Telegram Web Link
JOIN ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Ibsamtube
@Suhye_bi
Forwarded from Fermotivation
#HalkanGaarii
Baayyina qabeenya kee irraa kan kaโ€™e hammaa namoonni "Jawwee qallaba , sheeka gabbara " sin jedhanitti jabaadhu hojadhu!.

#fermotivation
#Saturday19Dec2020
Join fi share gochun maatii ijaaruu keessaa qooda fudhadhaa.

Applikeeshiina #Milkii play store irraa bufachuun itti boharaa
@fermotivation home of motivations โค
Akhii khiyya qaaliโค๏ธ

Rifeensa khee bareeda
Maf jala muratta
Waan amantiin si dhoorkituurra
Bareedina arkatta?
Lakkii aada warra dhihaa dhiisi
Booda ni rakkatta

Rifeensa mataa kheeti
Wal qixeeysi muradhu
Yoo magarsuu feetees
Guututti dhiifadhu
Faranjii osoon taane
Islaamatti laalladhu
Jireenya sahaabootaa
Fakkeenya goradhu

Jala khana muree
Gubbaarra magarsa
Haalli akkasii hama
Hedduu nama aarsa
Nama akkana yoo gartan
Suuta yaama gorsa
Waan haaramiin boonuun
Wallaahi abaarsa

Aada teeysan dhiiftanii
Tan namaa hin laalina
Osoo bareedina barbaaddanii
Seera rabbii cabsina

Mataa tuuttoo goote
Akka khormaa lukkuu
Dhanfoori si dheerate
Tahe hamma taakkuu
Gariin hujii hu godhate
Maraa bula halkuu

Lakki yaa akhii
Haala khe sirreeysi
Rifeensaas yeroo murattu
Hunda wal qixxeeysi
Sheeyxaana hin tahinii
Muslima if fakkeeysi๐Ÿ™

#JOIN_Share
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Suhye_bi
@Suhye_bi
Haalafi Amalli khee sihaa faarsuu Akhii/Ukhtii ๐Ÿ˜Š

JOIN ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Suhye_bi
@Suhye_bi
Guyyaa jaalallee khe ykn jaalallee te
Waliin bashannante guyyaa haalan
Si gammachiisu tahuu dandeya
Garuu guyyaa osoo rabbitti
Hin dilaawin oolte caalaa wanni
Nama gammachiisu hin jiru


Nama tokko uffata qaamaatiin
Osoon taane beekkumsa sammuutiin
Madaali

Hin hifatin wanni jalqabamte numa
Xumuramti

Ta dabarteef hin sheenawin hin deebitu
Ta dhuftuuf hin yaadawin ganaa bira hin geenye
Ta harkaa qabdu jabeeysi bu'aa si ni agartaa

Nama si gadii hin tuffatin
Nama si oliitiis ittin hinaafin

Hiyyumma yeroo ja'an qabeenya dhubuu
Qofa hin seehin
Hiyyummaan akka walaala hin jirtuu


Jabaa hunda jabduu booda jira
Warri dhiiraatiis me hubadhaa
Dhaabbadha shamarran kheenya bira

@Suhye_bi

JOIN_Shear
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
www.tg-me.com/Suhye_bi
Forwarded from Qerroo media
Jecha Hayyoota islaamaa.
๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ
โœฏ Isin kan uumamtaniif zalaalam taa'uudhaafi laakin as gubbaa zalaalm hin turtan,  biyya takkarraa biyya takkatti buqqaatan, dhandhama Du'aatiin.

๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ
โœฏ Tooftaalee Sheeyxaanni ilma namaa ilmii rabbii  irraa nama dhoowwuun  keessaa, Yoo beekan waan irraa gaafatamaniifii yoo hin beekin garuu waan rakkoo irraa nagaya bayan itti fakkeessa. Laakin akkasii miti beekuu dhabuunuu rakkoodha.

๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ
โœฏIlmi Aadam kun miskiina wahiiti, qabeenya adduniyaa yoo dalagu xiqqotti lakkaaya, dalaga aakiraa ammoo yoo dalagu xiqqootti hin lakkaayu, akka san caala hojjechuu qabu ni irraanfata
๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ
Haali yeroo ammaa
Hedduu nu yaachisa.
Namuutu irranfate
Seeraa diin isa
Khitaaba Rabbii
Qur'aana Hadiisaa.
Hojii duniyaatu
Namuutu yaadeeysa.
Fedhinna lubbuti
Kharaara numeeysa..2ร—

Join๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ Join๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@NesredinAbdi @NesredinAbdi
@NesredinAbdi @NesredinAbdi
Diin islaama kheenya
Tokkummaa lallaba
Jireenya hawwasaf
Hedduu Bu'aa qaba
Heera Rabbiin buuse
Bar Qur'aana qaba
Furmaata waa hunda
Khan hin qabne daba
Dimokraasi dhugaa
Muslimoota qaba..2ร—

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ join my channel๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@NesredinAbdi @NesredinAbdi
@NesredinAbdi @NesredinAbdi
INTERNEETA FI BIYYA CHAAYINAA.
Bara 2015 dura
))))))**((((((
* Bara 2015 tti Namooni biyya chaayyinatti Intarneeti fayyadaman ummata America harka lamaan walqixa.

Biyyatiitti Namoota mil 640 oltuu Interneti fayyadama.

*Biyyii chaayinaa iddoo yaala namoota haraaraa fayyadama interneeti(Internet addiction) qabanif qophaahe qabdi.

Namoota biyya chaayinaatti Internet fayyadaman harki 80% dargaggoota umrii 10-40 jidduuti.

Jiddu galeesaan biyya chaayinatti kaardii mobaayila itti fayyadama interneetiif guutamu ji'aan 800$ million (Qr. 42,400,000,000) yoomu tahu Secondii tokkotti ammoo $300 (Qr. 15,900) dha.
Use the link below and join my channel
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@NesredinAbdi
@NesredinAbdi
@NesredinAbdi
@NesredinAbdi
Forwarded from ๐—ž๐—ฎ๐˜†๐—ถ๐—™๐—น๐—ถ๐˜…
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from ๐—ž๐—ฎ๐˜†๐—ถ๐—™๐—น๐—ถ๐˜…
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from ๐—ž๐—ฎ๐˜†๐—ถ๐—™๐—น๐—ถ๐˜…
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
WAA'EE ONNEE ๐Ÿซ€๐Ÿซ€KHANA BEEYTUU...??
โœNesredin Abdi(Ibnu Islam)
Maddi:- toora Interneti ๐ŸŒ
1. Onneen ilma nama guyyatti yeroo 100,000 ol dhawatti.

2. Onneen nama ergaa qaama kheeysaa baasani boodalee yeroo muraasaf ni dhawatti ykn dhawachuu dandeeysi.

3. Dhiigni ๐Ÿฉธonneen waggaati raabsitu yoo walitti ida'an birkaa waldargoomi bishaan daakhi Olympicii tokko ni guuta. Birkaan waldargoomi Olympic tokko ammo bishaan litter 2,500,000 qabata.๐ŸŠโ€โ™‚๏ธ

4. Rakko onneen dhaabachu(heart attack) irraa caalatti khan galmaahu guyyaa ayyaana christmas, guyyaa isatti aanu (2nd day of christmas) fi guyyaa waggaa haaraya (New year) irratti jatti qorannoon takka.๐Ÿบ๐Ÿท

5. Biyya Amerikaatti dhukkuboota nama ajjeesuun sadarkaa duraa irra jiran kheeysa dhukkubni onne sad. 1ffaa irratti argama. Biyyatitti yoo xiqqaate waggaati namoota 647,000 oltuu sababa onneetin du'a.

6. Muuziqaan dhageeyfachuun dhahanna onnee yeroo takka ol khaasuun yeroo gariis gad buusun rakkolee dhibee onnee hedduuf sababa taha jira.๐Ÿ”‰๐ŸŽง

@NesredinAbdi
Facebook
WhatsApp
Instagram
Cufamuuu quba qabduu...?
Gaafa khana dhagayuu gaduu hin oolu irra caalan nama kheenya kheeysaafu warri araada(suusiif) jara fayyadamu.
Aniis Oduu Gamachiisaan isiinif qaba kha social media Milkii namu guraa qabdaniin seha isaatu gufuu guufaata malee hojachaa jiraa khotaa gama waan nama kheenya.

#LEAVE_FACEBOOK
#MILKI_IS_AVAILABILE
2024/06/29 12:28:09
Back to Top
HTML Embed Code: