Telegram Web Link
Niin hawwee  Isii argachuu
Dasiidha bar Gammachuu
Meeqa rakkatee Isii gonfachuuf
Hedduun ta'abee laalee arguuf
.
.
.
.
.
.
.
.
.
.
.
.
.
.
.
.
.
.
.
.
.
πŸ‘‰Yaa ❀JANNATA ❀ الجنة❀
Khan si argate waan himu waan qabu.

Yaa rabbii osoo nuti sin gaafatin 🌳ISLAMUMMAA🌳 nuuf khannite osoo si khadhannuu ❀JANNATA❀ nun agabsin.


🌻Ammiin 🌻




@Ibsamtube
@Ibsamtube
#Milky
Warri hin buufatin buufaadhaa.
Warri qabdan follow na godhaa histiin humaa isiiniif hin gootu.πŸ˜ƒ

Milky app BuufachufπŸ‘‡
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.t


@NesredinAbdi
@NesredinAbdi
@NesredinAbdi
Forwarded from UnityTube
As wr wb hordoftota fi jalatamtota kheenya qaqqaali me arra Chanaloota haalan nama hawwatan qabanne isinif dhihanne Marre isinis #JOIN_Sher gochuun iratti nuf hirmaadha galatoomaπŸ™ rabbif jacha isin jalanna❀️
Namni qur'aana barate araba gurraacha Osoo hin tahin, oromoo muslimaa taheeti.
πŸ‘‰Qubee afaan oromoo khaayee(qopheeyse)
πŸ‘‰Afaan oromoo afaan miidiyaa godheeti miidiyaa irra dabarsuu jalqabe.
πŸ‘‰Dhaaba oromoof qabsawaa turee hundeyse jalqaba oromummadhaaf qawwee dhukhaase.
πŸ‘‰Faaji alabaa bareedu san ummata kanaaf qopheyse.
πŸ‘‰Bifa walaloo fi sirbaatin hawasaa oromummaa isaa irrati khakhaase of barsiise.
πŸ‘‰Gabaabumaati Jireenyaa oromoo isaa hardhaatif sababa tahe.
Namni gaarin yeroo hunda gaari qofa nama biraa irraa arkaa.

Rabbin namoota gaggaarii irraa nuha godhu. guyyaanis guyyaa gaari isiinif ha tahu.πŸ™‚


@NesredinAbdi
@NesredinAbdi
πŸ‘‰ Hawwiin kee ol'aanaan,
πŸ‘‰ Mul'atni kee baldhaan,
πŸ‘‰ Galmii kee qajeelaan,
πŸ‘‰ Kaayyoon kee guddaan.
🌴  Jannatul-firdawsii🌴 ollaa -RASULAA-πŸ’š Salalahu Alayhi Wassalam tahuu qaba.

Join us  πŸ‘‰ fb.com/IbsamOfficial
Forwarded from ORO FEDERALISM UNION
╔╦╦╦═╦╗╔═╦═╦══╦═╗
β•‘β•‘β•‘β•‘β•©β•£β•šβ•£β•β•£β•‘β•‘β•‘β•‘β•‘β•©β•£
β•šβ•β•β•©β•β•©β•β•©β•β•©β•β•©β•©β•©β•©β•β•
πŸ‘‰The Best Channel On
Telegram ‼️

┏━━━━━━━━┓
🌷Seenaa Muslimoota Itoophiyaa. 🌹
┗━━━━━━━━┛

┏━━━━━━━━┓
🌹Seenaa Najjaashii🌹
┗━━━━━━━━┛

┏━━━━━━━━┓
🌹 Seenaa Imaamu Ahmad 🌹
┗━━━━━━━━┛

┏━━━━━━━━━┓
🌹 Walaloowwan 🌹
┗━━━━━━━━━┛


┏━━━━━━━━━━━┓
🌹 Odeeffannoo 🌹
┗━━━━━━━━━━━┛

┏━━━━━━━━━┓
🌹 Jechoota Hayyootaa 🌹
┗━━━━━━━━━┛

┏━━━━━━━━━━┓
🎁 Gaaffii fi deebii 🎁 🎁
┗━━━━━━━━━━┛
🌹.join
Islam_firstchannel
Channel name was changed to Β«πˆπ›π¬πšπ¦Β»
ODUU GAMMACHIISAA✨

AKKAADAAMII AFRIKAA

πŸ“²Biyyoota Addunyaa iddoo kamuu irraa tayuun Leenjii HordofaaπŸ€—

πŸ’‘Akkaadaamiin Afrikaa Sagantaa Leenjii Barnoota Diinii Afaan Oromootiin mata duree *"AZKAARAA FI DU'AA'II"* jedhuun Qopheessee yoo isinii dhiheessu Gammachuu Guddaatu itti dhagahama.πŸŽ‰

Murteelee Diin Islaamaa; Muslima hunda ilaallatu;
*[AZKAARAA FI DU'AA'II]*

Kitaaba "Qur'aana Qulqulluu Tafsiira Juz'iiwwan sadan boodaa" jedhu irraa

Kabajamoo SHEEK DR. JIBRIIL QAMARIIN kan isinii dhihaatu.

*Sagantaa Leenjii kana wanti adda isa godhu;*

πŸ’Έ Kafaltii malee leenjii bilisaa tayuu.

πŸ“† Sagantichi kan dabru Guyyoota 6 qofaaf tayuu.

πŸ“ƒ Leenjii yoo xumurtan ammoo Waraqaan Ragaa kan isiniif kennamu taya.

*Haalli Barumsichi itti dhihaatus;*

🧭 Guyyatti barumsa sa'aa 1 qofa.

⏳ Barumsa guyyarraa kennamuuf hubannoo keessan to'achuuf gaafileen yaalii ni dhihaatu.

πŸ“‰πŸŽ₯πŸŽ™οΈSaganticha yeroo barbaaddanitti bifa Viidiyootiin, akkasuma Bifa Sagaleetiifii bifa Barruutiinis ni argattu.

πŸŸ₯ Guyyaan Leenjiin itti Eegalamu;
Ji'a Jumaadil- Awwal 4, 1442 H
(Dec. 19, 2020) tti.

Foormii Galmee:

https://bit.ly/3mvMYta

Erga galmooftanii booda garee Akkadaamii Afrikaa Telegramiitti seenuu hin irraanfataniiπŸ‘‡πŸ½
πŸ“Ž
https://www.tg-me.com/Africa_Academy2

⏰Yeroo Qabdan irraa carraa sagantaa bareedaa kanaaf saamadhaa!
Fedha Rabbiitiin Barumsa murteessaa bifa salphaan barattanii mindaa guddaa Rabbirraa argattu!
πŸ”Hiriyoota keessanii fi namoota beeytanis itti affeeraa🌹
Aniis niin dandeya shamarree tahuus

Ati shamarreedha ja'ee
Laale ka na tuffatu
Aniis ni dandeya
Akkasitti ha hubatu

Dhiirti kobaa saatti
Yoom wa ifdandeya
Hirmaanna shamarraniitiin
Hundu galma geya

Yaa shamarre teenya
Me ifmansiisi
Waan ati taate
Dandeeytii tee garsiisi
Kan hin beeynees haa baruu
Cimina ke muldhisi
Gogowwaa si tuffatu
Me ifirraa hanbisi

Ani dhalaadha jattee
Hin cabsin hamilee
Dubartummaan dahabaa
Rabbiitu siif filee
Seena te yaadadhu
Waan hojjatte kalee
Nabii rabbii cinaa dhaabbatanii
Diin kanaaf tahan dagalee
Kanaaf ifin tuffatin
Yaa bisii bisile


Akkuma dhiira
Atiis karoora baafadhu
Waan lubbuu teetiif tolaa
Laaliti adda baafadhu
Isa lubbuu teetiif gaarii
Dursiiti filadhu
Himilee hin cabinii
Durratti tarkaanfadhu


Yaa warra dhiira
Shamarran hin tuffatina
Akka humaa hin dandeenyeetti
Isaan hin hubatina
Akkuma meesha manaatti
Hin laakkaawwatina
Isaan malee hin jiraattanii
Mee dogongorinaa
Jiruun waliin toltii
Dhaabbadha wal cinaa


Ya shamarran keenya
Me kha'aa dammaqaa
Nuti dhiira gadii
Sammuu kheeysa haqaa
Waan gaarii hojjannee
Haa toolfannuu maqaa
Kan an dhiira je'ee nu tuffatu
Waa namaamitii raqaa



Shamarran tuffatanii
Ifirra fageeysina
Jiruun waliin toltii
Firraan balleeysina
Yaada saanii itti dhihaadha hubadha
Halaala waree odeeysina
Taa'ii mariisisii
Hojii waliin gaggeeysina

Shamarran muslima
Hubadhu dahaba
Jireenya hawaasa
Isii harkaa qaba
Bu'uura bultii
Isiitu gadi dhaaba
Kan dubartii tuffatu
Isaatu dadhaba

Dhiira jajjabduu hunda
Dubra booda jira
Dandeenti sa qaofaan
Hin dheeyne achirra
Kanaaf shamarran kabaji
Ati yaa ilma dhiira
Isaanitti boonte
Hin tahin faqiira
Haateeti okhatti si guddise
Atiitu siqiira


#JOIN_Shear πŸ™
@Suhye_bi πŸ™
@Suhye_bi πŸ™
@Suhye_bi πŸ™
2024/07/01 16:00:51
Back to Top
HTML Embed Code: