Telegram Web Link
Erik Teen Haag 🎙"Goolii dabalataa galchuu qabna. Rakkoon keenya goolii galchuu qofadha. Garee hunda keessatti taphattoota goolii galchuu danda'an qabna, garuu dadhabbiin keenya xumuruu irrattidha."

Rakkoon Maanchistar Yuunaayitid goolii galchuu qofa isinitti fakkaataa ?

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Baga Ayyaana Masqalaa Geessan!

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
⚽️Taphoota Piriimeer Liigii Inglaand torbee kana.

💠Sambata

08:30 🔰 Niwkastil Manchister Siitii waliin
11:00 🔰 Arsenaal Leester Siitii waliin
11:00 🔰 Bireentfoord Westhaam waliin
11:00 🔰 Cheelsii Biraayteen waliin
11:00 🔰 Everteen Kiristaal Paalas waliin
11:00 🔰 Nootinghaam Fulhaam waliin
01:30 🔰 Wolviis Livarpuul waliin

💠Dilbata
10:00 🔰 Iswiich Astonvilaa waliin
12:30 🔰 Maan Yunaayitid Tootenhaam waliin

💠Wiixata
04:00 🔰 Bornmaawuz Saawuzhampiten waliin

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
✔️Iskoot Maktoominayii goolii isa jalqabaa Naapooliif lakkoofsiseera, Kubbaa Maktoominayii gara gooliitti jijjiiree Romeeroo Lukaakutu mijeesse kenne.

Tapha Kooppaa Xaaliyaanii marsaa 2ffaa kanas Naapooliin garagaruumaa goolii bal'aa 5:0n Paalermoon injifateera.🔵

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii
⚽️Liyaandroo Troosard torbee kana yeroo gara shaakala deemu meeshaalee shaakala baate deemun dirqama itti kennameera.

Kun ajajaa Maaykil Arteetaa yoo ta'u kaardii diimaa Maanchister Siitii booda amala taphatoota sirressuuf akka ta'e himameera.

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
⚽️Taphataan sarara gidduu Cheelsii midhamara ture Roomiyoo Laaviyaan gara shaakala deebi'uu Enzoo Maareskaan dubateera.

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
⚽️Keevin Debruyne tapha Maan Siitiin Niwkastil waliin taasisuunis gara dirree akka hin deebine gabaafameera.

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Mikayel Moriino miidhaan irraa gahe irraa dandamachaa jira, dhuunfaan shaakala jalqabeera!



Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Kiristiyaanoo Ronaaldoo Al Nasriif goolii 70 lakkoofsiseera.




Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii
⚽️Taphoota har'a taphatamu

💠Piriimeer Liigii Inglaand

08:30 🔰 Niwkastil Manchister Siitii waliin
11:00 🔰 Arsenaal Leester Siitii waliin
11:00 🔰 Bireentfoord Westhaam waliin
11:00 🔰 Cheelsii Biraayteen waliin
11:00 🔰 Everteen Kiristaal Paalas waliin
11:00 🔰 Nootinghaam Fulhaam waliin
01:30 🔰 Wolviis Livarpuul waliin

💠Bondasliigaa Jarmaan
10:30 🔰 Monchegladbah Yuniyeen Barliin waliin
10:30 🔰 Firaayberg Paawul waliin
10:30 🔰 Meenz Haydaniyeem waliin
10:30 🔰 Lepzing Ogisbarg waliin
10:30 🔰 Wolfisbarg Stuutgart waliin
01:30 🔰 Baayeer Muniik Baayer Livarkuseen waliin

💠Seeriyaa Itaalii

10:00 🔰 Yudinizee Inter Milaan waliin
01:00 🔰 Jenewaa Juveentus waliin
03:45 🔰 Bolonyaa Atlaantaa waliin

💠Liigii Faransaay

12:00 🔰 Leens Niis waliin
02:00 🔰 L Haarvee Liil waliin
04:00 🔰 Monaakoo Monpeelee waliin

💠Laaliigaa Ispeen

09:30 🔰 Hetaaffee Alavez waliin
12:15 🔰 Vayakanoo Leegaanes waliin
01:30 🔰 Soosedaad Vaalensiyaa waliin
04:00 🔰 Osaasunaa Baarselonaa waliin

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Tilmaama 90MIN taphoota Piriimeer Liigii Inglaand torbee kanaa irratti kenne.

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii
⚽️Hiriira Niwkastil

08:30 🔰 Niwkastil Manchister Siitii waliin

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
⚽️Hiriira Maanchister Siitii

08:30 🔰 Niwkastil Manchister Siitii waliin

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
🚨Taphicha eenyuutu injifata?
Anonymous Poll
32%
Niwukaastil
20%
Qixaan xumuru
48%
Maanchister Siitii
🚨Tapha Pireemiyeer Liigii Ingilaand torbee 6ffaa.

        01'

Niwukaastil 0-0 Maan Siitii

    🏟 St James' Park


Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Niwukaastil kubbaa qabatanii taphataa jiru
Maanchister Siitiin caalmaa taphaa fudhataniiru
Haalaand yaalee ture gooli eegaan Niwukaastil akka salphaatti qabateera
Gareen lamaanuu tapha bareedaa taphachaa jiru
2024/09/28 12:07:21
Back to Top
HTML Embed Code: