabajjii 23 fi 24
6. #WollegaUniversity
πŸ‘‰Waxabajjii 28 hanga 30
7. #InjibaraUniversity
πŸ‘‰Waxabajjii 28-30
8. #WachamoUniversity
πŸ‘‰Waxabajjii 29 fi 30
9. #AssosaUniversity
πŸ‘‰Waxabajjii 26-30
10. #WolloUniversity
πŸ‘‰Waxabajjii 29 fi 30
11. #HawassaUniversity
πŸ‘‰Waxabajjii 21 fi 22
12. #DebreTaborUniversity
πŸ‘‰Waxabajjii 28 fi 29
13. #DebarkUniversity
πŸ‘‰Waxabajjii 26-30
14. #AASTU
πŸ‘‰Waxabajjii 24 fi 25
15. #DebreBirhanUniversity
πŸ‘‰Waxabajjii 25-30
16. #JimmaUniversity
πŸ‘‰Waxabajjii 24 fi 25
17. #SelaleUniversity
πŸ‘‰Waxabajjii 24 fi 25
18. #WolkiteUniversity
πŸ‘‰Waxabajjii 28 fi 29
19. #MekdelaAmbaUniversity
πŸ‘‰Waxabajjii 27 - 29
20. #MekelleUniversity
πŸ‘‰Waxabajjii 21 - 26
21. #DireDawaUniversity
πŸ‘‰Waxabajjii 27 - 30
22. #DillaUniversity
πŸ‘‰Waxabajjii 29 fi 30
23. #BahirdarUniversity
πŸ‘‰Waxabajjii 22 fi 23
24. #GambelaUniversity
πŸ‘‰Waxabajjii 28 fi 29
25. #MettuUniversity
πŸ‘‰Waxabajjii 28 fi 29
26. #SemeraUniversity
πŸ‘‰Waxabajjii 26 fi 27
27. #MeddaWalabuUniversity
πŸ‘‰Waxabajjii 28 Hanga 30
28. #WerabeUniversity
πŸ‘‰Waxabajjii 28 fi 29
29. #EthiopianTechnicalUniv'
πŸ‘‰Waxabajjii 28 fi 29
30. #BulehoraUniversity
πŸ‘‰Waxabajjii 28 fi 29
31. #HaramayaUniversity
πŸ‘‰Adoolesss 09,10 fi 11
32. #ArsiUniversity
πŸ‘‰Waxabajjii 29 fi 30
33. #AmboUniversity
πŸ‘‰Waxabajjii 24 fi 25
34. #ArbamichUniversity
πŸ‘‰Waxabajjii 28 fi 29
35. #AxumUniversity
πŸ‘‰Adoolesss 01 fi 02
36. #OdaBultumUniversity
πŸ‘‰Waxabajjii 29 fi 30

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
πŸ“‘MIIDIYAAπŸ“‘
T.me/OROMOTOO
T.me/OROMOTOO
Baratootaaf Ni barbaachisaaπŸ‘

πŸ†Universiti Keessatti Milkaa’ufπŸ†!!!!


Universitiin iddoo dhaloonni beekumsa itti kuufate biyyaa fi
addunyaa ofii itti ijaarudha. Wantoota adda addaa irraa fagaachun
beekumsa fi akkamitti biyya akka jijjiran irratti iddoo itti
xiyyeefataniidha. Kanaafu yuniversitiin iddoo jijjiramaa fi isa
seenun carraa guddaadha jechuu dandeenya. Garuu yuniversitii
seenuun qofti gahaadha? Jijjiramni Universitii keessatti
adeemsifamuu hoo maaliidha? Of gaafanne beeknaa?
Eeti yuniversitiin iddoo jijjiramaati. Yookaa nama badaa irraa gara
nama gaariitti yookiin immoo nama gaarii irraa gara nama badaatti
itti jijjiramtuudha. Yookiin immoo gaarummaa ykn badummaa kee
akkasumatti itti fuftuudha, jijjiramni yoo jiraates xiqqoodha.
Barattoota meeqatu gaarummaan guddatanii yommuu yuniversitii
seenan hiriyyaa badaatti makamuun namoota babadoo fi gadhee
keessaa ta’an.
Naannootti nama gaarii akkamii osoo jedhamuu yuniversitii
yommuu seenu fedhii ofiiti fi hiriyyaa badaatin lakkafame
/lakkafamte. Akkasumas, namoonni badaa jedhaman yommuu
yuniversitii seenan hiriyyaa gaariitti makamuun jireenya ofii
jijjiranii fi foyyeessan baay’eedha. Kanaafu yuniversitii keessatti
akkamitti nama milkaa’a ta’uu dandeessaa?
Namoota haarawa gara yuniversitii seenaa jiranii fi amma jireenya
yuniversitii gaggeessaa jiraniif mee tuqaalee ijoo armaan gadii haa
eerru.

1.Yommuu yuniversitii seentu/deemtu of eeggadhu– yommuu
gara yuniversitii deemtu meeshaalee fi mi’a si barbaachisaan qabadhu
deemi. Gara yuniversitii yommuu deemtu nama waliin deemtu filadhu.
Fakkeenyaf, saala faallaa waliin deemun rakkoo guddaa irra nama buusa.
Seexaanni wanta badaatti isin kakaasun yuniversitii osoo hin seenin
jireenya keessan hidda kuttu. Dubartii yoo taate dubartii qofa waliin,
dhiira yoo ta’e dhiira qofa waliin deemi. Dhiirri adda deemu danda’a.
Garuu yommuu dubartiin adda deemtu rakkoo guddaa irra of buusti.
Yookaa maatiin ishii, ishii gaggeessu qaba yookiin immoo dubartoota
waliin deemu qabdi.
Akkuma yuniversitii seenten hiriyyaan jalqaba qunnamte hiriyyaa
jireenyaa ta’uu danda’a. Yommuu ani jalqaba gara yuniversitii
seenu wanti jalqaba na sodaachise hiriyyaa na qeebalee (na
keessumeessedha). β€˜Mucaan kuni sigaaraa kan xuuxu way ta’aa?
Achumaan analle way balleessaa?” jechuun sodaacha ture.
Alhamdulillah mucaan nama sigaaraa xuxu hin turre.
Kanaafu yommuu yuniversitii seentu namni jalqaba qunnamte
sigaaraa kan xuuxu yookiin Wantoota badaa Hojjatuu ta’ee dafii irraa
fagaadhu. Natti mufata jette hin sodaatin .

2--Ittii fufaa............


Kutaa 2ffan Yeroo ittii Anuutti itti fufaa


Share share godhaa
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
T.me/OROMOTOO
T.me/OROMOTOO
T.me/OROMOTOO
Dhiira gaafa rakkoo
Uummataaf dubbattu
Qallayyoo Hundeessaa
Gaanfuree Guddattuu...
Biyyootti nu maktee
Gaddatti nu naqxee
Akkam siif ta'eeraa
Bakki ati dhaqxe?!

@Jechootahayyoota
By @Abdetuor
Carraa bayyee gaariidha itti fayadamaa. Galma'aa ittii fayadamaa.
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

https://GramFree.cc/?r=16356804
Yaddannoo wagga 1ffaa Hacee kuno ani akkatti dabarse isin hoo ?
2024/09/30 05:18:19
Back to Top
HTML Embed Code: