Telegram Web Link
Wal-amantaan yoo jiraate,
Jecha tokko malee callisaanuu waliif galu(wal hubatu).

Bakka wal-amantaan hin jirretti ammoo hanga feete odeeysaa ooltus kan sirraa qeebalu hin jiru.

Amantaan lubbuu Walitti dhufeenya hundaati.
Yeroo gufuun nu qunnamte, akkaatan nuti itti keessumeessinu ykn deebii keenninuuf, kan fuula duratti ol nu baasu ykn immoo kan nu kuffisu ta'a.
Hinɑɑffɑɑ...
(Selfish!)
▬▬▬▬▬▬▬
● Wɑlitti Hinɑɑfuun utuu Jirɑɑchuu Dhɑbɑɑtee:

• Yoos ni guddɑnnɑ.
• Yoos kɑrɑɑ deemnee qɑxxɑɑmurrɑ.
• ɑlbuudɑ dhokɑte bɑɑfnee itti fɑyyɑdɑmnɑ.
• Dirree hin ɑbuurɑmitti bɑɑnɑ.
• Wɑl ɑwwɑɑluu dhiifnee wɑl muldhifnɑ.
• Kɑbɑjɑ ɑrgɑnnɑ.
• Rɑbbis nutti gɑmmɑdɑ

N͙u͙t͙i͙s͙ n͙i͙ gɑmmɑdɑ

H͜͡i͜͡n͜͡a͜͡a͜͡f͜͡f͜͡a͜͡a͜͡ I͜͡r͜͡r͜͡a͜͡a͜͡ H͜͡a͜͡a͜͡ f͜͡a͜͡g͜͡a͜͡a͜͡n͜͡n͜͡u͜͡
◈ ━━━━━━━ ⸙ ━━━━━━━ ◈
▃▅▆█✭JOIN✭█▆▅▃
https://www.tg-me.com/joinchat-SzrzXBiDiku9bKzH
JIRUU MI'OOFTUU JIRAACHUDHAAF.

Ati Adda taatee kan uumamte hayyama(fadhii) rabbiitini kanafuu homaa wa takka osoo hin hiraarin jiraadhu.

Namoota fakkaachufi garagalchaa isaanii ta'uuf hin tattaafatin.
Eenyummaan kee kan hin mullatin xaliilli isaa kan ba'u Yeroo Ati ofitti amanuu, ofiin boonuu fi kabajaa ofiif kennuu egaltu sani.

Naannoo kee Namoonni beekamoon, gurguddaani fi Adda ta'an hanga fedhan jiraatanillee kennaan addaa kan keessa kee jiru hunda siif caala.
Namoonni Ati Adda jattee yaaddu kunneeen uumama isaanitin Adda ta'anii osoo hin ta'in iccitii kana Waan beekaniifi hojitti Waan hiikaniif qofa.

Atis bakka isaan irra gahan inumaahuuu isaani ol hojjechuu, isaani ol gumaachuu yoo barbaadde iccitii kanan siif hima..
👌of ta'i
👌kabajaa ofiif kenni
👌of jaaladhu

https://www.tg-me.com/joinchat-SzrzXBiDiku9bKzH
Sodaatun homaa miti
Garuu sodaatte yoo wa godhuu dhiifte sun rakkina guddadha.
Beekkumsi dhugaa amala namaa keessaan argama malee
Waraqaan Digrii fi diploomaa beekkumsa ibsuu hin danda'u.

https://www.tg-me.com/joinchat-SzrzXBiDiku9bKzH
Situ gata malee abdiin yoommiiyyuu si hin gatu.:- George Weinberg
________________________
@Jechamoota
https://www.tg-me.com/joinchat-SzrzXBiDiku9bKzH
Jireenyi gabaabduu dha. Waan taateef jireenya nama biraa jiraachuudhaan hin qisaasessin.
________________________
🌧️@Jechamoota🌧️

https://www.tg-me.com/joinchat-SzrzXBiDiku9bKzH
Jireenyi abaaboo dha. Jaalalli immoo damma.:- Victor Hugo
__________________
❤️@Jechamoota💌
https://www.tg-me.com/joinchat-SzrzXBiDiku9bKzH
☞︎︎︎ 𝐖𝐚𝐚 𝐡𝐮𝐧𝐝𝐚 𝐝𝐮𝐫𝐚 𝐨𝐟𝐢𝐢𝐟 𝐛𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐥𝐚𝐚𝐝𝐡𝐮 𝐤𝐚𝐧 𝐬𝐢𝐫𝐫𝐚 𝐬𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐚𝐚𝐧𝐮 𝐰𝐚𝐚𝐧 𝐡𝐢𝐧 𝐣𝐢𝐫𝐫𝐞𝐞𝐟!

☞︎︎︎ 𝐎𝐟 𝐛𝐞𝐞𝐤𝐢 𝐤𝐚𝐧 𝐬𝐢𝐫𝐫𝐚 𝐬𝐢𝐛𝐞𝐞𝐤𝐮 𝐰𝐚𝐚𝐧 𝐡𝐢𝐧 𝐣𝐢𝐫𝐫𝐞𝐞𝐟

☞︎︎︎ 𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐤𝐚𝐚𝐲𝐲𝐨𝐨 𝐨𝐟𝐢 𝐛𝐞𝐞𝐤𝐮 𝐣𝐚𝐚𝐥𝐚𝐥𝐚𝐧 𝐡𝐢𝐧 𝐤𝐮𝐟𝐮 𝐤𝐚𝐚𝐲𝐲𝐨𝐨 𝐨𝐟𝐢 𝐠𝐚𝐥𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐠𝐚'𝐮𝐮𝐟 𝐤𝐮𝐟𝐚 𝐦𝐚𝐥𝐞𝐞!

««««««««««««««««✪»»»»»»»»»»»»»»»»»


https://www.tg-me.com/joinchat-SzrzXBiDiku9bKzH
☞︎︎︎"𝐇𝐮𝐦𝐧𝐢 𝐠𝐮𝐝𝐝𝐚𝐚𝐧 𝐝𝐢𝐢𝐧𝐚 𝐨𝐟𝐢𝐢 𝐨𝐟𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐟𝐢𝐫𝐨𝐨𝐦𝐟𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐧𝐚𝐦𝐚 𝐝𝐚𝐧𝐝𝐞𝐞𝐬𝐬𝐢𝐬𝐮 𝐣𝐚𝐚𝐥𝐚𝐥𝐚 𝐪𝐨𝐟𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚. 𝐉𝐚𝐚𝐥𝐚𝐥𝐥𝐢 𝐦𝐞𝐞𝐬𝐡𝐚𝐚 𝐚𝐭𝐢 𝐲𝐨𝐨 𝐨𝐟 𝐡𝐚𝐫𝐤𝐚𝐚 𝐪𝐚𝐛𝐚𝐚𝐭𝐭𝐞 𝐲𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐡𝐮𝐧𝐝𝐮𝐦𝐚𝐚 𝐢𝐭𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐦𝐨𝐨𝐭𝐮𝐮 𝐝𝐡𝐚!"


#jechootagamna


https://www.tg-me.com/joinchat-SzrzXBiDiku9bKzH
☞︎︎︎"𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐡𝐮𝐧𝐝𝐮𝐦𝐚𝐚 𝐲𝐚𝐚𝐝𝐚, 𝐝𝐮𝐛𝐛𝐢𝐢 𝐟𝐢 𝐡𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐤𝐞𝐞 𝐠𝐮𝐮𝐭𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐭𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐠𝐨𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐲𝐚𝐚𝐥𝐢. 𝐘𝐚𝐚𝐝𝐨𝐭𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐬 𝐪𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐞𝐞𝐬𝐬𝐢, 𝐢𝐧𝐧𝐢 𝐤𝐚𝐚𝐧 𝐡𝐮𝐧𝐝𝐢𝐧𝐮𝐮 𝐠𝐚𝐚𝐫𝐢𝐢 𝐭𝐚’𝐮𝐮𝐟 𝐣𝐢𝐫𝐚."

#jechootagamna


https://www.tg-me.com/joinchat-SzrzXBiDiku9bKzH
Life is meant to be lived and not just to go through it always unhappy. And that depends on you.

If you don't stop wasting your precious time with the wrong people and the wrong stuff, you are never going to find the right people.

You define your life. You choose who to spend your time with. You choose the books to read, the programme to watch on TV and the food to eat. You decide where your money goes, what to focus on and where to spend your energy. You but nobody else! These are the stuff that shape you. So, make the right choices because the choices we make, make us!

Have a sucess-filled day 😊 🤗 👍

https://www.tg-me.com/joinchat-SzrzXBiDiku9bKzH
GORSA 1FFAA

《1》Osoo waa baay'ee qabduu akka homaa hin qabnetti of hin lakkawiin osoo homaa hin qabaatiinis;waa baay'een qaba jettee of hin sobiin.
《2》Osoo waan baay'ee beekuu qabduu;akka waan hunda beektutti of hin lakkawiin
《3》Namni baay'een waan deeggareef sobaaf harka hin dhahiin


Ittii fufaa.........
Share share join
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://www.tg-me.com/joinchat-SzrzXBiDiku9bKzH
GORSA 3FFAA

《1》 Eenyummaa kee guutuu nama si hin fudhanne amansiisuf hin yaalin! Namni akkasii har'aaf malee boru sin fayyaduuti.

《2》 Maal naan jedhuu utuu hin taane, maalan jedhe jechuu irratti xiyyeefadhu!

《3》 Guyyaa darbuuf jettee waan hin darbine hin dubbatin!

#Galmadhugaa



https://www.tg-me.com/joinchat-SzrzXBiDiku9bKzH
GORSA 4FFAA

《1》 Barsiisaan kee inni sirriin dogoggora ati kaleessa hojjatte dha. Kanaaf isa kaleessa dogoggorteen of dhiphisuu dhiisitii irraa baradhu!

《2》Jal'innii fi sobni ati har'a sobaa jiraattu jireenya kee qofa balleessuu utuu hin taane du'a kee iyyuu ni fokkisiisu. Kanaaf gaarii yaadu fi gaarii gochuuf macaafa qulqulluu dubbisi!

#Galmadhugaa

https://www.tg-me.com/joinchat-SzrzXBiDiku9bKzH
2024/10/01 04:20:21
Back to Top
HTML Embed Code: