Telegram Web Link
Have you checked out Ask Anything Ethiopia yet? It's Ethiopia's first question and answer platform, where you can get answers to your biggest questions from thousands of people! You can join using the link below:

Liinkii armaan gadii kana tuquudhaan Join channel godhaa ergasii nama afeeruudhaan badhaafamaa! Kuni isa dhugaati


https://www.tg-me.com/ask_anything_ethiopia_bot?start=i1383882891
—————————————————————
👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍
JECHOOTA HAYYOOTAA
▬▬▬▬▬▬▬▬
"Beekumsi kennaa uumamaa si jalaa hin hatamneedha."
— Albart Staayin

"Hiyyummaan hiyyuuma caalu hiyyummaa sammuuti."
— Sooqiraxas

"Hanga lubbuun jirtutti waan gaarii hojjedhu!"
— Abrahaam Linkan

"Yeroo dabarsuurra guyyaa beellamaa dabarsuu wayya!"
— Abrahaam Linkan

"Beekaa jedhamuuf barumsa keessa darbuu osoo hin taane baruumsi si keessa darbuu qaba."
— Abrahaam Linkan

"Sammuun qullaa ta'uu irra kiisiin qullaa ta'uu wayya."
— Sheekispiir

"Boru kaleessaaf karoorfachuu hin dandeessu."
— Edmand Bark

"Yeroo hunda tarkaanfii tokko yoo yaaddu qormaanni gufuun miilla kee irratti ni mul'ata."
— Antoon Cheevak

"Nama irra yaaduf yaali! Garuu namarra beekadha ofiin hin jedhin!"
— Wiiliyaam Jaamsi

"Horii kee waan barbaaddetti jijjiiruu dandeessa! Biyya kee garuu hin dandeessu."
— Joon F. Keneediin

"Bareedinni sammuudhaa umurii wajjiin dabalaa yoo adeemu kan bifaa immoo hir'achaa deema."
— Joon F. Keneediin

"Humna agarsiiftuu ol qabaadhu! Hamma beektu dubbadhu!"
— W. Sheekispiir

➦ Gαℓαтσσмαα!!!
Υєʀσσ Gααʀιι


sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ​
@jechootahayyoota
@jechootahayyoota
🔺ᴊᴏɪɴ🔺
Waamicha fireeshotaa ilaalchisee

▫️Dabra_taaboor waxabajjii 26_30


▫️Gondar waxabajjii 23_24


▫️samaraa waxabajjii 26_29

▫️walaayittaa_soddoo waxabajjii 26_30

▫️walloo waxabajjii 28_29

▫️Dabra_birehaan waxabajjii 25

▫️Asoosaa waxabajjii 26_30


FINFINEEE UNVERSITY waxabajjii 01 fi 02 karaa intarneetitin akka galmooftan isin hubachiifnaa.

@OROMOTOO
@OROMOTOO
@OROMOTOO
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
☞︎︎︎"Beekaamuuf Osoo hin taanee beekaa Ta'uudhaaf hojjadhuu"
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
@Jechootahayyoota
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
☞︎︎︎"Amma hin dhaabbannetti tirachaa deemaa jirta taanan iddoo yaadde inuma geessa. Kanaaf dhaabbachuu irra tirachuun ni caala."
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
@Jechootahayyoota
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
#saykolojiin_akka_jeutti

💁Namoonni aaqilli (qaruuxeen) gonkumaa aaqila (qaruuxee) akka tahan hin fudhatan

@jechootahayyoota
#🙆Rakkoo_hirribaa;

.Fedhii nyaataa dhabuu;
Mallattooleen jeeqama amalaa guddaa kandabalatu:
•Salphaadhumatti dallansuu agarsisuu;
.Namoonni akkasii yeroo hedduu arifatanii waan dubbataniif haasaa waliin maku;
.Dubbii dubbatan utuu irratti hin yaadin yaadalaachuu[impulsiveness];

🙅.Akka waan nama hedduu barbadamaa ta’etti ykn humna guddaa qabuutti of-lakkaa’uu;
Dabalataan namni miidhaa jeequmsa sammuu jecha biraan[bipolardisorder]jedhamuu qabu
rakkina yaada waliin makuu[psychosis]qabaachuu danda’a.
[PSYCHOSIS]:Rakkoon akkasii nama tokko mudateera kan jedhamu yeroo namni tokko waan
qabatamaa ta’uu qabu[reality]fi waan jabaa[fantasy]ta’e addaan qoodu dadhabuudha.

#💁5.DHUKKUBA_SAMMUU[Schizophrenia]

itti fufa......
Namoota Namootatti Fayyadaman!

▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
☞︎︎︎ Namootni kun xiyyeeffannaan isaanii maluma kamiinuu namarra aanuu fi faayidaa dhuunfaa isaanii adamsuu dha.
☞︎︎︎ Namootni kunis waan adamsan kana argachuuf (adda baasuuf) bakka dadhabina namaa arguu qabu.
☞︎︎︎ Of-jaallattota kanaarraa of eeguun barbaachisaa dha. Wajjin hojjeechuun illee dirqama yoo ta'e utuu walitti dhufeenya hojii ofii hin balleessein meeshaa namoota kanaa utuu hin ta'in itti fufuuf qabxiileen armaan gadii kun nama gargaaru.

☟︎︎︎☟︎︎︎☟︎︎︎☟︎︎︎☟︎︎︎☟︎︎︎☟︎︎︎☟︎︎︎☟︎︎︎☟︎︎︎☟︎︎︎☟︎︎︎☟︎︎︎☟︎︎︎

➪Hariiroo nama sanaa wajjin qaban keessaa isa kamtu akka barbaachisaa ta'e sirriitti itti yaaduu fi beekuu. Sana booda hariiroo 'barbaachisaa ta'e' sana qofa irratti xiyyeeffachuu dha.

➪ Walitti dhufeenya nama sana waliiniitti daangaa fi sarara barbaachisaa itti godhuu fi daangaa sana walitti fufiinsaan kabachiisuu dha.

➪ Mirga ofii sirriitti beekuu fi hojii irra oolchuu, mirga tole ykn lakki jechuu utuu hin sharafin raawwachuu dha. Akkasumas, qoosaa nama xiqqeessu gaafa namatti darbatamu dhaabsisuu (akka dhaabu ifaan itti himuu) danda'uu.

➪ Gaabbii hir'suu - mala isaan ittiin waan namni hin feene ittiin nama gochisiisan keessaa tokko aarii ykn mufii sobaatiin gaabbii namatti uumuu dha. Kanaaf aariii ykn mufii nama sanaa "badii kooti" jedhanii ofitti fudhachuu dhiisuun fala. Haga miidhaa irraan hin ga'initti, miira nama tokkoof kan biraan gaafatmuu hin danda'u. Akkasumas, maal naan jedhuu baay'isuu irraa of qusachuunis barbaachisa. Waanta namni siin jedhu ati bocuu hin dandeessu waan ta'eef.

➪ Gaafa waa murteessuuf gaafatamtu yeroo ga'aan akka siif laatamu gaafadhu. Sarduun murtii dabaa simurteessisuun mala isaanii keessa tokko waan ta'eef.

➪ Al tokko tokko sitti fayyadamuuf yaalaa jiraachuu isaanii irratti baruukee malaan itti himuun illee barbaachisaa dha.

FAYYAA SAMMUU MALEE FAYYAAN HIN JIRU.
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Usmee akkas hin janneetii shamarran keenya kun wanta miilatti kaayyatan kana hiikkaa isaa ni beekhan moo akkanumatti naqatanii ya'aniin??
#Sanuu ammafaa ganda guutuutu uffatuu eegalemoo maali waan saa? Nama baayyeerrattiin arkaa🤔
#Wanti kun hedduu biyya faranjii keeysatti uffatama.
#Miila mirgaatti uffachuufii miila bitaatti uffachuun hiikaa adda addaati qaba. #Quba miilaatti uffachuuniis hiikkaa mataa isaati qaba. Ati maaliif jacha uffatte??👎.....!
🙈Hin uffatin dhugaan siin ja'aatii🙏
#Silaa waan inni tahe siif himee hanga amma uffatteehuu ni sheenoytaa😢

🙊Way joollee baraa wahuma agartee dhageeyse cufaan boonuu feetaa waan si salphisullee yoo tahe¿¿¿¿
Have you checked out Ask Anything Ethiopia yet? It's Ethiopia's first question and answer platform, where you can get answers to your biggest questions from thousands of people! You can join using the link below:

Liinkii armaan gadii kana tuquudhaan Join channel godhaa ergasii nama afeeruudhaan badhaafamaa! Kuni isa dhugaati


https://www.tg-me.com/ask_anything_ethiopia_bot?start=i1383882891
—————————————————————
👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
WALALOO Lataa Qana'ii Durii kanaan bashannanaa.

Ittiin bohaaraa, erga isammoo hojiirraa oolchaa

#Dilbataa bareedduu qabadha.

#join /
👇
@jechootahayyoota
@jechootahayyoota

"Dubbisuun ogummaadha"
Mannii murtii itti harree himatan hin jiru


Yeroo tokko Albert Inistaayin Magaalaa keessa osoo deemu Gurbaan durriyyeen tokko duuba isan dhufee dhiite. Alberti ofuma irra
mil'atee ilaale dhiise deemsa isaa itti fufe. Ammas xinnoo turee gurbaan duubuma deeme dhiite,yeroo lamaffaaf. Albert ammas ilaaletuma deemsa isaa itti fufe. Gurbaan duubuma deeme yeroo 3ffaaf
yoo dhiitu,namoonni naannoo san jiran arganii Albertin akkana jedhan "sila abboo ati gurbaa si dhiitu yookii seeraan hin himattu? yookii immoo ofirraa hin rukuttuu"jedhaniin.
Albert maal jedhe beekta? Ofirraa dhoorkufi ani yeroo hin qabu,seeraatti himachuufi
manni harree itti himatan hin jiru,namni nama hin dhiitu harreedha kan nama dhiitu jedheetuma deemsa isaa itti fufe!

#Laali_fira_koo; namni kaayyoo qabu waan karaa irratti isaa qunnamuu hundumaaf deebii kennaa hin deemu. Namoota ilaalcha harrummaa fi ilaalcha negetive siif qaban irraa fagaadhu. Kaayyoof galmaa gahuuf baate hamma geessutti duuba kee hin mildhatiin.

Join and share
@jechootahayyoota
@jechootahayyoota
@jechootahayyoota
Karaalee Milkaa'inaa (Ways of Success)
▬▬▬▬▬▬▬▬
➊. Ofitti amanamummaa!
➋. Kaayyoo qabaachuu!
➌. Fuulduratti tarkaanfachuu!
➍. Tarkaanfii fudhachuu!
➎. Namoota biroo jajjabeessuu!
➏. Itti gaafatamummaa fudhachuu!
➐. Hojiitti amanuu!
➑. Obsa qabaachuu!
➒. Yeroo ofiitti fayyadamuu!
➓. Haala rakkisaa mijeessuu!

sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ​

@Jechootahayyoota

@Jechootahayyoota

🔺ᴊᴏɪɴ🔺
100% dhugaadha ittii fayyadamaa!!!

Kottaa wanta haarawa kana itti fayyadamaa💯💯☑️
Ilaaleen jira dhugaa taanan isiniif qoode.

Telegramiin qofa fayyadamuudhaan guyyaa 1 tti kaardii 5_100 karaa ittiin argachuu dandeessan dhibbaa dhibbatti dhugaadha itti amanaa hoojjedhaa. tartiiba armaan gadii seeraan hordofaa.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
1. Jalqaba irratti
Liinkii kana tuqxu 👇👇👇👇

https://www.tg-me.com/ask_anything_ethiopia_bot?start=i1130202262

2. Start isa jedhu erga tuqxanii booda
3. JOIN CHANNEL kan jedhu xuqxanii join goota ifduuba deebita.Inni kun dhirqama.
4. If booda deebitee
afaan English kan jedhuuf amharic kan jedhu keessaa kan barbaaddan filattu.

6. sana booda INVITE kan jedhu tuquudhaan liinkii isiniif dhufu namaaf share gootu.
gaafa namni 1 linkii keessaniin seenee join godhe 1 birr isiniiif kenna.

Kaardii Mobile isiniif erga lakkoobsa isiniif mullatu fuutanii mobaayila keessanitti guutachuu dandeessu.

https://www.tg-me.com/ask_anything_ethiopia_bot?start=i1130202262
FAAYIDAA LOOZII ykn LAWUZII
__[dr heeraan]
➸ Walqunnamtii saalaa keessatti sanyiin kormaa ykn miiyoon akka baayyatuuf ni fayyada.

➸ Dawaa dhukkuba kaleeti. Keessattuu, nama kaleen isaa xiqqaate ykn suntuuref faayidaa guddaa qaba.

➸ Qaama namaaf dhiiga bareedaa ykn qulqulluu maddisiisa. Akkasumas furdina qaamaaf ni fayyada
[dr heeraan]
➸ Gubaa fincaanii ni qabbaneessa.

➸ Nama tiruu dhukkubsatuuf ni fayyada.

➸ Namni sodaatu akka hin sodaanneef ni gargaara ykn ni onnachiisa.

➸ Mataa dhukkubii nutti wayyeessa

➸ Dhukkuba utaalloo nurraa balleessuuf ni fayyada.

➸ Dubartiidhaaf aannaan harmaa akka baayyinaan ba'u taasisa.

➸ Raammoo garaa ni dhabamsiisa.

➸ Dhukkuba kaanserii fi golfaa nama irraa ittisa.

➸ Agartuu fi qaroo ija keenyaaf ni fayyada.
[dr heeraan]
➸ Sammuu namaa jabeessuuf ni fayyada.

➸ Dhukkuba qorraa nurraa ittisa.

➸ Fayyuummaa Gadaamessaaf ni fayyada.

➸ Dhiigni qaama keessaa bifa gaariin akka dalaguuf ni gargaara.

➸ Dhukkuba dugdaaf dawaadha.
Namni karoora cimaa karoorsee karoora isaa san hojii irra hin oolchineefii namni karoora hin qabne tokkuma.
♡Karoorsuun qofti bu'aa hin qabu. Karoora karoorsiteef waan sirra eeggamu cufa yeroo isaarratti aarsaa sirraa eegamu bahiitii hojiirra oolchi.

💔Kana godhuu baannaan umrii harka namaa mudachuu hin qabnetti harka namaa mudatta, yeroo ergachuu qabdutti ergamta, yeroo hogganuu qabdutti hogganamta, iddoo kabajamuu qabdutti xiqqeeyfamta. Odoo akka gandaa gaarii uffattee, nyaattee, dhuuydee gammaduu feetuuti hamilee qofaan odoo humaa hin dhugoomsin, oduma ka gandaa ilaalaa dharraatuu jireenya kee raawwattee addunyaa irraa deemta beeki.

❤️Karoorsi karoora kees hojiin miidheeysi. Nama tahuu barbaannaan karoora keef amanamaa tahi !


##Share_share godhaa saahiban kessanif.

@JECHOOTAHAYYOOTA
@JECHOOTAHAYYOOTA
JECHOOTA HAYYOOTA
Photo
Jechoota Jaalala 1ffaa..

Ati anaaf jiraachuukof jajjabina naaf taatetta, yeroo tokko tokko akkasan jedha" utuu ati hin jirtuu ta'eeti enyuunan jalladhan ture?" Jedheen of gaafadha, sababni isaa namni akkake gaarin wantaa barbaadamee argamu tasuma natti hin fakkatu.

.♥️ By @Abdetuor
Yaadaf yoo qabaatan👉 @Abdetuor


@JECHOOTAHAYYOOTA
@JECHOOTAHAYYOOTA
2024/09/30 13:23:51
Back to Top
HTML Embed Code: