Telegram Web Link
GORSA 5FFAA

《1》 Mukti firii baay'ee baatuu fi beekumsan namni sammuun isaa guutame tokko dha. Lamaan isaan iyyuu gad of deebisu. Kanaaf gaafa sitti ho'ee akka of jajjuu wayii taatu sammuu kee keessa waa jirachuu isaa mirkaneeffadhu!

《2》Waan beektu hundumaa dubbachuun si irraa hin eegamu ta'a, waan dubbattu beekun garuu dirqama kee dha.


#Galmadhugaa


https://www.tg-me.com/joinchat-SzrzXBiDiku9bKzH
GORSA 6FFAA

《1》Nama haasaa keetif gatii hin kennine jalaa cal jechuun deebii sirriidha. Kanaaf nama yeroo baay'ee haasaa keetiin barsiisuf dhamaatee garuu haasaan kee bu'aa buusuu dide, al takka takka immoo callisuun kee isa barsiisa waan ta'eef calluma jedhii usi!

《2》Namatti iccitii kee himuu keetin dura sirritti irra deddeebi'i itti yaadi! Sababni isaas har'a inni michuu kee fakkaatu boru deebi'e diina sitti ta'uu danda'a waan ta'eef.

#Galmadhugaa

https://www.tg-me.com/joinchat-SzrzXBiDiku9bKzH
GORSA 7FFAA

《1》Onnee bareedan tokko fuula bareeda 1000 caala. Kanaaf bareedina keessa keetii irratti xiyyeefadhu!

《2》Yoomillee sababbii namoota hamootaatiif jettee nama gaarii ta'uu kee hin dhiisin. Jal'oonni yeroo dhaaf malee suma isa gaarii hojjatu kanatu boru ol ka'ee dagaagee mul'ata.


#Galmadhugaa

https://www.tg-me.com/joinchat-SzrzXBiDiku9bKzH
GORSA 8FFAA

《1》Waa'ee wanta hin beekne tokkoo dhaga'uu dhaaf malee haasa'u dhaaf hin ariifatin!

《2》 Gara duubatti deebitee jalqaba kee jijjiiruu yoo dadhabdes amma iddoo jirtu irraa kaatee garuu dhuma kee jijjiiruu ni dandeessa. Kanaaf kaleessa kee dhiisiti har'a kee irratti xiyyeeffadhu! Sababni isaas kaleessi seenaa ta'e darbeera.
Har'i kee garuu si harka jira.


#Galmadhugaa

https://www.tg-me.com/joinchat-SzrzXBiDiku9bKzH
Hanga carraa argattutti teessee hin eegin, yeroo takka takka lafaa kaatee karaa mataa keetii baafatuu qabda.
https://www.tg-me.com/joinchat-SzrzXBiDiku9bKzH
Olmaan kee namoota amantaa ofirraa qaban 5nin wajji yoo ta'e 6ffaan sihi.
Miiliyeenaroota 5nin wajji yoo oltes 6ffaan sihi.
Akkasumas dhama'oota 5nin wajji kan ooltu taanan 6ffaa isaani taata @DEDRORO
Namni eegala irratti sirrii ta'e hin jiru. Dogoggortus irra deebitee yaaluu hin sodaatin.
https://www.tg-me.com/joinchat-SzrzXBiDiku9bKzH
GORSA 9FFAA

《1》Onnee sobaa qabattee hamma namatti dhiyaattu namoota onnee dhugaa qabatanii si eegan dhabdaati of eeggadhu! Dhiisime simiidhati. Namni baay'een si hin beeku ta'uu danda'a kan
si hubatu garuu xiqqoo dha. Kanaaf warra si hubataniif iddoo kenni!


#Galmadhugaa
https://www.tg-me.com/joinchat-SzrzXBiDiku9bKzH
GORSA 10FFAA

《1》Namni hamaan milkaa'ina isaarra kufaatii nama biraatu isa gammachiisa. Kanaaf namoota akkasii irraa fagaadhu!

《2》Waan of harkaa qabu kan hin beekne fi namni waa tokko illee hin qabne tokko dha. Kanaaf waan keessa kee jiruu fi hamma kee beeki! ati sooressa dha kan ormaa hin hawwin!


#Galmadhugaa

https://www.tg-me.com/joinchat-SzrzXBiDiku9bKzH
GORSA 12FFAA

《1》Barsiisaan kee inni sirriin dogoggora ati kaleessa hojjatte dha. Kanaaf isa kaleessa dogoggorteen of dhiphisuu dhiisitii irraa baradhu!

《2》 Jal'innii fi sobni ati har'a sobaa jiraattu jireenya kee qofa balleessuu utuu hin taane du'a kee iyyuu ni fokkisiisu. Kanaaf gaarii yaadu fi gaarii gochuuf macaafa qulqulluu dubbisi!


#Galmadhugaa

https://www.tg-me.com/joinchat-SzrzXBiDiku9bKzH
Osoo ati hin dhadhahin balballi siif banamu hin jiru.Osoo ati hojjattee hin dadhabin jijjiramni ati fiddu hin jiru.
Qabeenya osoo hin taane fayyaa fi jabeenya ittiin qabeenya horattu Rabbiike kadhadhu
Mammaaksa

Bakkuma dhaqqaban hooqqatan.

#Galmadhugaa
GORSA 13FFAA


《1》Mukti firii baay'ee baatuu fi beekumsan namni sammuun isaa guutame tokko dha. Lamaan isaan iyyuu gad of deebisu. Kanaaf gaafa sitti ho'ee akka of jajjuu wayii taatu sammuu kee keessa waa jirachuu isaa mirkaneeffadhu!

《2》Waan beektu hundumaa dubbachuun si irraa hin eegamu ta'a, waan dubbattu beekun garuu dirqama kee dha.


#Galmadhugaa

https://www.tg-me.com/joinchat-SzrzXBiDiku9bKzH
GORSA 14FFAA

《1》Nama haasaa keetif gatii hin kennine jalaa cal jechuun deebii sirriidha. Kanaaf nama yeroo baay'ee haasaa keetiin barsiisuf dhamaatee garuu haasaan kee bu'aa buusuu dide, al takka takka immoo callisuun kee isa barsiisa waan ta'eef calluma jedhii usi!

#Galmadhugaa

https://www.tg-me.com/joinchat-SzrzXBiDiku9bKzH
Ofii kan kee yaada qabduun of madaali; Nama immoo gocha isaatiin madaali.:- Stephen Covey
_________________
🖋️@Jechamoota🖊️
https://www.tg-me.com/joinchat-SzrzXBiDiku9bKzH
Bishaan xiqqoo Ho'isanii cuunfaa loomii waliin dhuguun;
1.dandeetti dhukkuba ofirraa ittisuu qaama keenyaa ni dabala
2.Ulfaatina qaamaa garmalee ni hir'isa
3.dhukkubii qoonqoo ykn dhukkubbii toonsiliif hir'isuuf gaariidha
4.vaayirasii ujummoo qilleensa keenya miidhan nurraa lola.
5.dhiphina hir'isa
6.Sammuu keenya si'eessa
7.nyaata nuti nyaanne akka bullaa'uu godha
8.gogiinsa garaa ni ittisa!.

Fayyaa hin dhabinaa 💛
Gama youtube nu hordofuuf👇
Dr Nafyad Getu!
●❯─ Democracy is not government, democracy is not political party, rather it is all about independent institutions and systems like that fires Trump and gave power to Biden.

●❯─ Deemokraasiin dhaabbataa fi sirna siyaasa irraa of danda'ee siyaasa hoogganu malee kan siyaasan hoogganamu miti!!!
─ Joe Biden
GORSA 16FFAA

《1》 Yoomillee sababbii namoota hamootaatiif jettee nama gaarii ta'uu kee hin dhiisin. Jal'oonni yeroo dhaaf malee suma isa gaarii hojjatu kanatu boru ol ka'ee dagaagee mul'ata.

《2》 Waa'ee wanta hin beekne tokkoo dhaga'uu dhaaf malee haasa'u dhaaf hin ariifatin!

#Galmadhugaa

https://www.tg-me.com/joinchat-SzrzXBiDiku9bKzH
2024/10/01 07:24:41
Back to Top
HTML Embed Code: