Telegram Web Link
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
☞︎︎︎"Nama gaarii yaaduuf gaarii hojjatu yoo taate namni ati dhabdu hin jiru. Garuu namni si dhabu immoo jira."

▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
@Jechootahayyoota
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
☞︎︎︎"Gaafa qabeenya argattu Uumaa kee yaadadhu! Qabeenyi hiyyummaa irraa malee du'a irraa si hin oolchu waan ta'eef."
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
@Jechootahayyoota
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
☞︎︎︎"Dandeetti kee kan agarsiisuu qabdu warra si dinqisifatanitti utuu hin taane warra si tuffatanitti haa ta'u!"
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
@Jechootahayyoota
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
☞︎︎︎"Saree yoo si ciniinte deebitee hin ciniintu. Akkuma kana namoota jal'ina si irratti yaadanis tuffadhuutii bira darbi! Isaan irra wayyaa'uu kee itti agarsiisi!"
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
@jechootahayyoota
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Beeksisa
Namni Chaanela Ykn Page Telegram Irraa Kan Miseensa 2000 Ol Qabu Bitattani Maqaa Keessanitti Ykn Maqaa Barbaadaniittis Ta'e Kan Amantiitti Jijjirachuu Yoo Barbaaddan Karaa @Abdetuor Nu Qunnamaa.
Gati Madaalawaan Isinif Qopheessina
@Abdetuor
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
☞︎︎︎"Jireenya mataa kee oofuu yoo hin dandeenye jireenya namaa irratti imalaa taata. kanaaf kan ormaa dhiisi kan kee gaggeeffadhu!"
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
@Jechootahayyoota
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
KANA BEETU LAATA?

Chaayinaa keessatti barattoonni qormaata irratti nama biraa irraa dalagan ykn dalaysiisan mana murtii dhiyaatanii hanga waggaa 7 hidhamuu danda'u....😱😱

@jechootahayyoota
@jechootahayyoota
KANA BEEKTU LAATA?


​​Biqiltuun dacheen qabdu keessaa, dhibbeentaan 85% bishaan garbaa(Ocean) keessatti akka argaman beektu laataa?!!!🙊🙊



@jechootahayyoota
@jechootahayyoota
Waan hundumaa amanuudhaaf hin ariifatiin,sababiin isaas sobni dhugaa irra ariifatee gurra si lixa waan ta'eef.

Imala daandii Milkii


@jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
☞︎︎︎𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐡𝐮𝐧𝐝𝐚 𝐖𝐚𝐚𝐧 𝐞𝐞𝐠𝐚𝐥𝐭𝐞 𝐭𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐛𝐚𝐤𝐤𝐚𝐚𝐧 𝐠𝐚𝐡𝐢 (𝐱𝐮𝐦𝐮𝐫𝐢)!!

☞︎︎︎𝐀𝐛𝐝𝐢𝐢 𝐡𝐢𝐧 𝐦𝐮𝐫𝐚𝐭𝐢𝐧 𝐖𝐚𝐧𝐭𝐢 𝐠𝐮𝐝𝐝𝐚𝐚𝐧 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐛𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐚𝐚.!!
#Saykolojiiin_akka_je'utti
Qilleensa fiixessatifi dhalaa kashlabbeen akka tokko.... Hoguu dhufan sijiisan..... Siqabbaneessan.... Lammada hoguu deeman mana keetifi makiina tee caqqanneesaniiti{barbadeessaniiti}

@Ãrííféé_ßøñá
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Of ta'uun jireenya fakkeessaa irraa si baraara!
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬

Gaaf tokko Arbaa fi Goondaatu waliin deema turani. Karaan isaanii dheeraa waan ta'eef; karaa bulaa deemu turani. Osuma deemanii bishaan guddaa tokkotti dhufani.Riqicha guddaa tokkorra osoo ce'anii riqichi akka malee socho'e. "Inuma sochoosne kaa!" Jette Goondaan. Kan tokko ajjeeseen kan mana oole geeraruun yeelaluudha.

☞︎︎︎ Fakkeessuus ta'ee akkeessuun amaloota dhukkuba of ta'uu dhabuuti. Of ta'uu dhabuun dhukkuba sammuu kee baattee osoo jirtuu,sammuu nama biroon akka hoogganamtu si garboomsa!
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
@oromotoo
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Forwarded from 🔊HARARGEE MEDIA
Watch "NEW QAMAR YUSUF 2021" on YouTube
https://youtu.be/Lbn8Yg1dBeY
Fayyaa keessaniif ganama ciree sirriitti nyaadhaa, laaqana giddu-galeessattiif irbaata immoo xiqqeessaa nyaadhaa
Nama dhaabbatu nama deemuutuu bira dabra❗️
"Na boodaa dhufeeti na dura dabraa?" Jattee komachuun fafa.
"Maafiin dhaabbadhe? Anaatuu firratti talisoomeef namni nan geenye na tare" jattee matuma kee komachuutu fala.

#Haalli duniyaa kamuu akkanuma. Nama taa'u laafaallee tahu namuma deemuutuu bira tara. Kanaaf kaleerraa arra, yoo lubbuun jiraatte arrarraas boru if fooyyeeysuuf ta'abi. Akkas yoo goote nama sin geenyeen caalamteeti sheenooyta odoo hin taane nama si caalu tarteeti gammaduuf jiraattaa👍


Maddi @OROMOTOO
@OROMOTOO
Wantoota Adduunyaarra Jiran Kam Irrayyuu Jaalalli Hundeedha. Tokkummaan, Bilisummaan, Nageenyi, Tasgabbiin, Guddinni, Qaroominni Fi ogummaan Kamiyyuu Yoo Jaalalaan wal Hin Makin Martuu Bishaan Tumuufi Gingilchuun Adda Hin Ba'u. Waan Kamiyyuu Dura Jaalala Qabaadhu.

#Galmadhugaa
ULFAA fi HIR'INA DHIIGAA!!!
*******************************
■ Wayita ulfaa fedhiin ykn barbaachisummaan ayireenii (elementii dhiiga hojjechuuf gargaaru) hedduu kan dabaluudha. Keessumaa ammoo mucaan garaa keessaa lakkuu (altokkotti mucaa lama) yoo ta’e ayireeniin hedduun waan barbaachisuuf carraan hir’ina dhiigaa qabaachuu haadhaa baay’ee olka’aadha.
■ Harmeen garaatti baattu tokko qaama lama waan soortuuf nyaata ga’aa fi maadalamaa yoo soorachuu dhabde namoota biroo hedduu caalaa dhibeen keessumaa kan hir’ina dhiigaa irra ga’u mala.
AMALOOTA NAMOOTA MILKAA'OO
FI
NAMOOTA HIN MILKOOFNEE !!!
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
❏ Dubbisuun #share Godhadhu!

sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ​
@OROMOTOO
@OROMOTOO
Jireenya keeysa jirtu jaaladhu; ykn jireenya jaalattuuf hojjadhu💪

💔Waa lama waliin jaalachuun hin tahu. "Jiruu gaariis niin jaaladha; harka maradhee taa'uus niin jaaladha" jachuun waan hin malle.

Dheebuu bahuuf bishaan dheebuu si baasu barbaadi. Hawwii qofaan dheebuun baha odoo jattuu dheebuun hin du'in.
Forwarded from Qerroo media
🙌WOW KABAJAMTOOTA HORDOFTOOTA KEENYA MAAL ARGACHUU BARBAADA?????????
🙏CHANNELI BARNOOTA ADDA ADDA IRRA ARGATU QABANNE DHUFNERRA MAARRE JOIN JOIN QOFA TUQA!!
👇👇👇👇👇👇👇👇👇🌲🌲👇👇
ITTI DABALUUDHAN WARREN CHANNELI KESSAN BEEKSIFACHU BARBAADAN GALMA KANA JOIN GODHA ISININ JENNA
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@ABDETUOR
🙏 @ABDETUOR 🙏
@ABDETUOR
👆👆👆👆👆👆👆👆👆
2024/09/30 17:25:16
Back to Top
HTML Embed Code: