Telegram Web Link
🚨Tapha Pireemiyeer Liigii Ingilaand torbee 6ffaa.

        75'

Niwukaastil 1-1 Maan Siitii
#Goordon 58'(p)   #Gaavaardiyool 35'

    🏟 St James' Park


Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Haaaaaalaaaand
Irra keessa baase
Daqiiqaan xumuramuuf 10 qofatu hafa
Looonĝ Istaaaàaaaaf
Xiqqoomaaf jalaa bahe
Jijjiirraa taphattootaa gama Maan Siitiin

Giriilish fi Liwis bahanii
Dookuu fi Saaviinihoo seenan
Rukuttaa adabbii Maan Siitiif
Fooden dhiituuf jedha
Itti hin fayyadamne
Kooovaaaachiich
Jalaa ala bahe
Daqiiqaa 86' irra gahaniiru
Siitiin goolii galchuuf dhiibbaa uumaa jiru
Daqiiqaa dabalataa +7 kennameera
Bernaaaaandooo
Oow jalaa baasan
90+4
Xumurameera
🚨Tapha Pireemiyeer Liigii Ingilaand torbee 6ffaa.

        Xumurameera

Niwukaastil 1-1 Maan Siitii
#Goordon 58'(p)      #Gaavaardiyool 35'

    🏟 St James' Park


Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii
2024/09/29 07:31:50
Back to Top
HTML Embed Code: