Social media harayaa nama kheenyaa Milky buufatanii fayyadamuuf link as gadi khana fayadama.
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.theyoungbelievers.milki
))Yuuniversiti Al-Qaraawiyyiin.((
Yuuniversiitiin al qarawiyyin yuniversiitoota adunyaa khana irraa jiran kheeysa isa jalqaba hundeeyfamedha. Bara 859 ALA tti(ji'a ramadaana bara 245 akka lakkoofa hijraati) shamaree Faaxuma al Fihiriyi jedhamtuun biyya Morookoo magaala Fiizitti hundeeyfame.

Jaarmaynii  yuniversiiticha jalqaba masgiida ture. Tahuus booda jaarmaya manneen isaa dabaluun gara mana barnoota (madarasaa)tti ol guddisun barnoota amantaa barsiisuu jalqabe.
Itti aansudhanis gosoota barnoota adda adda khaneen akka Fayyaa(medicine), seerluuga afaani, loojikii, herregaa, astroonomi fi kkf barsiisuun gara yuniversiititti ol guddate.

Haala khanniinsa barnoota isaatin yuniversiitichi hawwatamummaa gudda haawasa islaama khutaale adunyaa iddoo garagara jiraatan biratti argate. Sababa khanan baratooni baay'een biyyoota Africa, Eeshiyaa, Awroopaa faa irra barnoota barbaacha gara isaa dhufuu itti fufan.

Baratooni iddoowwan adda adda irra gara yuniiversiiticha dhufaan heddumachu irra khan kha'een ulaaga ittin yuniiversiiticha galan bahuun baratoota yuniiversiiticha galan nama qur'aana qomatti hafazee, afaan arabaa dubbachu dandahu fi dandeeyti beekumsaa waligalan madaalamee dabrutti dangeeyfame.

Yuniiversiiticha irra namooni babeekamoon muslimaa fi muslimaa hin tahin heddun barataani eeybifamaa turan kheeysa ibnu Khaldun, ibnu Rushdi, ibnu Arabi, qeensicha gudda warra lixaa khan lakkofsa 1,2,3... warra awroopa barsiisee Gerbert of Aurillac (Pope Sylvester II),Dutchman Golius faan isaan hangafa.

Yuniiversiiticha faakaltii gargara 425 jalatti sirna halaqaa(baratooni bifa geengootin barsiisatti marsanii ta'un barachu)tiin barsiisaa ture. Akkasumaas hanga yeroo ammatti akkaata baruu barsiisuu isaa khan ganama halaqaa saniin barsiisaa jira.

Yuniiversiitichi UNESCO dhan yuniiversiiti iddoowwan seena qabeeyii adunyaa tanaati fi Guinness World Records dhan yuniversiiti jalqaba hundaa'e jedhamuun galmee seenaa adunyaa tana irrati barraahe jira.

Seenalee islaam tan  adda adda argachuuf fuula Seenaa Hayyoota islaama gara
πŸ‘‰Facebookatin https://m.facebook.com/SeenaaHayyootaIslamaa
Akkasumaas
πŸ‘‰Telegram'n https://www.tg-me.com/SeenaaHayyootaIslaama irrati nu hordofuu dandeeysan.
@SeenaaHayyootaIslaama
@SeenaaHayyootaIslaama

@SeenaaHayyootaIslaama
@SeenaaHayyootaIslaama
Live stream started
SALAATA
Gurbaa tokkootu sheekhatti dhaqee akkana jachuun sheekha gaafii gaafate. πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

Gurbaa:- salaata yoom ha jalqabu yaa sheekha.
Sheeka:- yeroo du'uuf guyyaan tokko siif hafu
Gurbaa:- guyyaan du'u hin beekhu yaa sheekha
Sheekha:- akkas taanaan salaataatuma eegi.
πŸ‘‰Atiis Guyyaa duutu hin beeytu salaatatuma eegi.

@SeenaaHayyootaIslaama
@SeenaaHayyootaIslaama

@SeenaaHayyootaIslaama
@SeenaaHayyootaIslaama

Gara Facebook'tiin nu hordofuuf link as gadi khana fayyadama.πŸ‘‡
https://m.facebook.com/SeenaaHayyootaIslamaa
Digrii barnoota fayyaa (medical degri) bara 1207tti khannamee adduunyaa irrati umrii dheeraa qabuu akkasumaas hanga ammatti mana khitaaba yuniversiiti al qaraawiyyin kheeysatti argamu.
                                       **          **
World's oldest surviving Medical degri issued in 1207 from al qarawiyin University.

@SeenaaHayyootaIslaama
@SeenaaHayyootaIslaama

@SeenaaHayyootaIslaama
@SeenaaHayyootaIslaama

Gara Facebook'tiin nu hordofuuf link as gadi khana fayyadama.πŸ‘‡
https://m.facebook.com/SeenaaHayyootaIslamaa
      πŸ•   TAJ MAHAL  πŸ•
Waa'ee Taj mahal khana beeytu..?
πŸ”ΉWantoota dinqisiiso hangafoota torban Aduunya. kheeysa tokko khan tahe fi biyya Hindiyaa magaala Agratti khan arkamu Taj Mahal bara 1631ti Sulxaana mootummaa Mughal khan tahe Shah Jahaniin yaadannoo haadha warra isaa Mumtaz Mahal tan dahumsa daa'ima isii khudha afraffaa irrati lubbuun isii dabarteef ijaarame. Bara 1983tiis UNESCO tti galmahe.
πŸ”ΉIjaarmaya isaa irrati hojjatoota nama khuma diigdami lama(22,000)fi Arbootaa khuma tokko(1000) tu irratti hirmaate.
πŸ”ΉOl dheerinni ijaarmaya isaa meetira 50 dheerata. Khalati afraan irrati minaaraa wal fakkaatuu fi wal qixa dheeratu tan fiiti 137 tahe qaba.

πŸ”ΉIjaarmayni isaa bar 1631 jalqabee bara 1643 ti khan xummurame yoomu  tahu,  Jaarmaynii dallawwan isaa wagga shan booda bara 1648tti xummuramee raawate.
πŸ”ΉKheeyso isaati qabrii mootichaafi mootiiti dabalate masgiida yeroo takkatii nama 500-600 salaachisuu dandahu,  fi idoo kheeysumaa itti simatamuu tan adda adda of kheeysa qaba.
πŸ”ΉKheeysoo masgiida dabalate hulaaleen isaa maqaale rabbiiti fi aayatoota qur'aanatin miidhagfamanii ijaaraman.
πŸ”ΉIjaarmaya isaatif maallaqa rubii Hindiyaa mil soddomii lamaatu itti bahe.  Khana jachuun maallaqa yeroo ammaati yeroo jijjiiramu dollar Ameerikaa bil tokko ol taha jachuudha.

πŸ”ΉGuyyaa jummata Hundaa namoota muslimaa khan salaataf gara masgiidicha dhufaaniif ala namoota birootiif ni cufama.
πŸ”ΉTaj mahal waggaati namoota mil torbaa hanga sadeetiitu daawata ( guyyaatti namoota khumaa 20 oltu daawwata.)
πŸ”ΉAkkasumaas 1/3 ummata aduunya tana ijaanilee arguu baatan gurratti taj mahal ni beekhu ja'ame amanama.

πŸ‘‰Maddi:- khitaaba,  1001 inventions, Muslim heartag in our world  second edition. Fi Toora internet irraahi.
@SeenaaHayyootaIslaama
@SeenaaHayyootaIslaama
Forwarded from πŸ“” Ω…Ω„ΩŠΩˆΩ† ΩƒΨͺΩ€Ω€Ψ§Ψ¨ Ψ₯Ψ³Ω€Ω„Ψ§Ω…ΩŠ πŸ“š (Ψ§Ω„Ω€Ψ­Ω€Ψ³Ω€Ψ§Ψ¨ Ω…Ω€ΨΊΩ€Ω„Ω€Ω‚)
Channel name was changed to Β«Bahar IsmailΒ»
Ammiin yaa allaah
Mashaa Allaah
Live stream finished (834 days)
Yaa rabbi ummata falasxiiniif Nasrii fidi..
Yaa rahmaan rakkoo hamtuu tana kheeysa baasi
2024/06/26 00:05:05
Back to Top
HTML Embed Code: