Telegram Web Link
.

Ganamaa fi galgala
Siif bilbiluu dhabuun koo
Osoo guyyaan hin dhumin
Siif barreessuu ooluun koo
Si irraanfachuu koo miti
Tanuma naa qabadhuu
Waanin si amanuufi
Akkasitti naaf hubadhuu!
~
Hubattuukoo
.
.❤️
.
Qophii jaalala irrattii yaada yoo qabaatan 👉 @Abdetuor irratti Nuuf Eergaa!!
.
.
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
.
Jalala jechuun Lafa irra dhaabatani akka Urjii waaqarratti ilaalaniti,
Ati fagoo irra dhaabatte akkasumas dukkana kessaa dhaabatte ilaalta garuu bareediinni Urjii yomiillee fokkise hin beeku,
Jalallis akkasi ati hiyyessas ta'ii, nama gabaabas ta'ii yookis dhukkubsata, ati akkasi jedhee hojii isaa hin dhisuu onnee nama hundumaa kessaa seene akka Urjii bareedina namaf Kenna.
.
.


Mudannoo Jaalalaa keessan
@Abdetuor Irratti nuuf ergaa.
________________________
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
Boontus booni malee
dhugaasaan dubbadha
Akka biiftuu barii
hedduun si jaaladha
~

By... @Abdetuor

@Jechootahayyoota
Si'i
~
Dhamdhama jireenyaa
si'i kan mi'eessuu
Bu'aa ba'ii baraa
si'i kan mijeessuu
Cinqiii dhiphuu karaa
si'i kan xiqqeessuu
Dheedhina jabanaa
si'i kan bilcheessuu
Mootii onnee kiyyaa
homaan sin qixxeessu
~
By @Abdetuor

@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota

Yaadaf 👉 @Abdetuor
"Ejjennaa tolfatan darbatanii fageessu." Oromootu jedhe.

👉Amma lafa kanarra jirtutti dhiibbaa karaa garaa garaa sitti dhufu hambisuu hin dandeessu. Garuu dhiibbaan dhiibbamtee dhidhimuu irraa of hambisuun harkakee keessa jira. Innis ejjennoo cimaa haalotaafi namootaan hin raafamne qabaachuudha.
👉Dambalii galaanaa hambisuu hin dandeessu. Garuu dooniikee iddoo itti ooftuufi akka itti ooftu beeknaan ce'uunkee beekkamaadha.
👉Qilleensi muka akka hin raasne dhorkuu hin dandeessu. Muka ati dhaabde akka hin jiksine gochuu ni dandeessa. Innis hundee isaa gadi fageessuun dhaabuudhaani.
👉Namni waa'ee kee gaaris ta'ee badaa akka yaaduus ta'ee, hin yaadne dhorkuu hin dandeessu. Garuu waa'ee kee ilaalcha sirrii qabaachuuf ati mataakee abboomuu ni dandeessa. Kan si milkeessu akka ati itti of ilaaltu malee akka namni biraa itti si ilaalu miti.
👉Wantoota gadhee naannookee marsan caalaa ejjennoo sirrii ati jireenya keetiif qabdutu milkaa'ina keetiif utubaadha.

👉Haalotaafi wantoota ilaaltee ejjennoo kee hin sharafin! Osuma dambaliin nama raasuu danda'u jiruu deemsakee itti fufi!

Oolmaa gaarii!🙏

Join 👉@Jechootahayyoota
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
☞︎︎︎"Sagaleen kee gurra adunyaa tana biratti dhageettii qaba ta'a. Isaan warra iyyi isaanii dhageettii dhabeef, Isaan caalaa iyyitee utuu hin taane qixa isaanii iyyii sagalee ta'iif."
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
@Jechootahayyoota
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
☞︎︎︎"Xiyya gaafa darbatan akka inni fagoo deemuf sirriitti duubatti harkisaniitu gadi dhiisu. Atis akkuma kana haalli keessa jirtu gaafa duubatti si harkisu fageessee fuulduratti si darbachuufi waan ta'eef jabaadhu kaayyoo kee irratti xiyyeeffadhu!"
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
@Jechootahayyoota
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
100% dhugaadha ittii fayyadamaa!!!

Kottaa wanta haarawa kana itti fayyadamaa💯💯☑️
Ilaaleen jira dhugaa taanan isiniif qoode.

Telegramiin qofa fayyadamuudhaan guyyaa 1 tti kaardii 5_100 karaa ittiin argachuu dandeessan dhibbaa dhibbatti dhugaadha itti amanaa hoojjedhaa. tartiiba armaan gadii seeraan hordofaa.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
1. Jalqaba irratti
Liinkii kana tuqxu 👇👇👇👇

https://www.tg-me.com/ask_anything_ethiopia_bot?start=i1130202262

2. Start isa jedhu erga tuqxanii booda
3. JOIN CHANNEL kan jedhu xuqxanii join goota ifduuba deebita.Inni kun dhirqama.
4. If booda deebitee
afaan English kan jedhuuf amharic kan jedhu keessaa kan barbaaddan filattu.

6. sana booda INVITE kan jedhu tuquudhaan liinkii isiniif dhufu namaaf share gootu.
gaafa namni 1 linkii keessaniin seenee join godhe 1 birr isiniiif kenna.

Kaardii Mobile isiniif erga lakkoobsa isiniif mullatu fuutanii mobaayila keessanitti guutachuu dandeessu.

https://www.tg-me.com/ask_anything_ethiopia_bot?start=i1130202262
Akka durii fii harka xuriitti hin hafan!
Dhugumaan yoo jiruu kee jijjiiru feete dura sammuu kee jijjiiruuf hayamama ta'i
Yeroo seeqqattu ifaan fuula keetii, yeroo na ilaaltu qaroo ija teetii, kofla keetis daran mi'aan sagalee tee. Akkam jedhee haa ibsuu?
Miira onnee koo ilaaleen akka itti siif ibsu dhabnaan jechoota tarree galanii jiran kana siif qopheesse.

'Utuu mukkeen marti
Qalamaaf qoramee
Bishaan bahaar guutuun
Dibeetaaf dhuubamee
Fuula samii irratti
Namni hundi barreessee
Hin fixu danda'ee
Bareeda kee ibsee!'
.
.❤️ I love you.

Yaadaf👉 @Abdetuor qunnama.
~~
@Jechootahayyoota
Milkiin kopaatti suuta sitti dhufti.
Kufaatin ammoo karaa gubbatti nama keessatti si kabalti.

Jiruutu tana.

Yaadaf👉 @Abdetuor qunnama.

@jechootahayyoota
@jechootahayyoota
Jaalalli gaafa wantoota duraan boonyuufitti kolfuu jalqabne dhuma.!


Yaadaf👉 @Abdetuor
:¨·.·¨: ❤️
 `·. @JECHOOTAHAYYOOTA
Qaala'iinsi jireenyaa haaluma kanaan itti fufnaan jechi "Biyyee Nyaadhu!" jedhu affeerraa malee arraba hin ta'u.


Yaadaf👉 @Abdetuor

Share share godhudhaan nu cinaa dhaabadha!!
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
Ati kan injifachuu dandeessu yoo Sammuunkee miirakee ol tahe qofa!. Miirakeef namaan osoo hin taane sammuukeen hoogganami.
Yoo miirikeefi namni si hooggane:-
-Ofitti amanamummaa hin qabdu
-Yoo namni baay'ee si faarsuun ol si kaase gammaddee, yoo namni gadi si buuse gaddita.
-Yeroo hunda waanuma ati gootu namni hundinuu akka godhan hawwita.
-Galmakee xumuraaf milkaa'ina bira ga'uu hin dandeessu!
-Ofiikees namoota naannookee jiranis rakkoo keessa galchita.
“We must accept finite disappointment, but never lose infinite hope.” – Martin Luther King, Jr.
Iddoo nagaa olaa!
FAAYIDAALEE ZINJIBILAA/GINGER
Keemikaalli "Gingerol" jedhamu kan Jinjibila keessatti argamu, faayidaalee armaan gadii nuuf kenna:
- Feedhii (appetite) nyaataa nuuf dabala.
- Balaqqama (balaqqama konkolaataa keessaa dabalatee) nurraa ittisa.
- Dhukkuubbii marsaa laguu ni hir'isa
- Nyaati garaa keessaa daakamuu dhabuu (indigestion) nurraa eega.
- Vaayiresii qufaa dadhabsiisuun fooyyee nuu kenna.
- Dhukkubbii maashaa keenyaa erga ispoortii hojjannee booda nutti dhufu hir'isa.
- Dhukkuba kulkulfannaa buusaa fi lafee (Ostheoarthritis) jedhamu dhukkubbii isaa xiqqeessa.
- Sukkaara qaama keenya keessaa gadi buusuun dhukkuboota karaa sana dhufan nurraa dhorka.
Barattoota haaraa saayinsii Uumamaatiin Yuuniversitii Ambootti Ramdatan maraaf

Fresh man course for frist semester!!
1.critical thinking/logic
2.physics
3.Mathematics
4.Anthropology
5.Communicative English skill 1
6.Geography
7.physical Fitness

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
📡CHAANALII📡
T.me/jechootahayyoota
#Saykolojiiin_akka_jeutti

💁Cinqiin yeroo baayyee kan maddu sababa humnaa ol yaaduutiin, yeroo humnaa ol yaadnu Sammuun teenya rakkinoota hin jirre hedduu waan uumuuf.

@jechootahayyoota
#Saykolojiiin_akka_jeutti

💁Kaardii moofaa qabattee addunyaa haarawatti gahuu (makamuu) hin dandeessu.:- Albert Einstein

@jechootahayyoota
2024/09/30 11:28:02
Back to Top
HTML Embed Code: