Telegram Web Link
Forwarded from Qualitymovbot
Akkam jirtu maatiin?

Chaanaalii kilaba guddicha kubbaa miilaa addunyaa kanaa Riyaal Maadriid afaan oromoon isiniif banneerra

Chaanaalii kana irratti:

▫️Seenaa hundeeffama Riyaal Madriid
▫️Seenaa taphattootaa Riyaal Madriid
▫️Tapha Riyaal Madriid kallattiin
▫️Odeeffannoo jijjiirraa taphattootaa fi.k.kf argachuu dandeessu.

Maarree maal eegdu ìsinis maatìi Chaanaalii keenyaa tahaa👇

@ORO_REAL_MADRID
Maan Siitiin taphoota liigii 5 walitti aansuun Roodrii fi Dibiruuyne malee injifachuu hin dandeenye.

1 walqixa
4 mo'aman.

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Taphoonnii saati 11 eegalufi
🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Taphoota Pirimer Liigii Ingilaand torbee 6ffaa.

Eegalaman'

Arsenaal 0-0 Leestar

Cheelsii 0-0 Biraayitan

Evertan 0-0 Kiristal Paalaas

Notingahaam 0-0 Fuulhaam

Birentiford 0-0 Westahaam

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Gooooooooool Bireentifoooord

Bireentiford 1-0 Westahaam
Saanchoon carraa gaarii argatee ture itti hin fayyadamne
Gooooooooooooool
Burqaa Ispoortii
Gooooooooooooool
Biraaaaayitaaaaaaaan
Burqaa Ispoortii
Biraaaaayitaaaaaaaan
Ruuteeeeer lakkofsise
🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Taphoota Pirimer Liigii Ingilaand torbee 6ffaa.

10'

Arsenaal 0-0 Leestar

Cheelsii 0-1 Biraayitan
Ruuter 6'

Evertan 0-0 Kiristal Paalaas

Notingahaam 0-0 Fuulhaam

Birentiford 1-0 Westahaam
Mubeemoo 1'

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Gooooooooooooool Paaaaalaaaaaaaaas

Evertan 0-1 Paalaas
Arsenaal sochii gaarii taasisaa jiru
Cheelsii fi Biraayitan gidduutti morkii cimaa taasifamaa jira
Ooooo Maartineeliin carraa gaarii argatee fashaleesse
Arsenaal har'a🔥🔥
Paaaaalmeeeeeeeeeer
Burqaa Ispoortii
Paaaaalmeeeeeeeeeer
Kubbaa akkamii fashaleesse siibilaa goolii jalaa deebise
Gooooooooooooool
Arsenaaaaaaaaaaaaaaaal
Burqaa Ispoortii
Arsenaaaaaaaaaaaaaaaal
Maaaartineeeeliiiiiiiii
2024/09/29 05:27:14
Back to Top
HTML Embed Code: